𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
11.8K subscribers
564 photos
22 videos
24 files
2.02K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Namticha tokkotu hanga dhiira fuute dhibba tokko mariisisutti intala hin fuudhu jedhee kakatee/waadaa seene. sagaltamii sagal wajjiin waa'ee fuudhaa kana mari'attee namni tokko qofti hafeef. achumaa akkana jedhee murate; "Abbaa fedhes haa tahuu nama guyyaa…
Ajaa'iba(Namicha dhiira fuute 100 mari'atee fuudhe...)

#kutaa__2fffaa
Namtichi kuni waadaa isaa guutuuf gara maraattuu imaluu eegale. maraattuun kuni shonkoora akka fardaatti yaabbatee deema.
Wayta ani deemee bira gahu...
B) #Maraattuu : Fardi koo si waxalaa irraa fagaadhu jedhaan.
A) #Namicha; Farda kee hidhadhu mee waa si gaafachuu barbaadaa jedheen.
Achumaa dhaabee " ani dhiira fuute 100 mariisisuudhaaf waadaa Rabbii kootiif galee jira, 99 gaafadhee 100ffaa carraan sitti na geesse. Ani fuudha barbaadaa mee akkamitti fuudha natti himi? jedheeen.
B) #Maraattuu : Dubartiin tuni sadihima. Isaaniis:
1ffaan ; Tan siif taatu...
2ffaa; Tan si nyaattu...
3ffaa: lamaanuu tan hin qabneedha...
Fardi koo si dhiitaa narraa fagaadhu jedhee deeme...
A) #Namicha : Garuu ibsa isaa sin gaafannee bar jedhee... duubaan fiigee itti dhaqqabee..
"Abboo mee farda Kee asitti hidhadhu" jedheen. achumaa maraattichis farda ufii hidhate. Namtichis xiqqoo itti dhihaatee... "Dubbiin reefuu Suni naan gallee naa ibsi mee" jedheen...
B) Maraattuu...

#ittu_fufa...
share👇
https://t.me/tafak_or