๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
11.2K subscribers
559 photos
21 videos
23 files
1.95K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
โœ Namticha tokkotu hanga dhiira fuute dhibba tokko mariisisutti intala hin fuudhu jedhee kakatee/waadaa seene. sagaltamii sagal wajjiin waa'ee fuudhaa kana mari'attee namni tokko qofti hafeef.
achumaa akkana jedhee murate;
"Abbaa fedhes haa tahuu nama guyyaa boruu jalqaba arge waliin mari'adhee yaada isaa hujitti hiika jedhe..."
Ganama yoo karaa bahee deemsa eegalu jalqaba namni arge maraattuudha.
gaafachuuf maraattuudha, dhiisuuf immoo waadaadha... rakkate...waadaan seene Suni waan itti jabaateef... dirqama gaafachuu qaba jedhee itti dhihaate....
@Itti_fufa...

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Bara_haaraa

โœ Guyyaan hardhaa akka lakkoofsa hijraatti Muharram1/1/1445....
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
โœ Namticha tokkotu hanga dhiira fuute dhibba tokko mariisisutti intala hin fuudhu jedhee kakatee/waadaa seene. sagaltamii sagal wajjiin waa'ee fuudhaa kana mari'attee namni tokko qofti hafeef. achumaa akkana jedhee murate; "Abbaa fedhes haa tahuu nama guyyaaโ€ฆ
Ajaa'iba(Namicha dhiira fuute 100 mari'atee fuudhe...)

#kutaa__2fffaa
Namtichi kuni waadaa isaa guutuuf gara maraattuu imaluu eegale. maraattuun kuni shonkoora akka fardaatti yaabbatee deema.
Wayta ani deemee bira gahu...
B) #Maraattuu : Fardi koo si waxalaa irraa fagaadhu jedhaan.
A) #Namicha; Farda kee hidhadhu mee waa si gaafachuu barbaadaa jedheen.
Achumaa dhaabee " ani dhiira fuute 100 mariisisuudhaaf waadaa Rabbii kootiif galee jira, 99 gaafadhee 100ffaa carraan sitti na geesse. Ani fuudha barbaadaa mee akkamitti fuudha natti himi? jedheeen.
B) #Maraattuu : Dubartiin tuni sadihima. Isaaniis:
1ffaan ; Tan siif taatu...
2ffaa; Tan si nyaattu...
3ffaa: lamaanuu tan hin qabneedha...
Fardi koo si dhiitaa narraa fagaadhu jedhee deeme...
A) #Namicha : Garuu ibsa isaa sin gaafannee bar jedhee... duubaan fiigee itti dhaqqabee..
"Abboo mee farda Kee asitti hidhadhu" jedheen. achumaa maraattichis farda ufii hidhate. Namtichis xiqqoo itti dhihaatee... "Dubbiin reefuu Suni naan gallee naa ibsi mee" jedheen...
B) Maraattuu...

#ittu_fufa...
share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Ajaa'iba(Namicha dhiira fuute 100 mari'atee fuudhe...) #kutaa__2fffaa Namtichi kuni waadaa isaa guutuuf gara maraattuu imaluu eegale. maraattuun kuni shonkoora akka fardaatti yaabbatee deema. Wayta ani deemee bira gahu... B) #Maraattuu : Fardi koo si waxalaaโ€ฆ
#Kutaa_3ffaa..

B) Maraattuu ;
#1ffaan tan siif taatu siin jedhe Suni : Intala dubraa tan uumaa irra jirtu; tan dubrummaan jirtu. intalti tun jaalalaa fi onneen isiillee simaafi; si malee addunyaa kanarratti nama beektu hin qabdu. Yoo ati gaarii gooteefis "dhiira jechuun kana jetti". yoo ati miites "dhiirti Isa naaf caaltu inuma hin jirre" jetti.
#Isheen_2ffaan Suni : Gursummeettii haadha ijoolleeti. sirraa fuudhaa ijoollee isii kan jaarsa kaanii afaan keetti(si nyaachuu qofa). Buddeena Kee nyaataa jaarsa jalqabaa saniif boossi jedheen.
Isheen #3ffaan suni immoo : Gursummeettii ijoollee hin qabneedha. yoo ati gaarii taateef "kanatu sana irra caala" jetti. yoo ati xiqqoma itti hanqiste "abboo kan duraa santu caala" jetti.
kanaafuu ati sirritti taanaaniif isheen teeti.. ykn immoo Ibidda manatti si keetti... jedhee fiigichaan na bira kute.
A) Namicha:....

#itti_fufa....
Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
Dhaamsa 10 tana narraa fudhaa mee nan tuffatinaa...

#1ffaa: Leenci hanga fedhe beelahus marga hin dheedu. hanga feete rakkattus; miidhamtus; dhiitamtus bakka Kee gadi hin dhiisin.
#2ffaa:Carraan si Jala dabre tokko durumaa carraa keetii miti waan ta'eef maaf ? akkamitti na jala dabre ? jettee mataa uf hin nyaatin...
#3ffaa: Iccitiin milkaa'innaa jabaatanii hojjachuu keessa jira waan ta'eef... hanga haasoftu caala, harkaan tattaafadhu...
#4ffaa: Jireenyi hammaatte dhiira gootee qartee si baasti... jireenyi quufaa sobdee fakkaataa dhiiraa gootee si hanbisti.
#5ffaa: Namoota milkaa'inna hedduu argamsiisan wajjiin ooluun... salphamatti yaaduma isaanii qofaan akka daftee milkooftuuf si qarqaara...
#6ffaa: Jalqaba kee irratti ijjannรณo kee bakkaa sochoofta taanaan... gaafa hamilee guddaa irra geettes akka salphaatti kuftu beeki...
#7ffaa: Hujiin ulfinna... namni hunduu bakkuma jirtutti hujii isaa qulqullinnaan haa raawwatuu...!
#8ffaa: Strategyn humna waan qabuuf jiraadha jedhu dogoggora. iccitiin jireenya keennaa humna qofaa miti waan ta'eef.
#9ffaa: Abjuun kankee hamma fedhes guddatu; hanga fedhes fagaatu uf hin tuffatin, daftees harka hin kennatin.
#10ffaa : furmaanni tokko namni duuba Kee akka hin haasofne yoo barbaadde... ati isaan hin dhaggeeffatin.. isaaniif bakka hin laatin....
โœ @Ibroo

share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
โœ Rasuulli keenya (SAW) balaa/fitnaa 34 irraa maganfatan... mee 2 naaf barreessaa...?



comment ๐Ÿ‘‡
#Juhaa(ShekNasraddiin)

Warri hin beekne warra beekutti haa himuu....๐Ÿ˜

Juhaan gaafa tokko gorsaaf ummata duratti bahee ture.
๐Ÿ‘ณโ€โ™‚#Juhaa: Anba teenna maal akka isin gorsuu hedu beektuu___?
๐Ÿ‘ฅ#Ummata : "Waan isin yaaddan akkamitti beekuu dandeenya sila.." jedhaniin.
๐Ÿ‘ณโ€โ™‚#Juhaa: "ka isin hin beekne bu'aa maal qaba ree haasofni koo.."/jedhee bahee deema.
Ammas turee guyyaa biraa carraan isaaniin walitti deebisa.
๐Ÿ‘ณโ€โ™‚#Juhaa : Gaafima jalqabaa sana gaafataan...
๐Ÿ‘ฅ#Ummata : " Ee...ni beekna " jedhe ummannis...
๐Ÿ‘ณโ€โ™‚#Juhaa : " Ajaa'iba waan an dubbachuu hedu erga ka dura beektanii...maaf isinitti iyyaa oola ree..." Jedhee hardhas dhiitee baha.
โœ ๐Ÿ‘ฅHawaasnis bitaa itti galee amma walgahanii marii eegalan. Amma booda sheekni gaafii akkanaa nu gaafata taanaan, walakkaan " ee...ni beekna" walakkaan keenya immoo "lakkaa hin beeknu.." Jennaan jedhanii waliigalan.
Ammas guyyaa #3ffaa itti deebi'ee gaafii kana gaafataan ( waan isin gorsuu hedu beektuu?)
๐Ÿ‘ฅ#Ummata : Sagaleen ummataa wal dhabuu eegala. Muraasni " ee...ni beekna", muraasni ammoo "lakkaa hin beeknuu" jedhan.
๐Ÿ‘ณโ€โ™‚#Juhaa : Wow baay'ee bareeda...baay'ee bareeda. Amma akki gootan dhageeffadhaa :
"Warri hin beekna jettan suni warra hin beeknu jedhe sana barsiisaa..."๐Ÿ˜‚ jedheen jedhama.
โœ@Ibroo

Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
๐Ÿ“ฏแ‹จแˆ˜แˆแŠซแˆ แŠแŒˆแˆญ แˆแˆ‰ แˆ˜แˆแŠซแˆ แˆ›แˆˆแ‰ต แŠ แˆ‹แˆ… แˆˆแŠฅแˆญแˆฑ แˆฒแ‰ฐแ‹แˆ… แŠแ‹ แขแ‹จแŒฅแ‹แ‰ต แˆแˆ‰ แŒฅแ‹แ‰ต แˆ›แˆˆแ‰ต แ‹ฐแŒแˆž แŠ แŠ•แ‰ฐแŠ• แˆˆแˆซแˆตแˆ… แŠแแˆต แˆฒแ‰ฐแ‹แˆ… แŠแ‹ แข
https://t.me/tafak_or
#Really

โœ Ilmi namaa kuni waan ati taateef hunda dagatee... waan ati tahuufii dadhabde qofa yaadata.
@tafak_or
-
‏ู„ุง ุชูŠูŽุงุณ ูˆู„ูƒ ุฑุจูŒ ูŠู‚ูˆูŒู„ :
" ูˆูŽุฑูŽุญู’ู…ูŽุชููŠ ูˆูŽุณูุนูŽุชู’ ูƒูู„ูŽู‘ ุดูŽูŠู’ุกู "๐Ÿ’—โœจ
โœ Nabi muusaan (Aleyhissalaam) bishaan obaaseefii ergasii gara gaaddisaa deebi'ee, gaaddisa jalatti boqonnaa fudhachuu eegale.
(ูุณู‚ู‰ ู„ู‡ู…ุง ุซู… ุชูˆู„ู‰ ุงู„ู‰ ุงู„ุธู„)
โœ Gaarii namaaf hojjadhu, garuu nama gaarii taateef sanirraa deebitee galata hin eegin. yoo akkana goote badhaasni Rabbii bakka ati hin yaannee fi akka ati hin eegneen sitti dhufuu danda'a waan ta'eef.

share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Yaada...

โœ Osoo guyyaan hardhaa Kuni guyyaa dhumaa Kee tahuu beektee, addunyaa tanarratti maal tahuu/dalaguu hawwita mee____?๐Ÿ˜ข



comment ๐Ÿ‘‡
โœNamoonni biyyoota Europe guyyaa gabaabaa keessatti deemuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa....
1ffaa: @Belarus.... guyyaa 20 hanga 30 keessatti...
2ffaa:@Greek guyyaa 10 keessatti...
Kafaltiin erga biyya San seentanii booda...
3ffaa : @Turkey... kafaltiin parentiin cinaan... osoo hin deemin dura....
Hubachiisa... biyyoonni kunneen biyyoota Europe keessaa gurguddoo jedhaman kamuu seenuuf... dildila Akka taate hin dagatinaa....

Seenaa
https://t.me/Ibrahim_92taf
โœNamoonni biyyoota Europe guyyaa gabaabaa keessatti deemuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa....
1ffaa: @Belarus.... guyyaa 20 hanga 30 keessatti...
2ffaa:@Greek guyyaa 10 keessatti...
Kafaltiin erga biyya San seentanii booda...
3ffaa : @Turkey... kafaltiin parentiin cinaan... osoo hin deemin dura....
Hubachiisa... biyyoonni kunneen biyyoota Europe keessaa gurguddoo jedhaman kamuu seenuuf... dildila Akka taate hin dagatinaa....

Seenaa

https://t.me/qube_ee
#Oduu_gammachiisaa
Maatii Tafakkur hundaaf...

โœ Ethiopia irraa gara #Belarus irraa gara
Germany gara
Poland gara
England deemuu namoonni barbaaddan seeraan if qopheessaa...!
akkasuma Ethiopia irraa gara #Greek Greek irraa
Germany
USA
UK ykn England namoonni guyyaa 10 keessatti deemuu barbaaddan qofti uf qopheessaa...
#Hubachiisa :Kafaltiin isaa erga waa hundi dhumatee biyya sana seente... ykn galgala bararaaf kaatu sana kaffalama...
passport fi Suuraa qofa barbaachisa
#Carraan_yeroo_hunda_hin_deebitu....

Seenaa๐Ÿ‘‡
https://t.me/qube_ee
Warri Tafakkur Jirtuu....


dhiifama kaa nun komatinaa... hanga sagantaa keenyaan walitti deebinuuf.