Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦
#Kutaa #34ffaa
πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

Gilgaala: Hubannoo yaada sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan jiru wol bira qabuun ittiin dhugaa madaallu:

Yesuus fi Waaqni tokko jedhamuun, dhugama akka namoonni tokko tokko yaadanitti, Yesuusfi Waaqni wol qixa yookaa Yesuus Waaqa jechuu agarsiisaa laata⁉️

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦
Ragaawwan asii gadii keessa, isa kamtu #tokko dubbiin jedhu, #wol #qixa jechuu agarsiisa?

A. #Yohannis 10:29-30
❝#Abbaan koo inni anatti isaan kenne, #hundumaa #irra #guddaa dha; homtinuus harka abbaa koo keessaa isaan butachuu hin danda'u. Abbaanii fi ani tokko isaaniin jedhe.❞ α‹¨αˆ°αŒ αŠ αŠ α‰£α‰΄ #αŠ¨αˆαˆ‰ #α‹­α‰ αˆαŒ£αˆα₯ αŠ¨αŠ α‰£α‰΄αˆ αŠ₯αŒ… ሊነαŒ₯ቃቸው αˆ›αŠ•αˆ αŠ α‹­α‰½αˆαˆα’ αŠ₯αŠ”αŠ“ አα‰₯ αŠ αŠ•α‹΅ αŠαŠ•α’
Yesuus anaa fi Abbaan tokko jechuun duratti boqonnama namoonni tokko tokko ragaa taasifatan keessatti maal dubbate? "#Abbaan koo inni anatti isaan kenne, #hundumaa #irra #guddaadha" jedhe. Kanaafuu, Yesuus fi Waaqni wol qixa jechuun hin danda'amu.

B. #Yohannis 17:22
❝Akkuma nuyi tokko taane, #isaanis #tokko #haa #ta'aniif (#hordoftoonni #Yesuus #12ni jechuudha) , ulfina ati anaaf kennite isaaniif kenneera.❞ αŠ₯αŠ›αˆ αŠ αŠ•α‹΅ αŠ₯αŠ•α‹° αˆ†αŠ•αŠ• #αŠ αŠ•α‹΅ #α‹­αˆ†αŠ‘ #α‹˜αŠ•α‹΅α€ α‹¨αˆ°αŒ αŠΈαŠαŠ• ክα‰₯ር αŠ₯αŠ” ሰαŒ₯α‰»α‰Έα‹‹αˆˆαˆα€
Akkuma Yesuus fi Waaqni tokko ta'anitti, hordoftoonni Yesuus 12ni tokko haa ta'anii jechuun, Yesuus fi Waaqni wol qixa ta'anii jiruu kanaafuu hordoftoonni Yesuus 12ni wol qixa haa ta'anii jechuu miti.

C. #1 #Qorontos 3:6-8
Ani nan dhaabe, Apholos bishaan obaase, Waaqayyo garuu in guddise. Waaqayyo isa guddisu sana malee, inni dhaabu, inni bishaan obaasus homaa miti. #Inni #dhaabe #isa #bishaan #obaasee #wajjin #tokko; adduma addaanis akka dadhabbii isaatti miindaa ofii isaatii in fudhata. αŠ₯αŠ” α‰°αŠ¨αˆαˆ አጡሎሡም አጠጣ ነገር αŒαŠ• αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ α‹«αˆ³α‹΅αŒ αŠα‰ αˆ­α€ αŠ₯αŠ•αŒα‹²α‹«αˆ΅ α‹¨αˆšα‹«αˆ³α‹΅αŒ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ αŠ₯αŠ•αŒ‚ α‹¨αˆšα‰°αŠ­αˆ α‰’αˆ†αŠ• α‹ˆα‹­αˆ α‹¨αˆšα‹«αŒ αŒ£ α‰’αˆ†αŠ• αŠ αŠ•α‹³α‰½ αŠ α‹­α‹°αˆˆαˆα’ #α‹¨αˆšα‰°αŠ­αˆαŠ“ #α‹¨αˆšα‹«αŒ αŒ£ #αŠ αŠ•α‹΅ #αŠ“α‰Έα‹α₯ ነገር αŒαŠ• αŠ₯α‹«αŠ•α‹³αŠ•α‹± αŠ₯αŠ•α‹° ራሱ α‹΅αŠ«αˆ αˆ˜αŒ αŠ• α‹¨αˆ«αˆ±αŠ• α‹°αˆ˜α‹ˆα‹ α‹­α‰€α‰ αˆ‹αˆα’
Yaadni "#Inni #dhaabe #isa #bishaan #obaasee #wajjin #tokko" jedhu wol qixa jechuu akka hin taane ifa.

D. #Yohannis 14:28
β€œ'Amma nan adeema deebi'ees isin bira nan dhufa' akkan isiniin jedhe dhageessaniittu; utuu na jaallattu taatanii, waanan gara abbaa dhaquuf in gammaddu turtan, #abbaan #na #caala'o,” αŠ₯αŠ” αŠ₯αˆ„α‹³αˆˆαˆ α‹ˆα‹° αŠ₯αŠ“αŠ•α‰°αˆ αŠ₯መጣለሁ αŠ₯αŠ•α‹³αˆαŠ‹α‰½αˆ αˆ°αˆ›α‰½αˆα’ α‹¨αˆα‰΅α‹ˆα‹±αŠαˆ΅ α‰₯α‰΅αˆ†αŠ‘ #ከαŠ₯αŠ” #አα‰₯ #α‹­α‰ αˆαŒ£αˆαŠ“ α‹ˆα‹° አα‰₯ α‰ αˆ˜αˆ„α‹΄ α‹°αˆ΅ α‰£αˆ‹α‰½αˆ αŠα‰ αˆ­α’
Boqannaan kun hurrii namoota tokko tokko keessatti hafe, ka Rabbiin qajeelluma isaa hin feene malee ifa baase (#abbaan #na #caala'o/ #ከαŠ₯αŠ” #አα‰₯ #α‹­α‰ αˆαŒ£αˆαŠ“" Yeroo jedhu).

E. Deebiin hin jiru. βœ…
πŸ₯¦πŸ₯¦
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Yesuus afaanuma isaatiin dubbii wol diigu yeroo tokkotti ni dubbata jechuun waan hin malleef, dubbiin Yesuus boqannaa #Yohannis 10:29 ❝#Abbaan #hundumaa #irra #guddaadha" jedhu hubanno sirrii, yaada boqannama kana keessatti 30 irratti dubbatamee ni ta'aa jechuudha. Sunis, Waaqni waa hundaa irra guddaa ta'e sanii, Yesuus ergamaa isaa waan ta'eef, ergaan Yesuus qabatee deemuu sun ta Waaqatiin tokkoo ( tama Waaqaa sanii jechuudha).

2ffaa- Akkuma Yesuus fi Waaqni tokko ta'anitti, hordoftoonni Yesuus 12ni tokko haa ta'anii jechuun, Yesuus akkuma fedhii Waaqaa gegeessun kaayoo tokkoof (kaayoon fedhii isaa barsiisuu fi hojachuu hin taanee) jiraatutti, hordoftoonni Yesuus 12nisi kaayoo tokkoon (Waaqa tokkoof gabroottan ta'anii isa gabbaruu irratti) osoo gara gari hin baane, tokkoomanii haa jiraatanii jechuudha.

3ffaa- Yaadni "#Inni #dhaabe #isa #bishaan #obaasee #wajjin #tokko" jedhu ammoo, ka dhaabuu fi obaasulle kaayoo yookaa hawwii tokko qabuu. Sunis, biqiltuun isaan dhaaban sun guddattee galma geettee boru isaan hundaa fayyaduu (Inni tokko biqiltuun hin guddatin jedhee kuun haa guddattu miti, inni kuun boru biqiltuun sun akka na fayyadduuf dhaabee, kuun ammoo akka nan fayyadne hawwii jedhu karoorfatee mitii jechuudha).

4ffaa- Akkuma wolii galaatti, Yesuusimmaan "#abbaan #na #caala'o/ #ከαŠ₯αŠ” #አα‰₯ #α‹­α‰ αˆαŒ£αˆαŠ“" jedhe gaabbee, Anaa fi Waaqni wol qixa jechuudhaaf, anaa fi Waaqni tokko jedhe jedhanii yaaduu fi haasawu irra, anaa fi Waaqni tokko jechuun, kaayoon tiyyaa fi Waaqaa tokkoo (kaayoon ani gegeessa jiru ta Waaqni na ajaje qofa) jechuu akka taate mirkaneessa.

https://t.me/Xaaliburidallah