๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ…ฑโžก๏ธ kutaa_41ffยชยชโคต๏ธ
Gaafii fi Deebi
โธ Muslimoota

โบ Yohaannis 11:22

#Maartaan Kiristoos akka dhufaa jiru yommuu dhageessu isa simachuuf gara isaa dhaqxe; Maariyaami garuu manuma keessa taaaa turte.
Achiis
Maartaan Kiristoosin akkana jette: โ€œYaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa
#obboleessi koo hin duu ture.

โฏ Haatau malee, amma iyyuu ati wanta barbaadde
#Waaqayyoon yoo #kadhate((gaafatte))
Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžžGaaffii isaanii Kiristoos humna isanii hooma gochuu hin danda'u Waaqayyoo kadhatee rawwata malee jedhuu โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžžDeebi keenya'.
Lakkii Jechi kadhatee jedhuu Kiristoos Aangoo dhabuu isaa hin ibsu kan jedhuu ta'a

Ragaa kitaaba
โ“ต=Matewoos 28:18
Yeroo kanatti Kiristoos isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: โ€œ
#Samii irrattis
tae
#lafa irratti #Aangoon hundi anaaf kennameera.
โฏ kanafuu erga samii fi lafa irratti Aangoo kennameefi maalif kadhachuu barbaachise jennee gaaffii yoo,isaan gafane deebii hin qabanii ..๐Ÿšผ

โ™จ๏ธ Aangoo samii fi lafaa kani kennef Waaqayyo kan jedhan yoo,taโ€™e immoo.
=jedhii nafi kennamee jedhuu immoo hiika kan qaba.

โ“ถ=Yohaannis 16:15
Wanti
#Abbaan qabu hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
โ–ฌakka ibsa kitaaba iddoo tokko tokkootti Abbaa jechuun Waaqayyo jechudha jedha.
โ–ถ๏ธYoh 8:54
Kiristoos deebisee akkana jedhe: โ€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin
qabu. Inni ulfina anaaf kennu,
#Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha

โฉ gara deebii kallattiin yoo, deebinu =((Yoh 11:22))
โžž
Maartaan caaliste dubbate maalee wanti ishiin beektu hoomtuu hin jiruu.

โ–ถ๏ธ fakkeenya Kiristoos Alaazaar osoo hin duni dura
#namoota murasa du'a kasee jira ((yeroo sana namoonni suni kiristoosin Waaqayyo kadhadhu du'u nuuf kasi hin jennee turee.

โžก๏ธ
Maartaan garuu amma Waaqayyo yoo, #kadhatee jeete yaada ishii ibsu jalqabde.

๐ŸŸฐKiristoos immoo osoo akka yaada ishe taโ€™e Eeyyee dhugaa jette ,Waaqayyo .nan kadhadhaa jechuu qaba. turee

๐Ÿ”บKiristoos
Maartaan akka #dogoggorate argee akkasii jedhee Deebi ishii dhaf kenne โฌ‡๏ธ

โ“ท=Yohaannis 11:23-27
Kiristoos deebisee akkasii jedhe, โ€œ
#Obboleessi kee
ni kaaโ€ ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, โ€œGuyyaa dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beekaโ€ jetteen.
Kiristoos akkana ishiidhaan jedhe: โ€œ
#Duaa kauu fi #jireenyi
ana.
#Namni anatti amanu yoo #due illee deebiee ni jiraata; #lubbuudhaan kan jiruu fi anatti kan amanu #hundis matumaa hin duu. Kana ni amantaa reeโ“
ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma
Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan
#amanaโ€ jetteen
โžžkanafuu deebii sirrii itti himme Kiristoos Anu du'a isa nan kaasa. Jedhee malee
#Waaqayyo_kadhadhee kasa hin jennee ๐Ÿ›…
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ“ธ=Mulโ€™ata Yoh.1:18
Ani
#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara #baraatti nan jiraadha,
ani
#furtuuwwan duaa fi Awwaalaa qaba.
๐Ÿ…ฐ erga furtuu du'aa fi Awwaala qabatee Kiristoos maalif kadhachuu barbaachise .jenne gaaffii yoo,gaafane maali jedhuu ....๐Ÿšฏdeebii hin qabin.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ†ช๏ธ link kanaa xuqa miseensa ta'u yoo,barbade..โž•โž•
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ
โžก๏ธ๐ŸŒบ kutaa_46 ffaa.๐ŸŒบโฌ‡๏ธ
       
