Forwarded from Gutema Gelana
โผ๏ธ๐ผ โผ๏ธTiskeen keenya innii bilisa nuu,baasee #Kiristoos akka taโe hubatee jirta
๐ warri osoo Waaqayyo taโe maalif yaa,#Abba jedhee
Osoo Waaqayyo taโe maalif #kadhate kan jedhuu irraatti ragaan keenya isaa olii hundumaa dubbisaa
๐ ilma namaa isa samii irraa gadibue malee, namni gara samiitti ol bae tokko illee hin jiru (Yoh 3:13)
โ Kiristoos samii irraa akka dhufe hubbadha, Waaqayyo ta'u isaa hubbadha
๐ป Lakki kan hin ta'u yoo jeette ati #saree dha
12๐2 Phe 2:20-22
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ #Beekumsa sirrii waaee
#Gooftaa fi #Fayyisaa keenya Iyyaasuus Kiristoos argachuudhaan #xurii_addunyaa jalaa erga baanii booda, #lammata wantootuma kanatti yoo
deebianii fi isaaniin yoo moaman haalli isaanii inni dhumaa isa jalqabaa irra akka hammaatu beekamaa dha
๐น #Daandii_qajeelummaa sirriitti erga beekanii booda ajaja Qulqulluu isa fudhatan sana irraa garagaluu mannaa, daandii qajeelummaa
sana utuu sirriitti hin beekne taee isaaniif #wayya ture.
๐ #Mammaaksi dhugaan, โ #Sareen_diddiga ishiitti
deebiti; #booyyeen_dhiqamtes_dhoqqee keessa gangalachuu ishiitti deebitiโ jedhu sun isaan irratti #raawwatameera
13๐1 Phe 3:18-19
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐น #Kiristoos inni #nama Qulqulluu tae warra #jalootaaf jedhee #cubbuudhaaf
yeroo hundumaaf akka tautti #ali_tokkicha_du'eera; kana kan godhes gara Waaqayyootti isin geessuuf jedhee ti. Inni fooniin ajjeefame, garuu #Affuuraan jiraataadha . Haala kana keessa utuu jiruus, dhaqee #lubbu_mana hidhaa keessa jiraniif lallabe
14๐1 Yoh 4:1-2
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐น Obboloota jaallatamo, #raajonni sobaa hedduun gara addunyaatti waan baaniif, dubbii geggeessaa
hafuuraatiin dubbatame hunda hin amaninaa; kanaa mannaa, dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame
Waaqayyo biraa kan dhufe tauu fi dhiisuu isaa beekuuf qoradhaa.
๐ #Dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame #Waaqayyo biraa kan
dhufe tauu isaa kanaan ni beektu: Dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatamee fi Iyyaasuus Kiristoos
#fooniin akka dhufe amanee fudhatu hundi Waaqayyo biraa kan dhufe dha
15๐2Yoh 1:7
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โจ๏ธdogoggorsitoonni #Iyyaasuus Kiristoos #fooniin
dhufuu isaa amananii hin fudhanne hedduun gara addunyaatti baaniiru. Inni dogoggorsuu fi Kiristoosiin mormu sun isa kana
โ.........๐นjalate dhiistee
โ..........๐นKiristoos
tiskeedha

โNageenyi Waaqayyo
isiniif Haataโu
#Baga_Geessaann๐คฒ
@Ayyaanna||Fannoo
โ 2Qor 12:10๐
Ani #Kiristoosiif
jedhee
=1=dadhabinatti
=2=arrabsootti
=3=rakkinaatti/dhabati
=4=ariatamattii fi
=5=gidiraa/dhiphinati
guddaa nan #gammada
๐ปSababiin isaas
ani yeroon #dadhabu
yeroo sanatti
humna qaba
๐พ แตแ แญแญแตแถแต
=โแ แตแซแ
=โแ แแแแแณแตแ
=โแ แฝแแญแ
=โแ แตแฐแตแ
=โแ แญแแแตแ แฐแต แญแแแ
#แตแฐแญแ แซแ แแ #แแญแแ แแแ
โน=2 แแฎแแถแต 12 :10
โขkanafuu akkamitti
AkkaJirachuu qabnuu
Ni hubbaanna
โ Filp 2:13-15๐
Waaqayyo wanta isa gammachiisuu wajjin
haala wal simuun
#fedha akka qabaattanii fi #hojiidhaaf akka kakaataniif humna isiniif kenna
Waani #hundumaa
gungummii fi falmii
malee hojjedhaa
kunis #dhaloota jalaa fi #micciiramaa kana
keessatti ijoollee
Waaqayyoo warra
mudaa hin qabnee fi Qulqulloota akka taataniifi
isaan gidduuttis
#addunyaa keessatti
akka #ibsitoota ifaa
ni ibsitu
โผโgorsi Phaawuloos
Kuni immoo lafee Nama
Jajjabeeessa........
โFilp 3:7_8๐
#wantoota anaaf buaa
qaban #Kiristoosiif jedhee
akka kasaaraatti lakkaaeera
Kana malees, waaee
#beekumsa Kiristoos
Iyyaasuus Gooftaa koo isa hunda caalaa #gatii guddaa qabuuf jedhee wantoota hundumaa akka kasaaraatti nan lakkaaa
Ani isaaf jedhee
wantoota hundumaa
dhabeera wantoota
ani dhabe kanas
akka kosiitti nan
ilaala; kana kanan
godhus Kiristoosiin
argachuuf jedheeni
โjireenya kan argachuuf
Waaqayyo laphee Qulqulluu
Nuuf haa,keennuu
โNamoonni tokko
Tokko jireenya kan
Dhisani gara wantaa
Jalqaba dhisani turanitti
Deebi'ani jireenya lubbuu
Dhabanii jiru.......
โYoh 6:66-69๐
#barattoota isaa keessaa baayeen isaanii wantoota
#dhiisanii turanitti deebian
๐sana boodas isa
duukaa hin buune
Kanaaf #Iyyaasuus warra
Kudha Lamaaniin(12)
isinis deemuu
barbaadduuโ jedhe
Simoon Pheexirosis
akkana jedhee isaaf
deebise Yaa Gooftaa
gara #eenyuu dhaqnaโ
Ati dubbii jireenya bara
baraa qabda
Nuti ati Ilma Waaqayyoo
Isa Qulqulluu akka taate #amanneerra beekneerras
๐ปqorumsa namoota
Baayee duubati
Deebise kuni akka
Nuu,irra hin geenye
Yeroo hunduma
Dubbi jireenyatti
Cimuu nu barbaachisaa
โKanaafuu jabadha
Waaqayyo isin fanna
Haataโu
โ 1 Qor 16:13-14๐
Dammaqaa jiraadhaa, #amantiitti cimaa
dhaabadhaa
Wanta hojjettan hunda #jaalalaan hojjedhaa
๐นHordoftoota channeel
Goonfoo Qulqulloota
=yaada bagaa geesse
Ibsachuu yoo,barbadan
=link lamaan kan
Fayyadama
โน1 = @Gutema123
โน2 = @leave_a_Comment
Kan jedhu bareeffama
Kan jalatti ni argatu isa
irratti Ni dandeessu
โAyyaanna_gaarii
Isinif || Haataโu
===||=====||====

๐นAfaan nama
Qulqullu Namoota
hedduu ni soora,
#Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a
๐ #แจแปแตแ แจแแแฎแฝ
แฅแ แฐแแฝแ #แญแแแฃแ
#แฐแแแฝ แแ แจแแฃแธแ
แแตแแต แจแฐแแฃ แญแแณแ.
โfakkeenya 10:21
โแแณแ 10:21
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โGorsa,kan
Irraa maali hubbachu
Dandeessan, hunduma
Isaa dubbisa ๐
๐ ฐ ilmi ogeessi #abbaa
isaa ni gammachiisa
ilmi gowwaan garuu
#haadha isaa ni gaddisiisa
๐ ฑ Qabeenyi hamminaan argame gatii hin qabaatu,
Qajeelummaan garuu
dua irraa nama oolcha
๐ ฐ Waaqayyo namni
Qulqulluun akka #beelau
hin godhu,
Namoota hamoo garuu
wanta hawwan ni #dhowwata
๐ ฑ Harki hojii hiike
#hiyyummaa fida,
Harki jabaatee hojjetu garuu
#sooruma argamsiisa
? ilmi hubannaa guddaa
qabu #waqtii bonaatti
midhaan walitti qabata
ilmi nama qaanessu garuu,
yeroo #makaraatti_hirriba
cimaa rafa
๐ ฐ #Eebbi mataa nama
Qulqulluu irra jira,
Afaan nama hamaa garuu
jeequmsa dhoksee qabata.
