#Fataawaa
➛ #Gaafattuu :👇
Yoo osoo Intalaan hin mari'atin warummaan kenneefi booda nikaaha godhaniifi turtii booda isiin nikaha narraa buusa yoo jettee akkami mee ni danda'amaa_?
➛#Deebii👇
Nikeenni ishee ni hidhamaa. Garuu Yoo jaalala ishee malee nikeenni godhame, Qaadii deemtee ufirraa buusuu ni dandeessi.(Sheek/#AbdussalaamXaahir)
Follow me👇
https://t.me/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

#Gaafattuu :👇
Jaarsi obboleettii tiyyaa takka gaduma bahee osoo wal hin dhabin karaa deeme. Gara biyya Ameerikaa kana jira, daaima tokko walirraa qaban, waggaa sadi erga turee booda mesagedhan an si hiikee jiraa jedheen, isheen guyyaa sana booda yoo itti bilbiltullee jalaa dubbatuu dide nikaan sun hiikame moo akkam____?
➛#Deebii 👇
Waleykumussalaam waraahmatullaahi wabarakaatuhuu. Missagiin isarraa dhufuun qulqulleeffatamnaan xalaaqni argamee jira waan taheef, Iddaa eeggattee heerumuu ni dandeessi yoo barbaadde.
Sheek/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii keessan👇
https://t.me/tef_akkur2

➛ #Gaafattuu 👇
As wr wb Intalli takka yoo abbaa manaa isheetiin goonkumaa walii galuu hin dandeenye,. faksi ykn kul'ii goochuudhaaf mahrii isiidhaa kenne san deebisuudhaafi moo irraitti dabaluu dhafi____?
➛#Deeebii :👇
Waleykumussalaam warahmatullahi wabarakaatuh. Kul'iin isii miidhuun alatti, waan isiin kennuufii dandeettu irraa fudhatee gadi dhiisuu qaba. Isii miidhuun haraama waan taheef.
[ #Sh/AbdusslaamXaahir]
❇❇❇❇
Gaafiidhaaf👇
https://t.me/tef_akkur2
Deebiudhaaf👇