๐ŸŒบGaaffii fi Deebii
Muslimaa.๐Ÿฆ๐Ÿฆ
โœYohaannis 11:40๐Ÿ‘‡
Iyyaasus(Kiristoos) โ€œYoo amante
#ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti
#himee hin #turree?โ€ jedheen*
แŠขแ‹จแˆฑแˆตแฆ แ‰ฅแ‰ณแˆแŠšแˆต
#แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ• แŠญแ‰ฅแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ณแ‹ช #แŠ แˆแŠแŒˆแˆญแˆแˆฝแˆแŠ•? แŠ แˆ‹แ‰ตแข
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงGaaffii isaani
1=Alaazaari ulfina Waaqayyottin du'a kase malee ,ulfina Kiristoos mitii jedhu....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงDeebi_keenya

Lakkii ulfina Kiristoos, Sababiin isaa iddoo kana irraa Kiristoos ofuma isaa Waaqayyo jedhe ofii wamee.
Raaga keenya.
โžก๏ธ Yohaannis 11:40 irraa kan jiruu waliin dubbii Kiristoos fi maarata turee,Haataโ€™u malee Kiristoos maaratadhan akkasii jedhee turee โ€œYoo amante
#ulfina_Waaqayyoo akka argitu sitti #himee hin #turree?โ€ jedheen*
๐Ÿ‘‰ jecha
#sitti_Himee hin turree jedhu ilaala, โ–ฎKanaafuu iddoo kana irratti Gaafii
1=Kiristoos yoomii itti himeeโ“
2=Kiristoos maali jedhee itti himee...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงDeebi isaa
Kiristoos kani itti
#dubbate kanaa dura wa'ee #isaa qofa isheetti himee malee ,wa'ee Abbaa Gonkumaa itti hin dubbane kunoo Kiristoos kana dura kani dubbatee ๐Ÿ‘‡

โ“ต=โคด๏ธYohaannis 11:21-27
#Maartaan Kiristoosiin akkana jette: โ€œYaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa obboleessi koo hin duu ture. Haatau malee,
#amma iyyuu ati wanta barbaadde #Waaqayyoon yoo gaafatte, Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.โ€ jettee
Kiristoos โ€œObboleessi kee
ni ka'aโ€ ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, โ€œGuyyaa #dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beekaโ€ jetteen
Iyyaasuusi (kifistoos) akkana ishiidhaan jedhe: โ€œDuaa kauu fi jireenyi Ana. Namni anatti amanu yoo due illee deebiee ni jiraata;
#lubbuudhaan kan jiruu fi Anatti kan amanu hundis matumaa hin du'u. Kana ni amantaa ree?โ€,Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ€ jetteen
๐Ÿฅ€kanafuu akka dubbisaa kanatti Kiristoos wa'ee isaa qofa itti himee jira.

๐Ÿ€kanaa  booda immoo kan dubbisaa

โ“ถ=Yohaannis 11:39_40
Iyyaasuus(Kiristoos)
โ€œDhagicha irraa kaasaaโ€ jedhe.
#Maartaan obboleettiin namicha due sanaa #Iyyaasusin(Kiristoosin)โ€œYaa Gooftaa, amma guyyaa afuri waan taeef yoona
foolii godhateeraโ€ jette. Iyyaasuus(Kiristoos)โ€œYoo
#amante_ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti
#himee hin turree?โ€jedheen.
๐ŸŒทKiristoos kana duraa waee eenyu itti hime ree.Yoh 11:21-27) irraa kan jiruu itti himee ,iddoo sana immoo kana jiru wa'ee Kiristoos qofa.

๐ŸŒบ Kiristoos immoo ulfina Waaqayyo kana dura sitti himme turee kan jedhee, ofuma isaa Waaqayyo jedhe itti himme.
Kitaaba Qulqulluu keessatti Kiristoos qaama biraa fakkeessee wa'ee isaa dubbachuu Amala isaatti
โ“ท=Matewoos.13:3
โ€œ
#Namni sanyii facaasu #tokko sanyii facaasuu dhaqe
โ˜˜iddoo kana irratti Kiristoos ofuma isa namichi suni isa taโ€™e
Osoo jiruu ,Qaama biraa fakkeessee namichi sanyii facaasuu
#tokko jedhee dubbatee.
๐ŸŒนnamichi sanyii facaasuu sunii isaa matumaa isaa ta'u immoo yeroo ibsu akkana jedhee
โ“ธ=Maatewos 13:37
Innis (kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ€œ
#Namni_sanyii gaarii facaase sun #Ilma_namaati

๐ŸŒบHaaluma kan jalqabaa Yoh 11:21-27 irraa jiruu ofi ibse, booda immoo ulfina Waaqayyo jedhe ofi waamee (Yoh 11:40)irratti
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฎ 0924777763
โ–ฎ ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
link waldaa keenyaa
๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha