#Garaa #garummaa #Yesuusiitii fi #Waaqaa
#Yesuus akka #Waaqa #hin #taane worra shakkii qabuuf ragaa kitaaba isaanii keessatti argamu kumaatama keessaa muraasa ๐
Kutaa 2๏ธโฃffaa
#Yesuus waan #ijaan #argee mirkaneeffate malee waan fagoo kamuu #beekuu #hin #danda'u, #Waaqni garuu wanti inni uume #tokkollee isa duraa #hin #dhokatu.
Maarqos 11:13
" Muka harbuu baala qabu tokkos fagootti argee, #ija #irraa #argadha #laataa? #jedhee #dhaqe. Inni mukicha bira ga'ee baala malee waanuma tokko irraa dhabe; yeroon isaa yeroo harbuun ija itti godhatu hin turre. "
Vs
Ibroota 4:13
" Wanti #Waaqayyo uume #tokko #illee isa duraa #dhokachuu #hin #danda'u; wanti hundinuu saaqamaa, ija isaa durattis mul'ataa dha; nus waan goone sababii isaa wajjin isatti himuun nu irra jira."
#Rabbiin inni gabbaramaa dhugaa ta'e isa fagoo laalee shakku osoo hin taane isa uumaan tokkoo isa jalaa hin dhokanne ta'uu hubatuun isa qofa gabbaruun (waaqeffatuun) #hayyumma fi #namumma #dhugaati.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
@Xaalibu6504

Kutaa 5ffaa ๐
ฑ๏ธ
" #Ani #immoo #yeroo #sanatti, '#Matumaa #ani #isin #hinbeeku, #isin #yaa #warra #hamaa #hojjettanii, #ija #koo #duraa #badaa!' jedheen (mul'inatti isaanitti hima?) jedhe."
7:22-23 แ แแซ แแ แฅแแแฝแข แแณ แแญแฅ แแณ แแญแฅ #แ แตแแ #แตแแขแต #แ แแฐแแแญแแแแฅ #แ แตแแ แต #แ แแแแตแ #แ แแแฃแแแแฅ #แ แตแแ แต #แฅแ #แฐแ แแซแตแ #แ แแฐแจแแแแ? แญแแแแข
แจแแซแ แแแแข #แจแถแ แแแ แแฝแแแค #แฅแแแฐ #แแแแแฝแฅ #แจแฅแ #แซแ #แฅแฌ #แฅแแฐแญแญแฃแธแแแแข
Qabxiiwwan ijoon Maatewos 7:22-23 irraa hubannu:-
1ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin raajii dubbanna jedhu, maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasnaa jedhu, maqaa Yesuusiin hojii aangoo hojjannaa jedhu hundi worra Yesuus isaan waakkatu. Worroota Yesuus isaan waakkatu jechuun, worrota dalaggaan isaan dalagan barsiisaa fi ajaja Yesuusiin ala taโee jechu. Wonti Yesuus hin barsiisinii fi hin ajajin maaliidhaa yoo jettaan Yesuus gooftaa naan jedhaa jedhee hin barsiifne, akkasumas Yesuus maqaa kiyyaan hafuura hamootaa baasaa, raajii dubbadhaa wolumaa galatti maqaa kiyyan daldala banadhaa jedhee hin ajajne jechu.
2ffaa- Worroonni Yesuus isaanii waakkatu sunniinillee Muslimoota miti. Sababni isaallee Muslimni #Yesuusiin gooftaa #hin jedhu ( Yesuus Ergamaa Rabbiiti jedha)
Muslimni #maqaa #Yesuusiitin hafuura hamootaa baasna, raajii hojjanna waan hin jenneef jecha. Kanaafuu worroonni Yesuus isaan waakkatu worroota Kiristaanaati.
Sababni isaallee #kiristaanni #Yesuusiin #gooftaa #jedhu #waan #taโeef akkasumas
worroonni maqaa Yesuusiin raajii hojjanna jedhu, hafuura hamootaa baasna jedhu waan Kiristaana taโeef jecha.
3ffaa- Worroonni/ Namoonni Yesuusiin gooftaa jedhu, kan maqaa Yesuusiin raajii hojjanna jedhu, kan maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasna jedhu, kan maqaa Yesuusiin hojii aangoo hojjannaa jedhu hundi namoota Yesuus isaan argaa jibbu worra hamaa (diddoota) taโuu nuuf ibsa. Worroota Yesuus isaan arga jibbu jechuun worraa waan Yesuus hin barsiifnee fi hin ajajne dalagu, worra dhugaa dhiisee badii hojjatu worra hamaa (haqa diddoota) jechuudha.
4ffaa- Yesuus maqaa kiyyaan hafuura hamootaa baasaa jedhee ajaajuu akka hin dandeennee fi innuu hafuura Waaqaatiin ( fedhii Rabbiitiin) akka baasaa ture Maatewos 12:28 nuuf addeessa.