๐ ฑ Yaadannoon nama
Qulqulluu #eebba argamsiisa
#Maqaan nama hamaa
garuu tortoree bada
๐ ฐ Namni #garaa(laphee) ogeessa tae qabu qajeelfama
ni fudhata
#Namni gowwummaadhaan
dubbatu garuu ni hafa
๐ ฑ Namni garaa Qulqulluudhaan
deddeebiu #sodaa
malee deema
Namni karaa isaa jalaa
godhu garuu ni #qabama
๐ ฐ #Namni hammina
yaadee ija isaatiin dubbatu gadda fida
Namni gowwummaadhaan
dubbatus ni badaa
๐ ฐ Afaan nama Qulqullu madda #jireenyaa ti
Afaan nama hamaa garuu
#jeequmsa dhoksee qabata
๐ ฑ #Jibbi falmii kakaasa,
#Jaalalli garuu balleessaa
hundumaa ni haguuga
๐ ฐ Ogummaan afaan
nama hubataa irra jira,
Uleen garuu dugda nama hubannaa hin qabneef ta'a
๐ ฐ Ogeeyyiin #beekumsa ni kuufatu,Afaan nama hamaa garuu badiisa waama
๐ ฑ Qabeenyi sooressaa isaaf
magaalaa dallaa dhagaa
qabdu dha.
Badiisni hiyyeessotaa garuu
hiyyummaa isaanii ti.
๐ ฐ Hojiin nama Qulqulluu
gara #jireenyaatti geessa;
Oomishni nama hamaa garuu gara #cubbuutti geessa
๐ ฐ Namni #adaba fudhatu daandii gara jireenyaatti
geessu dha,
Namni #sirreeffama tuffatu
garuu warra kaan karaa irraa
ni badaa
๐ ฐ Namni #jibba isaa
dhoksu soba dubbata
Namni oduu hamaa
babalisus gowwaa dha
๐ ฑ Dubbiin yoo #baayate dogoggora hambisuun
hin dandaamu
Namni #arraba isaa to'atu
hundi garuu
of eeggataa dha
๐ ฑ #Arrabni nama Qulqullu akkuma #meetii hunda
caalaa baeessa taee ti,
#Garaan nama hamaa
garuu gatii hin qabu
๐ ฑ #Afaan nama Qulqullu namoota hedduu
ni soora,
Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a
๐ ฐ #Eebbi Waaqayyo
sooressa nama godha
๐ ฑ #Nama_gowwaadhaaf gocha qaanessaa irratti hirmaachuun akkuma
#taphaa ti,
#Ogummaan garuu kan
nama hubannaa qabuu ti
๐ ฑ Namni #hamaan wanti
inni sodaate isa irra ga'a
Namoonni #Qulqulluun garuu
hawwiin isaanii isaaniif
#guutama
๐ ฑ Bubbeen yommuu darbu,
namni hamaan hin jiraatu
#Namni Qulqulluun garuu
bara baraaf buuura dha
๐ ฐ Akkuma wanti dhangaggaaaan ilkaan
Balleesuu, Aarris ija
dheekkamsiisu,
Dhibaaaanis nama isa
ergate ni dheekkamsiisa
๐ ฐ Waaqayyo #sodaachuun umurii dheeressa.
Umuriin hamootaa
garuu ni #gabaabbata
๐ ฑ Wanti Qulqullooni eeggatan
#gammachuu argamsiisa,
#Abdiin hamootaa
garuu ni bada
๐ ฑ #Daandiin Waaqayyo
nama balleessaa
hin qabneef #dahoo dha.
Warra hammina hojjetaniif
garuu #badiisa dha
๐ ฐ Namni Qulqulluun
matumaa akka kufu
hin godhamu,
Namoonni hamoon garuu
lafa irra jiraachuu isaanii
itti hin fufan..
๐ ฐ #Afaan nama Qulqulluu #ogummaa ni baasa,
Arrabni jalaan garuu ni #cita.
๐ ฐ Arrabni nama Qulqulluu
#wanta nama
gammachiisu beeka,
Afaan hamootaa
garuu #jalaa dha
(fakkeenya 10:1-32)
------------------------------
Galani Waaqayyof
Haataโu Ameen.
----------------------------
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
||๐๐๐๐๐๐๐||

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)