🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹Waaqayyoo Raaji dha
Moomitti...
🌹yoo, Raaji dha jeete
Akkamiti ta'a....

🌹➜ lakki Raji mitti
Yoo, jeete immo
Akkamitti...
===//======

△Deebin keenya
Eeyyee Waaqayyo
Rajidha.
❖ akkamitti Raji ta'e.

jalqaba dura
hiika Raaji ilaalan
barbachisa dha...

👉 " rajii jechun
Kani kan
#dura,kan ta'e
#Amma ta'a kan jiru
Gara
#fuuldurati kan
Raawwatamu...
Wanta samuu nama
oli kan Ta'e
Dubbii dhugaa kan ta'e
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🅱➜gara mata duree
keenya Yeroo deebinu

🌹👉Waaqayyo rajidha
Yero jennu
➊=tokkoffaa isas
Waaqayyo sami
Fi lafa Uumee, akkasumas
Nama, ergamoota Uumun
isaa
#rajii isaa tasisa
➜kuni hundi isani iyyuu
Samu nama oli.
wanta dinqisisadha
➜kitabni Qulqulluni
Maali jedha

🌹=far-daawit 40:5👇
👉Yaa Waaqa koo
Ati wantoota
#dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha.
Kan
#siin_gitu tokko
illee hin jiru
Ani waa'ee wantoota
kanaa
#himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee,
#Lakkoofsi isaanii
gita hin qabu....
➜አቤቱ አምላኬ
#ያደረግኸው ተአምራት ብዙ ነው አሳብህንም ምንም የሚመስለው የለም #ባወራም ብናገርም #ከቍጥር
ሁሉ በዛ =(መዝሙር 40 :5)
🌹= seera.Bau 15:11👇
👉Yaa
#Waaqayyo waaqolii gidduudhaa kan
akka keetii eenyu
Kan Akka kee
#Qulqullummaadhaan hundumaa irra kan
caalu eenyu
Ati sodaatamuu fi jajamuu
qabda
wantoota
#dinqisiisoo
taanis situ raawwata.

አቤቱ በአማልክት መካከል
እንደ
#አንተ ያለ ማን ነው? በምስጋና የተፈራህ #ድንቅንም የምታደርግ
#በቅድስና የከበረ እንደ አንተ
ያለ ማን ነው=(ዘጸአት 15:11)

🌹raga dabalata dubbisi
Far-Daawit 139:17-18
Far-Daawit 71:15
Far-Daawit 136:4
Far-Daawit 111:2
Far-Daawit 104:24
Far-Daawit 92:4-5
Far-Daawit 139:6
kitaba. Iyyobi 5:9
kitaba. Iyyobi 9:10
***
kitaba. Iyyobi 11:7-9
kitaba. Iyyobi 26:14
kitaba. Iyyobi 42:3
Raji Ermiyasi 29:11
Raji isayasi 55:8-9
Roome 11:33
❖kanafuu waaqayyo
Hojji dinqisisa wani
Rawwatufi, ni
#raajeffama
Yookin
#raji jedhama.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➋=inni lamaffa immo
Kallatin inni rajji jedhamu
➜wanta hunduma
Dursee beeku isaati

🌹raji isayasi 45:21👇
#Gabaasa keessan
dhiheessaa,
#dhimma
keessan dhiheeffadhaa.
Isaan tokkummaadhaan
waliin haa mariatan.
#Bara_dheeraa_dura kana
kan dubbate,
Yeroo darbe irraa
kaasees kana kan
labse
#eenyu
Ana
#Waaqayyo mitii
Ana malee Waaqni kan
biraan hin jiru;
Ana malee Waaqni
Qulqulloonis tae
Fayyisaan hin jiru.

#ይናገሩ ይቅረቡም በአንድነትም
ይማከሩ
#ከጥንቱ ይህን ያሳየ
#ከቀድሞስ_የተናገረ ማን ነው ያሳየሁም የተናገርሁም
እኔ
#እግዚአብሔር አይደለሁምን ከእኔም በቀር ሌላ አምላክ የለም
እኔ ጻድቅ አምላክና
#መድኃኒት ነኝ ከእኔም በቀር ማንም የለም
=(ኢሳይያስ 45:21)

🌹 raga dabalata dubbisi
Raji isayasi 41:22-23
Raji isayasi 43:9
Raji isayasi 44:7-8

🅰 fakkeenyuma
Kan kiristoosi
Durse kan dubbate
Jira....
🌹=matewoos 24:25👇
Egaa, ani
#dursee isin #akeekkachiiseera
#እነሆ_አስቀድሜ ነገርኋችሁ
=(ማቴዎስ 24:25

🌹=Luqasi 21:32-33👇
Dhuguman isiniin jedha, wantoonni
#hundi hamma #raawwatamanitti
#dhaloonni kun matumaa
hin darbu
#Samii fi #lafti ni darbu
#dubbiin_koo garuu
matumaa
#hin_darbu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➌=sadaffaan (dubbi
#Namooni Qulqulluuni
Dubbatan kan waaqayyo ti
Kanaafu dubbi
#rajoonni
Dubbatan waaqayyo irra
#Fudhatani.....
➜erga dubbi isaani
Waaqayyo bira dhufe
Waaqayyo
#madda yookin
#Burqa raajootati
Kanafuu waaqayyo
Mataan isaa iyyuu
#raajidha

🌹=Raji Ermiyaasi 1:9👇
👉
#Dubbiin Waaqayo
akkana jedhu gara
koo ni dhufe

#Gadameessa keessatti
sii- tolchuu koo dura
sii-beekeera

#Dhalachuu kee duras
si-Qulqulleesseera.
Sabootaaf
#raajii si godheera.”

👉Ani garuu, “Wayyoo, yaa
Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaa
#Daaima waanan ta'eef, akkamitti akkan
#dubbadhu hin beeku”
nan jedhe.

👉Waaqayyonis akkana
naan jedhe:
#Gara warran itti si #ergu
#hundumaa deemuu
waan qabduuf,
Wantan si
#ajaju hundumaas
isaanitti waan dubbattuuf,
‘Ani daaima’ hin jedhin

#Fuulli isaanii
si hin sodaachisin,
Sababiin isaas
‘Ani si-oolchuuf sii_wajjinan
jira’a jedha Waaqayyon.”

🌹Achiis waaqayyo
#harka
isaa diriirsee
👉
#afaan koo tuqe.
Sana booda waaqayyo
akkana naan jedhe
👉
#Ani_dubbii
#koo afaan kee
keessa kaaeera 👈
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹
#kuta_2_ffaan
➜itti fufa
🌹➜link kan xuqa
#haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||====
🌹💒 kutaa-28ffªª.🍀🌹
=gaaffi fi deebi=
Muslimoota*

=Yohaannis 8:42👇
#Iyyaasuus(kiristoosi) akkana isaaniin jedhe
#Ani_bakka kana kanan dhufe isa #biraa waan taeef, #Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan
Isatu
#na_erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
▬▬▬▬▬▬
🌹=gaaffii isaani
1=Kiristoos ergamadha jedhuu....
kanafuu inni
#raajidha jedhuu...
▬▬▬▬
🌹=deebii keenya👇
#ergamaa jechuun
Abbaa isaa biraa
gara namoota dhufuu isa
jecha ibsuu malee.
hiika bira hin qabuu.

➧Fakkeenyaaf Kiristoos gara namoota wanta dhufeefi Aangoo
#Waaqummaa isaa wanti hirisu hoomtuu hin jiru
➧fooni nama uffatee gadii ofii qabu isaa qofa male

1=Filiphisiiyus 2:6_7
inni(Kiristoos)
#bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne.hoomtu hin lakkoofne
Kanaa mannaa
#duwwaa
of godhe; bifa garbummaa fudhatees #nama tae.

🌹➧yookiin
#ergama jechuun Waaqayyo wani hin tanefi ergamaa
jechu mitti.

🌹Sababiin isaa
#Affuurri Qulqulluun gara namoota ergame turee.

#Affuurri_Qulqulluuni osoo Waaqayyo ta’e jiru
jecha "
#Ergama" jechuun ibsame jira.

💒 RAGAA KITABBA
QULQULLUU👇

2=Yohaannis 14:26👇
#Gargaaraan(jajjabeesaa)
jechuunis
#Affuurri_Qulqulluun inni #Abbaan maqaa kootiin #ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin #yaadachiisa

➧kanafu Affuurri Qulqulluun #ergame
jedha👆

🌹Affuurri Qulqulluun
#ergama,yookiin kan #ergamee jedhame jira.

❤️ gaaru Affuuri Qulqulluun
#Waaqayyo

3=Yohaannis 4:24
#Waaqayyo_Affuura
warri isa #waaqeffatanis Affuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
▬▬▬▬▬▬▬▬
➜kanafu
#jechi ergama
yookiin erge jedhu,
#Waaqummaa hirisu
hin danda'u.

🌹
#Affuurri_Qulqullunni osoo Waaqayyo ta’e jiru
yoo,
#ergame, wanti Waaqummaa isaa hirisu hin jiru..

▬▬▬▬▬▬▬
➜Haaluma wali fakkaatun
akkuma Affuurri Qulqulluun
#osoo Waaqayyo ta’e jiruu gara namoota dhufee.

#Kiristoos immoo osoo Waaqayyo ta’e jiruu garaa
namoota dhufee jira.
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
💒
#hiika jecha ani
isaa
#biraa dhufee jedhu
➧Kiristoos jalqabaa dura
Abbaa wajjiin akka turee
qabxii ibsuudha.

👉
#Rajoota hundii isaanii
nutti, yookiin Waaqayyo
#bira_dhufnee jedhani kan
dubbata hin jiru
gonkumaa

Kitaabni Kuni afaanii
#Giriikiitiin barrefame
jalqabaa dura
kanafu jedhi Waaqayyo
#bira_dhufne jedhu" #Θεό ήρθα #από)

➧kanafuu Jechi
Ani Waaqayyo biraa dhufee jedhuu
#Kiristoos_qofaa
malee #rajoonni nuuti Waaqayyo bira dhufne kan
jedhuu hin jiru.

💒jechi xinnoo ishee
walitti dhihaatu tokko jira

4=Yohaannis 1:6
Yeroo sanatti
#namichi waaqayyo #bira_ergamee dhufe tokkoo #maqaan isaas #Yohaannis
jedhama ture.

🌹
#jechi Waaqayyo
#bira_ergame jedhu fi
jechi
#Ani Waaqayyo
#bira_dhufe jedhuu hikaa gargaara qaba

💒kanafuu Yohaannis cuphaan Ani Waaqayyo bira hin dhufnee jedhe Afaanii isaan dubatee jira
=nutti lafaa kana,irraa Kiristoos immoo samii irraa jedhee ragaa bahe.

5=Yohaannis 3:27-31
#Yohaannisis deebisee akkana jedhe: “Namni tokko samii irraa yoo
isaaf kenname malee, waan tokko iyyuu argachuu hin dandau.

#Ani_Kiristoos miti; kan
isa dura
#ergame
sana dha malee’ jechuu koo isinumti iyyuu dhugaa anaaf baatu.

#Inni misirroo qabu
#hundi dhirsa misirrooti. Michuun dhirsa misirroo sanaa garuu yommuu dhaabatee sagalee
isaa dhagau, sagalee dhirsa misirroo sanaatiin kan kae guddaa gammada. Kanaaf, amma gammachuun koo
guutuu taeera.

#Inni_dabalaa adeemuu qaba; ani immoo #hiracha
(xinnacha) adeemuun qaba.”

#Inni(Kiristoos) #oli gubbaadhaa #dhufe warra kaan hunda irra ni #caala.

#Inni(#Yohannis)//Namoonni// #lafaa immoo kan lafaa ti, wantoota lafaas ni dubbata.

#Inni(Kiristoos) #samii #irraa_dhufe warra kaan hunda irra ni #caala
kanafuu Yohaannis
akka samii irraa hin dhufnee ibse jira.

samii irraa kan
dhufee👇
=1=Abbaadha
ser.Uum 2:7
=2=Kiristoos
Yohaannis 8:42

Yohaannis 3:31
=3=Affuurra Qulqulluudhaa
Yohaannis 14:26


▬▬▬▬▬▬
➧Kiristoos immoo
ani Waaqayyo biraa dhufee jechun isaa =wangeela Yohaannis 1:1,irraa kan jiruu ibsufi
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan xuqi👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
▬▬▬▬▬▬▬
🌹➡️ kutaa _ 56 ffªª 🌸👇
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔳 Gaaffii fi Deebii
🔳 Muslimoota👈
Yohaannis 13:20👇
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1➩ kani Kiristoos erguu kuni Muhammadi jedhuu...😁
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenya👇
🌺 kitaaba keenya keessa lakki
#foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
📕Gaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos
ergu kuni Eenyufi ergama...
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jiraduuka buoota isaa moobiyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..
🔺 lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,ta’e ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.

❤️ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
🍊Yohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman
#isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
🌺❤️ kanafi
#Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
▬▬▬▬▬
➡️Qabxiiwwan kana ilaala.
A➩ Kiristoos qaama tokko ni erga.
B➩Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
C➩ qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu moomuhammadi laata
🌸 akka yaadaa
#Muslimoota yoo,ta’e
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=muhammadi
Abbaa➛Kiristoos➛muhammad
➡️ Akka
#orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
➩Abbaa➛Kiristoos➛Affuurra Qulqulluudha.

deebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee
#Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti

🌺
#Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
📍=Ⓐ👉Maatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti;
#Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
➩Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
📍=Ⓑ👉Luqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra
#Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas,
#Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.

📍=Ⓒ👉Luqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf,
#akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan
#kenna
📍=Ⓓ👉Yohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Lakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,ta’e qofa iyya kaa.
➛Kiristoos muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qur’aanaa keessatti muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qur’aani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu
#filannoo_lamaa qofa qabduu
A➩Alaha jechuun Kiristoos jechudha
B➩ muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.
📍=Ⓔ👉Suura 35:4

وَإِن يُكَذِّبُوكَ فَقَدْ كُذِّبَتْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ ۚ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ

(Yaa
#Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.

😁Jecha Qur’aanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilala👇

وَإِن : And i
يُكَذِّبُوكَ : they deny you,
فَقَدْ : then certainly
كُذِّبَتْ : were denied
رُسُلٌ : Messengers#
مِّن : before you.
قَبْلِكَۚ : before you.
وَإِلَى : And to
ٱللَّهِ : Allah#
تُرْجَعُ : return
ٱلْأُمُورُ : the matters.
kanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link waldaa kana👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========