🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Audio
🌺 Mormii Guddaa Tokkoo
=Orthodoksi fi pheenxee jidduutti ta’e.
πŸ…°
#Orthodoksi irraa #Gutema Gelana
πŸ…Ύ
#pheenxee irraa paasterii #Baayisaa
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➩pheenxee kuni
#waldaa #Haawariyati isaa jedhamu hordofa.
    πŸ…±
#dogoggora_pheenxee kana ilaala kunoπŸ‘‡πŸ‘‡
β“΅βž©kanafuu erga Phaawuloos
Roome 1:3
Inni waa'ee
#ilma isaa isa #akka_fooniitti_sanyii Daawit keessaa #dhalatee dubbate
=pheenxe kuni dubbii Waaqayyo mitii jedhe😁.
β“Άβž©cuphaan lubbuu qofaa fayyada jedha.fooniifi hin fayyaduu jedha😁
β“·βž©Kiristoos foonii nama mitii samii irraa foonii fide dhufe jedha 😁
β“Έβž©Adaa yihudoota gonkuma hin beekuu.😁
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β–²sagalee dhageeffadhaa.
Audio
πŸ‡ Mormii Guddaa TokkoπŸ‘†πŸ‘†
πŸ…°
#Orthodoks irra =
   
#Gutema-Gelana

πŸ…±
#pheenxee irra=
    
#paasterii #Milkiyaas
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
#Soba paasterii pheenxee kana ilaalaβ“β“β“πŸ˜œπŸ˜œπŸ˜œ
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

❢➻
#Mataduree_Tokkoffaa
✍waee
#mana_Qulqulluuma irraatti ,mani Qulqulluummaa ni barbaachisaa moo❓hin barbaachisu ❓
πŸ‘‰Maatewoos 21:13
πŸ‘‰Yohaannis 2:20*4:22
πŸ‘‰maatewos 16:18
πŸ‘‰hojii-duka-buota 11:26
πŸ‘‰ 1phex 2:5-8
πŸ‘‰ Yohaannis 21:10-17
πŸ‘‰ Hoji duka buota 2:14
πŸ‘‰hoji duka buota 1:15
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❷➻
#maataduree_lamaffaa
✍
#Maariyaamin maali deessee.❓
πŸ‘‰Raji-isayaas 9:6
πŸ‘‰Mul’ata Yohaannis 19:13
πŸ‘‰Yohaannis 1:1*14
πŸ‘‰Roome 1:3
β–¬β–¬β–¬
❸➻
#mataduree_sadaffaa.
✍
#Maqaan Waaqayyo inni #yahawe kitaaba Qulqulluu iddoo kami jalqabaa ❓
πŸ‘‰seera.Uumama 2:4
πŸ‘‰ seera.Bau 6:3
β–¬β–¬β–¬
❹➻
#mataduree_arfaffaa
✍
#Kiristoos guyyaa kami #fannifamee guyyaa #Roobi moo❓#jimataa.❓
πŸ‘‰Marqoos 15:42
πŸ‘‰ Yohannis 19:31
πŸ‘‰ Luqaas 22:1
β–¬β–¬β–¬β–¬
❺➻ Matadure-shanaffa
✍ dibata Qulqullu kani jedhame kami...❓
Dibata Qulqullu fi afura Qulqullun maali❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
link kana xuqaa hordofaπŸ‘‡πŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Audio
🌹mormii orthodoksi fi pheenxee jidduutti ta’e
➻ #Gutema (orthodoksi) irraa
➻ #paasterii (pheenxee) tokko

Seera Uumama 19:2
Ergamoonni Waaqayyo Gooftolii ni jedhamuu inni kuni #baayinna ibsa ,Afaanii #Ibraayisxiittiin (אֲדֹנַ֗י) #Adoonaayi kani jedhudha

Raajii Dani'eel 10:16
Ergamaan #tokkichi immoo Gooftaa jedhama ,afaanii Ibraayisxiittin (אֲדֹנִ֗י) #adooni jedhama.

πšπšŠπš›πšŠ πšπšŽπš•πšŽπšπš›πšŠπš–πšŠ πš”πš˜πšπšŠπŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Audio
🌹Mormii Muslimaa fi Orthodoksi.

➊➻Orthodoksi irraa( #Gutema.
βž‹βž»Musiliima irra sheka #Mohammed Ahmed.
  
  ✍ Mataduree falmii.
#Addeessi β˜ͺ πŸ‘ˆ Samii irra akka #cabee #lafaa jiru #muhammad_rajichi dubbate jira ,Adeessi Amma samii irraa jiruu kuni Eessa dhufee β“πŸ˜
➻ #Raajoota durii keessa eenyutu adeessi cabee jedhe beeka mee β“πŸ˜

βž›Dubbii akka afaanii Amantii Muslimaa sirriidha jedhanii sana miti ❌😜😜😜

Kutaa-1-ffaa .dhageefadha mee.❓❓