๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
Audio
๐Ÿ…ฐ falmii Kiristiyaanaa fi Musiliimaa gidduutti taโ€™e.
#Orthodoksi irra ๐Ÿ‘‰Gutema
#Musilima irra๐Ÿ‘‰Xaaliburidallah
=========*

โคด๏ธ mata duree falmii
๐Ÿ‘‰Yohaannis 8:21 Irratti
Kiristoos cubbuu keenya irraa nuu fayyisee mooโ“miti kani jedhu irratti โ“
โžก๏ธ Guteman Kiristoos cubbuu keenya irraa nuu, fayyise kani jedhu mirkaneessa 100%
โžก๏ธ xaaliburidallah immoo Kiristoos cubbuu irraa hin fayyisne kana jedhuu mirkaneessa 0%
๐Ÿ“murtii isaa namoota sagalee kana dhaganif dhifnee jira.

  -----kutaa-1-ffยชยช--------
Audio
โš› ortodoksi fi pheenxee
โžฉ pheenxee gonkumaa Kiristoos hin beektuu.
Kiristoos iddoo #lamatti Addan qooduu.
โž›gara tokko Waaqa
โž›gara tokko nama
โœโœ nutti orthodoksi biratti
๐Ÿ…ฐGara tokko waaqa โŒ
๐Ÿ…ฑGara tokko namaโŒ
=Kiristoos gargari qooduu hin dandeenyu.
Sababiin isaa Kiristoos amala lamaa irraa amala tokko jenne amana.
๐Ÿ…พ Ibrootaa 13:8
Iyyaasus Kiristoos #kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
==================
1๏ธโƒฃ pheenxee Kiristoos du'a jalqabaa ka'e jira maalif jenne yoo, gaafane ragaa hin qabduu ๐Ÿ˜œ

๐Ÿ…ฐ nutti orthodoksin sababa Kiristoos angafa du'a taee ni ibsina.
1Qorontos 15:20-21
Amma garuu #Kiristoos warra duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'e Sababiin isaas akkuma duuti karaa nama
tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama_tokkoo
dhufa

1Qorontos 15:55
Yaa #dua_nana injifannoon kee meerre ree? Yaa dua nana #ilkeen kee meerre ree?โ€
๐ŸŒบRaji_hose 13:14
#Du'a jalaas isaan furuu ree? Yaa du'aa, dha'ichi kee #meerre ree?
#Orthodoksi (Gutema)
#pheenxee (Samuel)
Audio
๐Ÿ…ฐ orthodoksi fi pheenxee.
           ๐ŸŒบRakkoo pheenxee kana ilaala kuno๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ“ตโžฉpheenxee kuni
#maqaa #Kiristoos jedhuu eessaa akka dhufee gonkumaa hin beekani
โ“ถโžฉmaqaa
#Iyyaasus jedhu jecha irraa dhufee gonkumaa hin beekani.
โ“ทโžฉpheenxee kuni kitaaba #66 gonkumaa hooma hin beekuu.
โ“ธโžฉpheenxee maqaan
#Waaqayyo jedhu jalqabaa eessa akka dhufee hin beeknani
โ›‘kanafuu ergaa Kiristoos hin beekne, Waaqayyo hin beekne, kitaaba hin beekne . Maaliif guyyaa guutuu iyyaa oltuu laataa โŒ

โš› nuuti warri
#orthodoksi kunoo akkanatti pheenxee #afaanii ishi cufaan.

#Orthodoksi (Gutema Gelana)
#pheenxe paasterii (Abdi)
..............................
โœpheenxee yaaduma iyyaasus Kiristoos jecha olu malee isaa gonkumaa akka hin beeknee hubbadha.
Audio
๐Ÿ…ฐ orthodoksi fi pheenxee.
= #orthodoksi irraa Gutema Gelana

= #pheenxee irraa paasterii mangistuu yookiin Tolasa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉmata dura waliin dubbii keenya isa kana ture ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ…พmootummaa Waaqayyo kani galuu eenyuu โ“
Pheenxee #wangeela_guutuu mooโ“
pheenxee makanna iyyasus mooโ“
Pheenxee gosa isa kamiโ“
โ–ฒDeebi isaa๐Ÿ‘‡
Kani mootummaa Waaqayyo galuu gonkumaa hin beekamuu kani jedhuun .kanafuu pheenxee #rakkoo qaba jedhamee jira=ok
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉmaaloo namoonni dukkana keessa jirtanii pheenxee keessa dafa baha deemaโ“โ“โ“
Audio
๐ŸŒบ Mormii Guddaa Tokkoo
=
Orthodoksi fi pheenxee jidduutti taโ€™e.
๐Ÿ…ฐ
#Orthodoksi irraa #Gutema Gelana
๐Ÿ…พ
#pheenxee irraa paasterii #Baayisaa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉpheenxee kuni
#waldaa #Haawariyati isaa jedhamu hordofa.
    ๐Ÿ…ฑ
#dogoggora_pheenxee kana ilaala kuno๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ“ตโžฉkanafuu erga Phaawuloos
Roome 1:3
Inni waa'ee
#ilma isaa isa #akka_fooniitti_sanyii Daawit keessaa #dhalatee dubbate
=pheenxe kuni dubbii Waaqayyo mitii jedhe๐Ÿ˜.
โ“ถโžฉcuphaan lubbuu qofaa fayyada jedha.fooniifi hin fayyaduu jedha๐Ÿ˜
โ“ทโžฉKiristoos foonii nama mitii samii irraa foonii fide dhufe jedha ๐Ÿ˜
โ“ธโžฉAdaa yihudoota gonkuma hin beekuu.๐Ÿ˜
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฒsagalee dhageeffadhaa.
Audio
๐Ÿ…ฑ ortodoksii fi pheenxee
๐Ÿ‘‰ 
#orthodoksi(Gutema)
๐Ÿ‘‰
#pheenxee (Baqala)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
1โžฉdhuguma nama kabajaa fi jalatama obboolleessa keenya Baqala baay'ee jalana.
2โžฉdhuga jiruu himma malee gonkumaa sobaa hin beekuu
3โžฉisaa qofa namni samuu fayya, kana dhuga barbaduu.
4โžฉBaqalan yeroo dhiyoo keessatti gara dhugaa deemuuf kani ofii qopheessedha.
5โžฉWaaqayyo sii, fana Haataโ€™u.
Dafi gara obboloota Qulqulloota
Orthodoksi tti gali.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ.
2 Qorontos 6:1 -2
Kana malees, isaa wajjin waan hojjennuuf gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fudhattanii
#kaayyoo isaa irraa akka hin #jalสผanne isin gorsina. 

Sababiin isaas inni, โ€œAni yeroo fudhatama qabutti si dhagaสผeera, guyyaa fayyinaattis si gargaareeraโ€ jedha. Kunoo, yeroon
#caalaatti fudhatama qabu amma. Kunoo, #guyyaan #fayyinaa_amma.
2 แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต 6:1-2
แŠ แ‰ฅแˆจแŠ•แˆ แŠฅแ‹จแˆ แˆซแŠ• แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ• แŒธแŒ‹ แ‰ แŠจแŠ•แ‰ฑ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‰ตแ‰€แ‰ แˆ‰ แ‹ฐแŒแˆž แŠฅแŠ•แˆˆแˆแŠ“แˆˆแŠ•แค
แ‰ แ‰ฐแ‹ˆแ‹ฐแ‹ฐ
#แˆฐแ‹“แ‰ต แˆฐแˆ›แˆแˆ…แก แ‰ แˆ˜แ‹ณแŠ•แˆ แ‰€แŠ• แˆจแ‹ณแˆแˆ…แก
แ‹ญแˆ‹แˆแŠ“แค แŠฅแŠแˆ†แฅ
#แ‹จแ‰ฐแ‹ˆแ‹ฐแ‹ฐแ‹ แˆฐแ‹“แ‰ต แŠ แˆแŠ• แŠแ‹แค แŠฅแŠแˆ†แฅ #แ‹จแˆ˜แ‹ณแŠ•_แ‰€แŠ• แŠ แˆแŠ• แŠแ‹
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Jabadhuu.
Audio
๐ŸŒน Orthodoksi fi Muslimaa
โžปmataduree mormi
Maqaa Kiristiyaanaa  jedhuu irratti.
โžธhoji-duka-buota 11:26
Erga isa argee boodas, gara Anxokiyaatti isa fide. Achiis waggaa tokko guutuu isaanii wajjin walda(gumii )keessatti walitti qabaman; namoota hedduus ni barsiisan; barattoonnis yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti
#Kiristiyaanotaโ€ jedhaman

๐ŸŒนLuqaas 11:28
Inni garuu
#Lakki_gammadoon
illee
#namoota_dubbii Waaqayyoo #dhagaanii_hojii irra oolchani dha jedhe.
โค๏ธkanafuu nutti Qajelfama Waaqayyo dhageenye dubbii Waaqayyo hojji irraa olchine ,dubbii suni immoo akka nutti Kiristiyaanaa jedhamnu Waaqayyo biraa nuuf dhufe, kanafuu nuuti isaa dhageenye hojii irraa olchine.

๐Ÿ‘‰ koota na,duuka bu'aa jedhe Kiristoos ,kanafuu Kiristiyaanaa taโ€™a fakkeenya kiyyaa hordofa jedhu isaatti.

Maatewos 5:19
#Kottaa_na_duukaa buaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godhaโ€ isaaniin jedhe.
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ
1โžป
#orthodoksi irraa
     Gutema Gelana
2โžป
#Muslimaa irraa
     Abbuu.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
Audio
๐ŸŒบ๐™ข๐™ค๐™ง๐™ข๐™ž ๐™ค๐™ง๐™ฉ๐™๐™ค๐™™๐™ค๐™ ๐™จ๐™ž ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™š ๐™Ÿ๐™ž๐™™๐™™๐™ช๐™ฉ๐™ž ๐™ฉ๐™–'๐™š

A))โžป
#Orthodoksi irraa
          =Gutema.
B))โžป
#pheenxee irraa
          =Habte.
โœ ๐™ข๐™–๐™ฉ๐™–๐™™๐™ช๐™ง๐™š๐™š ๐™ข๐™ค๐™ง๐™ข๐™ž๐™ž
#Maariyaamin (waaqa)/Waaqayyo deesseeโ“moo hin deenye.โ“

โœ
#soba pheenxee kana
ilala๐Ÿ‘‡

โžŠโžป๐™ง๐™–๐™–๐™Ÿ๐™ž-๐™ž๐™จ๐™–๐™ฎ๐™–๐™–๐™จ 9:6
#Mucaan nuuf dhalateera;
ilmi nuuf kennameera;
mootummaan gatiittii isaa irra jiraata.
Innis Gorsaa Dinqisiisaa,
#Waaqa_Jabaa,
Abbaa Bara baraa, Mootii Nagaa
jedhamee ni waamama.
แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 9:6
แˆ•แƒแŠ• แ‰ฐแ‹ˆแˆแ‹ถแˆแŠ“แˆแŠ“แฅ แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ…แˆ แ‰ฐแˆฐแŒฅแ‰ถแŠ“แˆแŠ“แค แŠ แˆˆแ‰…แŠแ‰ตแˆ แ‰ แŒซแŠ•แ‰ƒแ‹ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆแค แˆตแˆ™แˆ แ‹ตแŠ•แ‰… แˆ˜แŠซแˆญแฅ แŠƒแ‹ซแˆ
#แŠ แˆแˆ‹แŠญแฅ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แŠ แ‰ฃแ‰ตแฅ แ‹จแˆฐแˆ‹แˆ แŠ แˆˆแ‰ƒ แ‰ฐแ‰ฅแˆŽ แ‹ญแŒ แˆซแˆแข
โ–บkanafuu Jechi แŠ แˆแˆ‹แŠญ jedhuu Waaqa, jedhama.
โ–บkanafuu Maariyaamin ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ(๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜) ๐š๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŽ๐šŽ ๐š“๐š’๐š›๐š๐š’ ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ


โทโžปYohaannis 20:28
Toomaas immoo,deebise โ€œGooftaa koo! 
#Waaqa koo!โ€ jedheen.
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 20:28
แ‰ถแˆ›แˆตแˆแฆ แŒŒแ‰ณแ‹ฌ
#แŠ แˆแˆ‹แŠฌแˆแก แ‰ฅแˆŽ แˆ˜แˆˆแˆฐแˆˆแ‰ต

(Kitaabni pheenxee garuu iddoo kanatti Waaqa kani jedhuu kana Waaqayyo jedhee hike jira
=Waaqa =Waaqayyoo))
#แŠ แˆแˆ‹แŠญโžป๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฆ๐™– ๐™Ÿ๐™š๐™˜๐™๐™ช๐™™๐™๐™–.
#แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ โžป๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฆ๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™ค jechudha.
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐šก๐šž๐šš๐šŠ๐šŠ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒนGaaffii tokko Muslimoonni akkasii jedhanii naa gaafatanii
#Maariyaami kani #ajjeesee Iyyaasuus #Kiristoos , kanaafu Kiristoos akkamitti #haadha isaa ajjeesaa kuni #safuudha nani jedhanii โ“โ“๐Ÿ˜

โžป yeroo kana ani immoo gaafii tokko gaafadhee Raaji #muhammadi Kani #ajjeesee eenyu jedhee gaafadhee #Allaha nan jedhee.
โžปerga akkasii taโ€™e kana hunda Allaha muhammadi tti fayyadama ture maalif ajjeese ,Allahan maaliif #garaa itti jabate kuni #safuu dha jedhanii โ“๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜œ

Yeroo kana #deebii fidu didee caalise ๐Ÿ˜


๐ŸŒนgaaruu ani wanta tokko isinitti nan himma yaa ijoollee #orthodoksi.

Duโ€™aa jechuun #boqonnaa dha , Waaqayyo immoo namni yeroo boqachuu qabatu nama boqachisaa.

Kanaafuu Waaqayyo boqonnaa namaaf yoo kenne kuni akkamii safuu ta'a mee,โ“akkamitti boqonnaa cubbuu ta'a โ“


๐ŸŒนyaa Muslimaa akkanumaan ofii keessatti hin fincaanii jennani.
Baga Geessan Hundi keessan (27)
Yeroo Kiristoos fannifamee sana Mootiin Philaaxoos Afaanii #sadiin(3) bareefama tokko bareesee โ jechi kuni iddoo #lama_qofatti bareefame argama
โžŠโž›๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ค๐™›๐™›๐™–๐™– Luqaas 23:38
2โž›๐™ก๐™–๐™ข๐™–๐™›๐™›๐™–๐™– Yohaannis 19:20

๐Ÿ™ˆkitaaba warra #pheenxee kani Oromiffaa sana irraa Luqaas 23:38 irraa kani jiruu #balleessan jiruu โŒ

โœ… Kani #Orthodoksi irraa jira๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ Afaanii Kitaabni jalqabaa ittiin barreeffame irratti ni argama "Orthodoksi bara bara yaa jiratuu.

๐Ÿ“ฎ Luqaas 23:38 irratti akkasii jedha ยซBarreeffamni isa olitti bareefame turee Afaanii #Girikiitiin, Afaanii Roomaatti fi Afaanii Ibraayisxiitiin inni kuni Mootii Yihudootatiยป jedha.

๐Ÿ“ฎYohaannis 19:20 irratti immoo akkasii jedha ยซiddoon Iyyaasus itti fannifame waan magaalaatti dhiสผoo tureef Yihuudoonni hedduun bareefama sana dubbisaniiru; bareffamani sunis afaan #Ibraayisxiitiin, Roomaatti (Laatiinii) fi Giriikiin barreeffame.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžง Ragaa bira ilaala
Afaanii #Ingiliffaa
Afaanii #Amaariffa
Afaan #Giriikii durii

โžก๏ธAyyana gaarii isiniif Haataโ€™u