🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸

6=✍Yohaannis 1:1πŸ‘‡
Jalqaba
#logoosi ture logoosi Waaqayyoo
wajjin ture;
#logoosi waaqayyo ture.
➧jechi wajiin jedhuu
abbaa fi Kiristoos bakka tokko akka jiran ibsa

πŸ“kanafu Kiristoos
Abba bira dhufe yeroo jedhu hiikaa kan ibsa.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹
#xumura irratti sababa
#Kiristoos ergamaa
jedhameefi Waaqayyo miti yoo,jedhamee.

➧
#Affuurri Qulqulluun ergama(ergame) erga jedhame immoo Innis Waaqayyo mitii jechuu ta'a
➧kuni immoo
#soba guddadhaa
➧Kitaabni Qulqulluun Affuurri Qulqulluu Waaqayyo jedhe jira.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹link kan xuqaa
hordofaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