๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Namtichi kun(Abbaaqabeenyaa) kadhataa kanaa homa takka kennuufii didee itti iyuee ufirraa ari'e, Inumaa jechoota uulfaatoo afaan nama hin dubbanne mara jedheen jedhan. โซ Ergasii Kadhattuunis akkana jedheen Rabbiin irra siif haa taruu Yaa Sayyida kiyya :Osooโฆ
#Kutaa_3ffaa
Namtichi kun erga meeshaan isaa gubatee booda haala miira gaddaa keessa seenee jiruun gara haadha warraa isaatti gale, haati warraas miira gaddaa erga isarraa gartee booda abbaa ebaluu maal taate jettee gaafatte?
achumaa #Abbaan-warraas "Ibiddi bar suuqii kiyya guutuu gubeen, harka qullaatti hafee!." Jedheen.
Booda #Haati-warraa nama Rabbitti amante fakkaattii " Yaa sayyida koo!, Rifannootaaf harka hin kennatin, Qadara Rabbiiti amani!, Rabbiin keyrii tana caaltu bakka siif buusuun ni mala waan taateef Rahmata Rabbii keetii irraahis garaa hin muratin." Jetteen.
Achumaa #Abbaanwarraa ishees " Ani si horachuu waan hin dandeenyeef, mee hanga keeyriin ati baantu suni dhufuuf ati warruma kee bira turi ." Jedheenii xalaaqe jedhan.
Garuu Rabbiin erga inni furee/xalaaqee booda isii ulfeessee, jaarsa ulfaataa, kan rakkataa yaadatu, kan miskiinatti garaa laafu, kan gaddaa fi gammachuun isaas miskiina wajjiin taโe tokkotti Rabbiin ishee qabe.
#Hin_xumuramne
Itti_fufa
Join๐
@tafak_or

โ#Dalagaalee_gaggaarii kurnan Zulhijjaatiin walqabatan
(Dalagaalee 170 ol....)
#Kutaa_3ffaa(31_45)
โ Salaata Duhaa salaatuu.
โ Zikriiwwan ganamaa fi galgalaa dagachuu dhabuu.
โ Zikriiwwan hundaa bakka isaan barbaachisan hundatti jabeessuu.
โ Yeroo Rafnu kamuu xahaaraa irratti Rafuu.
โ Guyyaa Jum'aa qaama dhiqachuu.
โ Guyyaa jumโaa Urgeeffachuu.
โ Ganamaan gara masjidaa deemuu/obboreeffachuu.
โ Imaamatti dhihaachuu ykn saffaa duraatti salaatuu.
โ Qaawwa/hulaa duwwaa saffaa keessatti yoo argite cufuu.
โ Saffii salaataa guutuu.
โ Seeqachuu.
โ Uumaawwan Rabbiin addunyaa tanarratti uume xiinxalluu.
โ Miidhaa kallattii muslimaatiin sitti dhaqqabaa hundaa danda'u/waliif obsuu.
โ Haala gaarii irratti wajjiin jiraachuu.
โ#45ffaa : Walitti laaffisuu..., garaa waliif laafuu.
#Itti_fufa....
โ@Ibroo
๐๐๐๐
Follow us๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

โ#Jaartii_Ajaa'ibaa
(waggaa 50 gammachuun dabarsite)...
#Kutaa__3ffaa
โ Ani yeroo abbaan manaa kiyya dallanee lafaa utaalu, ani sagalee kankoo dhokfadha. Yoo inni dubbatu caldhiinsa kabajaa, caldhiinsa sodaa isaa ibsu, mataa koo gadi qabadhee caldhisee eega hanga xumuratuuf. Obboleettii tiyya caldhiinsi kunuu gosa lamatu jira:
tokko kabajaa fi sodaa ibsa, tokko immoo tuffii fi qoosaa ibsa. Natti hin beeku Jettee tuffiidhaaf jalaa caldhisnaan....dhiirti qaroodhaa uf eeggadhu.
A)@Gaazexeessituu... "Yeroo inni akkasitti siin lolu San maaltu mana si teessise, maaf jalaa hin baane?" jettee gaafatte.
B) @Manguddittii... Ooooh waan akkasii tasumallee hin yaadin. waan akkasii yaadda taanaan, waan ati haasawa isaatii gatii hin kennine itti fakkaata waan ta'eef. hanga inni tasgabbaayuuf waan inni jedhe tole jetteetumaan fudhachuu qabda.
erga sanii amma geeffattanii Abbaa ebaluu?! jedhee gaafadha.
Erga inni aarii isaa geeffatee hubadhee, Iyyaansa isaa sana booda boqonnaa akka inni barbaadu waan beekuuf, manaa bahee hujimanee kiyya kan na eeggatu xumuradha.
A)@Gaazexeessituu... "Achi booda hoo maal goota mee ? Torbaan tokkoo fi sana ol ittiin oodda moo ? Mee maaluma goota naaf himi" jettee gaafatte.
โ@Ibroo
#Ittuma_fufa...๐

Ajaa'iba(Namicha dhiira fuute 100 mari'atee fuudhe...) #kutaa__2fffaa Namtichi kuni waadaa isaa guutuuf gara maraattuu imaluu eegale. maraattuun kuni shonkoora akka fardaatti yaabbatee deema. Wayta ani deemee bira gahu... B) #Maraattuu : Fardi koo si waxalaaโฆ
#Kutaa_3ffaa..
B) Maraattuu ;
#1ffaan tan siif taatu siin jedhe Suni : Intala dubraa tan uumaa irra jirtu; tan dubrummaan jirtu. intalti tun jaalalaa fi onneen isiillee simaafi; si malee addunyaa kanarratti nama beektu hin qabdu. Yoo ati gaarii gooteefis "dhiira jechuun kana jetti". yoo ati miites "dhiirti Isa naaf caaltu inuma hin jirre" jetti.
#Isheen_2ffaan Suni : Gursummeettii haadha ijoolleeti. sirraa fuudhaa ijoollee isii kan jaarsa kaanii afaan keetti(si nyaachuu qofa). Buddeena Kee nyaataa jaarsa jalqabaa saniif boossi jedheen.
Isheen #3ffaan suni immoo : Gursummeettii ijoollee hin qabneedha. yoo ati gaarii taateef "kanatu sana irra caala" jetti. yoo ati xiqqoma itti hanqiste "abboo kan duraa santu caala" jetti.
kanaafuu ati sirritti taanaaniif isheen teeti.. ykn immoo Ibidda manatti si keetti... jedhee fiigichaan na bira kute.
A) Namicha:....
#itti_fufa....
Share๐