#Turullee #dhugatuu #irra #aana
🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #21 ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Hojii #manaa
👇👇👇
Ragaa 1 #Ximotewos 2:5
dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
🍇🍇🍇🍇🍇🍇
1 Ximotewos 2:5
" Waaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama #walitti #fidus #tokkicha, inni immoo Kristos Yesus isa #nama #ta'ee (mul'atee❌) dha."
1ኛ ወደ ጢሞቴዎስ 2:5 አንድ እግዚአብሔር አለና፥ በእግዚአብሔርና በሰውም መካከል ያለው #መካከለኛው ደግሞ አንድ አለ፥ እርሱም #ሰው #የሆነ ክርስቶስ ኢየሱስ ነው፤
1 Timothy 2:5. For there is one God, and #one #mediator between God and men, #the #man Christ Jesus;
Gafii 👇👇👇
Akka ragaa 1 #Ximotewos 2:5 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Waaqayyon tokkicha, Yesuus jedhamee jira. ❌
B. Yesuus nama osoo hin taane ilma Waaqaati jedhamee jira.❌
C. Yesuus jechuun, isa jidduu waaqaa fi ilma namaa jiraate, Waaqaa fi namoota wolitti fidu jedhamee jira.✅
D. Hunduu deebii sirrii ta'e.❌
🥦🥦🥦🥦🥦🥦
↪ Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.
↪ hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa 1 #Ximotewos 2:5
irraa argannu;
1ffaa- Waaqni dhugaa tokkicha malee, waaqa lama yookaa sadi jedhamu akka hin taane (#Waaqayyo #tokkicha yeroo jedhu)
2ffaa- Yesuus jechuun isa Waaqaa fi namoota wolitti fidu (ergamaa Rabbiin ergate, ka seera Rabbiin irraa fide namatti geessuun, ilma namaa akka Rabbiin inni beeku taasisu) qofa akka ta'e (#inni #gidduu #dhaabatee #Waaqayyoo fi #nama #walitti #fidus #tokkicha yeroo jedhu).
3ffaa- Yesuus nama malee Waaqaa yookaa ilma Waaqaati dubbiin jedhu olola akka ta'e ifatti hubannaa jechuudh (#inni #immoo #Kristos #Yesus #isa #nama #ta'e Yeroo jedhu).
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇
https://t.me/Xaalibu6504