๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
10.2K subscribers
551 photos
21 videos
21 files
1.85K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Hin_Dagamin

@tafak_or
โž›๐Ÿซ Iddoo gaariidhaan hin dagamin,iddoon jannata Rabbii irra gaarii waan hin jirreef.

โž›๐Ÿง Heddumminna Ibaadaatiinis akka hin dagamne,Ibliis waggaa dheeraadhaaf ibaadaa dalagaa ture garuu achumaa as wanti isa mudate isa mudate.

โž›๐Ÿ““Beekkumsa keetiinis hin dagamin #Bal'aam_binu_Baa'uuraa nama jedhamuu achumaa as keessaa luqqifamtee.

โž›๐Ÿ‘ฅNamoota gaggaarii wajjiin walitti dhufeenya qabaachuu keetiinis hin dagamin,namni nabiyyii keenyarra(SAW) gaarii inuma hin jirre,garuu kanumaan wajjiinuu munaafiqaa fi Adawwiin isaanii irraa fayyadamuu hin dandeenye.

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Hin_dagamin!

โžพKa'umsi kee akka sin dagne....Ibliisuu bar yeroo jalqabaatiif mu'umina turee, garuu amma eessa jira?
Join๐Ÿ‘‰#Tafakkur