Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #21 ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa 1 #Ximotewos 2:5
dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

1 Ximotewos 2:5
" Waaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama #walitti #fidus #tokkicha, inni immoo Kristos Yesus isa #nama #ta'ee (mul'ateeโŒ) dha."
1แŠ› แ‹ˆแ‹ฐ แŒขแˆžแ‰ดแ‹Žแˆต 2:5 แŠ แŠ•แ‹ต แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠ แˆˆแŠ“แฅ แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ“ แ‰ แˆฐแ‹แˆ แˆ˜แŠซแŠจแˆ แ‹ซแˆˆแ‹ #แˆ˜แŠซแŠจแˆˆแŠ›แ‹ แ‹ฐแŒแˆž แŠ แŠ•แ‹ต แŠ แˆˆแฅ แŠฅแˆญแˆฑแˆ #แˆฐแ‹ #แ‹จแˆ†แŠ แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠแ‹แค
1 Timothy 2:5. For there is one God, and #one #mediator between God and men, #the #man Christ Jesus;

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa 1 #Ximotewos 2:5 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Waaqayyon tokkicha, Yesuus jedhamee jira. โŒ

B. Yesuus nama osoo hin taane ilma Waaqaati jedhamee jira.โŒ

C. Yesuus jechuun, isa jidduu waaqaa fi ilma namaa jiraate, Waaqaa fi namoota wolitti fidu jedhamee jira.โœ…

D. Hunduu deebii sirrii ta'e.โŒ

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa 1 #Ximotewos 2:5
irraa argannu;

1ffaa- Waaqni dhugaa tokkicha malee, waaqa lama yookaa sadi jedhamu akka hin taane (#Waaqayyo #tokkicha yeroo jedhu)

2ffaa- Yesuus jechuun isa Waaqaa fi namoota wolitti fidu (ergamaa Rabbiin ergate, ka seera Rabbiin irraa fide namatti geessuun, ilma namaa akka Rabbiin inni beeku taasisu) qofa akka ta'e (#inni #gidduu #dhaabatee #Waaqayyoo fi #nama #walitti #fidus #tokkicha yeroo jedhu).

3ffaa- Yesuus nama malee Waaqaa yookaa ilma Waaqaati dubbiin jedhu olola akka ta'e ifatti hubannaa jechuudh (#inni #immoo #Kristos #Yesus #isa #nama #ta'e Yeroo jedhu).

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504