๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12.2K subscribers
613 photos
25 videos
32 files
2.11K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Seenaa_bashannansiistuu

#Nugusa_Qaroo_fi_Namticha_Qaroo_tokko.

โž›Namtichatu mooticha tokko bira deemee walaloo afaan Arabaa takka dhiheesseefii jennaan,mootichi akka malee dinqisiifatee akkana jedheen jedhan;

๐ŸŽ…#Nugusa;Yoo hajamte Waan barbaadde na gaafadhu.
๐Ÿ‘ค#Namticha;waan an barbaade ima naa kennitaa..?

๐ŸŽ…#Nugusa;Eeyyan siif kenna.
๐Ÿ‘ค#Namticha;Diinaara hanga ani laakkofsa isaa Qurโ€™aana keessatti maqaa dhahee akka naaf kennitu barbaada.

๐ŸŽ…#Nugusa;Hayyee jaaladhe.
๐Ÿ‘คNamticha(weellisaa);Rabbiin Qurโ€™aana isaa keessatti akkana jedha;
"ูˆุฅู„ู‡ูƒู… ุฅู„ู‡ ูˆุงุญุฏ"

๐ŸŽ…#Mooticha;Diinaara tokko kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Ammas Rabbiin Qurโ€™aana keessatti akkana jedhe;
"ุซุงู†ูŠ ุฃุซู†ูŠู† ุฅุฐ ู‡ู…ุง ููŠ ุงู„ุบุงุฑ"

๐ŸŽ…#Mooticha(Nugusa);Diinaara lama baasee kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namticha;Ammas aayata Qurโ€™aanaa tana qara'e;
"ู„ุง ุชู‚ูˆู„ูˆุง ุซู„ุงุซุฉ ุงู†ุชู‡ูˆุง ุฎูŠุฑุง ู„ูƒู…"

๐ŸŽ…#Nugusa;Diinaaara Sadi kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Ammas Aayata Qurโ€™aanaa tana qara'e;
"ูˆู„ุง ุซู„ุงุซุฉ ุฅู„ุง ู‡ูˆ ุฑุงุจุนู‡ู…"

๐ŸŽ…#Nugusa;Diinaara Afur ajajeef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Aayata tana qara'e;
"ูˆู„ุง ุฎู…ุณุฉ ุฅู„ุง ู‡ูˆ ุณุงุฏุณู‡ู…"

๐ŸŽ…#Nugusa;Diinara Shanii fi jahas kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Ammas Aayata akkana jettu qara'e;
"ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฐูŠ ุฎู„ู‚ ุณุจุน ุณู…ูˆุงุช"

๐ŸŽ…#Nugusa;Diinaarii torba kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Aayata akkana jettu qara'e;
"ูˆูŠุญู…ู„ ุนุฑุด ุฑุจูƒ ููˆู‚ู‡ู… ูŠูˆู…ุฆุฐ ุซู…ุงู†ูŠุฉ"

๐ŸŽ…#Nugusa;Diinara saddeetii kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Aayata tana qara'eef;
"ูˆูƒุงู† ููŠ ุงู„ู…ุฏูŠู†ุฉ ุชุณุนุฉ ุฑู‡ุท ูŠูุณุฏูˆู† ููŠ ุงู„ุฃุฑุถ"


๐ŸŽ…#Mooticha;Diinaarii Sagal kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Aayata tana qara'eef;
:"ุชู„ูƒ ุนุดุฑุฉ ูƒุงู…ู„ุฉ"

๐ŸŽ…#Mooticha;Diinaara kudhan baasee kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Ammas Aayata akkana jettu qara'e;
"ุฅู†ูŠ ุฑุฃูŠุช ุฃุญุฏ ุนุดุฑ ูƒูˆูƒุจุง"

๐ŸŽ…#Mooticha;Diinaara kudhatokko baasee kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Ammas aayata tana itti qara'e;
"ุฅู† ุนุฏุฉ ุงู„ุดู‡ูˆุฑ ุนู†ุฏ ุงู„ู„ู‡ ุงุซู†ุง ุนุดุฑ ุดู‡ุฑุง ููŠ ูƒุชุงุจ ุงู„ู„ู‡
"

๐ŸŽ…#Mooticha;Diinaarii kudhalamaa baasee kenneef.
๐ŸŽ…Mooticha;Dachaa waan amma qara'ee kana kennaafii as keessaa ari'aa jedheen.

๐Ÿ‘ค#Namicha;maalan balleesse mootii koo?akkanatti waliif gallee sila?
๐ŸŽ…#Booda Aayata tana natti qara'ittaaf si sodaadhe jedheen;
"ูˆุฃุฑุณู„ู†ุงู‡ ุฅู„ู‰ ู…ุงุฆุฉ ุฃู„ู ุฃูˆ ูŠุฒูŠุฏูˆู†"
(#Kuma_Dhibbaa_fi_achii ol)jetti aayaan Qurโ€™aanaa.

#Qarri_Qara_hin_muru
Share godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Sagantaa_Boohartii

Namtichatu guyyaa tokko garaa keessa dhukkubsatee Doktora bira deeme;-

๐Ÿ•ตโ€โ™‚#Doktora; Aabboo maal taatan ?
๐Ÿ‘จโ€๐Ÿฆฒ#Namicha; Doktor gaarama kana keessa dhibamaa maalan beeka ani!.
๐Ÿ•ตโ€โ™‚#Doktora; Ganama maal nyaatte?
๐Ÿ‘จโ€๐Ÿฆฒ#Namicha; Buddeena gubataadha.
๐Ÿ•ตโ€โ™‚#Doktora; Narsii tokkoon" mee kuulii ijaa naaf laadhu ija kuulaafii" jedhe.
๐Ÿ‘จโ€๐Ÿฆฒ#Namicha; Doktora kan na dhukkubaa jiru ija osoo hin taane garaa ta'uu bartanii garuu!?
๐Ÿ•ตโ€โ™‚#Doktora; Eeyyan sirriitti bareera, garuu ija tee wanti siif kuuluuf..akka 2ffaa deebitee biddeen gubataa hin nyaanneef..., jedheen.
โปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโป
โปโปโปโปโปโปโปโป๐Ÿ˜๐Ÿ˜โปโปโปโปโปโปโป
Join๐Ÿ‘‰https://t.me/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
โœ Namticha tokkotu hanga dhiira fuute dhibba tokko mariisisutti intala hin fuudhu jedhee kakatee/waadaa seene. sagaltamii sagal wajjiin waa'ee fuudhaa kana mari'attee namni tokko qofti hafeef. achumaa akkana jedhee murate; "Abbaa fedhes haa tahuu nama guyyaaโ€ฆ
Ajaa'iba(Namicha dhiira fuute 100 mari'atee fuudhe...)

#kutaa__2fffaa
Namtichi kuni waadaa isaa guutuuf gara maraattuu imaluu eegale. maraattuun kuni shonkoora akka fardaatti yaabbatee deema.
Wayta ani deemee bira gahu...
B) #Maraattuu : Fardi koo si waxalaa irraa fagaadhu jedhaan.
A) #Namicha; Farda kee hidhadhu mee waa si gaafachuu barbaadaa jedheen.
Achumaa dhaabee " ani dhiira fuute 100 mariisisuudhaaf waadaa Rabbii kootiif galee jira, 99 gaafadhee 100ffaa carraan sitti na geesse. Ani fuudha barbaadaa mee akkamitti fuudha natti himi? jedheeen.
B) #Maraattuu : Dubartiin tuni sadihima. Isaaniis:
1ffaan ; Tan siif taatu...
2ffaa; Tan si nyaattu...
3ffaa: lamaanuu tan hin qabneedha...
Fardi koo si dhiitaa narraa fagaadhu jedhee deeme...
A) #Namicha : Garuu ibsa isaa sin gaafannee bar jedhee... duubaan fiigee itti dhaqqabee..
"Abboo mee farda Kee asitti hidhadhu" jedheen. achumaa maraattichis farda ufii hidhate. Namtichis xiqqoo itti dhihaatee... "Dubbiin reefuu Suni naan gallee naa ibsi mee" jedheen...
B) Maraattuu...

#ittu_fufa...
share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or