๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
9.32K subscribers
547 photos
20 videos
20 files
1.77K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Hin_dagamin!

โžพKa'umsi kee akka sin dagne....Ibliisuu bar yeroo jalqabaatiif mu'umina turee, garuu amma eessa jira?
Join๐Ÿ‘‰#Tafakkur
๐Ÿชก๐™ธ๐š—๐š—๐š’๐š—๐šž๐šž ๐š—๐šŠ๐š— ๐š๐šŠ๐šŠ๐š๐šŠ๐š—๐š—๐šŽ๐šŽ ๐šŠ๐š—๐š’ ๐šš๐š˜๐š๐š๐š’ ๐š–๐šŠ๐šŠ๐š•๐š’๐š’๐š ๐š’๐šœ๐šŠ ๐š๐šŠ๐šŠ๐š๐šŠ๐š๐š‘๐šŠ ?

โžพJechi tun jireenya nama hedduu diigdee jirti.
โžพJechi tun hiriyyaa gaarii addaan fageessitee jirti.
โžพJechi tun jaalala dhugaa balleessitee jirti.
โžพJechi tuni walitti dhufeenya nama hedduu gabaabsitee jirti.
โžพJechi tun sehaa badaa gidduu keenyatti uumtee jirti.
โžพJechi tun hedduu keenyatti balbala keeyrii cuftee jirti.
โžพjechi tun wal hamachutti nu geessitee jirti.
โžพJechi tun wal komachutti nu geessitee jirti.
โœWal bararraaquu dhiisnee wal haa barbaannuu.
โœ”Jechamoota gaggaarii argachuu feenaan chaanaalii #Tafakkur kana๐Ÿ‘‰Join๐Ÿ‘‡https://t.me/tafak_or godhaa
#Tafakkur(Qurโ€™aana )

โžซBaay'inni qubee Qurโ€™aanaa #323671 geessi. Namni qubee takka dubbise toltuu 10 argat. ( Namni Alif/ุฃ jedhe 10 argata )
โžซKanaafuu 10ร—323671 meeqa ta'a_?

โžฌ10ร—323671 = 3236710 ta'a
Waan nama ajaa'ibsiisaa namni Qurโ€™aana yeroo takka qofa kattame ajrii miliyoona 3f kuma dhibba 2 ol yoo argata jechuudha.
ูˆุงู„ู„ู‡ ูŠุถุงุนู ู„ู…ู† ูŠุดุงุก ูˆุงู„ู„ู‡ ูˆุงุณุน ุนู„ูŠู….

โœ@Ibroo๐ŸŒน๐ŸŒน
Join๐Ÿ‘‰https://t.me/tafak_or
โž›Dalaggaa_gaggaarii 173 ol kurnyan Zulhijjaa keessa dalaguudhaaf qophiidhaa___!?

#Tafakkur irratti nu eegaa
Anonymous Poll
99%
Eeeeyyan๐Ÿ‘
5%
Miti๐Ÿ‘Ž
#Tumsa_Rasuulaa
โž› Dhufaa jirra warri #Tafakkur inshallah.....kitaabaa xiiqiidhaan, xiqqiidhaaf, nama xiiqa'ee beekuuf barraahe.
Barreessaan ๐Ÿ‘‡
abbaa chaanaalii #Tafakkur, abbaa kitaaba #Iccitii_dhaloota_qubee
๐Ÿซต#Tafakkur

{ Qabeenyi kootis waa narraa deebisuu hin dandeenye....}
‏ ‏โ€Œโ€Œโ€Œ‏ โ€Œโ€Œ‏โ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œ‏๏ดฟู…ูŽุง ุฃูŽุบู’ู†ูŽู‰ ุนูŽู†ู‘ูŠ ู…ูŽุงู„ููŠูŽู‡ู’๏ดพ

โœ Namni dondha/Bakila caalaa waan hore keessaa deege inuma hin jirre.
ู„ู… ุฃุฑ ุฃุดู‚ู‰ ุจู…ุงู„ู‡ ู…ู† ุงู„ุจุฎูŠู„!

โœ Duniyaa gubbatti qabeenya kana walitti qabuuf dhakaa fi mukatti bu'ee; boolla namni hin seene seenee; dhiphatee; dafqee walitti qaba.
‏ู„ุฃู†ู‡ ููŠ ุงู„ุฏู†ูŠุง ู…ู‡ุชู…ูŒ ุจุฌู…ุนู‡
โœ Aakiratti immoo qabeenya kana eessaa walitti qabde ? Maaliif walitti qabde ? Eessatti balleessite ? Maaf haqa koo dhoorgatte ? Maa miskiina bira dabrite? Maaf ollaa kee dagatte ? Maaf haraama keessatti baaste ? Maaf haraamarraa walitti qabde ? Jedhamee....waggaa dheeraa irratti qormaatama.
ูˆููŠ ุงู„ุขุฎุฑุฉ ู…ุญุงุณุจูŒ ุนู„ู‰ ู…ู†ุนู‡
โœ Duniyaatti boqonnaa hin arganne; yaada keessaa bahee gammachuu hin arganne. Aakirattis qormaata jala taruu hin dandeenye....!
ุบูŠุฑ ุขู…ู† ููŠ ุงู„ุฏู†ูŠุง ู…ู† ู‡ู…ู‡
ูˆู„ุง ู†ุงุฌ ููŠ ุงู„ุขุฎุฑุฉ ู…ู† ุฅุซู…ู‡

โœ Duniyaa gubbatti osoo qabuu, akka nama hin qabneetti jireenya hiyyeessaa jiraataa ture...!. Qormaanni isa eeggatu kan qiyaamaa garuu qormaata warra sooreyyiiti......!
#Maali_hoongoon_akkanaa....!
ุนูŠุดู‡ ููŠ ุงู„ุฏู†ูŠุง ุนูŠุด ุงู„ูู‚ุฑุงุก
ูˆุญุณุงุจู‡ ููŠ ุงู„ุขุฎุฑุฉ ุญุณุงุจ ุงู„ุฃุบู†ูŠุงุก

โœ@Hasanalbasrii irraa....
‏ุงู„ุญุณู† ุงู„ุจุตุฑูŠ

Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
โœ Chaanaalli #Tafakkur miseensota 4700 ol qaba. miseensonni keenna hunduu osoo nama 1 qofa add godhanii ykn nama tokko affeeranii namoonni keeyrii tana saamatan meeqa tahu....!?
โœ Waan ufii jaalattan obbolaa keessaniifis jaaladhaa....

https://t.me/tafak_or