𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
11.6K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
1.99K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Dubartootaaf

✓ Hayyuun guddaan #Ibnu_Qudaamaa jedhaman tokko (Rahimahullaah).
● قال #ابن_قدامة رحمه الله :
Wantoota baay'ee dubartoota keenya gidduutti argaman keessaa inni tokko, bareedumaan uf dhaaduudha.
Dubartoonni keenya bareedumaan uf dhaaduun, gara walxiqqeessuu, wal hamachuu fi maqaa walitti baasuutti isaan geessuu danda'a.
" والتكبّر بالجمال أكثر ما يَجري بين النساء، ويدعوهن إلى التنّقص والغيبة وذكر العيوب ".

#Yaadachiisa: Kanaafuu warri fuula kanas taatu waa wayyaa qabdan, warra kaan eeggadhaa🧕
maddi isaa👇
📕 منهاج القاصدين ٢٣٠
kitaaba (#Minhaajulqaasidiin: 230)

share👇
@tafak_or