#Namtichi_fokkataan_kuni_bu'aa_maal_nuu_buuse?
#Dubbisaa
โพJechi isaa keessa keenya laalessus garuu kallattii tokkoon bu'aa nuuf buusee jira,keessaa;
#1ffaa; Jaalalli ilmi namaa Rasuula Isaatiif qabu(SAW) garmalee dabaluu.
#2ffaa; Tokkummaan muslimootaa cimaa akka deemu/muslimoonni akka dammaqan godheera.
#3ffaa; Muslimtoonni seenaa Hayyuduree fi Imaama Anbiyootaa, Sesnaa Nabiyyii keenyaa dubbisutti akka bobba'u godheera.
#4ffaa; Seenaan Nabiyyii keenyaa, Akhlaaqni isaanii fi sadarkaan isaanii miidiyaa hawaasaa irrattii fi masjidota hedduu irratti barsiifamuu eegalee jira.
#5ffaa; Namoonni asiin dura Islaamummaa maqaa qofa qaban Islaamummaa dhamaa fudhachuu eegalan.
#6ffaa; Jibbaa Yahuudaan Islaamummaadhaaf qaban...kan Rabbiin Qurโaana keesatti nuuf himee ture san....namichi kun ifatti nuuf basee jira.
ูู ุง ุชุฎูู ุตุฏูุฑูู ุฃูุจุฑ.
#Salawaata_Buusaa
Join๐https://t.me/tafak_or

Dhaamsa 10 tana narraa fudhaa mee nan tuffatinaa...
#1ffaa: Leenci hanga fedhe beelahus marga hin dheedu. hanga feete rakkattus; miidhamtus; dhiitamtus bakka Kee gadi hin dhiisin.
#2ffaa:Carraan si Jala dabre tokko durumaa carraa keetii miti waan ta'eef maaf ? akkamitti na jala dabre ? jettee mataa uf hin nyaatin...
#3ffaa: Iccitiin milkaa'innaa jabaatanii hojjachuu keessa jira waan ta'eef... hanga haasoftu caala, harkaan tattaafadhu...
#4ffaa: Jireenyi hammaatte dhiira gootee qartee si baasti... jireenyi quufaa sobdee fakkaataa dhiiraa gootee si hanbisti.
#5ffaa: Namoota milkaa'inna hedduu argamsiisan wajjiin ooluun... salphamatti yaaduma isaanii qofaan akka daftee milkooftuuf si qarqaara...
#6ffaa: Jalqaba kee irratti ijjannรณo kee bakkaa sochoofta taanaan... gaafa hamilee guddaa irra geettes akka salphaatti kuftu beeki...
#7ffaa: Hujiin ulfinna... namni hunduu bakkuma jirtutti hujii isaa qulqullinnaan haa raawwatuu...!
#8ffaa: Strategyn humna waan qabuuf jiraadha jedhu dogoggora. iccitiin jireenya keennaa humna qofaa miti waan ta'eef.
#9ffaa: Abjuun kankee hamma fedhes guddatu; hanga fedhes fagaatu uf hin tuffatin, daftees harka hin kennatin.
#10ffaa : furmaanni tokko namni duuba Kee akka hin haasofne yoo barbaadde... ati isaan hin dhaggeeffatin.. isaaniif bakka hin laatin....
โ @Ibroo
share๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

ุจููุณูู
ู ุงูููููู ุงูุฑููุญูู
ููู ุงูุฑููุญููู
ู
Hiikkaa #Suuratul_Qadrii...
ุฅููููุง ุฃููุฒูููููุงูู ููู ููููููุฉู ุงููููุฏูุฑู
1) Nuti buufnee jirra qur'aana kana, halkan leeylatulqadrii keessa.
โ Halkan tuni maaliif leeylatulqadri/ูููุฉ ุงููุฏุฑ jedhamte___?
Mooggasa kana keessa ulmaa'iin sababni adda addaa akka jiru nuuf himanii jiru. innis:
#1ffaa: leeylatulqadri jechuun halkan guddinnaa jechuudha...
qadriin sadarkaa ykn guddinna.
kanaafuu Rabbiin qur'aana keessatti akkana jedha:
ูู ุง ูุฏุฑูุง ุงููู ุญู ูุฏุฑู...
"Rabbiin guddinna isaan malu guddisuu hin dandeenye..."
#2ffaa: Dhiphinna jechuudha...
Heddumminna Malaa'ikoota halkan sana keessa gara dachee gadi duudan irraa kan ka'e dacheen ni dhiphatti jechuudha.
๐ Halkan isa keessa dacheen gabroottan isaatiin dhiphattu.
Ragaan kanaa qur'aana irraa๐
ูู ู ูุฏุฑ ุนููู ุฑุฒูู...
"Nama Rizqiin isaa itti dhiphatte...."
#3ffaa: Qadrii jechuun murtii jechuudha..
halkan isa keessa murteen dabartuudha...
#4ffaa: Namni hiree hin qabne guyyaa sana keessa abbaa hiree ykn carraa taha.
#5ffaa: Halkan isa keessa qur'aanni kabajaa qabu buufame; Rahmanni kabajaa qabduu fi Malaa'ikoonni kabajaa qaban bu'an jechuudha...
#6ffaa: Halkan barakaa jechuus ni taha...
ุฅูุง ุฃูุฒููุงู ูู ูููุฉ ู ุจุงุฑูุฉ .....
#itti_fufa....
Share๐