โAni garuu hafuura Waaqayyootiin hafuurota hamoota kanan baasu erga ta'ee, mootummaan Waaqayyoo isin irratti dhufeera.โ
โMat. 12: 28
Kanaafuu Yesuusii hafuura Waaqaatiin hafuura hamootaa baasetu sirriidha moo worroota maqaa Yesuusiin hafuura ni baafnaa jedhee dubbatutu sirri? Yesuus osoo ufitti aangoo fi dandeettii qabaatee hafuura Waaqaatti hin hajamu. Kanaafuu Waaqaa Yesuus qarqaarsifate san qarqaarsifatanii waa hojjatuu qofatu qajeelluma malee kan kanaan alaa kamuu jallinna taโuu ifatti mudhisaa jechu.

https://t.me/Xaalibu6504

#Turullee #dhugatuu #irra #aana
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Kutaa #18ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Hojii #manaa
๐๐๐
Ragaa Wangeela #Maatewos #7:21-23 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐๐๐๐๐๐
Wangeela #Maatewos #7:21-23
โYesus, "Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa nama hojjetutu mootummaa waaqaatti gala malee, #namni, 'Yaa gooftaa, yaa gooftaa' naan jechuu duwwaadhaanโ itti gala miti.โ Guyyaa isa dhumaa sanatti namoonni baay'een, 'Yaa #gooftaa, yaa #gooftaa, nuyi maqaa keetiin #raajii #dubbanneerra, maqaa keetiin #hafuurota #hamoota #baafneerra, #hojii #aangoos maqaa keetiin baay'ee hojjenneerra mitii?' anaan jedhu. #Ani(Yesuus) immoo yeroo sanatti, '#Matumaa ani isin #hin #beeku, #isin yaa warra #hamaa #hojjettanii, #ija koo #duraa #badaa!' jedheen mul'inatti isaanitti hima" jedhe.
แ แฐแแซแต แซแแแ แจแ แฃแดแ แแแต แจแแซแฐแญแ แฅแแแฅ แแณ แแญแฅ แแณ แแญแฅ แจแแแ แแ #แแแแฅแฐ #แฐแแซแต #แจแแแฃ #แ แญแฐแแแข
แ แแซ แแ แฅแแแฝแข แแณ แแญแฅ แแณ แแญแฅ แ แตแแ แตแแขแต แ แแฐแแแญแแแแฅ แ แตแแ แต แ แแแแตแ แ แแแฃแแแแฅ แ แตแแ แต แฅแ แฐแ แแซแตแ แ แแฐแจแแแแ? แญแแแแข แจแแซแ แแแแข แจแถ แ แแแ แแฝแแแค แฅแแแฐ #แแแแแฝแฅ แจแฅแ แซแ แฅแฌ #แฅแแฐแญแญแฃแธแแแแข
Gafii ๐๐๐
Akka ragaa #Maatewos #7:21-23 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Worroonni Yesuusiin yaa gooftaa jedhan mootummaa Waaqaa ni argatuu.
B. Guyyaa isa dhumaa sanatti namoonni baay'een, 'Yaa gooftaa, yaagooftaa jedhanii Yesuus waaman hundaa, Yesuus ni galateeffata.
C. Yesuus worroota maqaa Yesuusiin raajii dubbatan, maqaa isaatiin hafuurota hamoota baasan, hojii aangoos maqaa isaatiin hojjatan hundaan yaa warra gaarii hojjettanii jedhee isaan galattefata.
D. Yesuus worroota dinqii gara garaa hojjatan irratti murtee isaan barbaachisu ni kenna.
E. Deebiin hin jiru.โ โ โ
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
โช Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.
โช hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maatewos #7:21-23 irraa argannu:
1ffaa- Worroonni Yesuusiin yaa gooftaa jedhan hundi mootummaa Waaqaa (Jannata) hin argatan. Nama jaalala (ajaja) Rabbii guute malee.
2ffaa- Guyyaa Isa dhumaa (Qiyaamaa) #Yesuus worroota gooftaa isaaniin jedhe akka #isaan #waakkatuu kun ammoo akka Yesuus gooftummaalle hin qabne kan mirkaneessu ta'uu isaa.
3ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasu, raajii dubbatu, hojii aangoo hojjatu hundi worroota #hojii #hamaa hojjatu ta'uu isaanii. (Worroonni Kiristaanaa ammoo, namoonni dinqii hojjatan akka worroota Waaqaan muudameetti ufi yaadan, kun dogongora guddaa ta'uu akka ragaa Wangeela kanaatti mirkaneessaa jechuudha).
4ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasu, raajii dubbatu, hojii aangoo hojjatuun #hojii #hamaa hojjatan hunda irratti Yesuus akka diddoota ta'uu ragaa bahee ammas fuula isaanii arguu hin barbaadnee ifatti mudhisaa.
5ffaa- Gaheen Yesuus guyyaa xumuraa (Qiyaamaa) qabu #murtee #kennuu #osoo #hin #taane, worroota waan inni hin qabneen isa waamuu (Yesuus Waaqa Kkf... ) fi maqaa isaatiin daldalu (hafuura hamootaa baasuu kkf... ) hunda irratti, akka #barsiisaa fi #fedhii isaa hin taane #ragaa #bahuu #qofa (#แฅแแฐแญแญแฃแธแแแ) ta'aa jechuudha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐

#Kutaa #27ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Hojii #manaa
๐๐๐
Ragaa #Maarqos 11:12-14 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐๐๐๐๐๐
#Maarqos 11:12-14
Borumtaas isaan Bitaaniyaadhaa yommuu ba'an, Yesus in #beela'e. Muka harbuu baala qabu tokkos fagootti argee, #ija #irraa #argadha #laataa? jedhee dhaqe. Inni mukicha bira ga'ee #baala #malee #waanuma #tokko #irraa #dhabe; yeroon isaa yeroo harbuun ija itti godhatu hin turre. Yesus yommus mukichaan, "#Homtinuu #deebi'ee #ija #si #irraa #hin #nyaatin bara baraan" jedhe; bartoonni isaas kana jechuu isaa dhaga'an.
แ แแแฅแฑแ แจแขแณแแซ แฒแแก #แฐแซแ แข แ แ แแ แซแแต แ แแต แจแฉแ แ แญแถ #แแแแฃแต #แ แแณแฝ #แญแแแฃแต แฅแแฐ แแ แฅแ แแฃแฅ แแแญ แแ แจแ แแต แแซแต แ แแแ แจแแ แแฅแถ #แจแ แ แ #แ แแญ #แแแ #แ แแแแฃแตแแข แแแถแแข #แจแ แแ #แแแฎ #แแแแแ #แแแ #แจแ แแบ #แแฌ #แ แญแฅแ #แ แแตแข แฐแ แแแแญแฑแ แฐแแข
Gafii ๐๐๐
Akka ragaa #Maarqos 11:12-14 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Yesuus waan ilma namaa ta'eef ni #beela'e.โ
B. Yesuus muka harbuu baala qabu tokkos fagootti argee, ana waan taateef ija irraa argadha jedhee dhaqe. โ
C.Yesuus muka harbuu baala qabu jedhee bira gahee, ija irraa argatee nyaate.โ
D. Yesuus muka harbuu baala qabu, ija irraa dhabe, ajajee yoma san ija godhattee irraa nyaate. โ
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
โช Worroonni Amantii Kiristaanaa mee waan sammuu keessaa qabdanii fi raga kana wol bira qabaa laalaa.
โช hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran, ka dhugaa kitaabuma isaanii keessatti argamtu hubatuu dadhaban, ragaawwan asii olii kana biraan gahaa, haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maarqos 11:12-14 irraa argannu;
1ffaa- Yesus waan ilma namaa ta'eef in #beela'e. Kun ammoo maal mirkaneessa yoo ka jedhamu taate, haga worroonni Kiristaanaa, Yesuus guyyaa kana irraa eegalee guyyaa kanatti Waaqumma isaatti deebi'ee nyaata dhaabe jechuu hin dandeennetti, Yesuus namallee Waaqalle wonti jedhu dubbii ragaa hin qabne jechuu hubachiisa.
2ffaa- Yesuus muka harbuu baala qabu tokkos fagootti argee, waan Waaqummaa mitii, aangoon addaa kan ilma namaa biroo irraa adda isa taasisu (waan Rabbiin isaa kenne malee jechuudhaa), dandeettii ofii isaatiin inni handhuurfatu yookaa qabu waan hin jirreef, muka fagotti arge san irra ija #irraa #argadha #laataa? jedhee shakkiin bira dhaqe. Yesuus waan guyyaa Qiyaamaa ta'uu mitii, waan achi laalee ijaan arguu, firee ni qaba moo hin qabu jechuuyyuu adda hin beeku jechuu argisiisa. Kun ammoo amala (sifa) namaa malee kan Rabbii hin taane namni sammuun nagahaa kamuu ni beeka.
3ffaa- Yesuus mukicha bira shakkiin firee (ija) qabaatuu hin oolu jedhee bira deeme, yeroo bira ga'ee #baala #malee #waanuma #tokko #irraa #dhabe; (eddoo kanatti mukni badii tokkoo hin qabduu, sababa yeroon isaa yeroo harbuun ija itti godhatu waan hin turreef jechuudha). Garuu Yesuus osoo aangoo qabaatee, ammuma tana firii baasi jedhee ajajaa ture. Aangoo Rabbiin isaa kenne malee, aangoo mataa isaa waan hin qabneef jechuudhaa, beela isaa saniif ajajee firee argamsiisuu dadhabnaan, Yesus yommus mukichaan, "#Homtinuu #deebi'ee #ija #si #irraa #hin #nyaatin bara baraan" jedhee abaare. Wolumaa galatti, Yesuus aangoon Rabbummaa waan hin qabneef jecha, beela'e sababa waan nyaatu dhabeef, muka fagoo arge irratti shakkiin firee nyaattamu ufi irraa qabaatu hin ooluu jedhee tilmaame, faallaa tilmaa isaa taanaan, muka badii hin qabne, akkuma ilmi namaa mufatutti mufatee abaaree jechuudha.