๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
9.46K subscribers
547 photos
20 videos
20 files
1.78K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Ulfaataa

โœ”Jechi ulfaataa/ Saqiil jedhu Qurโ€™aana keessatti bakka 2 qofatti dubbatame. Isaanis:
[‏ูˆุฑุฏุช ูƒู„ู…ุฉ (ุซู‚ูŠู„ุงู‹) ููŠ ุงู„ู‚ุฑุขู† ู…ุฑู‘ุชูŠู† ูู‚ุท:]
โ‡โ‡โ‡โ‡
1) (Guyyaa ulfaataa) bakka kanatti guyyaa qiyaamaa sana itti baaname.
๐Ÿ”ด(ูŠูˆู…ุงู‹ ุซู‚ูŠู„ุงู‹) ุงู„ู…ู‚ุตูˆุฏ ุจู‡ ูŠูˆู… ุงู„ู‚ูŠุงู…ุฉ.
2) (Jecha ulfaataa ) bakka kanatti immoo Qurโ€™aana kabajamaa itti baaname.
๐Ÿ”ด(ู‚ูˆู„ุงู‹ ุซู‚ูŠู„ุงู‹) ุงู„ู…ู‚ุตูˆุฏ ุจู‡ ุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ูƒุฑูŠู….

๐Ÿ”บ#Yaadachiisa : Namni guyyaa ulfaataa kana jalaa naga bahuu barbaade, Qurโ€™aana ulfaataa/ kabajamaa kana jabeeffatee haa qabatuu.
๐Ÿ”บู…ู† ุฃุฑุงุฏ ุงู„ู†ุฌุงุฉ ู…ู† ุงู„ูŠูˆู… ุงู„ุซู‚ูŠู„ุŒ ูู„ูŠุชู…ุณู‘ูƒ ุจุงู„ู‚ูˆู„ ุงู„ุซู‚ูŠู„.๐Ÿƒ๐ŸŒธ

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Akkamitti_gaddita!๐Ÿค”

โž›Osoo Rabbiin Islaamummaa bareedduu tana si badhaasee haarkaa qabdu, akkamitti gaddita!, nama meeqatu Rabbiin dhiisee mukaaf sujuudaa jira!.
โž› Rabbii badii tantee hunda siif dhokse osoo qabdu akkamitti gaddita, nama meeqa Rabbiin ganda isaa keessatti isa saaxile!.
โž› Rabbiin qananii guddaa sitti oolee, waan nyaattuu fi waan dhugdu, akkasuma iddoo diriirfattee gadi ciistu qabaachuu kee wajjiin akkamitti gaddita!,....nama meeqatu waan garaan jiifatu dhabeera, nama meeqatu qorraa fi aduun gogaa irraa quuncisaa jira!.
โž› harkaa fi miilli kee, ijaa fi gurri kee, Walumaa galatti qaamoleen miiraa kankee guutuun fayyaa qabaachuu wajjiin akkamitti dhiphatta!...nama meeqa Rabbiin qaama kenneef irraa fudhate!.
โž›Diriirfattee cinaacha guutuudhaan, galgala hanga ganamaa hirriba gaarii rafaa akkamitti gaddita!...., nama meeqatu dhibee fi yaada irraa kan ka'e halkan guutuu gursaa bulee jira!.
โž›Haadha manaa fi ijoollee gaarii Rabbiin siif kennee osoo qabdu, akkamitti gaddita!, nama meeqatu tanaa dhabee yaadaan cinqamaa jira!.

#Yaadachiisa: ani maal dhabe? Jettee waan hin qabne barbaaduun duratti, "ani maal qaba" jedhii waan qabdu hunda toohadhu!.
Warra Rabbiin akkana jedheen saan keessa akka hin oolle :
[ูˆู‚ู„ูŠู„ ู…ู† ุนุจุงุฏูŠ ุงู„ุดูƒูˆุฑ]
#Share godhaa Obboleewwan keessaniifis
Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Dubartootaaf

โœ“ Hayyuun guddaan #Ibnu_Qudaamaa jedhaman tokko (Rahimahullaah).
โ— ู‚ุงู„ #ุงุจู†_ู‚ุฏุงู…ุฉ ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ :
โœ Wantoota baay'ee dubartoota keenya gidduutti argaman keessaa inni tokko, bareedumaan uf dhaaduudha.
Dubartoonni keenya bareedumaan uf dhaaduun, gara walxiqqeessuu, wal hamachuu fi maqaa walitti baasuutti isaan geessuu danda'a.
" ูˆุงู„ุชูƒุจู‘ุฑ ุจุงู„ุฌู…ุงู„ ุฃูƒุซุฑ ู…ุง ูŠูŽุฌุฑูŠ ุจูŠู† ุงู„ู†ุณุงุกุŒ ูˆูŠุฏุนูˆู‡ู† ุฅู„ู‰ ุงู„ุชู†ู‘ู‚ุต ูˆุงู„ุบูŠุจุฉ ูˆุฐูƒุฑ ุงู„ุนูŠูˆุจ ".

#Yaadachiisa: Kanaafuu warri fuula kanas taatu waa wayyaa qabdan, warra kaan eeggadhaa๐Ÿง•
maddi isaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“• ู…ู†ู‡ุงุฌ ุงู„ู‚ุงุตุฏูŠู† ูขูฃู 
kitaaba (#Minhaajulqaasidiin: 230)

share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Yaadachiisa....

โœ Warroonni mallattoo adda addaa commentii fi barreeffama keessan keessatti fayyadamtan, mallattoo ( โœจ) kana hin fayyadamina!....โŒ
โœ Mallattoon kuni mallattoo ummata kiristaanaa, isaannnan Rabbiin 3 jedhan fayyadaman saniidha.
โœ Mallattoon kuni Rabbiin sadi waan jedhu ergaa uf keessaa qaba.
๐Ÿ’ซ ๐ŸšซKan hundaa ol dhoorgaadhaa...mallattoo onnee kana (๐Ÿ’–)..Mallattoon kuni amantiin suni/Sillaaseen onnee kiyya keessa jira jechuu ibsa.

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Yaadachiisa

โœ Guyyaan ni jabaata, ba'aan ni ulfaata, dhibeen garmalee hawaasa keessa faffaca'utti jira. Nageenyi biyyaa baay'ee sodaachisa...kanaan wajjiinuu galgallii fi dukkanni qabrii garmalee nama sodaachisa.

Islaamummaan abbaa dhabdee jirti. Akka namoonni hedduun hubatanitti duuti waan dullummaa qofarratti galmeeffamte fakkaatti.

โœ Rabbiin Qur'aana keessatti akkana nuun jedha :
ูู„ุง ุชุบุฑู‘ู†ู‘ูƒู… ุงู„ุญูŠุงุฉ ุงู„ุฏู†ูŠุง....
"Jiruun Duniyaa tuni akka isin hin dagne...."
Addunyaan hanga feete dheerattus, keessi isii gabaabduudha. Hanga feete guddattus isiin xiqqoma san. Hanga feete nutti tolus isiin gantuudha. Hanga feete babbareechifattus isiin fokkattudha wlh. Galaanni Duniyaa akka isin hin fudhanne jabeessaa uf eegaa.
Carraa kanatti fayyadamuudhaan, hundi keenyaa gaafii nuuf qophaa'ee dhihaatuttii jiruuf deebii akka qopheeffannu isin yaadachiisa.

Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
@Guyyaa_gaarii

โœ Dubbiin gaggaariin ati dubbattu ykn barreessitu dhiibbaa guddaa qaba....!
โœ Dhiifamni atin nama gaafattu gatii guddaa qaba...!
โœ Nama hubachuun kankee naamusa ati qabdu garsiisa...!
โœ Dogoggora namni sitti dogoggore, akka nama hin garreetti Irra kutuun bilchinna Kee muldhisa....!!
โœ Miira namaa eeguun, miira namaa cabsuu dhabuun qarummaa kee muldhisa...!
โœ Jaalala tiksuun mataan isaatuu jaalala...!
โœ Wanti ati nama biraatiif gumaachitu,... deemee simatti deebi'a...!
โœ Hariiroon gaariin ati nama wajjiin jiraattu sun, bu'aa isaaniif buusu caala simaaf bu'aa buusa...!
โœ Wanti Normaalli ati dalagaa ooltu kamuu... maalummaa kankee ibsa...!

#Yaadachiisa; Bareedinna qabdu namarraa hin dondhoomin... ufillee qullaa haftaa....!

Hiriyyaa keetiif... ๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Yaadachiisa
๐Ÿ‘‡
Ramadaana dura qadaa sirra jiru ufirraa kafaluu akka hin daganne.
@tafak_or
#Yaadachiisa.

โœ Yeroo uffata Iidaa ijoollee teetii fi jaartii teetiif bituuf gabaa baatu... ishee/isa yeroo Iidaa hunda uffata siif bitaa turte/ture sanis hin dagatin kaa....!

@tafak_or
#Yaadachiisa:

โœ Akka tasaa kaleessa osoo garee Tafakkur jalatti nama seensisu... nama maqaan isaa "Allah is my best friend" jedhu arge.
Amma garuu keessaan dubbisa jedhee barbaadee dhabe.
inshallah asumaanuu isaafis namoota biraatiifis gorsa haa tahuufan barreesse. jechoota akkanaa hedduu kan nuti dogoggora tahuu isaa hin beekne, moggaafataa oollu fi itti fayyadamaa oollu heddutu jira.

#Cuunfaan_dubbii: jechoota akka
" Hiriyyaan muslimtootaa Rabbiin qofa, Rabbii koo malee hiriyyaa fi jaalalleehis hin qabu; Rabbii keetitti waahiloomi ykn hiriyyoomi... " jechoonni jedhaman dogongora guddaadha....
wanti Aqiidaan wal qabata waan taheef uf haa eeggannuu isiniin jedha.

Galatoomaa๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Yaadachiisa warroota Tafakkur family jala jirtaniif....

โœ Warroonni waan barbaaddan group gubbatti post gootan... ani altokko isin jalaa haqee jennaan... gareen Bot mataa isaa qaba... Botichi immoo Moderatora warroota barreeffama keessan check godhan qaba... nama ani takka jalaa haqe.... hanga sadarkaa Block Isa gochuutti tarkaanfii fudhata...

Kanaaf yoo waan hin taane Post gootanii ykn barreesaitanii Botin isin baase deebitanii akka nan gaafanne...
Kanaafuu hamma dandeettaniin uf qusadhaa wantoota akkanaa kanneen irraa....!

๐Ÿ‘‡
It really doesnโ€˜t matter what you send, as long as the receivers find it unwelcome. It could have been a photo, an invite link or a chain letter. Please only send messages when you are sure people wonโ€™t mind getting them.

As a general rule, people donโ€™t like receiving unsolicited advertisements, links, invite links to groups or channels, random photos and, above all, anything related to commerce or promotion of any kind.

Our moderators check all reports, so if you send annoying content to strangers you will be blocked.
Galatoomaa...
https://t.me/tafak_or