𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
10.2K subscribers
551 photos
21 videos
21 files
1.85K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Fataawaa

#Gaafattuu 👇
As wr wb  Intalli takka yoo abbaa manaa isheetiin  goonkumaa walii galuu hin  dandeenye,. faksi ykn kul'ii goochuudhaaf mahrii isiidhaa kenne san deebisuudhaafi moo  irraitti  dabaluu dhafi____?

#Deeebii :👇
Waleykumussalaam warahmatullahi wabarakaatuh. Kul'iin isii miidhuun alatti, waan isiin kennuufii dandeettu irraa fudhatee gadi dhiisuu qaba. Isii miidhuun haraama waan taheef.
[ #Sh/AbdusslaamXaahir]

Gaafiidhaaf👇
https://t.me/tef_akkur2
Deebiudhaaf👇
https://t.me/tafak_or