Forwarded from Gutema Gelana
‼️🌼 ‼️Tiskeen keenya innii bilisa nuu,baasee #Kiristoos akka ta’e hubatee jirta
🏓 warri osoo Waaqayyo ta’e maalif yaa,#Abba jedhee
Osoo Waaqayyo ta’e maalif #kadhate kan jedhuu irraatti ragaan keenya isaa olii hundumaa dubbisaa
🏓 ilma namaa isa samii irraa gadibue malee, namni gara samiitti ol bae tokko illee hin jiru (Yoh 3:13)
❖ Kiristoos samii irraa akka dhufe hubbadha, Waaqayyo ta'u isaa hubbadha
🌻 Lakki kan hin ta'u yoo jeette ati #saree dha
12👉2 Phe 2:20-22
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✍ #Beekumsa sirrii waaee
#Gooftaa fi #Fayyisaa keenya Iyyaasuus Kiristoos argachuudhaan #xurii_addunyaa jalaa erga baanii booda, #lammata wantootuma kanatti yoo
deebianii fi isaaniin yoo moaman haalli isaanii inni dhumaa isa jalqabaa irra akka hammaatu beekamaa dha
🌹 #Daandii_qajeelummaa sirriitti erga beekanii booda ajaja Qulqulluu isa fudhatan sana irraa garagaluu mannaa, daandii qajeelummaa
sana utuu sirriitti hin beekne taee isaaniif #wayya ture.
🏓 #Mammaaksi dhugaan, “ #Sareen_diddiga ishiitti
deebiti; #booyyeen_dhiqamtes_dhoqqee keessa gangalachuu ishiitti deebiti” jedhu sun isaan irratti #raawwatameera
13👉1 Phe 3:18-19
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹 #Kiristoos inni #nama Qulqulluu tae warra #jalootaaf jedhee #cubbuudhaaf
yeroo hundumaaf akka tautti #ali_tokkicha_du'eera; kana kan godhes gara Waaqayyootti isin geessuuf jedhee ti. Inni fooniin ajjeefame, garuu #Affuuraan jiraataadha . Haala kana keessa utuu jiruus, dhaqee #lubbu_mana hidhaa keessa jiraniif lallabe
14👉1 Yoh 4:1-2
▬▬▬▬▬▬▬
🌹 Obboloota jaallatamo, #raajonni sobaa hedduun gara addunyaatti waan baaniif, dubbii geggeessaa
hafuuraatiin dubbatame hunda hin amaninaa; kanaa mannaa, dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame
Waaqayyo biraa kan dhufe tauu fi dhiisuu isaa beekuuf qoradhaa.
👉 #Dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame #Waaqayyo biraa kan
dhufe tauu isaa kanaan ni beektu: Dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatamee fi Iyyaasuus Kiristoos
#fooniin akka dhufe amanee fudhatu hundi Waaqayyo biraa kan dhufe dha
15👉2Yoh 1:7
▬▬▬▬▬▬
♨️dogoggorsitoonni #Iyyaasuus Kiristoos #fooniin
dhufuu isaa amananii hin fudhanne hedduun gara addunyaatti baaniiru. Inni dogoggorsuu fi Kiristoosiin mormu sun isa kana
✍.........🌹jalate dhiistee
✍..........🌹Kiristoos
tiskeedha

🅱➡️ kutaa_41ffªª⤵️
Gaafii fi Deebi
⏸ Muslimoota
⏺ Yohaannis 11:22
#Maartaan Kiristoos akka dhufaa jiru yommuu dhageessu isa simachuuf gara isaa dhaqxe; Maariyaami garuu manuma keessa taaaa turte.
Achiis Maartaan Kiristoosin akkana jette: “Yaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa #obboleessi koo hin duu ture.
⏯ Haatau malee, amma iyyuu ati wanta barbaadde #Waaqayyoon yoo #kadhate((gaafatte))
Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.”
▬▬▬▬▬▬▬▬
➞Gaaffii isaanii Kiristoos humna isanii hooma gochuu hin danda'u Waaqayyoo kadhatee rawwata malee jedhuu ❓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➞Deebi keenya'.
Lakkii Jechi kadhatee jedhuu Kiristoos Aangoo dhabuu isaa hin ibsu kan jedhuu ta'a
Ragaa kitaaba
⓵=Matewoos 28:18
Yeroo kanatti Kiristoos isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: “ #Samii irrattis
tae #lafa irratti #Aangoon hundi anaaf kennameera.
