Audio
πΉ Orthodoksi fi Muslimaa
β»mataduree mormi
Maqaa Kiristiyaanaa jedhuu irratti.
βΈhoji-duka-buota 11:26
Erga isa argee boodas, gara Anxokiyaatti isa fide. Achiis waggaa tokko guutuu isaanii wajjin walda(gumii )keessatti walitti qabaman; namoota hedduus ni barsiisan; barattoonnis yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti #Kiristiyaanotaβ jedhaman
πΉLuqaas 11:28
Inni garuu #Lakki_gammadoon
illee #namoota_dubbii Waaqayyoo #dhagaanii_hojii irra oolchani dha jedhe.
β€οΈkanafuu nutti Qajelfama Waaqayyo dhageenye dubbii Waaqayyo hojji irraa olchine ,dubbii suni immoo akka nutti Kiristiyaanaa jedhamnu Waaqayyo biraa nuuf dhufe, kanafuu nuuti isaa dhageenye hojii irraa olchine.
π koota na,duuka bu'aa jedhe Kiristoos ,kanafuu Kiristiyaanaa taβa fakkeenya kiyyaa hordofa jedhu isaatti.
Maatewos 5:19
#Kottaa_na_duukaa buaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godhaβ isaaniin jedhe.
β±β±β±β±β±β±β±β±β±β±
1β» #orthodoksi irraa
Gutema Gelana
2β» #Muslimaa irraa
Abbuu.
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ||βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