🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.35K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹#Mana keenya isa
lafa irraa kan
ta'e
#dunkaanni kun
yoo
#diigame, bara
baraaf samii irratti
mana
#harkaan utuu
hin tain
#Waaqayyoon
#ijaarame akka qabnu
beekna

#ድንኳን የሚሆነው
#ምድራዊ መኖሪያችን ቢፈርስ
#በሰማይ ያለ በእጅ ያልተሠራ
የዘላለም
#ቤት የሚሆን
ከእግዚአብሔር የተሠራ
#ሕንጻ እንዳለን እናውቃለንና
=2 Qorontoos 5:1
=2 ቆሮንቶስ 5:1
▬▬▬◈▬▬▬
=bara haaraa kabajuun
Ni beekamaa
=Namoonni tokko.tokko
Bara,gammachuu
bara jalala
bara milkaa’uu
=jedhanii
#afaan
qofaan dubbatu
◈bara gammachuu
Ta'u fi dhisuu isaa
Wanti beekamuu hin
Jiru....

◈Nuuti garuu warri Amanta
Dhugaa qabnuu jalqabaa
dura walii gorsuu qabna
Isaa booda, waqayyo
Keenyati dhiyaachuu
jalqaba yeroo deemnu
Bara jalala jechaa deemana
Maalif,"Waaqayyo jalalaa
Wani ta’ef, nuutis amma
Jalala dhuga Waani
qabnuuf ‼️

waggoota hundumaa Haata’u namnii
Gammachisu ta’e Gada
Ta'e keessa darbuu
Dirqama yeroo kamiyyuu
Wanta nama irraa eeggamuu

◈ gaaruu Waaqayyo
Qorumsa hedduu
Kan ijaan mul'atanii fi hin
Mulane irraa nuu,Ege jira
#Galata Waaqayyo Haata’u

#Waaqni keenya
#Yaada nuu,jajjabeessu
hedduu isaa nutti
Himme jira.Kanaaf
Jechi Waaqayyo
Bara baraan waani
Jiraatuf nutti immoo
Jechi isaa baraa bara
Wani eegnuuf nuttis
Bara barran jiran
Jechi isaas bara,baraan
Akka jiranuu nuu.
Tasisa

Luqaas 21:15
Ani
#dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan
hundi mormuu yookiin
#falmuu
hin dandeenye isiniif
nan kenna

🌻jecha kana dubbate
Kiristoos
dinna keessan jecha
Dinni nuu mormuu
Seexanaa fi namaa
Hojji xuraawaa hojjatu
Kuni immoo yeroo
Kamiyyu nuu
Mormuu ykn nuu
Falmu garuu
Oguuma fi beekumsa
Waaqayyo kan isaan
Ni mo'ana.

🌹ወደረኞቻችሁ ሁሉ
ሊቃወሙና ሊከራከሩ
የማይችሉትን አፍና ጥበብ እሰጣችኋለሁና
=ሉቃስ 21:15

Luq 21:33-36👇
#Samii fi lafti ni darbu
#dubbiin koo garuu
matumaa hin
darbu.

Haatau malee, akka
malee
#nyaachuu fi akka
malee
#dhuguudhaan
#yaaddoo_jireenyaatiinis
garaa keessanitti ba'aan
akka hin
#ulfaanne ofii keessaniif ofi eeggadhaa
kun tauu baannaan garuu

guyyaan sun akka
tasaa utuu isin hin
yaadin isinitti dhufa

jechuunis akka
#kiyyootti isinitti dhufa. Sababiin isaas, guyyaan kun #namoota
guutummaa lafaa irra jiraatan irratti ni dhufa

Kanaaf
#dammaqaa
eegaa, akkasumas
wantoota tauun
isaanii hin oolle kana
hunda
#jalaa
bauu fi
#Ilma namaa
dura dhaabachuu akka dandeessaniif yeroo
hunda
#kadhannaa
dhiheessaa.

◈Waaqayyo dursee
Wanta gochuu qabnuu
Nutti hime jira
Kanaafuu akkuma
Jedhame gochuun
Kayyoo keenya

#ሰማይና ምድር ያልፋሉ
ቃሌ ግን አያልፍም

ነገር ግን
#ልባችሁ በመጠጥ
ብዛትና በስካር ስለ ትዳርም
#በማሰብ እንዳይከብድ
ያ ቀንም በድንገት እንዳይመጣባችሁ ለራሳችሁ ተጠንቀቁ

#በምድር ሁሉ ላይ በሚቀመጡ
ሁሉ እንደ ወጥመድ ይደርስባቸዋልና

እንግዲህ ሊመጣ ካለው
#ከዚህ ሁሉ ለማምለጥ
#በሰው ልጅም ፊት ለመቆም
እንድትችሉ
#ስትጸልዩ
ሁል ጊዜ ትጉ
=ሉቃስ 21:33-34

Luq 12:47-48👇
garbichi fedhii gooftaa
isaa hubatee
#qophaaaa
hin taane yookiin wanta
inni isa
#gaafatu
hin hojjenne sia
#baayee_garafama.

#Garbichi utuu hin #hubatin wanta isa #garafsiisu
hojjetu garuu
#muraasa garafama


Nama
#baayeen itti
kenname
#hunda irraa
baayeetu barbaadama
nama
#itti_gaafatamummaa
#hedduun kennameef irraas baayeetu barbaadama

🌻
#የጌታውንም ፈቃድ
አውቆ ያልተዘጋጀ እንደ ፈቃዱም
ያላደረገ ያ ባሪያ
#እጅግ ይገረፋል

#ያላወቀ ግን መገረፍ
የሚገባውንም ያደረገ
#ጥቂት
ይገረፋል

#ብዙም ከተሰጠው ሰው ሁሉ
ከእርሱ ብዙ
#ይፈለግበታል
#ብዙ_አደራም ከተሰጠው
ከእርሱ
#አብዝተው ይሹበታል
=ሉቃስ 12:47_48

◈ kanafuu obboloota
Koo,jabadha Waaqayyo
Isin fannaa Haata’u.
==//===//===
===========
Nagaan Tura
▬▬◈▬▬


yaada yoo qabtan👇
#Gutema123

◈karaa bira gara jalaa
@Leave_a_Comment
kan jedhuu xuqa bareessa
🌹➡️ kutaa _ 56 ffªª 🌸👇
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔳 Gaaffii fi Deebii
🔳 Muslimoota👈
Yohaannis 13:20👇
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1➩ kani Kiristoos erguu kuni Muhammadi jedhuu...😁
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenya👇
🌺 kitaaba keenya keessa lakki
#foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
📕Gaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jiraduuka buoota isaa moobiyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..
🔺 lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,ta’e ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.

❤️ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
🍊Yohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman
#isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
🌺❤️ kanafi
#Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
▬▬▬▬▬
➡️Qabxiiwwan kana ilaala.
A➩ Kiristoos qaama tokko ni erga.
B➩Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
C➩ qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu moomuhammadi laata
🌸 akka yaadaa
#Muslimoota yoo,ta’e
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=muhammadi
Abbaa➛Kiristoos➛muhammad
➡️ Akka
#orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
➩Abbaa➛Kiristoos➛Affuurra Qulqulluudha.

deebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee
#Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti

🌺
#Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
📍=Ⓐ👉Maatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti;
#Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
➩Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
📍=Ⓑ👉Luqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra
#Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas,
#Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.

📍=Ⓒ👉Luqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf,
#akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan
#kenna
📍=Ⓓ👉Yohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Lakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,ta’e qofa iyya kaa.
➛Kiristoos muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qur’aanaa keessatti muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qur’aani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu
#filannoo_lamaa qofa qabduu
A➩Alaha jechuun Kiristoos jechudha
B➩ muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.
📍=Ⓔ👉Suura 35:4

وَإِن يُكَذِّبُوكَ فَقَدْ كُذِّبَتْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ ۚ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ

(Yaa
#Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.

😁Jecha Qur’aanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilala👇

وَإِن : And i
يُكَذِّبُوكَ : they deny you,
فَقَدْ : then certainly
كُذِّبَتْ : were denied
رُسُلٌ : Messengers#
مِّن : before you.
قَبْلِكَۚ : before you.
وَإِلَى : And to
ٱللَّهِ : Allah#
تُرْجَعُ : return
ٱلْأُمُورُ : the matters.
kanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link waldaa kana👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========