⏯ kanafuu erga samii fi lafa irratti Aangoo kennameefi maalif kadhachuu barbaachise jennee gaaffii yoo,isaan gafane deebii hin qabanii ..🚼
♨️ Aangoo samii fi lafaa kani kennef Waaqayyo kan jedhan yoo,ta’e immoo.
=jedhii nafi kennamee jedhuu immoo hiika kan qaba.
⓶=Yohaannis 16:15
Wanti #Abbaan qabu hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
▬akka ibsa kitaaba iddoo tokko tokkootti Abbaa jechuun Waaqayyo jechudha jedha.
▶️Yoh 8:54
Kiristoos deebisee akkana jedhe: “Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin
qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha
⏩ gara deebii kallattiin yoo, deebinu =((Yoh 11:22))
➞Maartaan caaliste dubbate maalee wanti ishiin beektu hoomtuu hin jiruu.
▶️ fakkeenya Kiristoos Alaazaar osoo hin duni dura #namoota murasa du'a kasee jira ((yeroo sana namoonni suni kiristoosin Waaqayyo kadhadhu du'u nuuf kasi hin jennee turee.
➡️ Maartaan garuu amma Waaqayyo yoo, #kadhatee jeete yaada ishii ibsu jalqabde.
🟰Kiristoos immoo osoo akka yaada ishe ta’e Eeyyee dhugaa jette ,Waaqayyo .nan kadhadhaa jechuu qaba. turee
🔺Kiristoos Maartaan akka #dogoggorate argee akkasii jedhee Deebi ishii dhaf kenne ⬇️
⓷=Yohaannis 11:23-27
Kiristoos deebisee akkasii jedhe, “ #Obboleessi kee
ni kaa” ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, “Guyyaa dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beeka” jetteen.
Kiristoos akkana ishiidhaan jedhe: “ #Duaa kauu fi #jireenyi
ana. #Namni anatti amanu yoo #due illee deebiee ni jiraata; #lubbuudhaan kan jiruu fi anatti kan amanu #hundis matumaa hin duu. Kana ni amantaa ree❓
ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma
Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan #amana” jetteen
➞kanafuu deebii sirrii itti himme Kiristoos Anu du'a isa nan kaasa. Jedhee malee #Waaqayyo_kadhadhee kasa hin jennee 🛅
▬▬▬▬▬▬▬▬
⓸=Mul’ata Yoh.1:18
Ani #dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara #baraatti nan jiraadha,
ani #furtuuwwan duaa fi Awwaalaa qaba.
🅰 erga furtuu du'aa fi Awwaala qabatee Kiristoos maalif kadhachuu barbaachise .jenne gaaffii yoo,gaafane maali jedhuu ....🚯deebii hin qabin.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
↪️ link kanaa xuqa miseensa ta'u yoo,barbade..➕➕
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️

🌹kutaa-76-ffªª🧉
👉gaaffii fi Deebi
👉Muslimoota
👉 pheenxee
✍Yohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin #kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
👇gaaffii isaanii.
1= Muslimoonni akkasii jedhuu Kiristoos erga Waaqayyo ta’e maaliif kadhachuu isa barbaachise jedhuu❓😁
2= pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuu❓😁
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
⚛ Deebii keenyaa.
👉 Lakki Kiristoos Akkasii jedhee dubbatee ❝ Ana na kadhadhaa jedhee jira Afaanii isaattin ❞.
❶➪Maatewoos 9:37-38
barattoota isaatiin, “Dhuguma iyyuu, #midhaan sassaabamu baayʼee dha, #hojjettoonni garuu muraasa. Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota gara makara isaatti akka ergu #kadhadhaa” jedhe.
👇 hiika jechoota kana
1➻midhaan sassaabamu kani jedhamee «namoota Addunyaa kanatti»
2➻Hojjatoota kani jedhamee «Barattoota» isaatti
3➻ Gooftaa makaricha kani jedhamee « Kiristoos »
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼*
kanafuu Kiristoos barattoota isaatiin ❝ Gooftaa makaricha kadhadha hojjatoota akka erguuf jedhee " hiikin isaa Ana kadhadha akka Ani barattoota erguuf jedhee »❞
👉 kanafuu Kiristoos Ana kadhadha jedhe jira.
Yaa Musiliimaa maali
siif wayya❓
Yaa, pheenxee maali
siif waya❓
▱▱▱▱▱▱▱▱▱
👉Amma Yoh 17:9 irratti maali hubbachisa laata.
❷➪Yohaannis 17:9-10👇
Ani waaʼee isaanii sin kadhadha; kan ani si #kadhadhu waaʼee addunyaa utuu hin taʼin, waaʼee warra ati anaaf kennite sanaa ti sababiin isaas isaan kan keeti.
#wanti_kan_koo taʼe hundi kani keeti, #wanti_kan_kee taʼe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
🪷 akka dubbisa kanatti Namni kani Eenyuti.
A)) kani Abbaa moo❓
B)) kani Kiristoos ❓
=Deebii isaa
kani lamaan isaanii iyyuutti.
" Sababiin isaa Kiristoos akkasii jedhee jira « kani kee hundi kani kooti,kani koo hundi immoo kani keetii wani jedheef »
👆erga immoo namni kani Kiristoos ta’e,wanta ofii harka qabuu irratti maaliif kadhachuu barbaachise ree❓jennee pheenxee fi Muslimaa gaafanna❓ =deebi hin jiruu 😁 jedhuu.
▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱
➻ Walumaagalatti Kiristoos dhala namaa hunda bilisa basuuf wani dhufeefi " akkuma inni afaanii isaanii Ani bilisa yoo, isin base malee isin Garboota jedhe.
❸➪Yohaannis 8:36
#Ilmi_bilisa yoo isin baase, isin dhuguma bilisa ni taatu.
❹➪Galatiyaa 5:1
#Kiristoos_bilisa kan nu baase bilisummaa akkasii akka argannuufi. Kanaafuu, jabaadhaa dhaabbadhaa; deebitaniis #waanjoo garbummaa jala of hin galchinaa.
▣➛ kanafuu bilisa kani sii,basuu Kiristoos erga ta’e ,waee Kiristoos immoo isayaas akkasii jedhee inni ba'a isaanii baate kadhatee jedhee jira , kadhannaa kani jedhamee immoo amma bilisa basuu kana Seexanaa jala.
❺➪Raaji-Isayaas 53:12
namoota hedduu gidduutti gaʼee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, #inni_lubbuu isaa hamma duʼaatti illee dabarsee kenneera, #Yakkamtootaa wajjinis lakkaaʼameera #Cubbuu namoota hedduu ni baate, Yakkamtootaafis ni #kadhate.
▣➛ amma Kiristoos ni kadhate inni jedhuu bakka namoota bu'ee cubbuu namoota bachu isaatti , kunis ofii isaa dhifama godhee rawwate, dhifamni Abba akka beekamuu gochuuf akkasii jedhee malee Kiristoos wanta gochuu barbade ofii isaa iyyuu beeka.
👉 dhiifamni Kiristoos akkamitti beekama❓yoo,jedhamee Kiristoos gara namoota dhufuu isaa fedhii isa ibsa.
👉dhiifamni Abbaa akkamitti beekama ❓ilma isa ergu isaatti (Yohaannis 3:16).
🌺 yaada bira immoo Kiristoos Abbaa kadhadha jedhee barsisee turee amma immoo akkamitti antu isiniif kadhata jedhu danda'a ❓yaa, Muslimaa ,yaa,pheenxee ❓deebii nutti himma kaa😁❓
▱▱▱
❻➪Maatewos 6:9
“Egaa, isin akkana jedhaa #kadhadhaa: “‘Yaa Abbaa keenya isa samii irra jiraattuu, maqaan kee haa qulqullaaʼu.
❼➪Maatewos 6:6
#Ati garuu yeroo #kadhattu, gara kutaa kee seeni; balbala kee cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu. #Abbaan kee inni dhoksaatti ilaalus gatii kee siif ni deebisa.
▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣
link waldaa keenya argachuuf kana xuqaa 👇👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).
ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)

🅾 kutaa-78-ffaa.🌺
➛gaafi fi deebi
➛Musiliimaa
➛pheenxee
✍ Yohaannis 17:15
“Ani isa #hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin #kadhadhu.
▣▣▣▣▣▣▣▣
gaaffii isaanii
1➛warrii Musiliimaa Kiristoos Waaqayyo miti ni kadhaata jedhuu
2➛warri pheenxee immoo Kiristoos nuuf kadhata jedhuu.
===============
👉deebi keenyaa.
Lamaan isaanii iyyuu dogoggoraani jiruu kani jedhuu ta'a.
📍Sababiin duukaa buoonni hundinuu Waaqayyo kadhatan malee ,Kiristoos nuuf kadhata jedhanii calisani hin beekanii , yeroo wanta ❝hamma❞ irraa gahee ni kadhatuu turee.
❶➛Hoji duuka buota 4:24
Isaan yommuu kana dhagaʼan tokkummaadhaan sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhanii #Waaqayyoon_kadhatan: “Yaa Gooftaa Oli Aanaa, ati samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hunda uumteetta.
⚛ Kanaafuu iddoo kanatti wanti hama yeroo isaanii irraa gahee Waaqayyo kadhatanii jiruu ,malee Kiristoos nuuf kadhata jedhanii hin dhifnee.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
✍ gara maata duraa keenyaa yeroo deebinnuu immoo wanta hamma irraa kani nama dhorkuu Abba qofa moo❓Kiristoos hoo ni dhorkaa laata ❓,deebii isaa Eeyyee ni dhorkaa.
❷➛1Yohaannis 5:18
Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna; #inni Waaqayyo irraa #dhalate #sun_isa_eega, inni #hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaʼu.
▣➛iddoo kanatti Waaqayyo irraa kani dhaltee inni jedhu Abbaa irraa kani dhalee Kiristoos
❸➛2,Tasaloonqee 3:3
#Gooftaan amanamaa dha; inni #isin_cimsa, isa #hamaa sana irraas isin eega.
👉iddoo kanati Gooftaa kani jedhamee Kiristoos
📍kanafuu wanta hamma irraa kani nama eeggu #Abbaa fi #ilma jechudha.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
Erga maatan isaa iyyuu wanta hamma irra nuu, eega ta’e Kiristoos maalif isiniif nan kadha jedhee ree.❓
1➪Duubi raajicha raawachuuf kana jedhee.
❹➛Isaayaas 53:12
Kanaan kan kaʼes, namoota hedduu gidduutti gaʼee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duʼaatti illee dabarsee kenneera, Yakkamtootaa wajjinis lakkaaʼameera; Cubbuu namoota hedduu ni baate, #Yakkamtootaafis ni #kadhate.
2➪ Abbaaf ulfina kennuuf.kuni immoo inni gadi ofii qabuu Kiristoos guutummaatti mulisa.
❺➛Yohaannis 8:49
Iyyasus Kiristoos deebisee akkana jedhe: “ #Ani Abbaa kootiifan #ulfina kenna malee, jinniin na keessa hin jiru; isin immoo na salphistu.
❻➛Yohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree #lafa irratti #ulfina siif kenneera. Kanaafuu, yaa #Abbaa, #ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina #anaaf kenni.
3➪nuuf fakkeenya ta'uf
❼➛Filiphisiiyus 2:5
#Ilaalcha Kiristoos Iyyasus qabu kana qabaadhaa
➑➛Yohaannis 13:15
➪Akkuma #Ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan ani #fakkeenya isiniif taʼeera.
🌺 inni biraa immoo waee kadhannaa iddoo kana irratti.
Ni ibsaa sababa isaa wajjin.
➒➛Yohaannis 17:20-21
“Ani warra kanaaf #qofa utuu hin taʼin, warra dubbii isaanii dhagaʼanii #anatti amananiifis nan #kadhadha;
Isaanis #tokko haata'aniif, yaa abbaa, akka ati ana keessa jirtu anis si keessa akkan jiru, isaanis nu keessa haa jiraataniif, biyyi lafaas ati akka na ergite haa beekuuf #kadhachuu koo ti
✍ warra Anati Amanani hundaaf nan kadhadha jechuu isaatti. Kunis Yohaannis 17:15 wajjiin tokko , Haata’u malee kadhadha inni jedhamee iddoo kanatti iddoo #ani jirachuu akka jirataniif. (Yoh 17:20-25) dubbisi
➓➛Yohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa #iddoon jireenyaa hedduun jira. Kun utuu taʼuu baatee isinitti nan himan ture; sababiin isaas, ani iddoo isiniif qopheessuun deema.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
🅰 Kutaa ~76~Dubbisaa👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/676

⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼…