𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
9.41K subscribers
547 photos
20 videos
20 files
1.78K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
🫵#Tafakkur

{ Qabeenyi kootis waa narraa deebisuu hin dandeenye....}
‏ ‏‌‌‌‏ ‌‌‏‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‏﴿مَا أَغْنَى عَنّي مَالِيَهْ﴾

Namni dondha/Bakila caalaa waan hore keessaa deege inuma hin jirre.
لم أر أشقى بماله من البخيل!

Duniyaa gubbatti qabeenya kana walitti qabuuf dhakaa fi mukatti bu'ee; boolla namni hin seene seenee; dhiphatee; dafqee walitti qaba.
‏لأنه في الدنيا مهتمٌ بجمعه
Aakiratti immoo qabeenya kana eessaa walitti qabde ? Maaliif walitti qabde ? Eessatti balleessite ? Maaf haqa koo dhoorgatte ? Maa miskiina bira dabrite? Maaf ollaa kee dagatte ? Maaf haraama keessatti baaste ? Maaf haraamarraa walitti qabde ? Jedhamee....waggaa dheeraa irratti qormaatama.
وفي الآخرة محاسبٌ على منعه
Duniyaatti boqonnaa hin arganne; yaada keessaa bahee gammachuu hin arganne. Aakirattis qormaata jala taruu hin dandeenye....!
غير آمن في الدنيا من همه
ولا ناج في الآخرة من إثمه

Duniyaa gubbatti osoo qabuu, akka nama hin qabneetti jireenya hiyyeessaa jiraataa ture...!. Qormaanni isa eeggatu kan qiyaamaa garuu qormaata warra sooreyyiiti......!
#Maali_hoongoon_akkanaa....!
عيشه في الدنيا عيش الفقراء
وحسابه في الآخرة حساب الأغنياء

@Hasanalbasrii irraa....
‏الحسن البصري

Share👇
https://t.me/tafak_or