๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐ŸŒบ kutaa_46 ffaa.๐ŸŒบโฌ‡๏ธ
       
๐ŸŒบGaaffii fi Deebii
Muslimaa.๐Ÿฆ๐Ÿฆ
โœYohaannis 11:40๐Ÿ‘‡
Iyyaasus(Kiristoos) โ€œYoo amante
#ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti
#himee hin #turree?โ€ jedheen*
แŠขแ‹จแˆฑแˆตแฆ แ‰ฅแ‰ณแˆแŠšแˆต
#แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ• แŠญแ‰ฅแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ณแ‹ช #แŠ แˆแŠแŒˆแˆญแˆแˆฝแˆแŠ•? แŠ แˆ‹แ‰ตแข
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงGaaffii isaani
1=Alaazaari ulfina Waaqayyottin du'a kase malee ,ulfina Kiristoos mitii jedhu....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงDeebi_keenya

Lakkii ulfina Kiristoos, Sababiin isaa iddoo kana irraa Kiristoos ofuma isaa Waaqayyo jedhe ofii wamee.
Raaga keenya.
โžก๏ธ Yohaannis 11:40 irraa kan jiruu waliin dubbii Kiristoos fi maarata turee,Haataโ€™u malee Kiristoos maaratadhan akkasii jedhee turee โ€œYoo amante
#ulfina_Waaqayyoo akka argitu sitti #himee hin #turree?โ€ jedheen*
๐Ÿ‘‰ jecha
#sitti_Himee hin turree jedhu ilaala, โ–ฎKanaafuu iddoo kana irratti Gaafii
1=Kiristoos yoomii itti
himeeโ“
2=Kiristoos maali jedhee itti
himee...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงDeebi isaa
Kiristoos kani itti
#dubbate kanaa dura wa'ee #isaa qofa isheetti himee malee ,wa'ee Abbaa Gonkumaa itti hin dubbane kunoo Kiristoos kana dura kani dubbatee ๐Ÿ‘‡

โ“ต=โคด๏ธYohaannis 11:21-27
#Maartaan Kiristoosiin akkana jette: โ€œYaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa obboleessi koo hin duu ture. Haatau malee,
#amma iyyuu ati wanta barbaadde #Waaqayyoon yoo gaafatte, Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.โ€ jettee
Kiristoos โ€œObboleessi kee
ni ka'aโ€ ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, โ€œGuyyaa #dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beekaโ€ jetteen
Iyyaasuusi (kifistoos) akkana ishiidhaan jedhe: โ€œDuaa kauu fi jireenyi Ana. Namni anatti amanu yoo due illee deebiee ni jiraata;
#lubbuudhaan kan jiruu fi Anatti kan amanu hundis matumaa hin du'u. Kana ni amantaa ree?โ€,Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ€ jetteen
๐Ÿฅ€kanafuu akka dubbisaa kanatti Kiristoos wa'ee isaa qofa itti
himee jira.

๐Ÿ€kanaa  booda immoo kan dubbisaa

โ“ถ=Yohaannis 11:39_40
Iyyaasuus(Kiristoos)
โ€œDhagicha irraa kaasaaโ€ jedhe.
#Maartaan obboleettiin namicha due sanaa #Iyyaasusin(Kiristoosin)โ€œYaa Gooftaa, amma guyyaa afuri waan taeef yoona
foolii godhateeraโ€ jette. Iyyaasuus(Kiristoos)โ€œYoo
#amante_ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti
#himee hin turree?โ€jedheen.
๐ŸŒทKiristoos kana duraa waee eenyu itti hime ree.Yoh 11:21-27) irraa kan jiruu itti
himee ,iddoo sana immoo kana jiru wa'ee Kiristoos qofa.

๐ŸŒบ Kiristoos immoo ulfina Waaqayyo kana dura sitti himme turee kan jedhee, ofuma isaa Waaqayyo jedhe itti himme.
Kitaaba Qulqulluu keessatti Kiristoos qaama biraa fakkeessee wa'ee isaa dubbachuu Amala isaatti
โ“ท=Matewoos.13:3
โ€œ
#Namni sanyii facaasu #tokko sanyii facaasuu dhaqe
โ˜˜iddoo kana irratti Kiristoos ofuma isa namichi suni isa taโ€™e
Osoo jiruu ,Qaama biraa fakkeessee namichi sanyii facaasuu
#tokko jedhee dubbatee.
๐ŸŒนnamichi sanyii facaasuu sunii isaa matumaa isaa ta'u immoo yeroo ibsu akkana jedhee
โ“ธ=Maatewos 13:37
Innis (kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ€œ
#Namni_sanyii gaarii facaase sun #Ilma_namaati

๐ŸŒบHaaluma kan jalqabaa Yoh 11:21-27 irraa jiruu ofi ibse, booda immoo ulfina Waaqayyo jedhe ofi waamee (Yoh 11:40)irratti
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฎ 0924777763
โ–ฎ ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
link waldaa keenyaa
๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha