🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹kutaa-76-ffΒͺΒͺπŸ§‰
       πŸ‘‰gaaffii fi Deebi
       πŸ‘‰Muslimoota
        πŸ‘‰ pheenxee
✍Yohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin
#kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
πŸ‘‡gaaffii isaanii.
1= Muslimoonni akkasii jedhuu  Kiristoos erga Waaqayyo ta’e maaliif kadhachuu isa  barbaachise jedhuuβ“πŸ˜
2= pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuuβ“πŸ˜
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
βš› Deebii keenyaa.
πŸ‘‰ Lakki Kiristoos Akkasii jedhee dubbatee ❝ Ana na kadhadhaa jedhee jira Afaanii isaattin ❞.
❢βžͺMaatewoos 9:37-38
barattoota isaatiin, β€œDhuguma iyyuu,
#midhaan sassaabamu baayΚΌee dha, #hojjettoonni garuu muraasa. Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota gara makara isaatti akka ergu #kadhadhaa” jedhe.
πŸ‘‡ hiika jechoota kana
1➻midhaan sassaabamu kani jedhamee «namoota Addunyaa kanatti»
2➻Hojjatoota kani jedhamee «Barattoota» isaatti
3➻ Gooftaa makaricha kani jedhamee « Kiristoos »
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼*
kanafuu Kiristoos barattoota isaatiin ❝ Gooftaa makaricha kadhadha hojjatoota akka erguuf jedhee " hiikin isaa Ana kadhadha akka Ani barattoota erguuf jedhee »❞

πŸ‘‰ kanafuu Kiristoos Ana kadhadha jedhe jira.
Yaa Musiliimaa maali
siif wayya❓
Yaa, pheenxee maali
siif waya❓
β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±
πŸ‘‰Amma Yoh 17:9 irratti maali hubbachisa laata.
❷βžͺYohaannis 17:9-10πŸ‘‡
Ani waaΚΌee isaanii sin kadhadha; kan ani si
#kadhadhu waaΚΌee addunyaa utuu hin taΚΌin, waaΚΌee warra ati anaaf kennite sanaa ti sababiin isaas isaan kan keeti.
#wanti_kan_koo taΚΌe hundi kani keeti, #wanti_kan_kee taΚΌe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
πŸͺ· akka dubbisa kanatti Namni kani Eenyuti.
A)) kani Abbaa moo❓
B)) kani Kiristoos ❓
=Deebii isaa
kani lamaan isaanii iyyuutti.
" Sababiin isaa Kiristoos akkasii jedhee jira Β« kani kee hundi kani kooti,kani koo hundi immoo kani keetii wani jedheef Β»
πŸ‘†erga immoo namni kani Kiristoos ta’e,wanta ofii harka qabuu irratti maaliif kadhachuu barbaachise ree❓jennee pheenxee fi Muslimaa gaafanna❓ =deebi hin jiruu 😁 jedhuu.
β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±
➻ Walumaagalatti Kiristoos dhala namaa hunda bilisa basuuf wani dhufeefi " akkuma inni afaanii isaanii Ani bilisa yoo, isin base malee isin Garboota jedhe.
❸βžͺYohaannis 8:36
#Ilmi_bilisa yoo isin baase, isin dhuguma bilisa ni taatu.
❹βžͺGalatiyaa 5:1
#Kiristoos_bilisa kan nu baase bilisummaa akkasii akka argannuufi. Kanaafuu, jabaadhaa dhaabbadhaa; deebitaniis #waanjoo garbummaa jala of hin galchinaa.
β–£βž› kanafuu bilisa kani sii,basuu Kiristoos erga ta’e ,waee Kiristoos immoo isayaas akkasii jedhee inni ba'a isaanii baate kadhatee jedhee jira , kadhannaa kani jedhamee immoo amma bilisa basuu kana Seexanaa jala.
❺βžͺRaaji-Isayaas 53:12
namoota hedduu gidduutti gaΚΌee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas,
#inni_lubbuu isaa hamma duΚΌaatti illee dabarsee kenneera, #Yakkamtootaa wajjinis lakkaaΚΌameera #Cubbuu namoota hedduu ni baate, Yakkamtootaafis ni #kadhate.
β–£βž› amma Kiristoos ni kadhate inni jedhuu bakka namoota bu'ee cubbuu namoota bachu isaatti , kunis ofii isaa dhifama godhee rawwate, dhifamni Abba akka beekamuu gochuuf akkasii jedhee malee Kiristoos wanta gochuu barbade ofii isaa iyyuu beeka.
πŸ‘‰ dhiifamni Kiristoos akkamitti beekama❓yoo,jedhamee Kiristoos gara namoota dhufuu isaa fedhii isa ibsa.
πŸ‘‰dhiifamni Abbaa akkamitti beekama ❓ilma isa ergu isaatti (Yohaannis 3:16).
🌺 yaada bira immoo Kiristoos Abbaa kadhadha jedhee barsisee turee amma immoo akkamitti antu isiniif kadhata jedhu danda'a ❓yaa, Muslimaa ,yaa,pheenxee ❓deebii nutti himma kaaπŸ˜β“
β–±β–±β–±
❻βžͺMaatewos 6:9
 β€œEgaa, isin akkana jedhaa
#kadhadhaa: β€œβ€˜Yaa Abbaa keenya isa samii irra jiraattuu, maqaan kee haa qulqullaaΚΌu.
❼βžͺMaatewos 6:6
#Ati garuu yeroo #kadhattu, gara kutaa kee seeni; balbala kee cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu. #Abbaan kee inni dhoksaatti ilaalus gatii kee siif ni deebisa.
β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£
link waldaa keenya argachuuf kana xuqaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±