πΉibidda fuudhi
βͺβ½ α₯α³α΅ αα°α΅
=Raji _Hisqi'el 10:6
=ααα α€α 10:6
β§β¬β¬β¬β¬β¬β¬β§
β¨οΈBagaa_Geessan(19)
Ayyaanna Ergama Qulqulluu
Gabra'el..
βͺgochaa dinqisiisaa Ergama
Gabra'el hojjatee keessa muraasa isaa
βͺeebbi isaa hundumaa keenya wajjin Haataβu Ameen.
=β¨οΈ β¦ ibida fudhi
β¦βͺjecha kan kana dubbatee Waaqayyo dha
β¦βͺibidda immoo kan fudhuu eegama Gabra'eli dha
β¦βͺ dubbi kan immoo kan dhaga'e Hisqi'el
β½βͺ Haataβu malee #Gabra'eeli tti ibidda kan keenne immoo kirubeelii,, #kirubeelii irraa harka guutuu fudhe, Gabra'eelin
isaa booda Waaqayyo ibidda samii irraa namoota gadi facaasi jedheenii
β¦=Gabra'eelin garuu yeroo kanaa akka Waaqayyo jedhee sana hin goonee hanga waggaa 7 tti ibidda harkaa isatti qabatee
β¦ =Kana irratti ergamoonni hanga namaf Waaqayyo kadhatanii ibsaa malee yeruma sana ibidda gadi lakkisuu ni danda'a turee,garuu innii akkasii hin gone (his 10:1-15)
βͺiddoo ibidi itti gadi lakkifamuu Iyarusalemi ykn (Israa'el) turee* namoota gochaa hamma hojjatan irratti
β¨οΈ Sababin isaa yeroo sanatti cubbu guddaa hojjatan
1βͺwarri #dhiraa namoota 70 ta'an xaawotti waaqeessa
(his:8:11)
2βͺ namoonni 25 kan ta'an #aduu,dhaf,sagadan
(his 8:16)
3βͺdubartoonni immoo xaawoti maqaa isaa #Tamuzi jedhamuu waqeessan,isaafi bo'aan
( his:8:14)
4βͺnamoota baay'ee wani ajjeessanif
(his 8:12,9:6
5βͺWaaqayyo mallattoo argisiisuu didee wanii jedhaniif
(his 9:9)
6βͺbiqiltuu baala qabu muranii #urgooftuu jedhanii ishii,funyaan isanitti godhan waqeessan,
(his 8:17)
β=ergaa isaan kan godhanii Waaqayyo ergamoota 7 isanitti erge
1βͺErgama Qulqulluu Mikaa'el
2βͺErgama,Qulqulluu Gabra'el.
3βͺErgama Qulqulluu ura'el
4βͺErgama Qulqulluu Ruufa'el
5βͺErgama Qulqulluu fanuel
6βͺErgama Qulqulluu saquel
7βͺErgama Qulqulluu Afani'.
βͺWaaqayyo ergamoota kan dura ergamaa Gabra'el ergee namoota hojjii gaarii hojjatan fi hin hojjanne addaan basi mallattoo itti godhi,jedhee isaa,booda
Ergamonni 6 hafan namoota hedduu ajjeesan,.
isaa booda,Waaqayyo yeroo lamaffaa ibida samii irraa itti gadi facasi jedhee haala kan turee
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Kanaaf adaba isaan irraa gahee
1 β€ #harki hundinuu dadhabaa in ta'a,humni hundinuus akka bishaan in ta'a (hiq 7:17)
= #α₯α αα α΅α°αααα½ ααα α΅α αα α₯αα° αα α΅ααα£αα½
(ααα α€α 7 :17)
2β€cubbuu isaanii gufuu isaanitti ta'eef, #nyaatanii beela hin ba'an, garaa isaaniis hin gutamuu (his 7:19)
=α₯αα± α¨αα’α α³αΈα ααα αα΅ ααα αα α°ααα³αΈαα α α«α αα‘α #αα³αΈααα α αααα
(ααα α€α 7 :19)
3β€βAla seefi jira, keessa immoo dha'ichaa fi beelatu jira; isa ala jiru seefin in ajjeesa, isa magaalaa keessa jiru beellii fi dha'ichi in fixa(his 7:15)t
= #α°αα α αα αΈαααα α«α₯ α αα΅α₯ α αα€ α αα³ α«αα α α°αα ααα³αα₯ α α¨α°αα α«ααα #αΈαααα α«α₯ αααα³α(ααα α€α 7:15)
4β€ isaan #nagaa in barbaadu; garuu nagaan tokko illee hin jiru
(His 7:25)
= α₯αα΅ αα₯αΆα α #α°ααα αα»α α₯αα±α α αααα (ααα α€α 7:25)
5β€ #badiisi badiisa irratti dabalama, #oduunis oduu duukaa bu'u, isaan raajii biraa mul'ata in barbaaddatu; garuu seerri luboota harkaa, gorsis jaarsolii harkaa in bada(his 7:26)
= #α΅ααα€ α α΅ααα€ αα ααα£αα₯ #αα¬α αα¬αα αα¨α°ααα₯ α¨αα’α©α ααα΅ α«ααα αα»αα€ #α¨α«α αα ααα΅ #α΅αα αα΅α₯ α¨α½ααααα½α ααα΅ ααα αα αα(ααα α€α 7:26)
6β€isin seefi sodaattaniittu; anis seefi isinitti nan fidaβ jedha #Waaqayyo gooftaan kana
dubbateera(his 11:8)
= #α°ααα ααα³α½αα α₯αα α°ααα α αα£α£α½αααα₯ ααα αα³ α₯ααα α₯αα
(ααα α€α 11:8)t
π»π»π»π»π»π»
Tolumaan waaqyyoo #guddaa waaniin taβef immoo dhifama isaniif godhee jira
1β€Egaa isaan deebi'anii xaawoti tolfamoo fi wanta #xurawa hundumaa achi keessaa in baasu
Ani #laphee_haaraa isaaniif nan kenna; #Affuura haaraas isaan keessa nan kaa'a; #laphee isa akka #dhagaa isaan keessaa baasee laphee isa akka #foonii isaaniif nan kenna
(his 11:18-19)
=π»αα°αα«α ααα£αα₯ #αΈα«ααα αα©α±αα ααα αα α¨α₯αα΅α α«αα£αα’
α α΅α₯ααα ααα± ααα΅ ααα΄αα αα α₯αα α«α°αα ααα΅ α αα΅ αα₯ α₯α°α£αΈαααα₯ α αα΅α£αΈαα #α α²α΅ αααα΅ α₯α°α£ααα₯ α¨α₯ααΈαα αα΅α₯ #α¨α΅ααα©α αα₯ α αα£αα #α¨α₯ααα αα₯ α₯α°α£αΈααα α₯ααα±α ααα₯ ααααα #α₯αα α ααα α₯αααΈααα (ααα α€α 11:18-20)
2β€ isaan akka seerrata kootti in adeemu, wanta na duratti Qulqulluu ta'es in eegu isaan #saba koo in ta'u, anis #Waaqayyo isaanii nan ta'a
(his 11:20)
β¦β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¦
Kadhannaa Qulqulloota humna qaba wanii taβef
Eebbi Qulqulleeti #Iyaaluxa fi Qirikoosii nu,fanaa Haataβu
Ameen
π@haadha_Waaqa_naJaladha

πΉifni #Adeessa akka
ifa aduu ni ifa
ifni #aduu akka ifa
guyyaa 7 tti
dacha 7 ni ifa
β #α¨α¨α¨α α₯ααα
α₯αα° ααα α₯ααα
#α¨αααα α₯ααα α₯αα°
α°α£α΅ αα α₯ααα α°α£α΅
α₯α₯α αααα
=βΉRaaji-Isay 30:26
=βΉα’α³αα«α΅ 30:26
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
TULLUU=Tabori
Kuta -3 ffaa
β¨οΈ guyyaa kan Kiristoos
Tullu dheeraa Tabori oli
bahe jira Sababin inni
Tullu Tabori oliBahee
=1π iccitii heddun
isaa Tullu oli dheeraa
irra akka taβe seera oritti
keessa jira
β΄Fakkeenyaaf
β1=Adaamaa jalqabaa
iddoon inni qubatee
(seera.Uumam 2:8)
β2=Dooni Noohi
Tulluu dheeraa irraa
qubatee jirti
(seera.Uumama 8:4)
β3=Abrahaami ilma
isaa Arasa itti dhiyeesse
Tullu dheeraa irra turee (seera.Uumama 22:2)
β4=Yaaqoobi yeroo
jalqabaa Waaqayyo
rafee. BEETEL Tulluu
dheera iirra
(seera.Uuma 28:12)
β5=iddoo lubni
Malkiseedeq i
Asara itti dhiyeesse
turee
(seera.Uumama 14:19)
β6=Musen Tulluu
dheeraa irratti seera
fudhatee turee
(seera.Bau34:28
=β Tulluu dheeraan
yookiin gaara Fakkeenyi
isaa mana Kiristiyaanaa
ni fakkama
β Fakkeenya Qofa taβe hafee,mitti isuma dhuga
taβe dha
β¨οΈβ΄mana Kiristiyaanaa
kan caaluu Kiristoos
guyyaa kan gara mana Kiristiyaanaa dhufe
Jira
βakkuma inni jedhee
πΎAni garuu isinitti
nan hima,
#Mana qulqullummaa
irra kan caalu as jira
=Mat 12:6
πΎβΉααα αα α₯αα½ααα
#α¨αα α°α΅ α¨αα αα₯
α¨αα α α
=αα΄αα΅ 12:6
β¨οΈ sababin Gara Tullu
oli bahee seera oriritti
osoo hin cabsin
oli bahe
β=akkuma inni
jedhee
πAni seera raajoota
diguuf hin dhufnee
jajjabeessuf malee
jedhee jira
βΌοΈ ifni adeessa akka
ifa aduu ni ifa jechun
"gargartoota yookiin
Arditti yookiin
Abboota 72 jechudha
= #Adeessi fakkeenya
Abboota 72 ni taβu
(Luq 10:1)
=Fakkeenyi #aduu
du'aa bu'oota 11
Mat 10:4-6)
=12+72+36=120
βΉHDB 1:15 Dubbisa
β¦ifni addeessa akka
ifaa aduu ni ifa
jechuun
#Kabajni fi hojjin
Abboota 72 akka
duuka bu'oota 12
ni ta'a jechuudha
β¦ifni #aduu,akka
ifaa guyyaa 7 ni caala
jechuun Ifni dukaa
bu'oota Yeroo
Kiristoos Tulluu
Taboor irraa oli bahee
sana duuka bu'ooni
argani jiruu
β Haaluma kan
duuka bu'oota 3
πPheexiroos,
πYaaqoob
πYohaannis
Duuka buoonni
hundinuu aduu
ni fakkeeffamu
β¨οΈAkka adu guyyaa
7 ni ifu,dachaa ni ta'u
jechuun
βduuka bu'oota Tullu
Tabor irraa turan 3
sana caala
#Duuka,bu'oota osoo
Tulluu oli hin bahin
hafaan iccitiin tullu
Tabor ifaa taβe jira
βWarri Tullu Tabori
oli hin bahin hafan
isaa kan turee
1π Indiriyaas
2πFiliphoosii
3πBartolomewos
4πToomaasii
5πMaatewos
isa qaraxa
sassaabu
6πYaaqoob
ilma Alfewoos
7πTaadewos
8πSimoon
isa hinaafticha
yookin Naatinael
9πYihudaa
Asqorotuu isa
yeroo booda
Kiristoos dabarsee
β¨οΈ icciitti kan barattoota
11 Ni beeku garuu hundi
isaan hin bareessine
Malee
πΌ kan bareessan
βmaatewos
βmarqoos
βLuqaas
βPhexiroos
β¦β¦β¦β¦β¦β¦β¦
namoonni iccitii
kuni ifaa taβe immoo
namoota 83 turee
=11+72=83
RAAJI_iSAAYASA
30:26 irraa kan jiru
Hikni isaa kan turee
2 far_Daawit 88/89:12
ilaala Amma immoo
β #Kabba fi #kibbaa
situ uume tulluun
#Taaborii fi tulluun Hermoonemin maqaa
keetti in gammadu"
=β #α°ααα α°α‘α₯α α αα°
#αα αα α³α¦αα α ααααα
α α΅αα α°α΅ αααΈαα
β΄=αααα 88/89:12)
β¨οΈ Maalif kibba fi kabba
Qofa ta'e___β
β¨οΈ Tulluu kuni laman
maalif gammadu_β
β¨οΈMaqaan Kiristoos
Tullu illee ni
gammachiisa
Jechudha
=sa'aati yoo,qabatanii
Kitaabolee kan Dubbisa
1βFar_Daawiit 133:3
2βFar _Daawit 98:8
3βAbboti murti 4:6
4βkitaaba_Iyyaasu
12:1,19:22
5βseera.keessa deebi
3:8-9
6βkitaaba iyyoobi
26:7
β΄=kutaa 4 ffaa jira
β¨οΈ link kan kan iirra
barumsa yeroo darbee
Ni argatuπ
β΄@haadha_Waaqa_naJaladha
β¨οΈ yaada yoo,
qabatanii Immoo
gara kan koota π
= @Gutema123

π³ kutaa -62-ffΒͺΒͺ...π³
πΊgaaffii fi Deebi
πΊMuslimootaπΌ
βYohaannis 14:12
Dhuguma dhuguman
isiniin jedha, namni #Anatti amanu #hundi hojii ani hojjedhus ni hojjeta Ani gara Abbaa waanan dhaquuf inni hojii kana irra #caalus ni hojjeta.
======||
β‘οΈ gaaffii isaanii
1=Kiristoos erga Waaqa taβe namni akkamitti isaa amanuu isaa caala hojjachuu danda'u jedhuu...β
========||Γ
πDeebi keenya
βEeyyee inni Waaqa.
π³ kaaku durii keessatti namoota Waaqayyo caala hojii dinqii hojjataani jiruu ,namoonni kunis Waaqayyotti wani amananiif.
πFakkeenyaaf
1βIyyaasu ilma nawe
2βEliyaas raajicha
3βIsayaas raajichaa
β΅β©Kitaba iyyaasu 10:12-13
Yeroo waqayyon Israaelota duratti Amoorota injifatetti
Iyyaasuun Israaelota duratti waqayyodhan akkana jedhe Yaa #aduu, Gibeon irratti
dhaabbadhu Yaa #addeessaa, Sulula Ayiloon irratti dhaabbadhu Kanaafuu, sabichi diinota isaa irratti hamma haaloo bautti aduun bakkuma jirtu ni dhaabbatte; addeessis iddoo ishiitii hin #sochoone. Kun kitaaba Yaashaari irratti barreeffameera mitii? Aduun sami #walakkaa bakkuma jirtu ni dhaabbatte; gara guyyaa tokkootiifis lixuudhaaf hin ariifanne Sana #duras tae sana
booda, akka guyyaa sanaatti
guyyaan Waaqayyon sagalee namaa itti dhagae hin jiru sababiin isaas, waaqayon Israaeliif lolaa ture.
βΆβ©1motoota 17:1
Yeroo kanatti #Eeliyaas
Tishbichi inni Giiliyaad keessa jiraatu Akaabiin waqayyo Waaqa Israael isa jiraataa
isa ani tajaajiluun nan #kakadha, ajaja kootiin yoo tae malee waggoottan kanatti fixeensis tae #bokkaan hin jiraatu jedhe.
β·β©2 motoota 20:8-11
Hisqiyaas Waaqayon akka
na fayyisuu fi guyyaa sadaffaatti gara mana waaqayyoti akkan oli bau mallattoon argisiisu
maali dha?β jedhee #Isaayyaasiin gaafatee ture Isaayyaasis deebisee Mallattoon waaqayyo biraa dhufee fi waqahyon wanta dubbate akka raawwatu
argisiisu kana dha Gaaddidduun kortoo irra jiru tarkaanfii kudhan gara fuulduraatti akka deemu moo tarkaanfii kudhan gara duubaatti akka deebiu barbaadda?β isaan jedhe. Hisqiyaasis #Gaaddidduun
sun tarkaanfii kudhan gara fuulduraatti deemuun isaa salphaadha tarkaanfii kudhan gara #duubaatti deebiuun isaa garuu salphaa mitiβ jedhe. Kanaafuu, Isaayyaas gara Waaqayyotti ni #iyye innis gaaddidduun kortoo Akaaz irra jiruu fi gadi buee ture sun, tarkaanfii kudhan gara duubaatti akka deebiu godhe.
β‘οΈ Iyyaasuun aduu fi dhabuu isaa,Waaqayyo isa duraa godhee hin beeku.
β‘οΈEliyaas Waaggaa fi jia 3 dhorkuu isa.
β‘οΈIsayaas gadidduu dubbati tarkaanfii 12 deebisuu isa
πΊHaaluma wali faakataa
βΈβ©Hooji duuka buoota 5:3-5
#Pheexiros garuu akkana
jedhe Yaa Hanaaniyaa, Seexanni hafuura qulqulluu akka sobduu fi qarshii laficha itti gurgurte keessaa hamma tokko dhoksitee hambisuuf akka ija jabaattu kan si godhe maaliifi? Utuma hin gurgurin iyyuu kanuma kee hin turree? Erga
gurgurtee boodas wanta barbaadde itti gochuu dandeessa turte mitii? Wanta akkasii gochuuf garaa
keetti maaliif yaadde? Ati namoota utuu hin tain Waaqayyoon sobde Hanaaniyaan yeroo kana dhagau lafa dhaee #due. Namoonni kana dhagaan hundis guddaa sodaatan
βΉβ©Hoji duuka buoota 8:39
Yommuu bishaan keessaa baanis #hafuurri Waaqayyo battaluma sanatti #Filiphoosiin #fuudhee deeme; sana booda
xuaashichi isa hin argine; taus gammadaa karaa isaa irra buee deeme.
βPheexiroos afaanii isaa qofa dinqii kana raawachuu isa
β Filiphoos Affuura Qulqulluun
Deemu barsiisuu fi cuphuu isa.
β€οΈβ€΄οΈ namoonni kuni 5 isaanii iyyuu Waaqayyoti wani amananiif Waaqayyo akka isaanii dinqii guddaa isaa caaluu kana akka hojjatani heyyamefi jira
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
link waldaa keenya kana xuqaa hordoffa.
@haadha_Waaqa_naJaladha
πππππππππ

π
° kutaa-100-ffaaπΉ
β»gaafi fi deebi Musiliimota
βYohannis 1:14
sagalichi #foon_taΚΌee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
1β§gaaffii isaanii Kiristoos kani #tolfamee kani Uumamee jedhuu β
πRagaa isaanii
Ibroota10:5
#inni gara addunyaa yeroo dhufetti akkana jedhe: Ati aarsaa fi kennaa hin barbaanne, kanaa mannaa #dhaqna_Anaaf #qopheessite.
Farfannaa 74:16
Guyyaan kan kee ti; halkanis keetuma;
ati #aduu, #ifa #qopheessite jirta
=jecha qopheesse jedhuu Muslimoonni tolche(Uumee )jechuuti hikuu sababa Kanaaf Kiristoos kani tolfamee ,kani qopheesse ,kani Uumamee jedhuuβ
β¬β¬β¬β¬β¬
π·Deebi Keenyaβ
Lakkii Kiristoos Waaqa addunyaa dura turee.
Kutaa-98πdubbisi
kutaa -99πdubbisi
βamma Ibroota 10:5 irraa kani dhagna naaf qopheessite jedhee = #dhagna jechuun #foonii jedhudha.
πΉkuni immoo barumsa #ortodoksii keessatti sirriitti beekamaadha foonii Kiristoos Uumama akka taβe ni Amana Fakkeenyaaf akkasii jennee Gooftaan keenya #foonii fi #lubbuu_Maariyaami fudhate jennee =Kanaafuu fooni fi lubbuu Maariyaami immoo #Uumamadha
πiddoo kanati immoo
Ibroota 10:5 irratti akkasii jedhee Β« #inni_gara_addunyaa #yeroo dhufetti akkana jedhe Β»
πJechi #inni jedhuu Kiristoos ibsaa
π inni suni gara addunyaa osoo hin dhufin dura foonii akka hin qabnee sirriitti ibsee jira Kanaafuu inni suni eessaa ture ree jalqabaa βdeebii isaa abbaa bira.
ββ»Yohaannis 6:46
#Isa Waaqayyo #biraa_dhufe sana malee #namni tokko iyyuu #Abbaa hin argine; isa #qofatu Abbaa arge.
β» kanafuu Kiristoos kuni jalqabaa osoo foonii nama kana hin uffatanii Abbaa bira turee.
β»yeroo Abbaa bira gara addunyaa dhufee immoo foonii Maariyaami fudhate dhalatee.
Kunis Kiristoos sagalee taβe dhufe foonii nama fudhatee
πakkamitti sagaleen suni foonii nama uffata isaa jedhuufi immoo kani namni tokko iyyuu beeku hin dandeenye,afuura Qulqulluun
ββ»Maatewos 1:18
#Dhalachuun_Iyyaasus Kiristoos akkana ture: Haati isaa #Maariyaam kaadhima Yoosef turte; isheenis utuu Yoosef wajjin wal bira hin gaΚΌin #Hafuura_Qulqulluudhaan ulfooftee argamte.
β Kanaafuu Kiristoos Addunyaa duraa Abbaa wajjiin ture ,yeroo nama fayyisuu garuu sababii foonii nama fudhachuu qabuuf foonii nana suni qopheefi. β kuni Akkuma Seexanni qaama Foonii bofa keessa seenee Adaami fi Hewwaani cubbuun ajjeesee , Kiristoos immoo immoo dhufee foonii nama kaninni fayyinaa fidee.β.
ββ»Ibroota 2:14-15π
#ijoolleen sun #foonii fi #dhiiga qabaniif,#Iyyaasusis duΚΌa ofii isaatiin #diiyaabiloos isa duΚΌa irratti humna qabu sana #balleessuuf jedhee #namummaa isaanii #qoodate innis warra bara jireenya isaanii hunda garbummaa sodaa duΚΌaatiin hidhamanii turan #bilisa baasuuf jedhee waan kana godhe
β§jecha #qootatee jechuun foonii namoota irratti #hiraamte yookaan #fudhatee (garuu Kiristoos jalqabuuma jira).
ββ»Filiphisiiyus 2:6-7
#Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne; qooda kanaa #inni_bifa_garbaa #uffatee fakkaattii namaa fudhachuudhaan duwwaa of godheera .
β»iddoo kanatti inni Waaqayyo wajjin qixxee yookaan Abbaa wajjiin qixe ture jedhe jira kanafuu Kiristoos osoo fooni nama kanaa hin fudhatin dura abbaa wajjiin qixxee turee.
β»amma immoo duwwaa ofii godhee bifaa garbummaa fudhatee jedhe , =bifa garbummaa kani jedhamee foonii namatti .
β¬β¬β¬β¬
Farfannaa Daawit 74:16 irraa kani jiruu immoo biiftuu fi ifa qopheesse inni jedhuu Uumee jechudha kana jechuun wangeela Yohaannis 1:14 fi Ibroota 10:5 wajjiin wanti walitti fiduu gonkumaa hin jiru
β§Sababiin isaa Β« jalqabaa sagalee ture jedha malee jalqabaa biiftuu ifa ture hin jedhuu β
β§inni suni yeroo gara addunyaa dhufuu ,foonii nama ni qopheeffamefi jedhee ,biiftuu fi Ifnii yeroo gara addunyaa dhufanii foonii nama qopheeffamef hin jedhuβ
β¬β¬β¬β¬β¬
ππͺπ’πͺπ§π ππ§π§πππ©π

° kutaa-101-ffaaπ
β»Gaafi fi Deebi Muslimoota
βYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni #Waaqayyoon arge hin jiru #ilma tokkicha isa taΚΌee fi Abbaa bira jirutu waaΚΌee Isaa ibse.
1=gaaffii isaanii silaa namni Waaqayyo argee hin jiru jedha Ilmi isaa akkamitti argee
jedhuu β
Ragaa isaanii.
1ximotewos 6:16
kan hin #duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaΚΌamne keessa jiraata; #namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaΚΌu. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara baraa haa taΚΌu. Ameen.
Seera.Bau 33:20
namni fuula koo argee jiraachuu hin dandeenyeef ati fuula koo arguu hin dandeessu.
β¬β¬β¬
π Deebi keenyaπ
Namni Waaqayyo argeesi jira kani jedhuu ta'a.
Fakkeenyaaf
β»Abrahaam
β»Isayaas
β»Iyyoobi
β»Yohaannis
ββ»Abrahaami
seera.Uumama 18:1
Utuma #Abrahaam guyyaa saafaadhaan qilxuu Mamree bira balbala dunkaana isaa dura taaΚΌee jiruu #Waaqayyo isatti #mulΚΌate.
ββ»Isaayaas
Raajii isaayaas 6:1
Bara Uziyaan Mootichi duΚΌe keessa, ani utuu #Gooftaan teessoo oli dheeraa fi ulfina qabeessa irra taaΚΌee, handaarri uffata isaa mana qulqullummaa guutee jiruu nan #arge
β¬β¬β¬β¬β¬
πAmma gara mataa Duree keenya kootu.
=Kiristoos Akkamitti argee siila hoomtuu Abbaa hin argine isaa jedhuuf Β« jalqabaa dura Kiristoos isaa Waaqa taβe dhisii Namoonni Qulqulluu fi Ergamaan iyyuu arganii jiruu kani jedhuu ta'a Β» .
β Kiristoos Maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyatamu hin dandeenyeef keessa jirachuu isaa kunooti π
ββ»Raajii Hisqi'el 1:26-27
Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos taΚΌe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture. Teessoo ol gubbaa jiru sana irras #bifti isaa #nama kan fakkaatu tokko taaΚΌee ture.
Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu taΚΌee fi akka #ibiddaa_ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge. #Ifni_guddaan tokko isatti marsee jira ture;
β»β€Nama kani fakkatu inni Tessoo irraa taβe #Kiristoos
ββ»Raajii Daani'el 7:9_10
Anis hamma #teessoowwan kaaΚΌamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate ni taaΚΌe. #Uffanni isaa akkuma #cabbii_adii ture; #rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa #labooba_ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaΚΌaa jiru turan.
β»β€uffaanni isa Adii akka cabbii jedhee.
ββ»Maatewos 17:2
Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife; #uffanni isaas akka ifaa calaqqise.
β»β€οΈ #rifeensi+mataa isaas #suufii_adii fakkaata ture
ββ»Mulβata 1:14-18
#Mataan isaa fi #rifeensi isaa akka #suufii_adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture; miilli isaa sibiila diimaa baΚΌeessa iddoo ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akka sagalee bishaanota hedduu ture. Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba; afaan isaa keessaa goraadee qaramaan dheeraa taΚΌee fi karaa lamaan qara qabu ni baΚΌe, #fuulli isaa akka #aduu humna guutuudhaan #ifuu ture.
Anis yommuun isa argu, akka nama duΚΌee taΚΌeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaΚΌee akkana naan jedhe: βHin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa fi Isa Dhumaa ti,
isa jiraatu dhas π#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha, #furtuuwwan duΚΌaa fi Awwaalaa qaba.
β»β€ dhuguma duee kani ture Kiristoos kanafuu rifeensi isa adii Suufii suni Kiristoos.
β»β€ Kanaafuu Kiristoos maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyachuu hin dandeenya keessa jirata inni jedhamee kanuma.
πΉkani Phaawuloos ibsee nuu illee Kiristoos.
ββ»1 ximotewos 6:16
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taΚΌe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulΚΌisa. Inni #Mootii_moototaa fi #Gooftaa_gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaachuun hin dandaΚΌamne keessa jiraata; namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaΚΌu. Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taΚΌu. Ameen.

π·kitaaba lallabaa 11:7
#ifni mi'aawaa dha
#aduu arguunis #ija ni gammachiisa.
ααα₯α₯ 11:7
#α₯ααα α£αα αα ααααα αα¨α΅ #αααα ααα«α αα