Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #20ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa #Yohannis #5:30 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

Wangeela #Yohannis #5:30
โYesus itti dabalee, "#Ani #humna #kootiin #homaa #gochuu #hin #danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. #Anoo #yaada #koo #duukaa #bu'uu #hin #barbaadu, 'yaada #isa #ana #ergee #duukaan #bu'a malee.โž
#แŠฅแŠ” #แŠจแˆซแˆด #แŠ แŠ•แ‹ณแ‰ฝ #แˆ‹แ‹ฐแˆญแŒ #แŠ แ‹ญแ‰ปแˆˆแŠแˆแค แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆฐแˆ›แˆ แŠฅแˆแˆญแ‹ณแˆˆแˆ แแˆญแ‹ดแˆ แ‰…แŠ• แŠแ‹แฅ #แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ• #แˆแ‰ƒแ‹ต #แŠฅแŠ•แŒ‚ แˆแ‰ƒแ‹ดแŠ• แŠ แˆแˆปแˆแŠ“แข

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa Yohannis 5:30 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Yesus, ani humna kootiin homaa barbaade gochuu ni danda'aa jedhe.
B. Yesuus akka ufii barbaadutti farada malee akka abbaa koo irraa dhaga'etti hin faraduu jedhe.
C. Yesuus anoo yaada koo duukaa bu'uu barbaadaa malee yaada Waaqa duukaa bu'uu hin barbaadu jedhe.
D. Deebiin hin jiru.โœ…โœ…โœ…

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Yohannis 5:30 irraa argannu;

1ffaa- Yesuus akka aangoo waan barbaadeen hojjatu #takkalle hin qabne fi akkasuma Waaqaa hin taanee ifatti nama sammuun isaa waa yaadduu mirkaneesse. (#Ani #humna #kootiin #homaa #gochuu #hin #danda'u gaafa jedhu).

Mee ragaa wa'ee #amala(sifa) #Waaqaa ibsu haa ilaalluu:
#Macaafa #Faarfannaa 135:6
โ€œBantii waaqaa irratti, lafa irrattis, galaanotaa fi tuujjuba hundumaa keessatti, #Waaqayyo #waanuma #isatti #tole #in #hojjeta.โ€

2ffaa- Yesuus waan Rabbiin isa #ajaje #qofa irratti murteessa malee waan fedha isaa tokkollee irratti hin murteessu, ajaja Rabbiin isatti kenne irratti murteessu sun ammoo (wontu kun gaarii hojadhaa, wonti kun hamaa irraa fagaadhaa jechuun) murtee qajeelaa akka ta'e (#abbaa #koo #irraa #akkan #dhaga'etti #nan #farada; #firdiin #ani #faradus #qajeelaa #dha yeroo jedhu).

3ffaa- Yesuus fedhii fi yaadaa isaa tokkoo hordofuu hin barbaadu, sababa inni #ergamaa Rabbii ta'eef ajaja #Waaqaa qofa Raawwataa ture (#yaada #koo #duukaa #bu'uu #hin #barbaadu, #'yaada #isa #ana #ergee #duukaan #bu'a #malee yeroo jedhu).

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #27ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa #Maarqos 11:12-14 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Maarqos 11:12-14
Borumtaas isaan Bitaaniyaadhaa yommuu ba'an, Yesus in #beela'e. Muka harbuu baala qabu tokkos fagootti argee, #ija #irraa #argadha #laataa? jedhee dhaqe. Inni mukicha bira ga'ee #baala #malee #waanuma #tokko #irraa #dhabe; yeroon isaa yeroo harbuun ija itti godhatu hin turre. Yesus yommus mukichaan, "#Homtinuu #deebi'ee #ija #si #irraa #hin #nyaatin bara baraan" jedhe; bartoonni isaas kana jechuu isaa dhaga'an.
แ‰ แˆ›แŒแˆฅแ‰ฑแˆ แŠจแ‰ขแ‰ณแŠ•แ‹ซ แˆฒแ‹ˆแŒก #แ‰ฐแˆซแ‰ แข แ‰…แŒ แˆแˆ แ‹ซแˆ‹แ‰ต แ‰ แˆˆแˆต แŠจแˆฉแ‰… แŠ แ‹ญแ‰ถ #แˆแŠ“แˆแ‰ฃแ‰ต #แŠ แŠ•แ‹ณแ‰ฝ #แ‹ญแŒˆแŠแ‰ฃแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆ†แŠ แ‰ฅแˆŽ แˆ˜แŒฃแฅ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แ‹จแ‰ แˆˆแˆต แ‹ˆแˆซแ‰ต แŠ แˆแŠแ‰ แˆจแˆแŠ“ แˆ˜แŒฅแ‰ถ #แŠจแ‰…แŒ แˆ #แ‰ แ‰€แˆญ #แˆแŠ•แˆ #แŠ แˆ‹แŒˆแŠ˜แ‰ฃแ‰ตแˆแข แˆ˜แˆแˆถแˆแข #แŠจแŠ แˆแŠ• #แŒ€แˆแˆฎ #แˆˆแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ #แˆ›แŠ•แˆ #แŠจแŠ แŠ•แ‰บ #แแˆฌ #แŠ แ‹ญแ‰ฅแˆ‹ #แŠ แˆ‹แ‰ตแข แ‹ฐแ‰€ แˆ˜แ‹›แˆ™แˆญแ‰ฑแˆ แˆฐแˆ™แข

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa #Maarqos 11:12-14 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Yesuus waan ilma namaa ta'eef ni #beela'e.โœ…
B. Yesuus muka harbuu baala qabu tokkos fagootti argee, ana waan taateef ija irraa argadha jedhee dhaqe. โŒ
C.Yesuus muka harbuu baala qabu jedhee bira gahee, ija irraa argatee nyaate.โŒ
D. Yesuus muka harbuu baala qabu, ija irraa dhabe, ajajee yoma san ija godhattee irraa nyaate. โŒ

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช Worroonni Amantii Kiristaanaa mee waan sammuu keessaa qabdanii fi raga kana wol bira qabaa laalaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran, ka dhugaa kitaabuma isaanii keessatti argamtu hubatuu dadhaban, ragaawwan asii olii kana biraan gahaa, haqa jiru hubachiisaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maarqos 11:12-14 irraa argannu;

1ffaa- Yesus waan ilma namaa ta'eef in #beela'e. Kun ammoo maal mirkaneessa yoo ka jedhamu taate, haga worroonni Kiristaanaa, Yesuus guyyaa kana irraa eegalee guyyaa kanatti Waaqumma isaatti deebi'ee nyaata dhaabe jechuu hin dandeennetti, Yesuus namallee Waaqalle wonti jedhu dubbii ragaa hin qabne jechuu hubachiisa.

2ffaa- Yesuus muka harbuu baala qabu tokkos fagootti argee, waan Waaqummaa mitii, aangoon addaa kan ilma namaa biroo irraa adda isa taasisu (waan Rabbiin isaa kenne malee jechuudhaa), dandeettii ofii isaatiin inni handhuurfatu yookaa qabu waan hin jirreef, muka fagotti arge san irra ija #irraa #argadha #laataa? jedhee shakkiin bira dhaqe. Yesuus waan guyyaa Qiyaamaa ta'uu mitii, waan achi laalee ijaan arguu, firee ni qaba moo hin qabu jechuuyyuu adda hin beeku jechuu argisiisa. Kun ammoo amala (sifa) namaa malee kan Rabbii hin taane namni sammuun nagahaa kamuu ni beeka.

3ffaa- Yesuus mukicha bira shakkiin firee (ija) qabaatuu hin oolu jedhee bira deeme, yeroo bira ga'ee #baala #malee #waanuma #tokko #irraa #dhabe; (eddoo kanatti mukni badii tokkoo hin qabduu, sababa yeroon isaa yeroo harbuun ija itti godhatu waan hin turreef jechuudha). Garuu Yesuus osoo aangoo qabaatee, ammuma tana firii baasi jedhee ajajaa ture. Aangoo Rabbiin isaa kenne malee, aangoo mataa isaa waan hin qabneef jechuudhaa, beela isaa saniif ajajee firee argamsiisuu dadhabnaan, Yesus yommus mukichaan, "#Homtinuu #deebi'ee #ija #si #irraa #hin #nyaatin bara baraan" jedhee abaare. Wolumaa galatti, Yesuus aangoon Rabbummaa waan hin qabneef jecha, beela'e sababa waan nyaatu dhabeef, muka fagoo arge irratti shakkiin firee nyaattamu ufi irraa qabaatu hin ooluu jedhee tilmaame, faallaa tilmaa isaa taanaan, muka badii hin qabne, akkuma ilmi namaa mufatutti mufatee abaaree jechuudha.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504