๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
11.8K subscribers
564 photos
22 videos
24 files
2.02K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
๐Ÿ‘‰Biyya namni heeruma ykn fuudha dide itti adabamu beektuu?
****
โž›Chaad manadara Mangaalmee keessatti namni gaaffii heerumaa ykn fuudhaa dhiyaatefii yoo hin barbaadu jedhe aad-maleedha. Jarri lamaanuu ni adabamu.

โž›Mandarri kun kaaba baha Chaaditti kan argamtu yoo ta'u, addabbiin maalaqaa irratti dabarfama.

โž›Warri gurbaa jaarsa warra intalaatti yoo ergatanii, warri intalaa lakki intala keenya hin kenninu yoo jedhan ykn intalli heerumaaf fedha yoo dhabde adabbiitu ishee eeggata.

โž›Gurbaanis akkasuma intala warra abbaa ebeluu hin fuudhu jedhee kan dide yoo ta'e adabbiitu isa eeggata.
Maddi #BBCdha.
#Yaada_asirratti_yoo_qabaattan kennuu dandeessu
Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Yaada

Sagantaa #live/tamsaasa kallattiiisinii eegaluudhaaf maal yaaddan. Yoo xiqqaate torbaanitti guyyaa tokko hanga 2......
Yaada nuu kennaa mee..
Yeroo fi mataduree akkam akka barbaaddan.
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
#Yaada...

โœ Osoo guyyaan hardhaa Kuni guyyaa dhumaa Kee tahuu beektee, addunyaa tanarratti maal tahuu/dalaguu hawwita mee____?๐Ÿ˜ข



comment ๐Ÿ‘‡