๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
10.2K subscribers
551 photos
21 videos
21 files
1.85K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Fataawaa

#Gaafattuu :๐Ÿ‘‡
Jaarsi obboleettii tiyyaa takka gaduma bahee osoo wal hin dhabin karaa deeme. Gara biyya Ameerikaa kana jira, daaima tokko walirraa qaban, waggaa sadi erga turee booda mesagedhan an si hiikee jiraa jedheen, isheen guyyaa sana booda yoo itti bilbiltullee jalaa dubbatuu dide nikaan sun hiikame moo akkam____?

โž›#Deebii ๐Ÿ‘‡
Waleykumussalaam waraahmatullaahi wabarakaatuhuu. Missagiin isarraa dhufuun qulqulleeffatamnaan xalaaqni argamee jira waan taheef, Iddaa eeggattee heerumuu ni dandeessi yoo barbaadde.
Sheek/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii keessan๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

โž›#Gaafataa :๐Ÿ‘‡
Yoo inni galfatu fedhee isin galuufi didde ho ? Innii hikuu irraa fedha hin qabu. Isiin naa hikki jeettin, inni immoo sin hikku naf gaalli jeโ€™aani. Maharinis kul'ii uf godhi jeenan ni didde, isaan na hikki jetti.  Falli gurbaa kanaa akkami jettu_?
โž›#Hubachisa. Isiin galuus hin fetu, kul'iis of godhus hin fetu. garuu na hiiki isaan jetti. Inni galfachuu barbada.  Hiikuus hin fedhu..mee tun hoo akkami____?

โž›#Deebii ๐Ÿ‘‡
Murtiin xalaaqa isaanii manguddoon laallatuudha, saniin dadhabaamu immoo Qaadii bira deemuudha. (Sh/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii gaafachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

โž›#Gaafattuuu ;๐Ÿ‘‡
As.w.w. gaafiin kiyya : Jaarsaafii jartiin  hojjattoota mootummaa yoo taโ€™anii qabenya walitti horan, booda akka tasaa yo waldhaban, qabenya san irra qodamu  dandetti isiin__?

โž›#Deebii๐Ÿ‘‡
Waleykumussalaam, warahmatullaahi wabarakaatuh. Deebiin gaafii keetii akkana : "Qabeenyi isiin hojjattee argamsiiste kama isiiti. Qabeenya sanii fi mahrii isheetis fudhachuu ni dandeessi. "(Sh/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii gaafachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

#Gaafataa :๐Ÿ‘‡
โž›Zakaan mallaqa keessatti qarshii meeqa irraa namatti wajjabdi_?

โž›#Deebii :๐Ÿ‘‡
Qarshii giraama warqii ykn fiddaa 595 bituu dandeessutti wajjaba.
๐Ÿ‘‰#Yaadachiisa : Warqiin kuni immoo kan faayaa osoo hin taane kan mallaqaati. San kan addaan isiniif baasuu danda'u warra warqii sana gurguruudha.
(@Sheek/AbdussalaamXaahir)
-------------
-------------
Gaafii qabdaniif๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa
(#Gaafii_garaa_nama_nyaattu)

As wr wb ngh fi kabajaa Rabbin irra isinif haa tahu jecha gafii koo wahe nikahaa irrati.
Dubartiin takka heerumtee, ergaa heerumtee bodaa abba manaa ishee ergaa mana ufitin gahe guyya 45 wajin jirate biraa biyya alaa kute. Turti wagga afurii bodaa Walitti debi'an yero alaa jiru sanis inni baay'ee hin qarqaru hadha fi abba isiittu qarqara ture, inni qarqaarsa baay'ee (gahaa mitii ). Isiin haqaa isaa egdee isa eegaa turte. Turtii wagga 4 boda wal gahanii ilmo walirraa argatan.

Inni kuni guyya nikaahaa san qubee harkaa fi mormaa akkasuma kan gurraa fi meshaa mana keessaa-isiin haadha ufii biraa demte dahuf- yoo isiin debitu hin jiru kun hundi.๐Ÿ˜ญ meshanis haa taa'uu kana irratti dubbi sobaa fakkeessee hasaya,.... Ilmo san wolins isii gatee biraa demaa guyya barbade ni gaalaa...๐Ÿ˜ญ Nama kana isiin hiikuuf yaltee irra hikuu dide. Amma ergaa garga bahani wagga lamaa f ji'a sadi. Nikeenni isaanii akkam taha____?

#Deebii: ๐Ÿ‘‡
Duraan dursee abbootiin ijoollee kan haadha manaa keessan akkanatti azzabdan Rabbii keessan sodaadhaa. Rabbiin dubartii tana akka jabeessinu nuuf dhaamee jira. Rasuullis yeroo addunyaa tanarraa deeman waa'ee dubartii nuuf dhaamaa deeman.
โž› Deebii kankeetiif immoo : Nikeenni isaanii ni jira. Yoo inni irraa buusee fi yoo qaadiin irraa buuse malee. Gargar fagaachuun isaanii Nikaaha hin buusu.
Gaafii yoo qabaattan๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa๐Ÿ‘‡

๐Ÿ’ซ Baatii Ramadaanaa keessa kaafirri tokko Islaamummaa yoo seene, daa'imni tokko yoo guyyaa keessa ballage, akkasuma maraattuun tokko yoo guyyaa keessa fayye..sa'aatima sanirraa Sooma eegaluu qaba.

@tafak_or