🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…±βž‘οΈ kutaa_41ffΒͺΒͺ‡️
Gaafii fi Deebi
⏸ Muslimoota

⏺ Yohaannis 11:22

#Maartaan Kiristoos akka dhufaa jiru yommuu dhageessu isa simachuuf gara isaa dhaqxe; Maariyaami garuu manuma keessa taaaa turte.
Achiis Maartaan Kiristoosin akkana jette: β€œYaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa
#obboleessi koo hin duu ture.

⏯ Haatau malee, amma iyyuu ati wanta barbaadde
#Waaqayyoon yoo #kadhate((gaafatte))
Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.”
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➞Gaaffii isaanii Kiristoos humna isanii hooma gochuu hin danda'u Waaqayyoo kadhatee rawwata malee jedhuu ❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➞Deebi keenya'.
Lakkii Jechi kadhatee jedhuu Kiristoos Aangoo dhabuu isaa hin ibsu kan jedhuu ta'a

Ragaa kitaaba
β“΅=Matewoos 28:18
Yeroo kanatti Kiristoos isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: β€œ
#Samii irrattis
tae
#lafa irratti #Aangoon hundi anaaf kennameera.
⏯ kanafuu erga samii fi lafa irratti Aangoo kennameefi maalif kadhachuu barbaachise jennee gaaffii yoo,isaan gafane deebii hin qabanii ..🚼

♨️ Aangoo samii fi lafaa kani kennef
Waaqayyo kan jedhan yoo,ta’e immoo.
=jedhii nafi kennamee jedhuu immoo hiika kan qaba.

β“Ά=Yohaannis 16:15
Wanti
#Abbaan qabu hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
β–¬akka ibsa kitaaba iddoo tokko tokkootti Abbaa jechuun
Waaqayyo jechudha jedha.
▢️Yoh 8:54
Kiristoos deebisee akkana jedhe: β€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin
qabu. Inni ulfina anaaf kennu,
#Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha

⏩ gara deebii kallattiin yoo, deebinu =((Yoh 11:22))
➞Maartaan caaliste dubbate maalee wanti ishiin beektu hoomtuu hin jiruu.

▢️ fakkeenya Kiristoos Alaazaar osoo hin duni dura
#namoota murasa du'a kasee jira ((yeroo sana namoonni suni kiristoosin Waaqayyo kadhadhu du'u nuuf kasi hin jennee turee.

➑️ Maartaan garuu amma
Waaqayyo yoo, #kadhatee jeete yaada ishii ibsu jalqabde.

🟰Kiristoos immoo osoo akka yaada ishe ta’e Eeyyee dhugaa jette ,
Waaqayyo .nan kadhadhaa jechuu qaba. turee

πŸ”ΊKiristoos Maartaan akka
#dogoggorate argee akkasii jedhee Deebi ishii dhaf kenne ⬇️

β“·=Yohaannis 11:23-27
Kiristoos deebisee akkasii jedhe, β€œ
#Obboleessi kee
ni kaa” ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, β€œGuyyaa dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beeka” jetteen.
Kiristoos akkana ishiidhaan jedhe: β€œ
#Duaa kauu fi #jireenyi
ana.
#Namni anatti amanu yoo #due illee deebiee ni jiraata; #lubbuudhaan kan jiruu fi anatti kan amanu #hundis matumaa hin duu. Kana ni amantaa ree❓
ishiinis, β€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma
Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan
#amana” jetteen
➞kanafuu deebii sirrii itti himme Kiristoos Anu du'a isa nan kaasa. Jedhee malee
#Waaqayyo_kadhadhee kasa hin jennee πŸ›…
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β“Έ=Mul’ata Yoh.1:18
Ani
#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara #baraatti nan jiraadha,
ani
#furtuuwwan duaa fi Awwaalaa qaba.
πŸ…° erga furtuu du'aa fi Awwaala qabatee Kiristoos maalif kadhachuu barbaachise .jenne gaaffii yoo,gaafane maali jedhuu ....🚯deebii hin qabin.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β†ͺ️ link kanaa xuqa miseensa ta'u yoo,barbade..βž•βž•
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
‴️‴️‴️‴️‴️‴️‴️‴️‴️‴️