๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.38K subscribers
52 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿช€๐Ÿช€๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒป

=โœฆ ilmi namaa
#saaatii isin ni dhufa jettanii hin
yaadnetti waan dhufuuf
#qophaaoo
ta'aa.

โœฆ= โ€œ
#Garbichi amanamaanii fi
ogeessi, yeroo sirrii taetti nyaata isaanii akka isaaniif kennu
#Gooftaan
isaa maatii isaa irratti muude dhuguma eenyu?

=โœฆ Garbichi Gooftaan
isaa dhufee utuu inni akkana godhuu isa argu sun
#gammadaa dha!

=โœฆ Dhuguman isiniin jedha, inni
#qabeenya isaa hundumaa irratti isa muuda.

โ–ณ= โ€œHaa tau malee garbichi
#hamaan sun garaa isaatti, โ€˜Gooftaan koo ni #turaโ€™ jedhee,

โœฆโœง=garboota
akka isaa taan
#reebuu, warra #machooftuu wajjin nyaachuu fi dhuguu yoo jalqabe,

โœฆ= Gooftaan garbicha sanaa guyyaa inni hin eegnee
fi saaatii inni hin beeknetti dhufee,

โœฆ=
#adaba guddaa isa adaba; qoodni isaas warra fakkeessituu wajjin akka
tau godha. Achittis ni booa, ilkaan isaas ni qara

โœฆ =Mat 24:44-51
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐ŸŒป แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‹ฐแŒแˆž
#แ‰ฐแ‹˜แŒ‹แŒ…แ‰ณแ‰ฝแˆ แŠ‘แˆฉแฅ #แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ… แ‰ แˆ›แ‰ณแˆตแ‰กแ‰ แ‰ต แˆฐแ‹“แ‰ต แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆแŠ“แข

โœฆ= แŠฅแŠ•แŠชแ‹ซแˆต แˆแŒแ‰ฃแ‰ธแ‹แŠ• แ‰ แŒŠแ‹œแ‹ แ‹ญแˆฐแŒฃแ‰ธแ‹ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŒŒแ‰ณแ‹ แ‰ แ‰คแ‰ฐ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแˆพแˆ˜แ‹
#แ‰ณแˆ›แŠแŠ“ แˆแ‰ฃแˆ แ‰ฃแˆชแ‹ซ แˆ›แŠ• แŠแ‹?

=โœฆ
#แŒŒแ‰ณแ‹ แˆ˜แŒฅแ‰ถ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แˆฒแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ แ‹จแˆšแ‹ซแŒˆแŠ˜แ‹ แ‹ซ แ‰ฃแˆชแ‹ซ #แ‰ฅแแ‹• แŠแ‹แค

=โœฆ แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ แ‰ฃแˆˆแ‹ แˆแˆ‰ แˆ‹แ‹ญ
#แ‹ญแˆพแˆ˜แ‹‹แˆแข

โœฆ= แ‹ซ แŠญแ‰
#แ‰ฃแˆชแ‹ซ แŒแŠ•แกแŒŒแ‰ณแ‹ฌ แŠฅแˆตแŠชแˆ˜แŒฃ แ‹ญแ‹˜แŒˆแ‹ซแˆแก แ‰ฅแˆŽ แ‰ แˆแ‰ก แ‰ขแ‹ซแˆตแ‰ฅแฅ

โœฆ= แ‰ฃแˆแŠ•แŒ€แˆฎแ‰นแŠ• แ‰ฃแˆฎแ‰ฝ
#แˆŠแˆ˜แ‰ณ แ‰ขแŒ€แˆแˆญ แŠจแˆฐแŠซแˆฎแ‰ฝแˆ แŒ‹แˆญ แ‰ขแ‰ แˆ‹แŠ“ แ‰ขแŒ แŒฃแฅ

โœฆ= แ‹จแ‹šแ‹ซ แ‰ฃแˆชแ‹ซ แŒŒแ‰ณ
#แ‰ฃแˆแŒ แ‰ แ‰ƒแ‰ต แ‰€แŠ• แ‰ฃแˆ‹แ‹ˆแ‰ƒแ‰ตแˆ แˆฐแ‹“แ‰ต แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆแฅ

โœฆ=
#แŠจแˆแˆˆแ‰ตแˆ แ‹ญแˆฐแŠแŒฅแ‰€แ‹‹แˆแฅ แŠฅแ‹ตแˆ‰แŠ•แˆ แŠจแŒแ‰ฅแ‹žแ‰ฝ แŒ‹แˆญ แ‹ซแ‹ฐแˆญแŒแ‰ แ‰ณแˆแค แ‰ แ‹šแ‹ซ แˆแ‰…แˆถแŠ“ #แŒฅแˆญแˆต แˆ›แ‹แŒจแ‰ต แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ

โœฆ=แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 24 :44_51

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐ŸŒป
yeroo hundumaa waa'ee lubbuu keessan yaada

Link ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha

โ–ณ_______๐Ÿ–•๐Ÿ–•๐Ÿ–•๐Ÿ–•_____โ–ณ
๐ŸŒนAfaan nama
Qulqullu Namoota
hedduu ni soora,

#Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a
๐ŸŽ‹
#แ‹จแŒปแ‹ตแ‰… แŠจแŠ•แˆแˆฎแ‰ฝ
แ‰ฅแ‹™ แˆฐแ‹Žแ‰ฝแŠ•
#แ‹ญแˆ˜แŒแ‰ฃแˆ‰
#แˆฐแŠแŽแ‰ฝ แŒแŠ• แŠจแˆแ‰ฃแ‰ธแ‹
แŒ•แ‹ตแˆˆแ‰ต แ‹จแ‰ฐแŠแˆฃ แ‹ญแˆžแ‰ณแˆ‰.
โ—ˆfakkeenya 10:21
โ—ˆแˆแˆณแˆŒ 10:21
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–Gorsa,kan
Irraa maali hubbachu
Dandeessan, hunduma
Isaa dubbisa ๐Ÿ‘‡

๐Ÿ…ฐ ilmi ogeessi
#abbaa
isaa ni gammachiisa
ilmi gowwaan garuu
#haadha isaa ni gaddisiisa

๐Ÿ…ฑ Qabeenyi hamminaan argame gatii hin qabaatu,
Qajeelummaan garuu
dua irraa nama oolcha

๐Ÿ…ฐ Waaqayyo namni
Qulqulluun akka
#beelau
hin godhu,
Namoota hamoo garuu
wanta hawwan ni
#dhowwata

๐Ÿ…ฑ Harki hojii hiike
#hiyyummaa fida,
Harki jabaatee hojjetu garuu
#sooruma argamsiisa

? ilmi hubannaa guddaa
qabu
#waqtii bonaatti
midhaan walitti qabata
ilmi nama qaanessu garuu,
yeroo
#makaraatti_hirriba
cimaa rafa

๐Ÿ…ฐ
#Eebbi mataa nama
Qulqulluu irra jira,
Afaan nama hamaa garuu
jeequmsa dhoksee qabata.

๐Ÿ…ฑ Yaadannoon nama
Qulqulluu
#eebba argamsiisa
#Maqaan nama hamaa
garuu tortoree bada

๐Ÿ…ฐ Namni
#garaa(laphee) ogeessa tae qabu qajeelfama
ni fudhata
#Namni gowwummaadhaan
dubbatu garuu ni hafa

๐Ÿ…ฑ Namni garaa Qulqulluudhaan
deddeebiu
#sodaa
malee deema
Namni karaa isaa jalaa
godhu garuu ni
#qabama

๐Ÿ…ฐ
#Namni hammina
yaadee ija isaatiin dubbatu gadda fida
Namni gowwummaadhaan
dubbatus ni badaa

๐Ÿ…ฐ Afaan nama Qulqullu madda
#jireenyaa ti
Afaan nama hamaa garuu
#jeequmsa dhoksee qabata

๐Ÿ…ฑ
#Jibbi falmii kakaasa,
#Jaalalli garuu balleessaa
hundumaa ni haguuga

๐Ÿ…ฐ Ogummaan afaan
nama hubataa irra jira,
Uleen garuu dugda nama hubannaa hin qabneef ta'a

๐Ÿ…ฐ Ogeeyyiin
#beekumsa ni kuufatu,Afaan nama hamaa garuu badiisa waama

๐Ÿ…ฑ Qabeenyi sooressaa isaaf
magaalaa dallaa dhagaa
qabdu dha.
Badiisni hiyyeessotaa garuu
hiyyummaa isaanii ti.

๐Ÿ…ฐ Hojiin nama Qulqulluu
gara
#jireenyaatti geessa;
Oomishni nama hamaa garuu gara
#cubbuutti geessa

๐Ÿ…ฐ Namni
#adaba fudhatu daandii gara jireenyaatti
geessu dha,
Namni
#sirreeffama tuffatu
garuu warra kaan karaa irraa
ni badaa

๐Ÿ…ฐ Namni
#jibba isaa
dhoksu soba dubbata
Namni oduu hamaa
babalisus gowwaa dha

๐Ÿ…ฑ Dubbiin yoo
#baayate dogoggora hambisuun
hin dandaamu
Namni
#arraba isaa to'atu
hundi garuu
of eeggataa dha

๐Ÿ…ฑ
#Arrabni nama Qulqullu akkuma #meetii hunda
caalaa baeessa taee ti,
#Garaan nama hamaa
garuu gatii hin qabu

๐Ÿ…ฑ
#Afaan nama Qulqullu namoota hedduu
ni soora,
Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a

๐Ÿ…ฐ
#Eebbi Waaqayyo
sooressa nama godha

๐Ÿ…ฑ
#Nama_gowwaadhaaf gocha qaanessaa irratti hirmaachuun akkuma
#taphaa ti,
#Ogummaan garuu kan
nama hubannaa qabuu ti

๐Ÿ…ฑ Namni
#hamaan wanti
inni sodaate isa irra ga'a
Namoonni
#Qulqulluun garuu
hawwiin isaanii isaaniif
#guutama

๐Ÿ…ฑ Bubbeen yommuu darbu,
namni
hamaan hin jiraatu
#Namni Qulqulluun garuu
bara baraaf buuura dha

๐Ÿ…ฐ Akkuma wanti dhangaggaaaan ilkaan
Balleesuu, Aarris ija
dheekkamsiisu,
Dhibaaaanis nama isa
ergate ni dheekkamsiisa

๐Ÿ…ฐ Waaqayyo
#sodaachuun umurii dheeressa.
Umuriin hamootaa
garuu ni
#gabaabbata

๐Ÿ…ฑ Wanti Qulqullooni eeggatan
#gammachuu argamsiisa,
#Abdiin hamootaa
garuu ni bada

๐Ÿ…ฑ
#Daandiin Waaqayyo
nama balleessaa
hin qabneef
#dahoo dha.
Warra hammina hojjetaniif
garuu
#badiisa dha

๐Ÿ…ฐ Namni Qulqulluun
matumaa akka kufu
hin godhamu,
Namoonni hamoon garuu
lafa irra jiraachuu isaanii
itti hin fufan..

๐Ÿ…ฐ
#Afaan nama Qulqulluu #ogummaa ni baasa,
Arrabni jalaan garuu ni
#cita.

๐Ÿ…ฐ Arrabni nama Qulqulluu
#wanta nama
gammachiisu beeka,
Afaan hamootaa
garuu
#jalaa dha
(fakkeenya 10:1-32)
------------------------------
Galani Waaqayyof
Haataโ€™u Ameen.
----------------------------
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
||๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ||
๐Ÿ…พ kutaa-78-ffaa.๐ŸŒบ
     โž›gaafi fi deebi
     โž›Musiliimaa
     โž›pheenxee
โœ Yohaannis 17:15
โ€œAni isa
#hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin #kadhadhu.
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
gaaffii isaanii
1โž›warrii Musiliimaa Kiristoos Waaqayyo miti ni kadhaata jedhuu
2โž›warri pheenxee immoo Kiristoos nuuf kadhata jedhuu.
===============
๐Ÿ‘‰deebi keenyaa.
Lamaan isaanii iyyuu dogoggoraani jiruu kani jedhuu ta'a.
๐Ÿ“Sababiin duukaa buoonni hundinuu Waaqayyo kadhatan malee ,Kiristoos nuuf kadhata jedhanii calisani hin beekanii , yeroo wanta โhammaโž irraa gahee ni kadhatuu turee.

โถโž›Hoji duuka buota 4:24
Isaan yommuu kana dhagaสผan tokkummaadhaan sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhanii
#Waaqayyoon_kadhatan: โ€œYaa Gooftaa Oli Aanaa, ati samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hunda uumteetta.
โš› Kanaafuu iddoo kanatti wanti hama yeroo isaanii irraa gahee Waaqayyo kadhatanii jiruu ,malee Kiristoos nuuf kadhata jedhanii hin dhifnee.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โœ gara maata duraa keenyaa yeroo deebinnuu immoo wanta hamma irraa kani nama dhorkuu Abba qofa mooโ“Kiristoos hoo ni dhorkaa laata โ“,deebii isaa Eeyyee ni dhorkaa.

โทโž›1Yohaannis 5:18
Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna;
#inni Waaqayyo irraa #dhalate #sun_isa_eega, inni #hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaสผu.
โ–ฃโž›iddoo kanatti Waaqayyo irraa kani dhaltee inni jedhu Abbaa irraa kani dhalee Kiristoos

โธโž›2,Tasaloonqee 3:3
#Gooftaan amanamaa dha; inni #isin_cimsa, isa #hamaa sana irraas isin eega.
๐Ÿ‘‰iddoo kanati Gooftaa kani jedhamee Kiristoos
๐Ÿ“kanafuu wanta hamma irraa kani nama eeggu
#Abbaa fi #ilma jechudha.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
Erga maatan isaa iyyuu wanta hamma irra nuu, eega taโ€™e Kiristoos maalif isiniif nan kadha jedhee ree.โ“
1โžชDuubi raajicha raawachuuf kana jedhee.
โนโž›Isaayaas 53:12
Kanaan kan kaสผes, namoota hedduu gidduutti gaสผee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duสผaatti illee dabarsee kenneera, Yakkamtootaa wajjinis lakkaaสผameera; Cubbuu namoota hedduu ni baate,
#Yakkamtootaafis ni #kadhate.
2โžช Abbaaf ulfina kennuuf.kuni immoo inni gadi ofii qabuu Kiristoos guutummaatti mulisa.
โบโž›Yohaannis 8:49
Iyyasus Kiristoos deebisee akkana jedhe: โ€œ
#Ani Abbaa kootiifan #ulfina kenna malee, jinniin na keessa hin jiru; isin immoo na salphistu.
โปโž›Yohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree
#lafa irratti #ulfina siif kenneera.  Kanaafuu, yaa #Abbaa, #ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina #anaaf kenni.
3โžชnuuf fakkeenya ta'uf
โผโž›Filiphisiiyus 2:5
#Ilaalcha Kiristoos Iyyasus qabu kana qabaadhaa
โž‘โž›Yohaannis 13:15
โžชAkkuma
#Ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan ani #fakkeenya isiniif taสผeera.
๐ŸŒบ inni biraa immoo waee kadhannaa iddoo kana irratti.
Ni ibsaa sababa isaa wajjin.
โž’โž›Yohaannis 17:20-21
 โ€œAni warra kanaaf
#qofa utuu hin taสผin, warra dubbii isaanii dhagaสผanii #anatti amananiifis nan #kadhadha;
Isaanis
#tokko haata'aniif, yaa abbaa, akka ati ana keessa jirtu anis si keessa akkan jiru, isaanis nu keessa haa jiraataniif, biyyi lafaas ati akka na ergite haa beekuuf #kadhachuu koo ti
โœ warra Anati Amanani hundaaf nan kadhadha jechuu isaatti. Kunis Yohaannis 17:15 wajjiin tokko , Haataโ€™u malee kadhadha inni jedhamee iddoo kanatti iddoo
#ani jirachuu akka jirataniif. (Yoh 17:20-25) dubbisi
โž“โž›Yohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa #iddoon jireenyaa hedduun jira. Kun utuu taสผuu baatee isinitti nan himan ture; sababiin isaas, ani iddoo isiniif qopheessuun deema.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿ…ฐ Kutaa ~76~Dubbisaa๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/676
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha