๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.35K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ’’ kutaa-28ffยชยช.๐Ÿ€๐ŸŒน
โŒ=gaaffi fi deebi=โŒ
โœMuslimoota*

โžงโœ=Yohaannis 8:42๐Ÿ‘‡
#Iyyaasuus(kiristoosi) akkana isaaniin jedhe
โ€œ
#Ani_bakka kana kanan dhufe isa #biraa waan taeef, #Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan
Isatu
#na_erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน=gaaffii isaani
1=Kiristoos ergamadha jedhuu....โ“โ“
kanafuu inni
#raajidha jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน=deebii keenya๐Ÿ‘‡
โœ
#ergamaa jechuun
Abbaa isaa biraa
gara namoota dhufuu isa
jecha ibsuu malee.
hiika bira hin qabuu.

โžงFakkeenyaaf Kiristoos gara namoota wanta dhufeefi Aangoo
#Waaqummaa isaa wanti hirisu hoomtuu hin jiru
โžงfooni nama uffatee gadii ofii qabu isaa qofa male

1=โœFiliphisiiyus 2:6_7
inni(Kiristoos)
#bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne.hoomtu hin lakkoofne
Kanaa mannaa
#duwwaa
of godhe; bifa garbummaa fudhatees #nama tae.

๐ŸŒนโžงyookiin
#ergama jechuun Waaqayyo wani hin tanefi ergamaa
jechu mitti.

๐ŸŒนSababiin isaa
#Affuurri Qulqulluun gara namoota ergame turee.

โœ
#Affuurri_Qulqulluuni osoo Waaqayyo taโ€™e jiru
jecha "
#Ergama" jechuun ibsame jira.

๐Ÿ’’ RAGAA KITABBA
QULQULLUU๐Ÿ‘‡

2=โœYohaannis 14:26๐Ÿ‘‡
#Gargaaraan(jajjabeesaa)
jechuunis
#Affuurri_Qulqulluun inni #Abbaan maqaa kootiin #ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin #yaadachiisa

โžงkanafu Affuurri Qulqulluun #ergame
jedha๐Ÿ‘†

๐ŸŒนAffuurri Qulqulluun
#ergama,yookiin kan #ergamee jedhame jira.

โค๏ธ gaaru Affuuri Qulqulluun
#Waaqayyo

3=โœYohaannis 4:24
#Waaqayyo_Affuura
warri isa #waaqeffatanis Affuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœkanafu
#jechi ergama
yookiin erge jedhu,
#Waaqummaa hirisu
hin danda'u.

๐ŸŒน
#Affuurri_Qulqullunni osoo Waaqayyo taโ€™e jiru
yoo,
#ergame, wanti Waaqummaa isaa hirisu hin jiru..

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœHaaluma wali fakkaatun
akkuma Affuurri Qulqulluun
#osoo Waaqayyo taโ€™e jiruu gara namoota dhufee.

โžœ
#Kiristoos immoo osoo Waaqayyo taโ€™e jiruu garaa
namoota dhufee jira.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ’’
#hiika jecha ani
isaa
#biraa dhufee jedhu
โžงKiristoos jalqabaa dura
Abbaa wajjiin akka turee
qabxii ibsuudha.

๐Ÿ‘‰
#Rajoota hundii isaanii
nutti, yookiin Waaqayyo
#bira_dhufnee jedhani kan
dubbata hin jiru
gonkumaa โŒ

Kitaabni Kuni afaanii
#Giriikiitiin barrefame
jalqabaa dura
kanafu jedhi Waaqayyo
#bira_dhufne jedhu" #ฮ˜ฮตฯŒ ฮฎฯฮธฮฑ #ฮฑฯ€ฯŒ)

โžงkanafuu Jechi
Ani Waaqayyo biraa dhufee jedhuu
#Kiristoos_qofaa
malee #rajoonni nuuti Waaqayyo bira dhufne kan
jedhuu hin jiru.

๐Ÿ’’jechi xinnoo ishee
walitti dhihaatu tokko jira

4=โœYohaannis 1:6
Yeroo sanatti
#namichi waaqayyo #bira_ergamee dhufe tokkoo #maqaan isaas #Yohaannis
jedhama ture.

๐ŸŒน
#jechi Waaqayyo
#bira_ergame jedhu fi
jechi
#Ani Waaqayyo
#bira_dhufe jedhuu hikaa gargaara qaba

๐Ÿ’’kanafuu Yohaannis cuphaan Ani Waaqayyo bira hin dhufnee jedhe Afaanii isaan dubatee jira
=nutti
lafaa kana,irraa Kiristoos immoo samii irraa jedhee ragaa bahe.

5=โœYohaannis 3:27-31
#Yohaannisis deebisee akkana jedhe: โ€œNamni tokko samii irraa yoo
isaaf kenname malee, waan tokko iyyuu argachuu hin dandau.

#Ani_Kiristoos miti; kan
isa dura
#ergame
sana dha maleeโ€™ jechuu koo isinumti iyyuu dhugaa anaaf baatu.

#Inni misirroo qabu
#hundi dhirsa misirrooti. Michuun dhirsa misirroo sanaa garuu yommuu dhaabatee sagalee
isaa dhagau, sagalee dhirsa misirroo sanaatiin kan kae guddaa gammada. Kanaaf, amma gammachuun koo
guutuu taeera.

#Inni_dabalaa adeemuu qaba; ani immoo #hiracha
(xinnacha) adeemuun qaba.โ€

#Inni(Kiristoos) #oli gubbaadhaa #dhufe warra kaan hunda irra ni #caala.

#Inni(#Yohannis)//Namoonni// #lafaa immoo kan lafaa ti, wantoota lafaas ni dubbata.

#Inni(Kiristoos) #samii #irraa_dhufe warra kaan hunda irra ni #caala
โœkanafuu Yohaannis
akka samii irraa hin dhufnee ibse jira.

โœsamii irraa kan
dhufee๐Ÿ‘‡
โœ=1=Abbaadha
ser.Uum 2:7
โœ=2=Kiristoos
Yohaannis 8:42

Yohaannis 3:31
โœ=3=Affuurra Qulqulluudhaa
Yohaannis 14:26


โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงKiristoos immoo
ani Waaqayyo biraa dhufee jechun isaa =wangeela Yohaannis 1:1,irraa kan jiruu ibsufi
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqi๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Audio
๐ŸŒนMormii Muslimaa fi Orthodoksi.

โžŠโžปOrthodoksi irraa( #Gutema.
โž‹โžปMusiliima irra sheka #Mohammed Ahmed.
  
  โœ Mataduree falmii.
#Addeessi โ˜ช ๐Ÿ‘ˆ Samii irra akka #cabee #lafaa jiru #muhammad_rajichi dubbate jira ,Adeessi Amma samii irraa jiruu kuni Eessa dhufee โ“๐Ÿ˜
โžป #Raajoota durii keessa eenyutu adeessi cabee jedhe beeka mee โ“๐Ÿ˜

โž›Dubbii akka afaanii Amantii Muslimaa sirriidha jedhanii sana miti โŒ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ

Kutaa-1-ffaa .dhageefadha mee.โ“โ“