Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Kutaa 6ffaa

Eddoon Yesuus ani Waaqaa na Waaqefadhaa jireenna bara baraa (Jannata) argattanii itti jedhe jiraa?

Akka Yesuus barsiisaa turetti worri mootummaa Waaqaa argatu nama Yesuusiin gooftaa jedhe moo nama ajaja Waaqaa raawate?

Worroonni/ Namoonni osoo yesuus na waaqiffadhaa (nagabbaraa) hin jenne isaa waaqeffatanii isaa abbomna jedhanii badhaasa moo adabbituu isaan eeggata laata?

Yesuus maqaa kiyyaan raajii dubadhaa, hojii aangoo hojjadhaa, akkasumas maqaa kiyyaan hafuurota hamoota baasaa jedhee barsiisee jiraa?

Worroonni/ Namoonni maqaa Yesuusiin waan Yesuus hin ajajin hojjatan maqaa Yesuusiin daldalan, ka ammoo Yesuus guyyaa Qiyaamaa jallatoo taโ€™uu isaaniitti ragaa bahu eennu beektuu? Worrota Muslimaatii
moo? Worroota Kiristaanaati?

Mee gaafiiwwan asii olii hunda isaatuu ragaadhaan haa ilaallu

I. Eddoon Yesuus afaan isaatiin ani Waaqaa na Waaqefadha jireenna bara baraa (Jannata) argattanii jedhe jiraa? Gaafii jedhuuf deebiin isaa Maatewos 15:8-9 keessatti arganna
โ†ช Maatewos 15:8-9 ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
"'Sabni kun afaan isaatiin ulfinaa naaf kenna,garaan isaa garuu baay'ee anattii fagoo dha;"
" #ana #waaqessuun #isaanii #akkasumaan, #abboommii #namaa #akka #seera #Waaqayyootti #barsiisu isa jedhe ba'eessa dubbate" jedhe."
15:8-9 แ‹ญแˆ… แˆ•แ‹แ‰ฅ แ‰ แŠจแŠ•แˆแˆฉ แ‹ซแŠจแ‰ฅแˆจแŠ›แˆแฅ แˆแ‰ก แŒแŠ• แŠจแŠฅแŠ” แ‰ แŒฃแˆ แ‹จแˆซแ‰€ แŠแ‹แค #แ‹จแˆฐแ‹แˆ #แˆฅแˆญแ‹“แ‰ต #แ‹จแˆ†แŠ #แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต #แŠฅแ‹ซแˆตแ‰ฐแˆ›แˆฉ #แ‰ แŠจแŠ•แ‰ฑ #แ‹ซแˆ˜แˆแŠฉแŠ›แˆ แ‰ฅแˆŽ แ‰ แŠฅแ‹แŠแ‰ต แ‰ตแŠ•แ‰ขแ‰ต แ‰ฐแŠ“แŒˆแˆจแข

Qabxiin ijoon Maatewos 15:8-9 irraa hubannu, Yesuus afaan isaatiin na Waaqefadhaa Jannata argattanii osoo hin taane:-
1ffaa- Namni Yesuus waaqessuu nama seeera nama fudhate (ajaja nama hordofu) malee nama seera Waaqaa hordofuu miti isaaniin jechuu isaa hubanna.

2ffaa- Namni Yesuus waaqessu nama afaaniin Yesuusiin jaalanna jedhu kan immoo garaan isaa Yesuus irraa fagaata taโ€™e jechu. Nama Yesuusiin irraa garaan isaa fagoo jechuuns nama barsiisa Yesuus irraa fagoo yookaa worroota haqa Rabbii irraa fagaate jechuudha.

3ffaa- Namni Yesuusiin waaqessuu nama akkasumaan galata wohii barbaaduu malee bilaasha Yesuusiin waaqessu. Nama dalagaa mindaa hin qabne worra ifaajee hoongoo ifaajuu isaaniin jedhe.

II. Akka Yesuus barsiisaa turetti Worroonni mootummaa Waaqaa argatu nama Yesuusiin goofta jedhe moo nama ajaja Waaqa raawate?
III. Worroonni/ Namoonni osoo Yesuus ana Waaqefadhaa ( ana gabbaraa) hin jennee isa Waaqeffatanii isaa abbomna jedhan badhaasa moo adabbituu isaan eeggata laata? Gaafiiwwan jedhuuf deebiin isaa Maatewos 7:21 keessatti ifattii kaayamee jira.
โ†ช Maatewos 7:21 ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
" Yesus, "#Jaalala #abbaa #koo #isa #waaqa #irraa #nama #hojjetutu #mootummaa #waaqaatti #gala #malee, namni, 'Yaa gooftaa, yaa gooftaa' naan jechuu (duwwaadhaanโŒ ) itti gala miti."
7:21 #แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต #แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• #แ‹จแŠ แ‰ฃแ‰ดแŠ• #แˆแ‰ƒแ‹ต #แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ #แŠฅแŠ•แŒ‚แฅ แŒŒแ‰ณ แˆ†แ‹ญแฅ แŒŒแ‰ณ แˆ†แ‹ญแฅ แ‹จแˆšแˆˆแŠ แˆแˆ‰ แˆ˜แŠ•แŒแˆฅแ‰ฐ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แ‹จแˆšแŒˆแ‰ฃ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแข

Qabxiiwwan ijoon Maatewos 7:21 irraa hubannu:-

1ffaa- Namni mootummaa Waaqaa ( Jannata Rabbii ) barbaadu, jaalala abbaa (ajaja Rabbii) hojjatuu qofaan argata.

2ffaa- Namni ajaja Rabbii hojjatuu dhiisee Yesuusiin gooftaa jedhu kamuu Mootummaa Waaqaa ( Jannata Rabbii) hin seenu.

3ffaa- โ€˜duwwaadhanโ€™ jechi jedhu jecha afaan Oromoo irratti dabalame malee, lugaawwaan biroo keessa hin jirre, tooftaa worri haqa faalu Yesuusiin maalummaa isaa dhoksuuf (Yesuus goofta jedhanii ibsuuf) fayyadaman taโ€™uu ibsa.

IV. Yesuus maqaa kiyyaan raajii dubadhaa, hojii aangoo hojjadhaa, akkasumas maqaa kiyyaan hafuura hamootaa baasaa jedhee barsiisee jiraa?
V. Worroonni/ Namoonni maqaa Yesuusiin waan Yesuus hin ajajin hojjatanii maqaa Yesuusiin daldalan, kan immoo Yesuus guyyaa Qiyaamaa jallatoo taโ€™uu isaanitti ragaa bahu eennu beektuu? Worrota Muslimaati moo worroota Kiristaanaati? Gaafiiwwan jedhuuf deebiin
Maatewos 7:22-23 keessatti argama:-
โ†ช Maatewos 7:22-23 ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
" Guyyaa isa dhumaa sanatti namoonni baay'een, '#Yaa #gooftaa, #yaa gooftaa, nuti maqaa keetiin raajii dubbanneerra, maqaa keetiin hafuurota hamoota baafneerra, hojii aangoos maqaa keetiin baay'ee hojjenneerra mitii?' anaan jedhu.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #29ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa #Maatewos 20:20-23 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Maatewos 20:20-23
โErgasii haati ilmaan Zabdewos ilmaan ishee wajjin, gara Yesus dhuftee, waa kadhachuudhaaf miilla isaatti kufte. Inni immoo, "#Maal #barbaadda?" isheedhaan jedhe. Isheen itti fuftee, "#Ilmaan #koo #kun #lamaan #mootummaa #kee #keessatti #inni #tokko #gara #mirga #kee, #inni #tokko #immoo #gara #bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette. #Yesus, garuu #deebisee, "#Waan #kadhattan #hin #beektan! Isin immoo xoofoo dhiphinaa ani keessaa dhuguuf jiru keessaa dhuguu in dandeessuu?" jennaan, isaan immoo, "In dandeenya" jedhaniin. Innis, "Xoofoo koo keessaa illee dhuguuf jirtu #gara #mirga #koo yookiis #gara #bitaa #koo #taa'uu garuu #kennuun #kan #koo #miti; taa'umsi sun warra kanaan dura abbaa kootiin qopheeffameefiif ta'a" isaaniin jedhe.โž
แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ แ‹จแ‹˜แ‰ฅแ‹ดแ‹Žแˆต แˆแŒ†แ‰ฝ แŠฅแŠ“แ‰ต แŠจแˆแŒ†แ‰ฝแ‹‹ แŒ‹แˆญ แŠฅแ‹จแˆฐแŒˆแ‹ฐแ‰ฝแŠ“ แŠ แŠ•แ‹ต แŠแŒˆแˆญ แŠฅแ‹จแˆˆแˆ˜แŠแ‰ฝ แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแˆญแˆฑ แ‰€แˆจแ‰ แ‰ฝแข
แŠฅแˆญแˆฑแˆแข แˆแŠ• แ‰ตแˆแˆแŒŠแ‹ซแˆˆแˆฝ? แŠ แˆ‹แ‰ตแข แŠฅแˆญแˆตแ‹‹แˆแข #แŠฅแŠแ‹šแˆ… #แˆแˆˆแ‰ฑ #แˆแŒ†แ‰ผ #แŠ แŠ•แ‹ฑ #แ‰ แ‰€แŠแˆ… #แŠ แŠ•แ‹ฑแˆ #แ‰ แŒแˆซแˆ… #แ‰ แˆ˜แŠ•แŒแˆฅแ‰ตแˆ… #แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‰€แˆ˜แŒก #แŠฅแ‹˜แ‹ #แŠ แˆˆแ‰ฝแ‹แข #แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŒแŠ• แˆ˜แˆแˆถแข #แ‹จแˆแ‰ตแˆˆแˆแŠ‘แ‰ตแŠ• #แŠ แ‰ณแ‹แ‰แˆแข แŠฅแŠ” แˆแŒ แŒฃแ‹ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แŒฝแ‹‹ แˆแ‰ตแŒ แŒก แŠฅแŠ”แˆ แ‹จแˆแŒ แˆ˜แ‰€แ‹แŠ• แŒฅแˆแ‰€แ‰ต แˆแ‰ตแŒ แˆ˜แ‰ แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆแŠ•? แŠ แˆˆแข แŠฅแŠ•แ‰ฝแˆ‹แˆˆแŠ• แŠ แˆ‰แ‰ตแข แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŒแŠ• แˆ˜แˆแˆถแข แ‹จแˆแ‰ตแˆˆแˆแŠ‘แ‰ตแŠ• แŠ แ‰ณแ‹แ‰แˆแข แŠฅแŠ” แˆแŒ แŒฃแ‹ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แŒฝแ‹‹ แˆแ‰ตแŒ แŒก แŠฅแŠ”แˆ แ‹จแˆแŒ แˆ˜แ‰€แ‹แŠ• แŒฅแˆแ‰€แ‰ต แˆแ‰ตแŒ แˆ˜แ‰ แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆแŠ•? แŠ แˆˆแข แŠฅแŠ•แ‰ฝแˆ‹แˆˆแŠ• แŠ แˆ‰แ‰ตแข แŠฅแˆญแˆฑแˆแข แŒฝแ‹‹แ‹ฌแŠ•แˆต แ‰ตแŒ แŒฃแˆ‹แ‰ฝแˆแค #แ‰ แ‰€แŠแŠ“ #แ‰ แŒแˆซ #แˆ˜แ‰€แˆ˜แŒฅ #แŒแŠ• #แŠจแŠ แ‰ฃแ‰ด #แ‹˜แŠ•แ‹ต #แˆˆแ‰ฐแ‹˜แŒ‹แŒ€แˆ‹แ‰ธแ‹ #แŠแ‹ #แŠฅแŠ•แŒ‚ #แŠฅแŠ” #แ‹จแˆแˆฐแŒฅ #แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa #Maatewos 20:20-23 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Haati ilmaan Zabdewos ilmaan ishee wajjin, gara Yesus dhuftee, Ilmaan koo kun lamaan mootummaa kee keessatti inni tokko gara mirga kee, inni tokko immoo gara bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette. โœ…
B. Yesus, haadha ilmaan Zabdewos deebisee, homa na kadhatuu qabdu na gaafatte jedheen.โŒ
C. Yesuus haadha ilmaan Zabdewosiin, mirga koo yookiis gara bitaa koo taa'uu kan kennu anaa jedhe. โŒ
D. Yesuus haadha ilmaan Zabdewosiin, mirga koo yookiis gara bitaa koo taa'uu sun warra kanaan dura anaan qophaayee fi worrota akka kee na gaafataniif kenname isiin jedhe. โŒ

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maatewos 20:20-23 irraa argannu;

1ffaa- Dubartiin haati ilmaan Zabdewos jedhamtu, Yesuus #Nabiyyii Rabbii fi #gabricha Rabbii ta'uu hubattee, aakeratti #gaafa #Jannata #seentu ilmaan tiyyalle akka si woliin Jannata naaf seentu naaf taasisii jetteen (Isheen itti fuftee, "#Ilmaan #koo #kun #lamaan #mootummaa #kee #keessatti #inni #tokko #gara #mirga #kee, #inni #tokko #immoo #gara #bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette yeroo jedhu).

2ffaa- Yesuus haadha ilmaan Zabdewosii, ta ilmaan tiyya si wojjiin Jannata naaf haa seentuu jettee kadhattee, #Jannata #nama #seensisuun #akka #gahee #isaa #hin #taane #mirkaneessuuf jecha, homa na kadhatuu qabdanuu hin beektanii, kun gahee kiyyaa mitii #kadhaa #dogongora na gaafattee isiin jedheen ("#Waan #kadhattan #hin #beektan! yeroo jedhuun).

3ffaa- Yesuus yeroo haati ilmaan Zabdewos gaafii gaafattu, deebisee akka ani haqa Rabbii irratti jiraadhee haqa irratti du'u hedutti raawwatu dandeettuu? jennaan, ee ni dandeenna jetten (Isin immoo xoofoo dhiphinaa ani keessaa dhuguuf jiru keessaa dhuguu in dandeessuu?" jennaan, isaan immoo, "In dandeenya" jedhaniin yeroo jedhaniin). Kun waan lamaan gurguddaa agarsiisa, atillee haqumaaf jecha rakkattee nullee haqa irratti dhaabbanne rakkannaa fi akkasuma akkuma ati haqa irratti du'uu heddu #nullee #haqa #irratti #ni #duunaa jechuudha. Yesuusille akkuma ani Rabbitti amane yoo amantani akkuma ani rakadhetti rakkatuuf jirtuu jedheen (Innis, "Xoofoo koo keessaa illee dhuguuf jirtu yeroo jedhu).

4ffaa- Yesuus xumura irratti #homa #feetanuu #hojjattan, #Jannata #ka #nama #seensisu #anaa #mitii #Rabbii #tokkicha malee jedhee himeef (#gara #mirga #koo yookiis #gara #bitaa #koo #taa'uu garuu #kennuun #kan #koo #miti; taa'umsi sun warra kanaan dura abbaa kootiin qopheeffameefiif ta'a" isaaniin jedhe.โž yeroo jedhu).

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #35ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:

Yesuus Waaqaa jedhanii worroota yaadanii fi morman, xurreen deebii isaanii kenninuun keessaa tokko, Waaqni hojii ofii hojjata moo ka qaama birooti? Waaqni guyyaa boruu ni nyaachisee obaasa moo (worroota isaa bule), ofii isaatii nyaatee dhuga laataโ‰๏ธ gaafii jedhu gaafatu. Mee ragaawwan asii gadii keessaa kamtuu amala Waaqaa mudhisa?

A. #Yohannis 4:34 " Yesus immoo, "#Nyaanni #kan #koo jaalala isa na #ergee #gochuudhaaf #hojii #isaa #raawwachuu dha. #แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 4:34 "แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข #แ‹จแŠฅแŠ”แˆต #แˆ˜แ‰ฅแˆ #แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ• #แˆแ‰ƒแ‹ต #แŠ แ‹ฐแˆญแŒ #แ‹˜แŠ•แ‹ต #แˆฅแˆซแ‹แŠ•แˆ #แŠฅแˆแŒฝแˆ #แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠแ‹แข" Amaloonni Wangeela kana keessatti argamu hundi, amala Waaqumma hin garsiisu. #Yesuus #kaayoo #Waaqaa #malee ka mataa kootii hin qabu waan jedheef.

B. #Yohannis 5:24 "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu.โ€ #แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 5:24 แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ แ‰ƒแˆŒแŠ• แ‹จแˆšแˆฐแˆ› #แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ•แˆ #แ‹จแˆšแ‹ซแˆแŠ• #แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ #แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต #แŠ แˆˆแ‹แฅ แŠจแˆžแ‰ตแˆ แ‹ˆแ‹ฐ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แ‰ฐแˆปแŒˆแˆจ แŠฅแŠ•แŒ‚ แ‹ˆแ‹ฐ แแˆญแ‹ต แŠ แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆแข
Akka ragaan Wangeela kanaatti, #Yesuus #natti #amanaa #hin #jenne waan ta'eef, Yesuus amala Waaqummaa akka hin qabne mirkaneesse.

C. #1 #Qorontos 15:28 "Wanti hundinuu ilma Waaqayyoo jala yommuu galfamu, #ilmi (#Yesuus) immoo ofii isaatii, #Waaqayyo #isa #waan #hundumaa #miilla #isaa #jala #galche #jala #in #gala; akkasitti Waaqayyo karaa hundumaa waan hundumaa irra in ta'a." 1แŠ› #แ‹ˆแ‹ฐ #แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต #แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 15:28
แˆแˆ‰ แŠจแ‰ฐแŒˆแ‹›แˆˆแ‰ต แ‰ แŠ‹แˆ‹ แŒแŠ• แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แˆแˆ‰ แ‰ แˆแˆ‰ แ‹ญแˆ†แŠ• แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ #แˆแŒ #แˆซแˆฑ #แ‹ฐแŒแˆž #แˆแˆ‰แŠ• #แˆ‹แˆตแŒˆแ‹›แˆˆแ‰ต #แ‹ญแŒˆแ‹›แˆแข Yesuus #miila #Waaqayyo #jala #gala jechuun, Yesuus gonkumaa Waaqumma hin qabu jechuu ibsa.

D. #Maatewos 26:29
โ€œAmmaa jalqabee hamma guyyaa gaafa ani #mootummaa #abbaa #koo #keessatti isa haaraa #isinii #wajjin #dhugutti, deebi'ee daadhii waynii kanaattii akkan hin dhugne isinittan hima" jedhe. #แ‹จแˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 26:29 โ€ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ #แ‰ แŠ แ‰ฃแ‰ด #แˆ˜แŠ•แŒแˆฅแ‰ต #แŠจแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ #แŒ‹แˆญ #แŠจแ‹šแˆ… #แŠจแ‹ˆแ‹ญแŠ• #แแˆฌ #แŠ แ‹ฒแˆฑแŠ• #แŠฅแˆตแŠจแˆแŒ แŒฃแ‰ แ‰ต แŠฅแˆตแŠจแ‹šแ‹ซ แ‰€แŠ• แ‹ตแˆจแˆต แŠจแ‹›แˆฌ แŒ€แˆแˆฌ แŠ แˆแŒ แŒฃแ‹แˆแข
Yesuus #mootummaa #Waaqaa #keessatti #ni #dhugaa jechuun, Yesuus kaleessalle fuundurattille Waaqumma hin qabu jechuu addeessa.

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Qabxiiwwan #ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Ragaan Wangeela #Yohannis 4:34 kun wonti inni garsiisu, Yesuus #ajaja fi #fedhii #Waaqaa #qofa geessuu akka jiraata ture, kun ammoo inni(Yesuus) amala Waaqumma akka hin qabne hubanna.

2ffaa- Ragaan Wangeela
#Yohannis 5:24, Yesuus Jannata argatuu yoo barbaaddan, #Waaqatti (#isa #ana #ergetti) #amanaa jedhe malee, ani Waaqaa natti amanaa akka hin jenne hubanna. Ka dubbii kana #faallesu, faalla Jannata (#ibidda) nama seenuu barbaadu ta'uu hubanna.

3ffaa- Akka ragaa 1 #Qorontos 15:28 ammas, Yesuus Waaqa isa waa hundumaa mila isa jala galche jala ni gala jechuun, #Yesuusille ufii isaatiiyyuu Waaqaa ni #waaqeffata jechuudha. Kanaafuu #gabbaramaan #dhugaa (#Waaqni #dhugaa) isa wontu hunduu isaaf abbomu, kan Yesuusille isa waaqeffatu san taโ€™uu namuu beekuu qaba jechuudha.

4ffaa- Akka ragaa #Maatewos 26:29 Yesuus guyyaa boruu (#Qiyaamaa) #Jannata akka #seenuuf, #dhangaa #Jannata akka #dhugu ifa baase. Kun immoo, Yesuus kaleessalle fuundurattille gabricha Rabbii malee amala Waaqumma akka hin qabne mirkaneessee jechuudha.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah