๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
โ€ผ๏ธ๐ŸŒปโ€ผ๏ธ qabxii 15 kuni
#foonii_uffachuu Kiristoos fi #Waaqayyo_ta'u Kiristoos kan ibsan____ #Kuta.1.ffaa isaatti

1๐Ÿ‘‰Mat 24:30
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Yeroo sanatti mallattoon
#ilma namaa samii irratti ni mulata;
#saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma isaanii rurrukutu; isaanis
ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
jecha lamaan kanaa irraa wanta lamaa ni hubbata
1โ– jecha ilma nama jedhuu
=ilma namaa jechuun immoo foonii kan uffatee jechuudha
Kanaafuu Kiristoos ani foonii nama kan uffadhe samii irra yeroo dhufuu jecha jira

2โ– saboonni addunyaa hundinuu Gadaan qoomaa isaa rukutuu jecha
=Jechi saboota jechu namoota addunyaa kan irraa jiran yommuu ibsuu
=jechi maalif qooma isaanii rukkutu kan jedhuu immoo, Kiristoos yeroo dhufuu wanii itti murteessuufi
=murteessuu kan danda'u immoo Waaqayyo qofa
Kanaafuu Kiristoos ani Waaqayyo yeroon samii irraa dhufu qoomaa keessan ni rukkutu jecha jira

2๐Ÿ‘‰ luq 24:39-40
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰Ana mataa koo akkan tae
harka koo fi miilla koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa, sababiin isaas akkuma ana irratti argitan kana uumamni hafuuraa foonii fi lafee hin
qabu.โ€ Utuma kana dubbachaa
jiruus,
#harka isaa fi #miilla isaa isaanitti argisiise.

๐Ÿ–•UUmmama hafuuraa jechuun
#eekara jedhama yeroo Tokko nannoo garagaraatti afaan Oromoon
garuu Kiristoos harka fi mila koo qaba ilaala jechuun Kiristoos foonii akka qabu ofuma isaa dubbachaa
hin jiruu โ—๏ธ
๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“

3๐Ÿ‘‰Yoh 1:1--1
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰ Jalqaba Dubbichatu ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture

4๐Ÿ‘‰Yoh 1:14
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰Dubbichi foon taee nu gidduu jiraate; nutis ulfina isa akka ilmi tokkichi Abbaa irraa argatuu tae argineerra; innis gaarummaa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture

5๐Ÿ‘‰ Yoh 6:53-54
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‡Kanaaf
#Iyyaasuus akkana
isaaniin jedhe: โ€œDhuguma dhuguman isiniin jedha,
#foon_Ilma namaa yoo nyaattanii fi #dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin jireenya hin qabdan
๐ŸŒผ Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi
#jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti duaa
isa nan
#kaasa

โ™จ๏ธ dhigaa fi foonii kiyya jechuun isaa foonii fi dhiiga qabachu ibsaa
โ™จ๏ธ namnii dhiiga fi foonii kiyya nyaatee jireenya bara baraa qaba jechuun isaa immoo bara baraan kan nama jirachuu
#Waaqayyo kan biraa hin jiruu
Kanaafuu ani mataan koo,
#Waaqayyo jecha jira

6๐Ÿ‘‰Rom 1:2-3
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒป misiraachoon kun isa Waaqayyo duraan
dursee karaa
#raajota isaa Kitaabota Qulqulluu keessatti abdachiise dha.

โžง Kunis waaee
#ilma isaa isa karaa #foonii #sanyii_Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha

๐Ÿงจ,jechaa matewoos 1:1 irraa siritti ibsee jira
Kuno gara foonii siin jecha jira Phawuloos, ni argita amma

7๐Ÿ‘‰ Rom 9:5
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿงจ Abbootiin kan isaanii turan,
#Kiristoosis akka #fooniitti isaan irraa argame. Waaqayyo inni hundumaa ol jiru bara baraan haa galateeffamu. Ameen..
โžคAbbooti kan jedhamee kan akka Abrahaami,Daawit, yoseef
Taaraa,,,,,,,, gara foonii abbotii irraa jechaa jira

8๐Ÿ‘‰1 Qor 15:45-47
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ€ผ๏ธKanaaf, โ€œ
#Addaam namni jalqabaa, qaama jiraataa taeโ€ jedhamee barreeffameera. #Addaam inni boodaa #Affuura isa #jireenya kennu tae.
๐Ÿ”ˆHaa tau malee,
#qaamni inni jalqabaa isa #Afuuraa sana miti, kanaa mannaa isa #foonii ti. #Qaamni_Afuuraa sana booda dhufe.#Namni
inni jalqabaa
#lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame;
#namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
๐Ÿ“ addaami biiyee ykn lafaa irraa argamee
#Kiristoos garuu samii irra dhufee jedhee jira
Sababa Addaamii lamaffaa jedhamee immoo foonii nama wani uffaatef jechuudha

๐ŸŒนsamii irraa kan jirtuu Waaqayyo malee eenyu, kanafuu Kiristoos Waaqayyo jecha jira siif hin galu amma obboolleessa
Jireenya kan keenuu isaa jecha jira, kanafuu mee,dhugumaa samuu kee, bani ilaalii
๐Ÿ‘‰ ๐Ÿ“๐Ÿ“ jalate dhiistee
๐Ÿ‘‰ ๐Ÿ“๐Ÿ“ Kiristoos Waaqa
Forwarded from Gutema Gelana
๐Ÿ“ Wantoota kana hunda

malees, warri asii gara keetti ceuu barbaadanis tae, namoonni gamaa gara keenyatti ceuu barbaadan akka hin dandeenyetti
#boolli
guddaan tokko gidduu keenya jira.โ€™ Achiis namichi akkana jedhe: Akkana taanaan, yaa abbaa, Alaazaariin gara mana abbaa kootti akka
ergitu sin kadhadha,

ani obboloota
#shan qaba isaanis bakka dhiphinaa kana akka hin dhufneef, inni
guutummaatti dhugaa isaaniif haa bau.โ€™ Abrahaam garuu, โ€˜Isaan
#Musee fi #Raajota qabu, isaaniin haa ,dhaggeeffatanโ€™ jedhe

inni garuu, โ€˜Hin tau, yaa Abrahaamii abbaa,
namni tokko duaa kaee utuu gara isaanii dhaqee yaada ni geddaratuโ€™ jedhe.

Abrahaamii garuu namicha sanaan, โ€˜Isaan Musee fi
Raajota hin dhaggeeffatan taanaan, namni tokko utuu duaa kaee illee hin amananโ€™ jedhe
(Luq 16:19-31)
โ–ฝ..................โ–ฝ
Haataโ€™u adabaa kan kani adaba jiruu Waaqayyo malee Abrahaam yookiin namicha hiyyeessaa sana mitii yokin namicha soreessi sun ofiin,ofi adaba hin jiruu
=ergaa Waaqayyo adabee si'ol keessa taโ€™e akkana jedha
Kanaaf kuni adaba fonni fi lubbuu jedhuudha

โ–ฝ= Namni tokko bakka lubbuu isaa maal kennuu dandaa? (mar:8:37)
โ–ฝ=แˆฐแ‹แˆต แˆตแˆˆ แŠแแˆฑ แ‰คแ‹› แˆแŠ• แ‹ญแˆฐแŒฃแˆ?
(แˆ›แˆญแ‰†แˆต 8:37
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Kakuu haraa keessatii immoo yanni kuni maali fakkaata โ“

โ™จ๏ธ akka
#Yohaannis
cuuphaan jedhuutiiโ™จ๏ธ

1๐Ÿ‘‰
#Loltoonnis, โ€œNuti hoo maali gochuu qabna?โ€
jedhanii isa gaafatan. Innis, โ€œEenyu irraa iyyuu
#humnaan qarshii hin fudhatinaa yookiin eenyuun iyyuu sobaan hin himatinaa; kanaa mannaa #miindaan qabdan isin haa gauโ€ isaaniin jedhe. (Luq 3:14)

๐ŸŒป
#แŒญแแˆฎแ‰ฝแˆ แ‹ฐแŒแˆžแกโ€” แŠฅแŠ› แ‹ฐแŒแˆž แˆแŠ• แŠฅแŠ“แ‹ตแˆญแŒ? แ‰ฅแˆˆแ‹ แ‹ญแŒ แ‹ญแ‰แ‰ต แŠแ‰ แˆญแข แŠฅแˆญแˆฑแˆแกโ€” แ‰ แˆ›แŠ•แˆ แŒแ แŠ แ‰ตแˆฅแˆฉ แˆ›แŠ•แŠ•แˆ แ‰ แˆแˆฐแ‰ต แŠ แ‰ตแŠญแˆฐแˆฑแฅ แ‹ฐแˆ˜แ‹ˆแ‹›แ‰ฝแˆแˆ แ‹ญแ‰ฅแ‰ƒแ‰ฝแˆแก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹
(แˆ‰แ‰ƒแˆต 3:14)
=kanafuu loltootun osoo hin barbaachisu taโ€™e Yohaannis akkan hin jedhuu turee
โ–kitaaba Qulqulluun lolotun biyya akka barbachisu ibsaa
Lololtun seeraan yoo,hojjatee rakkoo hin qabu

โœ=seeran ala namaa yoo,ajjeessee Waaqayyo biratti ni gafaatama
Osoo dinni hin jiruu taโ€™e lololtuu hin barbaachisu turee, lolotun kan barbaachise nagaafi malee wanta biraa mitii, kana nagaa hin barbaanne immo nama hojji Seexanaa hojjatu wani taโ€™ef,yoo,du'e dhiga isaaf isumatu gafatama

๐Ÿ“ =lolotun Tokko nama 1,ykn 20,ykn rukutee seeraan ala yoo,,hojjatee itti gafatama
=๐Ÿ‘‡
๐ŸŒน๐Ÿ’’ kutaa_19 ffยชยช ๐ŸŒน
๐ŸŒนGaaffii fi Deebi ๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ“Musiliimoota๐Ÿ“
โœ Yohaannis 7:34๐Ÿ‘‡
isin na,
#barbaaddu,
garuu na
#hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰ Gaaffii isaanii ๐Ÿ“
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nan hin
#Argatanii ,iddoo inni
Jiruu dhaquu hin dandani
Jedhu.......โ“
๐Ÿ‘‰kanafuu Kiristoos
Akkamitti fannifamee jeetu
Jedhu....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=Deebi keenya =laki
Kiristoos
#fannifamee jira.

๐Ÿ“Ragaa kitaaba Qulqulluu

=1=Yohaannis 2:19_21
Iyyaasuus deebisee
#Mana Qulqullummaa kana #diigaa,
#Anis guyyaa #sadiitti deebisee nan #kasaaโ€ isaaniin jedhe.
Yeroo kanatti
#Yihudoonni, โ€œManni qulqullummaa kun
#waggaa_46tti ijaarame; ati immooguyyaa sadiitti deebistee ijaartaaโ“โ€
jedhaniin.

#inni garuu mana #Qulqullummaa yeroo jedhu, waaee #Qaama
isaa dubbachuu isaa ture.

Kanaaf, yommuu
#inni_duaa_kau
#barattoonni isaa
inni wantoota kana
dubbachaa akka ture yaadatan;
#Kitaaba Qulqulluu fi wanta Kiristoos dubbatettis
ni amanani
๐Ÿ‘‰Qaama kan jedhamee
#Foonii Kiristoos, kanafuu
Ofuma isaa dubbate jira

=2=Yohaannis 3:14
Akkuma
#Museen lafa onaa keessatti #bofa
#fannise, Ilmi namaas #fannifamuu qaba;

=3=matewoos 16:21
#Iyyaasuus yeroo sanaa jalqabee,gara iyerusaalemi dhaquu akka qabu,
maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa
#dhiphina guddaa akka
isa irra geessisan,
akka
#ajjeefamuu fi #guyyaa sadaffaatti #duaa akka kau #barattoota isaatii ibsuu jalqabe.

=4=matewoos 27:40
โ€œAti yaa, isa mana
qulqullummaa
#diigdee guyyaa sadiitti ijaartu nana, ofi oolchi! #Ilma Waaqayyoo yoo taate
fannoo irratti
#fannifamte irraa buiโ€ jedhu turan.

=5=Luqaas 18:31_33
barattoota
#Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: โ€œAmma gara iyerusaalemitti oli ba'aa jirra; wanti #raajonni
#Ilma_namaa ilaalchisee barreessan hundi ni raawwatama.

#Fakkeenyaaf, harka namoota #Yihudoota hin
taanetti dabarfamee kennama, itti qoosama, rakkinni irra ga'a, akkasumas itti tufama

Erga isa
#garafanii booda isa ajjeesu; inni garuu #guyyaa sadaffaatti
duaa ni ka'a.

=6=Luqaas 24:25_27
Kanaaf inni akkana isaaniin jedhe: โ€œisin warra hubannaa hin qabnee fi garaan keessan wanta
#raajonni dubbatan hunda dafee hin hubanne nana!

Kiristoos dhiphinni kun hundi irra gauu fi gara
#ulfina isaatti galuun isaa sirrii mitiiโ“โ€
Achiis
#Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee, wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaee isaa dubbataman hunda isaaniif ibsuu jalqabe.

โ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆ โ—ˆโ—ˆ
๐ŸŒนkanafuu isin na,
#barbaaddu,garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan,yeroo
Jedhuu maali jechuu
Barbade......โ“โ“โ“

๐Ÿฅ€=Deebi isaa
Waaqayyo sami irra
Kan jirtuu. Erga oli bahee
Booda Namooni isa biraa gahuu Hin dandani inni ibidda Wanii taโ€™efi

โ“ต=1ximotewos 6:14_16
hanga
#Gooftaan keenya
#IyyaasuusKiristoos #mulatutti, mudaa fi himata tokko malee ajaja sana eegi;

inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa ta'e sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa.
#Inni_Mootii_moototaa fi #Gooftaa gooftotaa ti;

kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; namni tokko illee
isa argee hin beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.

โ“ถ=Yohaannis 8:21_23
#Ani nan deema, isinis na #barbaaddu, taus #cubbuu keessaniin ni duutu
Bakka ani
#dhaqu isin dhufuu hin dandeessanโ€ isaaniin jedhe.
Achiis
#Yihudoonni,
#Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanโ€™ kan jedhu ofi ajjeesuu barbaadeetii laataโ“โ€ jechuu jalqaban

#Innis(Kiristoos) akkana
isaaniin jedhe:
โ€œ
#isin_gadi irraa ti
#Ani garuu #oli irraa ti
Isin
#addunyaa kana
irraa ti; Ani garuu addunyaa kana
irraa
#miti.

โ“ท=Luqaas 13:31_35
Sa'aatii sanatti
#Fariisonni tokko tokko dhufanii, โ€œHeroodis si ajjeesuu
waan barbaaduuf asii ba'iitii deemiโ€ jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhe: โ€œDhaqaatii
#jeedala sanatti, โ€˜Kunoo ani haraa fi boru jinniiwwan nan baasa, #namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, #guyyaa_sadaffaattis hojii koo nan xumuraโ€™ jedhaatii itti himaa.
โฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏ
๐ŸŒนlink kan fayyadama๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//=====
๐Ÿšน๐Ÿ’’ Dubbisaa๐Ÿ’’๐Ÿ‘‡๐ŸŒ€๐ŸŒ€
Haatau malee,
#raajiin iyerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
Yaa
#iyerusaalem, yaa iyerusaalem, #raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti
walitti qabdu sia meeqan ijoollee kee sassaabuu barbaade! Isin garuu
hin barbaadne.

Kunoo, manni
keessan isiniif kan dhiifame taa. Ani
isinitti nan hima, โ€˜Inni
#maqaa Waaqayyootin dhufu eebbifamaa dha!โ€™ hanga jettanitti matumaa #ana hin argitan.โ€

โ“ธ=Luqaas 17:22_24
Achiis barattoota isaatiin akkana jedhe: โ€œYeroon isin guyyoota
#Ilma namaa keessaa isa tokko #arguu itti hawwitan ni dhufa; garuuhin argitan.

Namoonnis, โ€˜Kunoo
achi jira!โ€™ yookiin โ€˜Kunoo
as jira isiniin jedhu. Isin garuu hin dhaqinaa yookiin isaan duukaa hin buinaa.

Akkuma
#bakakkaan kutaa #samii isa tokkoo hamma kutaa samii
isa kan biraatti ibsu,
#guyyaa Ilmi namaa itti mulatus akkasuma ni ta'a.


๐Ÿฅ€gaaffii kan Kiristoos
Duukaa bu'oota isa wajiin
Dubbate turee.

โฉ=Yohaannis 13:32_34
Waaqayyo ulfina isaaf kenna; inni yeruma
sana isaaf ulfina ni kenna.

Yaa
#ijoolle, ani yeroo gabaabaadhaaf isinii
wajjin jira.
#Isin na barbaaddu; akkuma ani Yihudootatti, โ€˜Isin #bakka
ani dhaqu dhufuu hin dandeessanโ€™
jedhee dubbadhe, amma immoo isinittis nan dubbadha.

Akka isin
#wali jaallattaniif ajaja haaraan isiniif
kenna; akkuma ani isin jaalladhe, isinis wal jaalladhaa

โฉ=Yohaannis 13:36_37
#Simoon Pheexiros, โ€œYaa Gooftaa eessa dhaqxaโ“โ€ jedheen. #Iyyaasuus deebisee, โ€œBakka ani dhaqutti ati #amma na duukaa bu'uu hin dandeessu, booda garuu na duukaa buutaโ€
jedhe.
#Pheexirosis, โ€œYaa Gooftaa, ani amma maaliifan si duukaa
bu'uu hin dandau?
Ani siif jedhee
#lubbuu koo illee dabarsee nan kennaโ€ jedheen.

โฉ=Yohaannis 14:2_4
#Mana Abbaa koo keessa iddoon jireenyaa hedduun jira. Iddoo isiniif #qopheessuu waanan deemuuf, kun utuu ta'uu baatee isinitti
nan himan ture.
Anis dhaqee ergan iddoo isiniif qopheessee booda, isinis
#iddoo ani jiru akka taataniif deebiee dhufeen iddoo ani jirutti isin fudhadha.
Iddoo ani dhaqus
karaa isaa ni beektu.โ€
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
๐ŸŒนyeroo xumura immoo
Namoonni Amantii sirrii
Fi hojji gaarii jiratani
Gara mootummaa sami
Ni argatu yeroo sana.
Kiristoos wajjjin jiratuu.

โ“ต=Mulโ€™ata 22:2_5
#Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa #teessoon #Waaqayyoo fi tees๏ฟพsoon #Hoolichaa magaalattii keessataa, #garboonni Waaqayyoos #tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan fuula isaa ni argu;
#maqaan isaas
#adda isaanii irratti ni #barreeffama.
Kana boodas achi keessa halkan hin jiru; Waaqni keenya Waaqayyo ifa
waan isaan irratti ibsuuf, ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaanis
#baraa hamma bara baraatti mootota taanii ni bulchu.

โ“ถ=Ibroota 12:22
#Isin garuu, Gaara #Tsiyoonii fi magaalaa
Waaqayyo jiraataa, jechuunis
#iyerusaalem ishii samiitti dhihaattaniittu;
akkasumas
#maleekota kumaatama lakkawamu
Hin dandeenyiti.
===============
๐ŸŒนlink kan fayyadama๐Ÿ“
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ=====
๐ŸŒนkutaa-102-ffaa.๐Ÿ‘ˆ
โžปGaaffii fi Deebii Muslimoota.
โœYohaannis 1:25
isaan โ€œAti #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?โ€ jedhanii isa gaafatan.
1=โžป #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu๐Ÿ˜‚โ“
โžงsababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa ๐Ÿ‘‡
โžŠโžง #Kiristoos dhufee jira๐Ÿ’ฏ
โž‹โžง #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu๐Ÿ’ฏ
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.โ€ Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taสผuu isaa hubatan
โžงkanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
๐Ÿ™‹โ€โ™€ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi ๐Ÿ‘ˆ
โžŒโžป #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuuโŒ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒทDeebii keenya๐Ÿ‘‡
โžŠโžปEeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jiraโฃ๏ธ
โž‹โžปEeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jiraโฃ๏ธ
โžŒโžปEeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos โฃ๏ธ

๐ŸŒท #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Mooโ“ Muhammadi kani jedhuu irrattiโ“

โœ #Qabxiwwan_Tokkoffaan
โžป #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani ยซ Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi ๐Ÿ‘ˆ
๐ŸŒนKanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
โžŠโžปKiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)๐Ÿ“#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaสผumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
โžปinni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
โž‹โžป bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)๐Ÿ“#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: โ€œIsin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
โžŒโžปRaaji #Muhammadi yoomi cuuphee โŒ yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne โŒ
๐Ÿ˜ณ kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok๐Ÿ‘Œ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœ#Qabxiiwwan_lammaffaan
โฃ๏ธKanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
โžปFakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)

โž‹โžป Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo ยซAfuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.๐Ÿ‘‡
C)๐Ÿ“#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.

โžŒโžปKani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa๐Ÿ‘‡
D)๐Ÿ“#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaสผuu qabda.
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‰ dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1โžปTokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).๐Ÿ“#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)๐Ÿ“ #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaสผee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2โžปlamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)๐Ÿ“ #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos Naatnaaสผelin argee, โ€œIsa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaสผee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaสผee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerraโ€ jedheen.
โžŒโžป Sadaffaan inni suni kiristoos jedhe jira #Pheexiroos
H)๐Ÿ“#Hoji_Duka_buota 3:20-22
kunis akka inni #Kiristoos isiniif filatame sana jechuunis #Iyyaasus erguuf. Innis hamma yeroon Waaqni itti waan hunda iddootti deebisu sun gaสผutti #samii_irra_turuu_qaba; Waaqnis bara dheeraadhaan dura karaa #raajota isaa #qulqullootaatiin waan kana dubbatee ture.

#Museen akkana jedheeraatii; โ€˜Waaqni keessan Gooftaan #sabuma keessan keessaa #raajii akka #kootii tokko isinii kaasa; isinis waan inni isinitti himu hunda dhagaสผaa.
โžโžปafuraffaa immoo inni suni Kiristoos jedhee #Isxifaanos
I)๐Ÿ“ #Hoji_Duka_Buota 7:37
#Museen kun isuma saba Israaสผeliitiin, โ€˜Waaqni sabuma keessan keessaa raajii akka kootii tokko isinii kaasaโ€™ jedhe sanaa dha.
โฃ๏ธhanga ammatti dhimmi kuni Kiristoosif akka taโ€™e hubbanne jira raajicha kani jedhame Kiristoos.๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ
๐Ÿ”ˆ kuni hundii isaa waee muhammadi osoo hin tanne waa'ee Kiristoos akka taโ€™e ifa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐Ÿ”บamma immoo #soba_Muslimoota isaanii ni saaxila๐Ÿ”–๐Ÿ›ฅ๐Ÿ‘‡
1= #Muhammadi iddoo sanatti Musee anaafi dubbate hin jennee โŒโš ๏ธ
2= #Namoonni yeroo muhammad keessa jiraatan illee Musee waee muhammad dubbate iddoo kanatti hin jennee โŒโš ๏ธ
3= #Kitaabni Musee iyyuu badee hin jiruu jedhanii *amma immoo kitaaba keenyaa fudhatan akkamitti akkasii jedhamaโŒโš ๏ธ
4= #Allaha maatan isaa iyyuu muhammadin Musee waee kee siif bareesse hin jennee โŒโš ๏ธ
5=muhammadi eenyu #cuuphe beeka yookiin yoomi cuuphame mee โŒโš ๏ธ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž
๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐š’๐š–๐š–๐š˜๐š˜ ๐š›๐šŠ๐šŠ๐š“๐š’๐š๐š‘๐šŠ ๐š“๐šŽ๐šŒ๐š‘๐šž๐šž๐š— ๐šŠ๐š”๐š”๐šž๐š–๐šŠ ๐š›๐šŠ๐šŠ๐š“๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐šœ๐šŠ๐š—๐šŠ ๐š–๐š’๐š๐š๐š’.
โžŠโžป๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ #๐šŠ๐š๐š๐šž๐š—๐šข๐šŠ ๐š๐šž๐š›๐šŠ ๐š๐šž๐š›๐šŽ (๐šข๐š˜๐š‘ 17:5). Kanaafuu rajooni bira kami addunyaa duraa kani ture โ“
โž‹โžป๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ #๐šœ๐šŠ๐šŠ๐š–๐š’ ๐š’๐š›๐š›๐šŠ ๐š๐š‘๐šž๐š๐šŽ (๐šข๐š˜๐š‘ 6:62)
Raajoota keesaa kami samii irraa kani dhufee โ“
โžŒโžป๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐š ๐šŠ๐š—๐š๐šŠ ๐š‘๐šž๐š—๐š๐šž๐š–๐šŠ #๐šž๐šž๐š–๐š–๐šŽ๐šŽ ๐š“๐š’๐š›๐šŠ (๐šข๐š˜๐š‘ 1:10)
Raajoota keessa eenyu hunda kani Uumee โ“
โžโžปKiristoos #Alfa fi omegadha (Mulโ€™ata 22:13)
Raajoota keessa eenyu alfa fi omega kani jedhamee โ“
โ ๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ ๐™ง๐™–๐™–๐™Ÿ๐™ž๐™™๐™๐™– ๐™Ÿ๐™š๐™˜๐™๐™ช๐™ช๐™ฃ ๐™›๐™–๐™ ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™– ๐™ข๐™ช๐™จ๐™š๐™š ,๐™™๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž๐™š๐™ก.. ๐™ง๐™–๐™–๐™Ÿ๐™ž ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™™๐™ช๐™—๐™—๐™ž๐™จ๐™ช ๐™ž๐™จ๐™–๐™– ๐™ฎ๐™ค๐™ค๐™ ๐™ž๐™ฃ #๐™—๐™ช๐™ง๐™ฆ๐™–๐™– ๐™ง๐™–๐™–๐™Ÿ๐™ž ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™ช๐™ช ๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ ๐™Ÿ๐™š๐™˜๐™๐™ช๐™ช๐™™๐™๐™–.

๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž #๐‘ก๐‘’๐‘™๐‘’๐‘”๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘š๐‘Ž ๐‘˜๐‘œ๐‘ก๐‘Ž๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha