🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
‼️🌻‼️ qabxii 15 kuni
#foonii_uffachuu Kiristoos fi #Waaqayyo_ta'u Kiristoos kan ibsan____ #Kuta.1.ffaa isaatti

1👉Mat 24:30
▬▬▬▬▬▬
Yeroo sanatti mallattoon
#ilma namaa samii irratti ni mulata;
#saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma isaanii rurrukutu; isaanis
ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
▬▬▬▬▬▬▬▬
jecha lamaan kanaa irraa wanta lamaa ni hubbata
1❖ jecha ilma nama jedhuu
=ilma namaa jechuun immoo foonii kan uffatee jechuudha
Kanaafuu Kiristoos ani foonii nama kan uffadhe samii irra yeroo dhufuu jecha jira

2❖ saboonni addunyaa hundinuu Gadaan qoomaa isaa rukutuu jecha
=Jechi saboota jechu namoota addunyaa kan irraa jiran yommuu ibsuu
=jechi maalif qooma isaanii rukkutu kan jedhuu immoo, Kiristoos yeroo dhufuu wanii itti murteessuufi
=murteessuu kan danda'u immoo Waaqayyo qofa
Kanaafuu Kiristoos ani Waaqayyo yeroon samii irraa dhufu qoomaa keessan ni rukkutu jecha jira

2👉 luq 24:39-40
▬▬▬▬▬▬▬
👉Ana mataa koo akkan tae
harka koo fi miilla koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa, sababiin isaas akkuma ana irratti argitan kana uumamni hafuuraa foonii fi lafee hin
qabu.” Utuma kana dubbachaa
jiruus,
#harka isaa fi #miilla isaa isaanitti argisiise.

🖕UUmmama hafuuraa jechuun
#eekara jedhama yeroo Tokko nannoo garagaraatti afaan Oromoon
garuu Kiristoos harka fi mila koo qaba ilaala jechuun Kiristoos foonii akka qabu ofuma isaa dubbachaa
hin jiruu ❗️
🏓🏓🏓🏓🏓🏓🏓🏓🏓🏓

3👉Yoh 1:1--1
▬▬▬▬▬▬
👉 Jalqaba Dubbichatu ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture

4👉Yoh 1:14
▬▬▬▬▬▬
👉Dubbichi foon taee nu gidduu jiraate; nutis ulfina isa akka ilmi tokkichi Abbaa irraa argatuu tae argineerra; innis gaarummaa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture

5👉 Yoh 6:53-54
▬▬▬▬▬▬▬
👇Kanaaf
#Iyyaasuus akkana
isaaniin jedhe: “Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#foon_Ilma namaa yoo nyaattanii fi #dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin jireenya hin qabdan
🌼 Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi
#jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti duaa
isa nan
#kaasa

♨️ dhigaa fi foonii kiyya jechuun isaa foonii fi dhiiga qabachu ibsaa
♨️ namnii dhiiga fi foonii kiyya nyaatee jireenya bara baraa qaba jechuun isaa immoo bara baraan kan nama jirachuu
#Waaqayyo kan biraa hin jiruu
Kanaafuu ani mataan koo,
#Waaqayyo jecha jira

6👉Rom 1:2-3
▬▬▬▬▬▬
🌻 misiraachoon kun isa Waaqayyo duraan
dursee karaa
#raajota isaa Kitaabota Qulqulluu keessatti abdachiise dha.

➧ Kunis waaee
#ilma isaa isa karaa #foonii #sanyii_Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha

🧨,jechaa matewoos 1:1 irraa siritti ibsee jira
Kuno gara foonii siin jecha jira Phawuloos, ni argita amma

7👉 Rom 9:5
▬▬▬▬▬▬
🧨 Abbootiin kan isaanii turan,
#Kiristoosis akka #fooniitti isaan irraa argame. Waaqayyo inni hundumaa ol jiru bara baraan haa galateeffamu. Ameen..
➤Abbooti kan jedhamee kan akka Abrahaami,Daawit, yoseef
Taaraa,,,,,,,, gara foonii abbotii irraa jechaa jira

8👉1 Qor 15:45-47
▬▬▬▬▬▬▬▬
‼️Kanaaf, “
#Addaam namni jalqabaa, qaama jiraataa tae” jedhamee barreeffameera. #Addaam inni boodaa #Affuura isa #jireenya kennu tae.
🔈Haa tau malee,
#qaamni inni jalqabaa isa #Afuuraa sana miti, kanaa mannaa isa #foonii ti. #Qaamni_Afuuraa sana booda dhufe.#Namni
inni jalqabaa
#lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame;
#namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
🏓 addaami biiyee ykn lafaa irraa argamee
#Kiristoos garuu samii irra dhufee jedhee jira
Sababa Addaamii lamaffaa jedhamee immoo foonii nama wani uffaatef jechuudha

🌹samii irraa kan jirtuu Waaqayyo malee eenyu, kanafuu Kiristoos Waaqayyo jecha jira siif hin galu amma obboolleessa
Jireenya kan keenuu isaa jecha jira, kanafuu mee,dhugumaa samuu kee, bani ilaalii
👉 🏓🏓 jalate dhiistee
👉 🏓🏓 Kiristoos Waaqa
🌹ibidda fuudhi
➪▽ እሳት ውሰድ
=Raji _Hisqi'el 10:6
=ሕዝቅኤል 10:6
✧▬▬▬▬▬▬✧
♨️Bagaa_Geessan(19)
Ayyaanna Ergama Qulqulluu
Gabra'el..

➪gochaa dinqisiisaa Ergama
Gabra'el hojjatee keessa muraasa isaa
➪eebbi isaa hundumaa keenya wajjin Haata’u Ameen.

=♨️ ✦ ibida fudhi
✦➪jecha kan kana dubbatee Waaqayyo dha
✦➪ibidda immoo kan fudhuu eegama Gabra'eli dha
✦➪ dubbi kan immoo kan dhaga'e Hisqi'el

▽➪ Haata’u malee
#Gabra'eeli tti ibidda kan keenne immoo kirubeelii,, #kirubeelii irraa harka guutuu fudhe, Gabra'eelin
isaa booda Waaqayyo ibidda samii irraa namoota gadi facaasi jedheenii

✦=Gabra'eelin garuu yeroo kanaa akka Waaqayyo jedhee sana hin goonee hanga waggaa 7 tti ibidda harkaa isatti qabatee
✦ =Kana irratti ergamoonni hanga namaf Waaqayyo kadhatanii ibsaa malee yeruma sana ibidda gadi lakkisuu ni danda'a turee,garuu innii akkasii hin gone (his 10:1-15)

➪iddoo ibidi itti gadi lakkifamuu Iyarusalemi ykn (Israa'el) turee* namoota gochaa hamma hojjatan irratti

♨️ Sababin isaa yeroo sanatti cubbu guddaa hojjatan

1➪warri
#dhiraa namoota 70 ta'an xaawotti waaqeessa
(his:8:11)
2➪ namoonni 25 kan ta'an
#aduu,dhaf,sagadan
(his 8:16)

3➪dubartoonni immoo xaawoti maqaa isaa
#Tamuzi jedhamuu waqeessan,isaafi bo'aan
( his:8:14)
4➪namoota baay'ee wani ajjeessanif
(his 8:12,9:6

5➪Waaqayyo mallattoo argisiisuu didee wanii jedhaniif
(his 9:9)
6➪biqiltuu baala qabu muranii
#urgooftuu jedhanii ishii,funyaan isanitti godhan waqeessan,
(his 8:17)
=ergaa isaan kan godhanii Waaqayyo ergamoota 7 isanitti erge
1➪Ergama Qulqulluu Mikaa'el
2➪Ergama,Qulqulluu Gabra'el.
3➪Ergama Qulqulluu ura'el
4➪Ergama Qulqulluu Ruufa'el
5➪Ergama Qulqulluu fanuel
6➪Ergama Qulqulluu saquel
7➪Ergama Qulqulluu Afani'.

➪Waaqayyo ergamoota kan dura ergamaa Gabra'el ergee namoota hojjii gaarii hojjatan fi hin hojjanne addaan basi mallattoo itti godhi,jedhee isaa,booda
Ergamonni 6 hafan namoota hedduu ajjeesan,.
isaa booda,Waaqayyo yeroo lamaffaa ibida samii irraa itti gadi facasi jedhee haala kan turee
▬▬▬▬▬▬▬▬
Kanaaf adaba isaan irraa gahee
1 ➤
#harki hundinuu dadhabaa in ta'a,humni hundinuus akka bishaan in ta'a (hiq 7:17)
=
#እጅ ሁሉ ትደክማለች ጕልበትም ሁሉ እንደ ውኃ ትቀልጣለች
(ሕዝቅኤል 7 :17)
2➤cubbuu isaanii gufuu isaanitti ta'eef,
#nyaatanii beela hin ba'an, garaa isaaniis hin gutamuu (his 7:19)
=እርሱ የኃጢአታቸው ዕንቅፋት ሆኖአልና ሰውነታቸውን አያጠግቡም
#ሆዳቸውንም አይሞሉም
(ሕዝቅኤል 7 :19)
3➤“Ala seefi jira, keessa immoo dha'ichaa fi beelatu jira; isa ala jiru seefin in ajjeesa, isa magaalaa keessa jiru beellii fi dha'ichi in fixa(his 7:15)t
=
#ሰይፍ በውጭ ቸነፈርና ራብ በውስጥ አለ፤ በሜዳ ያለው በሰይፍ ይሞታል፥ በከተማም ያለውን #ቸነፈርና ራብ ይፈጁታል(ሕዝቅኤል 7:15)
4➤ isaan
#nagaa in barbaadu; garuu nagaan tokko illee hin jiru
(His 7:25)
= ጥፋት መጥቶአል
#ሰላምም ይሻሉ እርሱም አይገኝም (ሕዝቅኤል 7:25)
5➤
#badiisi badiisa irratti dabalama, #oduunis oduu duukaa bu'u, isaan raajii biraa mul'ata in barbaaddatu; garuu seerri luboota harkaa, gorsis jaarsolii harkaa in bada(his 7:26)
=
#ድንጋጤ በድንጋጤ ላይ ይመጣል፥ #ወሬም ወሬውን ይከተላል፥ ከነቢዩም ዘንድ ራዕይን ይሻሉ፤ #ከካህኑም ዘንድ #ትምህርት፥ ከሽማግሌዎችም ዘንድ ምክር ይጠፋል(ሕዝቅኤል 7:26)
6➤isin seefi sodaattaniittu; anis seefi isinitti nan fida” jedha
#Waaqayyo gooftaan kana
dubbateera(his 11:8)
=
#ሰይፍን ፈርታችኋል እኔም ሰይፍን አመጣባችኋለሁ፥ ይላል ጌታ እግዚአብሔር
(ሕዝቅኤል 11:8)t
🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Tolumaan waaqyyoo
#guddaa waaniin ta’ef immoo dhifama isaniif godhee jira

1➤Egaa isaan deebi'anii xaawoti tolfamoo fi wanta
#xurawa hundumaa achi keessaa in baasu
Ani
#laphee_haaraa isaaniif nan kenna; #Affuura haaraas isaan keessa nan kaa'a; #laphee isa akka #dhagaa isaan keessaa baasee laphee isa akka #foonii isaaniif nan kenna
(his 11:18-19)
=🌻ወደዚያም ይመጣሉ፥
#ጸያፉንና ርኩሱንም ነገር ሁሉ ከእርስዋ ያወጣሉ።

በትእዛዜም ይሄዱ ዘንድ ፍርዴንም ይጠብቁና ያደርጉ ዘንድ አንድ ልብ እሰጣቸዋለሁ፥ በውስጣቸውም
#አዲስ መንፈስ እሰጣለሁ፥ ከሥጋቸውም ውስጥ #የድንጋዩን ልብ አወጣለሁ #የሥጋንም ልብ እሰጣቸዋለሁ እነርሱም ሕዝብ ይሆኑኛል #እኔም አምላክ እሆናቸዋለሁ (ሕዝቅኤል 11:18-20)
2➤ isaan akka seerrata kootti in adeemu, wanta na duratti Qulqulluu ta'es in eegu isaan
#saba koo in ta'u, anis #Waaqayyo isaanii nan ta'a
(his 11:20)
✦▬▬▬▬▬▬✦
Kadhannaa Qulqulloota humna qaba wanii ta’ef
Eebbi Qulqulleeti
#Iyaaluxa fi Qirikoosii nu,fanaa Haata’u
Ameen
👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌹Namoota fannifamuu
Kiristoos Oso hin arginee
Jecha wangeela qofaan
Amanani fayyina dha

Akkuma
#Kiristoos Toomaasin
Jedhe warri Oso Ana hin argin amanana gammadoo dha jedhe

nuuti fakkeenya
Sana akka fayyinee ibsuu

Yoh 20:28👇
👉Toomaasis deebisee, “Gooftaa ko, Waaqa ko!” jedheen.
#Kiristoos “Ati waan ana
#argiteef amantee?
#Warri utuu #hin argin
#amanan_gammadoo dha” jedheen

=5=🌻 Fakkeenyi biraa
bofti Sibila irraa hojjatee
Fi bofti lubbuu qabuu sunii
#Qaamni isaanii bofa fakkaatuun
Tokko ta'u isa immoo
#Kiristoos foonii nama uffate
Addaami lammaffaa jedhamuu
Isaa

(1Qor 15:45👇

#Addaam namni jalqabaa qaama jiraataa tae
jedhamee barreeffameera
#Addaam inni #boodaa
#Affuura isa jireenya
kennu tae

=6=🌻➛bofti qoricha
ofii keessa Qabu hin fannifamee
#bofti Qulqulluu garuu inni sibiilaa irra hojjate
mukaa,irratti fannifamuu isa
Immoo
#Kiristoos qofti ni
Fanifame malee Addaami
Osoo hin fannifamee hafu
Isaa ibsa

◈ 1Qor 1:23👇
#Nuti garuu Kiristoos
isa fannoo irratti
fannifame lallabna
innis Yihudootaaf wanta
nama gufachiisu dha
#namoota saba
Waaqayyoo hin taaneef
immoo gowwummaa dha
=jecha kana irraa kan
Hubbanu "Kiristoos isa
Fanifame lallabaan" yeroo
Jedhu Kiristoos qofatti
Akka fannifamee ifa
Nuufi godha..

=7=bofti Museen
fannisee
#tokoo
Qofa malee lama mukaa
Irrati hin fannifamee kuni immoo fakkeenya
Kiristoos qofti akka
fannifamee ibsuu

1 Qor 15:20-21👇
◈ Amma garuu
#Kiristoos warra #duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'ee
Sababiin isaas akkuma
#duuti karaa nama
#tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama tokkoo dhufa

◈Kanaafuu Musen dirqama
Bofa tokko qofaa akka
Fannise hubbana fakkeenyi
Bofa sibilaa inni fannifamee
Kiristoos erga ta’e
‼️Haaluma kana
#fannoo
Tokko qofatu nama fayyisa
Jechuu keenya...

❤️ jechamaa Kiristoos
Dubbate tokko Akkasi
Jedhee =__________

➛Luqaas 23:31👇
#Yeroo mukti #jiidhaa
taee jirutti wantoota
kana yoo godhan

yeroo mukti
#gogutti
immoo maaltu taa
laata
👉
#በእርጥብ እንጨት እንዲህ የሚያደርጉ ከሆኑ
#በደረቀውስ እንዴት ይሆን
=ሉቃስ 23:31

hiika isaa beektu
laata=_____


#kuta_6-ffaa👇

🌹 Yaada yoo qabatanii👇
#Gutema123

kan channeel 👇

@haadha_Waaqa_naJaladha

Jalati immoo fannoo
Kiristoos
#morma keenya
irratti hidhachuun
barbaachisaa dha
Moo,hin barbachisu
kan jedhuu ilaala👇

===||===||===
🌹Amantiin keessan
#Ogummaa namootaa
irratti utuu hin tain humna Waaqayyoo irratti kan
hundaae akka ta'uu.

👉 እምነታችሁም
በእግዚአብሔር ኃይል እንጂ
#በሰው ጥበብ እንዳይሆን

➢1 Qor 2:5
➢1 ቆሮንቶስ 2:5
=====||======
#Bagaa_Geessaan

• Muddee 24
• Ayyaanna qulqulluu
#Taklaymanotti guyyaa
dhaloota isaani

• Akkasumas boqonna
Aginixiyosi

🌻
#sirna_Qidasee
(sirna galatoo)
guyyaa kani Dubbifamu
• Efe 4:11-17
• 1 Phex 1;13-xum
• HDB 19:11-21
• Far 8;2
• Mat 18;1-12
• Sirna galatoo
duuka bu’oota
▬▬▬▬▬▬▬▬
❖ "Phawuloos" irraa
Kan dhageenye "


❖ kan ani dubbadhee fi
kan ani isiniif lallabes
jechoota
#ogummaa
warra nama sossobaniin
utuu hin tain
#Afuuraa fi
humna Waaqayyoo mulisuudhaan ture

❖ kana kan ani godhes amantiin keessan
ogummaa namootaa
irratti utuu hin
tain humna Waaqayyoo
irratti kan hundaae akka
tauufi

❖ Ammas namoota
bilchaatan gidduutti
ogummaa dubbanna,taus
kan dubbannu ogummaa
sirna kanaa yookiin
ogummaa bulchitoota
sirna kanaa warra
baduuf jiranii miti

Kanaa mannaa
ogummaa Waaqayyoo isa
karaa iccitii Qulqulluu mulifame, jechuunis
ogummaa Waaqayyoo
isa dhokataa isa inni
sirna kana dura ulfina
keenyaaf dursee
murteesse sana dubbanna

#Bulchitoota sirna
kanaa keessaa
ogummaa kana kan
beeke tokko illee
hin turre,utuu beekaniiru
taee silaa

#Gooftaa isa ulfina
qabeessa tae sana
hin fannisan turan

🌻Haatau malee akkuma “Wantoota Waaqayyo
namoota isa jaallataniif qopheesse, iji hin argine
gurris hin dhageenye
yookiin garaan namootaas
hin yaadne” jedhamee barreeffame tae

Waaqayyo karaa
#Affuura isaa wantoota kana nutti muliseera,sababiin isaas Affuurri wanta hundumaa jechuunis wantoota
Waaqayyoo warra gadi
fagoo taan illee ni
#qora

#Yaada nama tokko
keessa jiru
Affuura
namicha sana keessa
jiru malee, namoota
keessaa eenyutu
beekuu dandaa

👉 Haaluma wal-fakkaatuun
#Afuura_Waaqayyoo
malee, yaada Waaqayyoo
#namni beekuu dandau
hin jiru

Ammas nuti
wantoota Waaqayyo gaarummaadhaan nuu kenne beekuu akka dandeenyuuf, Afuura
#addunyaa utuu
hin tain
Afuura isa kan
#Waaqayyoo fudhanneerra
Kana malees, wantoota
kana kan dubbannu
#jechoota ogummaa
namootaa irraa baranneen miti

🌹kanaa mannaa
#dhimmoota Afuuraa jechoota
Afuuraatiin yommuu ibsinu dubbii Afuura irraa baranneen dubbanna.

Haatau malee
wantoonni kun
nama fooniitiif
gowwummaa waan
ta'aniif, namni akkasii

wantoota Afuura
Waaqayyoo irraa dhufan
hin fudhatu,Afuuraan kan qoraman waan taaniifis
inni isaan hubachuu
hin dandau

#Namni Afuuraa
garuu waan hundumaa
qora taus ofii isaatii
nama kamiin iyyuu hin
qoramu

#Kitaabni Qulqulluun
“Akka inni isa barsiisuuf, eenyutu yaada Waaqayyo beeke” jedha.

#Nuti garuu yaada
Kiristoos qabna
---- 1Qor 2:4-16------
""""""""""""""""
Eenyutu bishaanota
harkaan hammaaree safare
Eenyutu samiwwan taakkuudhaan safare
Eenyutu biyyoo lafaa guubootti naqee fixuu
danda'a
Eenyutu tullootaa fi gaarota madaalii irra kaa'a
Eenyutu humna
#Afuura Waaqayyoo shallaguu
danda'a
Eenyutus Waaqayyoon
#gorsee barsiisuu danda'a
‼️inni eenyuun gorsa
gaafata
‼️Yaada ogummaa eenyu
irraa argata
‼️ Karaa qajeelaa eenyutu
isa barsiisa
‼️Beekumsa ittiin hubatus
Raji-isay 40:12-14

🌻
#የእግዚአብሔርን መንፈስ ያዘዘ ወይስ አማካሪ ሆኖ ያስተማረው
ማን ነው
ወይስ ከማን ጋር ተመካከረ ወይስ ማን መከረው? የፍርድንም መንገድ ማን አስተማረው

🌻እውቀትንስ ማን አስተማረው የማስተዋልንስ መንገድ ማን አሳየው
"Xumuraa irratti"
◉ Galani Waaqayyof
Haata’u Ameen.

@haadha_Waaqa_naJaladha

===||=====||===
#kutaa_1_Ffaa
======△======
1.Taaboonni maalif
Gara lagaati baha
=Deebi isaa
1.sababa tokkoffaa
👉seera oriti keessatti
Taabooni waqayyo
Laga Yordaanos deemee
Addan kute fakkeenya
Cuphaa wani rawwatefi
🔈 ragaa kitaaba Qulqulluu
(1) kitaaba Iyyaasuu 3:5-8👇
👉Sana booda Iyyaasuun #lubootaan #Taabotaf kakuu fuudhaatii sabicha dura
darbaa” jedhe
Kanaafuu, isaan taabota
kakuu sana fuudhanii
sabicha dura ni deeman

Achiis Waaqayyo
Iyyaasuudhaan akkana jedhe: “Akkuman #Musee
wajjin ture sii wajjinis
akkan tau akka beekaniif, guyyaa kanatti
guutummaa #Israael
duratti olii sin qaba

#Luboota Taaboota kakuu baatanis Yommuu
qarqara #laga_Yordaanos geessan
achuma Yordaanos
#keessa dhaabbadhaa
jedhii ajaji.
➢➢➢➢➢
qabxiiwwan hubbachu
Qabnu
lubbooni jirachuu
Taaboota Waaqayyo jirachuu
Israa'eloonni jirachuu
lagani Yordaanos jirachuu
Iyyaasuun jirachuu
➢kanafuu iccitii cuuphaa
Yero gara lagaa deemtu
lubboni jirachuu qabuu
Taabooni jirachuu qaba
Fakkeenyi israeellota
Nuu,Namooni jirachuu qabna
Faakkeenyi Iyyaasuu
Immo phaaphaasii fi
namoota Aango oli ana qabuu

➢ ergaa Phaawuloos
ilaali Kuno
1Qor 10:2👇
#hundi isaanii #Musee
hordofanii #duumessichaa fi #galaanichaan_cuuphaman
++++++++++
Jechi hundi isaanii
jechuu Israa'elota
-dummeessicha kan
Jedhame gara tokkoon
Dummeessa amma samii
Irra jiru
Gara biraan immoo #Affuura
Qulqulluu ibsaa
-mat 17:5
- HDB 2:2
-Luqaas 3:22
➢Musee hordofanii Israa'eloni
Ni cuuphaaman jedha
➢ Waaqa Aangoo Musee
Gara Iyyaasuu ni barase

◈ragaa kitaaba
ser.keessaa.deebii 34:9👇
#Museen_harka isaa
isa irra kaaee waan
tureef #Iyyaasuun
ilmi Nawe nama
#Affuura #ogummaatiin
guutame ture
Israaelonnis isa dhagauu jalqaban; akkuma
Waaqayyo Musee
ajajes ni godhan
kitaaba Iyyaasuu 3:7👇
👉Achiis Waaqayyo #Iyyaasuudhaan akkana
jedhe: “Akkuman
#Musee_wajjin ture
#sii wajjinis akkan tau
akka beekaniif
guyyaa kanatti
guutummaa Israael
duratti ol sin qaba
➹➹➹➹➹➹
akkuma Musee wajjiin
Ture sii, wajiin nan ta'a
Jedha, kanafuu Musee
Yoo, cuuphe, Iyyaasuu nis
Ni cuuphaa
-Muse fi Iyyaasuun
Aangoo walii fakkaatu
Qabu....
▬▬▬▬▬▬
seenaa kana xinnoo
Dubbisi mee, wanta
Sii, hubbachisu qaba

:kitaaba Iyyaasuu 3:13

#faanni miila luboota
Taabota Waaqayyo
isa Gooftaa guutummaa
lafaa ta'ee baatan sanaa
bishaan Yordaanos akkuma #tuqeen, #bishaan
Yordaanos inni
gubbaadhaa yaa'aa ture
yaauu isaa ni #dhiisa; bishaanichis akkuma hidha lagaatti ni #dhaabbata
➢yeroo lubbooni Taboota
Batani bishaanii Yordaanosi
Seenani bishaanii dubatti
Deebie dhabata jechuudhaa
➹Far 113/114:3-5👇
#Galaanichi kana
argee #baqate;f
#Yordaanosis #duubatti deebie

Gaaronni akka
korbeeyyii hoolaatti
Tabbawwanis akka
hoolotaatti burraaqan

🔊Yaa galaanaa,maaltu
akka baqattu si godhe
Yaa Yordaanos, maaliif
duubatti deebite
◈Walumaagalatti
Iccitti Taabooni gara
Lagaa itti deemi tokko
Isaa kan

2 inni lammaffaan
Immo seeri kuni dhaloota
Hanga dhaloota yaadatamuu
Qaba jedhee waaqayyo
Wani ajajeefi.
Seeri Kuni immoo Taaboota
Wajjin ta'u qaba waggaa
hanga waggaatti kunoo
Nuuti ni kabajana..
◈ragaa kitaaba
kitaaba Iyyaasuu 4:6-7👇
👉innis isin gidduutti
#mallattoo taee
ni #tajaajila Yeroo
booda ijoolleen keessan
#Dhagoota kana
as kan keessan
maaliifi jedhanii yoo
isin gaafatan,akkana
jedhaa isaanitti himaa
Akkana kan goone,
#bishaan Yordaanos
#Taabota_kakuu
Waaqayyo duratti waan
dhaabbateefi. Taabotichi Yordaanosiin yommuu
ceetti, bishaan Yordaanos
ni dhaabbate.
Dhagoonni kunis
saba Israa'eelif
#yaadannoo dhaabbataa
taanii tajaajilu
➹ እናንተ በእግዚአብሔር ቃል
ኪዳን #ታቦት ፊት የዮርዳኖስ
ውኃ ስለተቋረጠ ነው
#ዮርዳኖስን በተሻገረ ጊዜ
የዮርዳኖስ ውኃ ተቋረጠ
እነዚህም ድንጋዮች ለእስራኤል
ልጆች #ለዘላለም_መታሰቢያ
ይሆናሉ ትሉአቸዋላችሁ
=ኢያሱ 4:7

◈Kun Afaanni Grikii
Dubbisuu yoo, dandeessee
Ilaali
#εσείς θα τους απαντάτε ότι τα νερά του Ιορδάνη σταμάτησαν μπροστά στην κιβωτό της διαθήκης #του Κυρίου. Διακόπηκε η ροή του ποταμού, #όταν η κιβωτός περνούσε μέσα από τον Ιορδάνη. Έτσι, αυτές οι πέτρες θα είναι για τους Ισραηλίτες μια υπόμνηση παντοτινή».
🌹 Kunoo, ani hara
sabootaa fi
#mootummoota irratti oli aantummaa akka qabaattu, akka #buqqistuu fi akka #jigsitu, akka #balleessituu fi akka diigdu, akka
ijaartuu fi akka dhaabduuf
si muudeera.

🌹እግዚአብሔርም እጁን
ዘርግቶ
#አፌን ዳሰሰ
እግዚአብሔርም
እነሆ
#ቃሌን በአፍህ
ውስጥ አኑሬአለሁ
=(ኤርምያስ 1 :9)

🌹=seera.Bau 4:11-12👇
Waaqayyo akkana
isaan jedhe inni namaaf
#afaan tolche eenyu
Namni tokko
#duudaa
gurri isaa kan hin dhageenye
#ijji isaa kan argu yookiin jaamaa akka tau kan
godhu hoo eenyu
Ana Waaqayyo mitii Kanaafuu, amma deemi
👉Ani yommuu dubbattu
sii wajjin nan,ta'a
maali akka jettus
#sin_barsiisa 👈

እግዚአብሔርም የሰውን
አፍ የፈጠረ ማን ነው
#ዲዳስ ደንቆሮስ የሚያይስ ዕውርስ ያደረገ ማን ነው
እኔ እግዚአብሔር አይደለሁምን
▬▬▬▬▬▬▬

🌹 እንግዲህ አሁን ሂድ
እኔም ከአፍህ ጋር እሆናለሁ፥
#የምትናገረውንም
#አስተምርሃለሁ፡ አለው
=(ዘጸአት 4 :11-12)
🌹➜Raji Yoonasi 1:1👇
#Dubbiin waaqayyo
akkana jedhu gara
#Yoonaas #ilma Amate
ni dhufe
#የእግዚአብሔርም_ቃል
ወደ አማቴ ልጅ ወደ ዮናስ
እንዲህ ሲል መጣ
=(ዮናስ 1:1)
🌹=2 phex 1:21👇
👉
#raajiin yoom
iyyuu
#fedhii namaatiin
hin dhufne kanaa mannaa namoota
#ergaa_Waaqayyo
biraa dhufe
#Affuura Qulqulluudhaan
geggeeffamee dubbate

👉
#ትንቢት ከቶ በሰው ፈቃድ አልመጣምና
ዳሩ ግን በእግዚአብሔር
#ተልከው #ቅዱሳን ሰዎች በመንፈስ
ቅዱስ ተነድተው ተናገሩ
=(2 ጴጥሮስ 1:21)

🌹raga dabalata
seera.lakkoofsa 11:6
matewoos 10:19-20
luqaasi 21:14-15
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🅰 =
#fakkeenya tokko
Barsisan tokko
Barumsa heerega
Baratoota isaa ni
Barsisaa... isaa booda
Baratooni suni
Ofii isaani iyyuu erga
Beekumsa argatani
Booda "Barsisa jedhamu

🅱
#haaluma kan waaqayyo
Jalqaba dura dubbi isa
Namoota barsise booda
Isaan suuni dubbi sana
Ni fayyadamu...
Kanafuu jalqabni
#raji
Waaqayyo dha
Isaa booda namoonni
#Affuurran Qulqulluni
Erga guutamani booda
Dubbi sana ni dubbatu isaan
Immoo
#rajoota jedhamu
➜dubbi waaqayyo
Isaan ajaje wani
dubbatanif isaanis
Raji jedhamu....

🅰 ragaa kitabaa

🌹➜luqaasi 6:40👇
👉
#Barataan #barsiisaa
isaa hin caalu
#namni akka #gaariitti barate hundi garuu #akkuma
#barsiisaa isaa ni ta'a👈

#ደቀ_መዝሙር ከመምህሩ
አይበልጥም
#ፈጽሞ የተማረ
ሁሉ ግን
#እንደ #መምህሩ
ይሆናል
(=ሉቃስ 6 :40)
▬▬▬▬▬▬▬▬
kanafuu kiristoosi
Rajidha yeroo jedhame
Akkamitti inni jedhu

(1)=tokkoffan isaa
Addunya fi sami
Uumu isaan nama
Dinqisisa wani ta'ef
Hojjiin isaa rajidha
Jenna....
Yoh 1:3
ibr 13:8
mulata.Yoh 22:13
🌹➜ kiristoos waaqayyo
Wani ta'ef wanta
Hunduma ni beeka
#Adeemsi wanta hunduma
Beeku immoo samu
Nama oli wani ta'ef
Adeemsa kanin rajidha
Jeena.
=Yoh 21:17
=yoh 3:31

🌹
#iccitti laphee nama
Qore kan beeku waaqayyo
Adeemsa kuni
#namafi
#Hin_dandamu wani ta'e
adeemsa kanin
#Rajiidha jenna

🌹=1samuel 16:7👇
👉Waaqayyo garuu
Saamueliin “Ani waanan
isa tuffadheef
#bifa isaa fi #dheerina
isaa hin ilaalin
#Waaqayyo kan ilaalu akka
#namni ilaalutti miti
sababiin isaas
#namni wanta #alaan
mulatu ilaala
Waaqayyoo garuu
#garaa
namaa ilaala”jedhe.
#ሰው ፊትን ያያል
#እግዚአብሔር ግን #ልብን
ያያል፡ አለው
(=1 ሳሙኤል 16:7)

🌹➜raga dabala
Dubbissi
Mulata yoh 2:23
ibroota 4:13
Ermiyasi 17:9
1 sen 28:9
1 sen 29:17

🅰➜kanaafu
#kiristoos
#Laphee nama
Ni ilaala
Sababa gocha dinqisisa
Kanaafi rajidha jeenna

🌹=Yoh 2:24-25👇
#kiristoos garuu #hunda
isaanii waan beekuuf
isaan hin amanu ture

#inni wanta #nama_keessa
jiru waan beekuuf
eenyu iyyuu waa'ee
namaa isaaf dhugaa
bauun isa
#hin_barbaachisu ture

ነገር ግን
#ኢየሱስ ሰዎችን
#ሁሉ ያውቅ ነበር፤ ስለ ሰውም
ማንም ሊመሰክር አያስፈልገውም
ነበርና አይተማመናቸውም ነበር
#ራሱ #በሰው ያለውን #ያውቅ ነበርና
=(ዮሐንስ 2:24-25)

🌹➜far-Daawit 7:9👇
Maaloo, gocha hamminaa
#hamoonni raawwatan
dhaabsisi
#Qulqulloota garuu
hundeessii dhaabi
Sababiin isaas,
#ati Waaqa Qulqulludha
#garaa_namaa fi
#miira gadi fagoo
Kan qortudha

የኃጥኣን ክፋት ይጥፋ
#ጻድቁን ግን አቅና
እግዚአብሔር
#ልቡናንና
#ኵላሊትን ይመረምራል
=(መዝሙር 7:9)

🌹=ragaa dabalata
Far-Daawit 139:2
Far-Daawit 44:21
Raji Ermiyasi 11:20
Raji Ermiyasi 17:10
Raji Ermiyasi 20:12
HDB 1:24-25
Yohaannis 6:64
Yohaannis 16:30
Yohaannis 6:15
Yohaannis 1:46-47
Yohaannis 13:11
Yohaannis 21:17
Yohaannis 4:19
matewoos 9:4
maarqos 2:8
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹
#kuta_3_Ffaa
➜ itti fufa.❖ ibsa bareeffama
#Sagaleen(voice) hordofa👇👇
link kan xuqa
🌹
#haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||====
🌹➡️ kutaa _ 56 ffªª 🌸👇
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔳 Gaaffii fi Deebii
🔳 Muslimoota👈
Yohaannis 13:20👇
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1➩ kani Kiristoos erguu kuni Muhammadi jedhuu...😁
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenya👇
🌺 kitaaba keenya keessa lakki
#foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
📕Gaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jiraduuka buoota isaa moobiyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..
🔺 lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,ta’e ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.

❤️ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
🍊Yohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman
#isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
🌺❤️ kanafi
#Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
▬▬▬▬▬
➡️Qabxiiwwan kana ilaala.
A➩ Kiristoos qaama tokko ni erga.
B➩Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
C➩ qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu moomuhammadi laata
🌸 akka yaadaa
#Muslimoota yoo,ta’e
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=muhammadi
Abbaa➛Kiristoos➛muhammad
➡️ Akka
#orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
➩Abbaa➛Kiristoos➛Affuurra Qulqulluudha.

deebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee
#Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti

🌺
#Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
📍=Ⓐ👉Maatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti;
#Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
➩Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
📍=Ⓑ👉Luqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra
#Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas,
#Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.

📍=Ⓒ👉Luqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf,
#akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan
#kenna
📍=Ⓓ👉Yohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Lakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,ta’e qofa iyya kaa.
➛Kiristoos muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qur’aanaa keessatti muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qur’aani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu
#filannoo_lamaa qofa qabduu
A➩Alaha jechuun Kiristoos jechudha
B➩ muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.
📍=Ⓔ👉Suura 35:4

وَإِن يُكَذِّبُوكَ فَقَدْ كُذِّبَتْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ ۚ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ

(Yaa
#Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.

😁Jecha Qur’aanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilala👇

وَإِن : And i
يُكَذِّبُوكَ : they deny you,
فَقَدْ : then certainly
كُذِّبَتْ : were denied
رُسُلٌ : Messengers#
مِّن : before you.
قَبْلِكَۚ : before you.
وَإِلَى : And to
ٱللَّهِ : Allah#
تُرْجَعُ : return
ٱلْأُمُورُ : the matters.
kanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link waldaa kana👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========
🌺⬇️ kutaa -65- ffªª ⬇️🔳
   📍gaafi fi deebi
   📍musiliimota
Yohaannis 14:16
Ani Abbaa nan kadhadha Abbaanis inni bara baraan akka isinii wajjin jiraatuuf kani isin jajjabeessu isiinif ni kenna

==================
📍gaaffii isaanii
1=kani jajjabeessu kuni
#muhammadi jedhuu.
=======*
🔳 deebi keenya
📍Lakki muhammadi miti , inni Affuurraa Qulqulluudhaa malee.
▲▲▲▲▲▲
➩ Fakkeenyaaf kuni sobaa ta'u isaa hubbachufi. Jalqabaa dura dubbii kana kani dubbate Kiristoos , Kiristoos immoo kani dubbate barattoota isaa 11 qofaatti , baratoonni Kiristoos immoo kani jiran iyarusalemi keessa yookiin
#Israa'el keessa
➩ muhammadi immoo kani jiratu biyya
#Arabaa keessa. Kanafuu eessaati walitti dhufuu ,laata
Biyyaa Israa'el jechuun biyya Arabaa jechudha laataa 😁

🔳 inni bira immoo barattooni Kiristoos bara34-100 jidduu barattoota jiracha turanii.
Muhammadi dhalate waggaa 40 tti barsisuu eeggale
Amanta musilima bara 610 tti ,
Isaa booda 700 irraa eeggale jedhee jedha seena Islaama
(ragaa kiyyaa .
#how_islama_started)) jedha Google irraa ilaala))

➩kanafuu baratoonni Kiristoos bara 34_100 erga jirtanii ,muhammadi bara 610 erga dhufee ,akkamitti wali argani muhammadi isaan jajjabdessu dandae laata....
👉yookaan gaaffii keenya sila Kiristoos barattoota isaatiin jedhee, barattoota Kiristoos keessa tokko immoo Pheexiroos ,kanafuu Pheexiroos fi muhammadi wali argamanii jiru jennee gaafana😁
Deebi gonkumaa hin jiru Kanaaf kuni soba.
▲▲▲▲▲▲▲▲▲▲▲
🔳 garuu Kiristoos kani jedhee afuurra Qulqulluudhaa malee muhammadi mitii
Yohaannis 14:16-17
Ani Abbaa nan kadhadha Abbaanis inni bara baraan akka isinii wajjin jiraatuuf kan isin jajjabeessu  isiniif ni kenna innis 
#Affuurra_dhugaa sia tau, #addunyaan waan isa hin arginee fi waan isa hin beekneef fudhachuu hin dandau. Taus inni isinii wajjin waan jiraatuu fi isin keessa waan jiruuf #isin isa ni beektu.
👉 kanafuu Yohaannis 14:16* irraa kani jiruu Yohaannis 14:17 irratti qaamni kuni eenyu akka ta’e ifa godhee jira.
▲inni bira immoo Kiristoos abbaa nan kadhadhaa jedhe ture , Sababa maalif kadhata Abbaan hin beekuu mooRaajii iyyuel dubbate hin turee kana duraa ,Eeyyee dubbate jira.
Iyyuel.2:28
Waaqayyo ammas, “Bara booddeetti
#ani_hafuura koo #nama hundumaa irratti nan dhangalaasa #ilmaan keessanii fi #intaloonni keessan #raajii in dubbatu, maanguddoonni keessan abjuu in abju'atu, dargaggoonni keessanis mul'ata in argu
➩kanafuu Kiristoos Abbaa nan kadhadhaa jechuun isaa dubbii rajji kana akka rawwatamu ,
Nan godha jechuu Isaati maalee
👉akkuma Kiristoos yaa, abbaa hojji ati lafa irratti nati kinneete xumure jira jedhu, dubbi raji kana immoo isaa tokko turee Innis yaa, rawwatamuu jechu Isaatii.
Yohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree, lafa irratti ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
Luqaas 24:49
#Ani wanta #Abbaan koo
#abdachiise isiniif #nan_erga Isin garuu hanga #humna gubbaadhaa dhufu uffattanitti magaalattii keessa turaa.”
👉kanafuu nan kadhadhaa jechuun isaa nan erga jechudha maalif yoo,jeetani kani humna kani jedhamee afuuraa Qulqulluu dha, kanafuu. Magaalaa kana keessa tura jedhee ture, afuurri Qulqulluu immoo guyyaa 50ffaa irratti buefi

🅰Inni bira immoo Kiristoos fakkeenya nuufi ta'uf ,Abba nan kadhadha akka Afuura isiniif kennuuf jedhee., malee Kiristoos ofuma isaa Affuurra Qulqulluu kennuuf Aangoo qaba.
Yohaannis 20:22
Erga kana jedhee booda
#Affuura isaanitti baafatee akkana isaaniin jedhe: #Affuura_qulqulluu fudhadhaa
🅾 Walumaagalatti waee muhammadi gonkumaa akka hin jire akkasumas, Kiristoos abbaa nan kadhadhaa jechuun isaa hojii Abba koo,nan rawwadha jedhu isaatti ,yookiin akkuma Abbaan
Affuura Qulqulluu erguu anis nan erga jechuu isaa akka ta’e ni hubbanna, akkuma Kiristoos jedhe « akkuma Abbaan hanga amma hojjatu ,ilmi illee haluma kani hanga amma ni hojjata jedha.»
Yohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti hojjechaa jira;#anis nan hojjedha” jedhee isaaniif deebise.
🅱Kutaa -56- ffaa dubbisaa
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/546
======//========