๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนDeebii isaa Hordoofa๐Ÿ‘‡
1=โžงmaatewos 24:36

2=โžงMaarqoos 13:32

1=โœguyyaa sana #Abbaa male kan beekuu hin jiru

2=โœ
#Kiristoos ni beeka moo,
hin beeku....โ“

3=โœ
#Affuurri_Qulqulluun hoo, ni beeka. moo, hin beeku.โ“

4=โœ
#Ergamoonni ni beeku moo,hin beekani..โ“

5=โœ
#Namoonni_Qulqulloonni
hoo, ni beeku moo, hin beekani..โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนDeebi isaa isa gara oli
sagaleen hordofa๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒ€link kan xuqaa
miseensa ta'a๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
=======//=====
๐ŸŒน๐Ÿ’’ kutaa-28ffยชยช.๐Ÿ€๐ŸŒน
โŒ=gaaffi fi deebi=โŒ
โœMuslimoota*

โžงโœ=Yohaannis 8:42๐Ÿ‘‡
#Iyyaasuus(kiristoosi) akkana isaaniin jedhe
โ€œ
#Ani_bakka kana kanan dhufe isa #biraa waan taeef, #Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan
Isatu
#na_erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน=gaaffii isaani
1=Kiristoos ergamadha jedhuu....โ“โ“
kanafuu inni
#raajidha jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน=deebii keenya๐Ÿ‘‡
โœ
#ergamaa jechuun
Abbaa isaa biraa
gara namoota dhufuu isa
jecha ibsuu malee.
hiika bira hin qabuu.

โžงFakkeenyaaf Kiristoos gara namoota wanta dhufeefi Aangoo
#Waaqummaa isaa wanti hirisu hoomtuu hin jiru
โžงfooni nama uffatee gadii ofii qabu isaa qofa male

1=โœFiliphisiiyus 2:6_7
inni(Kiristoos)
#bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne.hoomtu hin lakkoofne
Kanaa mannaa
#duwwaa
of godhe; bifa garbummaa fudhatees #nama tae.

๐ŸŒนโžงyookiin
#ergama jechuun Waaqayyo wani hin tanefi ergamaa
jechu mitti.

๐ŸŒนSababiin isaa
#Affuurri Qulqulluun gara namoota ergame turee.

โœ
#Affuurri_Qulqulluuni osoo Waaqayyo taโ€™e jiru
jecha "
#Ergama" jechuun ibsame jira.

๐Ÿ’’ RAGAA KITABBA
QULQULLUU๐Ÿ‘‡

2=โœYohaannis 14:26๐Ÿ‘‡
#Gargaaraan(jajjabeesaa)
jechuunis
#Affuurri_Qulqulluun inni #Abbaan maqaa kootiin #ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin #yaadachiisa

โžงkanafu Affuurri Qulqulluun #ergame
jedha๐Ÿ‘†

๐ŸŒน
Affuurri Qulqulluun #ergama,yookiin kan #ergamee jedhame jira.

โค๏ธ gaaru Affuuri Qulqulluun
#Waaqayyo

3=โœYohaannis 4:24
#Waaqayyo_Affuura
warri isa #waaqeffatanis Affuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœkanafu
#jechi ergama
yookiin erge jedhu,
#Waaqummaa hirisu
hin danda'u.

๐ŸŒน
#Affuurri_Qulqullunni osoo Waaqayyo taโ€™e jiru
yoo,
#ergame, wanti Waaqummaa isaa hirisu hin jiru..

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœHaaluma wali fakkaatun
akkuma
Affuurri Qulqulluun #osoo Waaqayyo taโ€™e jiruu gara namoota dhufee.

โžœ
#Kiristoos immoo osoo Waaqayyo taโ€™e jiruu garaa
namoota dhufee jira.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ’’
#hiika jecha ani
isaa
#biraa dhufee jedhu
โžงKiristoos jalqabaa dura
Abbaa wajjiin akka turee
qabxii ibsuudha.

๐Ÿ‘‰
#Rajoota hundii isaanii
nutti, yookiin Waaqayyo
#bira_dhufnee jedhani kan
dubbata hin jiru
gonkumaa โŒ

Kitaabni Kuni afaanii
#Giriikiitiin barrefame
jalqabaa dura
kanafu jedhi Waaqayyo
#bira_dhufne jedhu" #ฮ˜ฮตฯŒ ฮฎฯฮธฮฑ #ฮฑฯ€ฯŒ)

โžงkanafuu Jechi
Ani Waaqayyo biraa dhufee jedhuu
#Kiristoos_qofaa
malee #rajoonni nuuti Waaqayyo bira dhufne kan
jedhuu hin jiru.

๐Ÿ’’jechi xinnoo ishee
walitti dhihaatu tokko jira

4=โœYohaannis 1:6
Yeroo sanatti
#namichi waaqayyo #bira_ergamee dhufe tokkoo #maqaan isaas #Yohaannis
jedhama ture.

๐ŸŒน
#jechi Waaqayyo
#bira_ergame jedhu fi
jechi
#Ani Waaqayyo
#bira_dhufe jedhuu hikaa gargaara qaba

๐Ÿ’’kanafuu Yohaannis cuphaan Ani Waaqayyo bira hin dhufnee jedhe Afaanii isaan dubatee jira
=nutti lafaa kana,irraa Kiristoos immoo samii irraa jedhee ragaa bahe.

5=โœYohaannis 3:27-31
#Yohaannisis deebisee akkana jedhe: โ€œNamni tokko samii irraa yoo
isaaf kenname malee, waan tokko iyyuu argachuu hin dandau.

#Ani_Kiristoos miti; kan
isa dura
#ergame
sana dha maleeโ€™ jechuu koo isinumti iyyuu dhugaa anaaf baatu.

#Inni misirroo qabu
#hundi dhirsa misirrooti. Michuun dhirsa misirroo sanaa garuu yommuu dhaabatee sagalee
isaa dhagau, sagalee dhirsa misirroo sanaatiin kan kae guddaa gammada. Kanaaf, amma gammachuun koo
guutuu taeera.

#Inni_dabalaa adeemuu qaba; ani immoo #hiracha
(xinnacha) adeemuun qaba.โ€

#Inni(Kiristoos) #oli gubbaadhaa #dhufe warra kaan hunda irra ni #caala.

#Inni(#Yohannis)//Namoonni// #lafaa immoo kan lafaa ti, wantoota lafaas ni dubbata.

#Inni(Kiristoos) #samii #irraa_dhufe warra kaan hunda irra ni #caala
โœkanafuu Yohaannis
akka samii irraa hin dhufnee ibse jira.

โœsamii irraa kan
dhufee๐Ÿ‘‡
โœ=1=Abbaadha
ser.Uum 2:7
โœ=2=Kiristoos
Yohaannis 8:42

Yohaannis 3:31
โœ=3=Affuurra Qulqulluudhaa
Yohaannis 14:26


โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงKiristoos immoo
ani Waaqayyo biraa dhufee jechun isaa =wangeela Yohaannis 1:1,irraa kan jiruu ibsufi
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqi๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ

6=โœYohaannis 1:1๐Ÿ‘‡
Jalqaba
#logoosi ture logoosi Waaqayyoo
wajjin ture;
#logoosi waaqayyo ture.
โžงjechi wajiin jedhuu
abbaa fi Kiristoos bakka tokko akka jiran ibsa

๐Ÿ“kanafu Kiristoos
Abba bira dhufe yeroo jedhu hiikaa kan ibsa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน
#xumura irratti sababa
#Kiristoos ergamaa
jedhameefi Waaqayyo miti yoo,jedhamee.

โžง
#Affuurri Qulqulluun ergama(ergame) erga jedhame immoo Innis Waaqayyo mitii jechuu ta'a
โžงkuni immoo
#soba guddadhaa
โžงKitaabni Qulqulluun
Affuurri Qulqulluu Waaqayyo jedhe jira.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqaa
hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ๐Ÿ‘‰ kutaa - 60-ffยชยช ๐Ÿ‘ˆ๐ŸŒบ
=======//==========
๐Ÿ”บ Gaafi fi Deebi
๐Ÿ”บ Muslimoota
โœ Yohaannis 14:9
Kiristoos akkana jedheen Yaa
#Filiphoos, #yeroo_dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na hin beeknee? Namni ana arge hundi Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, โ€˜Abbaa nutti argisiisiโ€™ jettaโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰ gaaffii isaanii
1=Filiphoos Kiristoos argee malee yoomi Abbaa argee jedhuu.....โ“
============
๐Ÿ”บ Deebii keenya.
1=Kiristoos namni ana argee Abbaa argee jechuun isaa Abbaan foonii nama qaba akkuma koo,kana argitee jechuu isa mitii โŒ
    Sababiin isaa.
A)). Abbaan gonkumaa foonii nama hin uffaanne Affuurra Qulqulluu wajjin iyyuu.
๐Ÿ“๐Ÿ‘‰ Galatiyaa 4:4
Yeroon murteeffame sun yommuu gautti, Waaqayyo
#Ilma isaa isa #dubartii irraa dhalatee fi seera jala ture erge.
= Kanafuu kani nama irraa dhalate Kiristoos qofaa jechudha , iddoo kana irraa Abbaan akka hin dhalane ibseera.
๐Ÿ“๐Ÿ‘‰Luqaas 1:35
Ergamaan (Maleekaan) sunis deebisee akkana ishiidhaan jedhe: โ€œ
#Affuurri_Qulqulluun si irra bua humni Isa Hundaa Oliis si golga. Kanaan kan,kaes mucaan dhalatu Qulqulluu
Ilma Waaqayyoo jedhama
====
โžฉ
Affuurri Qulqulluu sii, irraa bu'a,jedhee malee Affuurri Qulqulluun ni dhalataa hin jennee kanafuu Hafuurri Qulqulluun hin dhalane.

โžฉ ilma Waaqayyo jedhama jedhee malee ,Abbaan ofuma dhalatee ilma ta'a hin jenne.
Kanafuu Abbaan hin dhalane.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…พ gara mataduree keenya deebinaa amma immo.
๐Ÿ‘‰ Kiristoos akkasii jedhe yaa,Filiphoos yeroo dheeraa hanga kana turee akkamitti Ana hin bare jedhe.

๐Ÿ†š Kiristoos akkasi yoo, jedhuu dubbii hikaa kallattii dubbachaa hin jiruu , Sababiin isaa hiikaa kallattiin yoo,taee Filiphoos fi Kiristoos sirriitti wali beekuu
Kanaafuu Filiphoos wanti haara tae tokko illee hin jiru.

ragaa kitaaba
โ“ตโžฉMaatewos 10:3
#Filiphoosii fi Bartolomewos; Toomaasii fi Maatewos isa qaraxa sassaabu; Yaaqoob ilma Alfewoos; akkasumas
Taadewos
โ“ถโžฉYohaannis 1:43
Kiristoos  guyyaa itti aanutti gara Galiilaa dhaquu barbaade.
Achiis
#Filiphoosiin argatee, โ€œDuuka buutuu koo taiโ€ jedheen.

โ“ทโžฉYohaannis 6:5-6
Iyyaasuus(Kiristoos) namoonni hedduun gara isaa yommuu
dhufan oli jedhee ilaalee
#Filiphoosiin, โ€œDaabboo(buddeena) namoonni kun nyaatan eessaa yoo bitne wayya?โ€ jedhe.
Taus kana kan dubbate, Filiphoosiin
#qoruuf malee waan gochuuf yaade #beeka ture.

โ“ธโžฉYohaannis 12:20_21
Namoota bakka ayyaanichaatti waaqeffachuu dhufan keessaa
#Giriikonni tokko tokko jiru turan. Isaanis #Filiphoos isa nama Beetasaayidaa ishii Galiilaa keessa jirtu sanaa dhufetti dhihaatanii, โ€œYaa
gooftaa, Iyyaasus(Kiristoos ) arguu barbaadnaโ€ jedhanii isa gaafachuu jalqaban

โ“นโžฉYohaannis 14:8
#Filiphoosis, โ€œYaa Gooftaa, Abbaa nutti argisiisi; kunumti nu ga'aโ€ jedheen.
========||
๐Ÿ‘‡kanafuu rakkoon Filiphoos maali ture yeroo jennuu
Akkuma Kiristoos foonii uffachuu isaa argee sana Abbaa illee akkuma kanatti arguu qaba jedhiti.nutti argisiisi jedhu Isaat akka yaada Filiphoosiit.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Kanafuu Kiristoos qaaman osoo hin tanee Abbaa fi Kiristoos Waaqummaa isaanii tokko wani tannif ยซ Namni
Ana argitee jechuun abbaa argitee jechuu ibsa.ยป
โžฉ( kutaa -59-ffยชยช )) dubbisa
โžก๏ธ Namni Kiristoos arge Abba argee jechuun kara Waaqummaa qofaan akka taโ€™e ragaa keenya kuno๐Ÿ‘‡

โ“บ๐Ÿ‘‰Yohaannis 1:1-3
Jalqaba
#Logos( ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚) ture; logos (ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚)  Waaqayyoo wajjin ture; logos( ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚) waaqayyo ture.Inni jalqaba Waaqayyoo wajjin ture. Wanti
hundi karaa isaa tae; wanta tae
keessaas isa malee wanti tae tokko illee hin jiru.
======
โžฉJechi inni jalqabaa waajin turee ,wanti hundi karaa isa taโ€™e jedhuu ,wa'ee logos(ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚) dubbachaa jira, kanafuu Kiristoos hundumaa akka Uumee ibsee.
โ“ป๐Ÿ‘‰Yohaannis 1:9-10
Ifichi inni dhugaan akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu, gara addunyaa dhufuuf jedha ture. Inni addunyaa keessa ture,
#addunyaanis_karaa isaa argame; taus addunyaan
isa hin beekne.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰ itti fufi dubbisi ammasi
Kunoo link kan xuqi๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha