🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹ibidda fuudhi
βžͺβ–½ αŠ₯αˆ³α‰΅ α‹αˆ°α‹΅
=Raji _Hisqi'el 10:6
=αˆ•α‹α‰…αŠ€αˆ 10:6
βœ§β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬βœ§
♨️Bagaa_Geessan(19)
Ayyaanna Ergama Qulqulluu
Gabra'el..

βžͺgochaa dinqisiisaa Ergama
Gabra'el hojjatee keessa muraasa isaa
βžͺeebbi isaa hundumaa keenya wajjin Haata’u Ameen.

=♨️ ✦ ibida fudhi
✦βžͺjecha kan kana dubbatee Waaqayyo dha
✦βžͺibidda immoo kan fudhuu eegama
Gabra'eli dha
✦βžͺ dubbi kan immoo kan dhaga'e Hisqi'el

β–½βžͺ Haata’u malee
#Gabra'eeli tti ibidda kan keenne immoo kirubeelii,, #kirubeelii irraa harka guutuu fudhe, Gabra'eelin
isaa booda Waaqayyo ibidda samii irraa namoota gadi facaasi jedheenii

✦=
Gabra'eelin garuu yeroo kanaa akka Waaqayyo jedhee sana hin goonee hanga waggaa 7 tti ibidda harkaa isatti qabatee
✦ =Kana irratti ergamoonni hanga namaf Waaqayyo kadhatanii ibsaa malee yeruma sana ibidda gadi lakkisuu ni danda'a turee,garuu innii akkasii hin gone (his 10:1-15)

βžͺiddoo ibidi itti gadi lakkifamuu Iyarusalemi ykn (Israa'el) turee* namoota gochaa hamma hojjatan irratti

♨️ Sababin isaa yeroo sanatti cubbu guddaa hojjatan

1βžͺwarri
#dhiraa namoota 70 ta'an xaawotti waaqeessa
(his:8:11)
2βžͺ namoonni 25 kan ta'an
#aduu,dhaf,sagadan
(his 8:16)

3βžͺdubartoonni immoo xaawoti maqaa isaa
#Tamuzi jedhamuu waqeessan,isaafi bo'aan
( his:8:14)
4βžͺnamoota baay'ee wani ajjeessanif
(his 8:12,9:6

5βžͺWaaqayyo mallattoo argisiisuu didee wanii jedhaniif
(his 9:9)
6βžͺbiqiltuu baala qabu muranii
#urgooftuu jedhanii ishii,funyaan isanitti godhan waqeessan,
(his 8:17)
✍=ergaa isaan kan godhanii Waaqayyo ergamoota 7 isanitti erge
1βžͺErgama Qulqulluu Mikaa'el
2βžͺErgama,Qulqulluu
Gabra'el.
3βžͺErgama Qulqulluu ura'el
4βžͺErgama Qulqulluu Ruufa'el
5βžͺErgama Qulqulluu fanuel
6βžͺErgama Qulqulluu saquel
7βžͺErgama Qulqulluu Afani'.

βžͺWaaqayyo ergamoota kan dura ergamaa
Gabra'el ergee namoota hojjii gaarii hojjatan fi hin hojjanne addaan basi mallattoo itti godhi,jedhee isaa,booda
Ergamonni 6 hafan namoota hedduu ajjeesan,.
isaa booda,Waaqayyo yeroo lamaffaa ibida samii irraa itti gadi facasi jedhee haala kan turee
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Kanaaf adaba isaan irraa gahee
1 ➀
#harki hundinuu dadhabaa in ta'a,humni hundinuus akka bishaan in ta'a (hiq 7:17)
=
#αŠ₯αŒ… αˆαˆ‰ α‰΅α‹°αŠ­αˆ›αˆˆα‰½ αŒ•αˆα‰ α‰΅αˆ αˆαˆ‰ αŠ₯αŠ•α‹° α‹αŠƒ α‰΅α‰€αˆαŒ£αˆˆα‰½
(αˆ•α‹α‰…αŠ€αˆ 7 :17)
2➀cubbuu isaanii gufuu isaanitti ta'eef,
#nyaatanii beela hin ba'an, garaa isaaniis hin gutamuu (his 7:19)
=αŠ₯ርሱ α‹¨αŠƒαŒ’αŠ α‰³α‰Έα‹ α‹•αŠ•α‰…α‹α‰΅ αˆ†αŠ–αŠ αˆαŠ“ αˆ°α‹αŠα‰³α‰Έα‹αŠ• αŠ α‹«αŒ αŒα‰‘αˆ
#αˆ†α‹³α‰Έα‹αŠ•αˆ αŠ α‹­αˆžαˆ‰αˆ
(αˆ•α‹α‰…αŠ€αˆ 7 :19)
3βž€β€œAla seefi jira, keessa immoo dha'ichaa fi beelatu jira; isa ala jiru seefin in ajjeesa, isa magaalaa keessa jiru beellii fi dha'ichi in fixa(his 7:15)t
=
#αˆ°α‹­α α‰ α‹αŒ­ α‰ΈαŠαˆαˆ­αŠ“ ራα‰₯ α‰ α‹αˆ΅αŒ₯ አለፀ α‰ αˆœα‹³ α‹«αˆˆα‹ α‰ αˆ°α‹­α α‹­αˆžα‰³αˆα₯ α‰ αŠ¨α‰°αˆ›αˆ α‹«αˆˆα‹αŠ• #α‰ΈαŠαˆαˆ­αŠ“ ራα‰₯ α‹­αˆαŒα‰³αˆ(αˆ•α‹α‰…αŠ€αˆ 7:15)
4➀ isaan
#nagaa in barbaadu; garuu nagaan tokko illee hin jiru
(His 7:25)
= αŒ₯ፋቡ መαŒ₯α‰ΆαŠ αˆ
#αˆ°αˆ‹αˆαˆ α‹­αˆ»αˆ‰ αŠ₯ርሱም αŠ α‹­αŒˆαŠαˆ (αˆ•α‹α‰…αŠ€αˆ 7:25)
5➀
#badiisi badiisa irratti dabalama, #oduunis oduu duukaa bu'u, isaan raajii biraa mul'ata in barbaaddatu; garuu seerri luboota harkaa, gorsis jaarsolii harkaa in bada(his 7:26)
=
#α‹΅αŠ•αŒ‹αŒ€ α‰ α‹΅αŠ•αŒ‹αŒ€ αˆ‹α‹­ α‹­αˆ˜αŒ£αˆα₯ #α‹ˆαˆ¬αˆ α‹ˆαˆ¬α‹αŠ• α‹­αŠ¨α‰°αˆ‹αˆα₯ αŠ¨αŠα‰’α‹©αˆ α‹˜αŠ•α‹΅ αˆ«α‹•α‹­αŠ• α‹­αˆ»αˆ‰α€ #αŠ¨αŠ«αˆ…αŠ‘αˆ α‹˜αŠ•α‹΅ #α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅α₯ αŠ¨αˆ½αˆ›αŒαˆŒα‹Žα‰½αˆ α‹˜αŠ•α‹΅ ምክር α‹­αŒ α‹αˆ(αˆ•α‹α‰…αŠ€αˆ 7:26)
6➀isin seefi sodaattaniittu; anis seefi isinitti nan fida” jedha
#Waaqayyo gooftaan kana
dubbateera(his 11:8)
=
#αˆ°α‹­ααŠ• αˆαˆ­α‰³α‰½αŠ‹αˆ αŠ₯αŠ”αˆ αˆ°α‹­ααŠ• αŠ αˆ˜αŒ£α‰£α‰½αŠ‹αˆˆαˆα₯ α‹­αˆ‹αˆ αŒŒα‰³ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­
(αˆ•α‹α‰…αŠ€αˆ 11:8)t
🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Tolumaan waaqyyoo
#guddaa waaniin ta’ef immoo dhifama isaniif godhee jira

1➀Egaa isaan deebi'anii xaawoti tolfamoo fi wanta
#xurawa hundumaa achi keessaa in baasu
Ani
#laphee_haaraa isaaniif nan kenna; #Affuura haaraas isaan keessa nan kaa'a; #laphee isa akka #dhagaa isaan keessaa baasee laphee isa akka #foonii isaaniif nan kenna
(his 11:18-19)
=πŸŒ»α‹ˆα‹°α‹šα‹«αˆ α‹­αˆ˜αŒ£αˆ‰α₯
#αŒΈα‹«α‰αŠ•αŠ“ αˆ­αŠ©αˆ±αŠ•αˆ ነገር αˆαˆ‰ ከαŠ₯αˆ­αˆ΅α‹‹ α‹«α‹ˆαŒ£αˆ‰α’

በቡαŠ₯α‹›α‹œαˆ α‹­αˆ„α‹± α‹˜αŠ•α‹΅ ααˆ­α‹΄αŠ•αˆ α‹­αŒ α‰₯α‰αŠ“ α‹«α‹°αˆ­αŒ‰ α‹˜αŠ•α‹΅ αŠ αŠ•α‹΅ ልα‰₯ αŠ₯αˆ°αŒ£α‰Έα‹‹αˆˆαˆα₯ α‰ α‹αˆ΅αŒ£α‰Έα‹αˆ
#αŠ α‹²αˆ΅ αˆ˜αŠ•αˆαˆ΅ αŠ₯ሰጣለሁα₯ ከαˆ₯αŒ‹α‰Έα‹αˆ α‹αˆ΅αŒ₯ #α‹¨α‹΅αŠ•αŒ‹α‹©αŠ• ልα‰₯ αŠ α‹ˆαŒ£αˆˆαˆ #የαˆ₯αŒ‹αŠ•αˆ ልα‰₯ αŠ₯αˆ°αŒ£α‰Έα‹‹αˆˆαˆ αŠ₯ነርሱም αˆ•α‹α‰₯ α‹­αˆ†αŠ‘αŠ›αˆ #αŠ₯αŠ”αˆ αŠ αˆαˆ‹αŠ­ αŠ₯αˆ†αŠ“α‰Έα‹‹αˆˆαˆ (αˆ•α‹α‰…αŠ€αˆ 11:18-20)
2➀ isaan akka seerrata kootti in adeemu, wanta na duratti Qulqulluu ta'es in eegu isaan
#saba koo in ta'u, anis #Waaqayyo isaanii nan ta'a
(his 11:20)
βœ¦β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬βœ¦
Kadhannaa Qulqulloota humna qaba wanii ta’ef
Eebbi Qulqulleeti
#Iyaaluxa fi Qirikoosii nu,fanaa Haata’u
Ameen
πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha