#Zakaatal_Fixri
#ุฒูุงุช_ุงููุทุฑ
1) Zakaan fixrii gosoota ibaadaa keessaa takka, akkasuma wantoota Rabbitti nama kaleessan keessaa takka isheedha.
2)# Zakaantal-fixri, zakaa soomana furuudhaan namatti wajjabduudha.
3) Zakaan fixrii waa #lamaaf(2) waajiba godhamte :
โNamticha soomarra ture sana qulqulleessuu fi
โMiskiina nyaachisuudhaaf.
4) Kaayyoon guddaan #zakaatal-fixrii : โRakkaataa muslimaatti arjoomuu fi
โakka isaan kadhaa irraa durooman gochuu,
โAkkasuma guyyaa gammachuu sanaan akka isaan gaddaan hin dabarsineefi.
5) Zakaan fixrii qaama Muslimaa hundarratti dirqama.
6) #Zakaatal-fixri Soomee soomuu dhabee, xiqqaas taโee guddaa..osoo daa'ima harma hin eegalles taโee irraa baasuun dirqama.
#7ffaa....!
โ@Ibroo
Follow us๐https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

Dhaamsa 10 tana narraa fudhaa mee nan tuffatinaa...
#1ffaa: Leenci hanga fedhe beelahus marga hin dheedu. hanga feete rakkattus; miidhamtus; dhiitamtus bakka Kee gadi hin dhiisin.
#2ffaa:Carraan si Jala dabre tokko durumaa carraa keetii miti waan ta'eef maaf ? akkamitti na jala dabre ? jettee mataa uf hin nyaatin...
#3ffaa: Iccitiin milkaa'innaa jabaatanii hojjachuu keessa jira waan ta'eef... hanga haasoftu caala, harkaan tattaafadhu...
#4ffaa: Jireenyi hammaatte dhiira gootee qartee si baasti... jireenyi quufaa sobdee fakkaataa dhiiraa gootee si hanbisti.
#5ffaa: Namoota milkaa'inna hedduu argamsiisan wajjiin ooluun... salphamatti yaaduma isaanii qofaan akka daftee milkooftuuf si qarqaara...
#6ffaa: Jalqaba kee irratti ijjannรณo kee bakkaa sochoofta taanaan... gaafa hamilee guddaa irra geettes akka salphaatti kuftu beeki...
#7ffaa: Hujiin ulfinna... namni hunduu bakkuma jirtutti hujii isaa qulqullinnaan haa raawwatuu...!
#8ffaa: Strategyn humna waan qabuuf jiraadha jedhu dogoggora. iccitiin jireenya keennaa humna qofaa miti waan ta'eef.
#9ffaa: Abjuun kankee hamma fedhes guddatu; hanga fedhes fagaatu uf hin tuffatin, daftees harka hin kennatin.
#10ffaa : furmaanni tokko namni duuba Kee akka hin haasofne yoo barbaadde... ati isaan hin dhaggeeffatin.. isaaniif bakka hin laatin....
โ @Ibroo
share๐
https://t.me/tafak_or

#Zakaa_Fixrii 1) Ibaadaa Rabbitti dhihaataniin keessaa ishee tokkoodha..! 2) Zakaan fixrii sadaqaa sooma furuudhaan namatti wajjabduudha... 3) Zakaan fixrii Sababa lamaaf karaa godhamte/ dhufte. isaanis: 1ffaa: nama soome ibaadaa isaa qulqulleessuuf... 2ffaa:โฆ
#Zakaa_fixrii (#7ffaa.....12ffaa)
7) Soomee, soomuu baatus, xiqqaa tahee nama guddaa taatus; hanga daa'ima araashiin baatutti... osoo dubartii baatii guutuu sooma malee dhiiga dhalaatiin baatellee taatee Zakaan fixrii irratti waajiba.
8) Ulfa garaa jiru irraa Zakaa baasuun dirqamaa miti... garuu yoo baasan homaa rakkoon qabu.
9) Galgala gaafa aduun xumura Ramadaanaa gadi seente sanirraa kaasee namarratti wajjaba.
#Hubachiisa: Namni seensa aduu Ramadaanaa dura fuudhe yookiin Islaamummaa qabate yookiin daa'ima argate... Zakaa kennuu qaba ykn irraa baafama.
Seensa aduu booda taanaan garuu homaa irra hin jiran.
10) Namni osoo yeroon waajibummaa zakaa isa hin dhaqqabin dura du'e Zakaan irra hin jirtu...
Kan erga yeroon seenee du'e immoo qabeenya isaa irraa kafalama...!
11) Zakaan fixrii akka Zakaa kaanii sana hanga hin qabu. kana jechuun:
Waan nyaattu qabaannaan, akkasuma waan oolmaa guyyaa iidaatiif malu kan sii fi maatii keetiif gahu manaa qabaannaan, waan Sanaa olii irraa Zakaa kennuu qabda.
12) Namni muslimaa tokko nama qallabni isaa irra jiru hundarraahuu ni baasa.ufirraa fi haadha manaa isaa irraallee-yoo isiin qabeenya qabaatte-irraa baasa.
Ijoolleen isaas hiyyeeyyii yoo tahanii fi haadhaa fi abbaan isaas hiyyeeyyii taanaan irraa baasuun qaba.
Mucattii isaas tan heerumtee garuu jaarsaan walitti hin dabalamnes irraa baasuun qaba.
13) Ilmi isaa dureessa taanaan irraa baasuun dirqamaa miti.
14) Jaartii isaa tan takka qofa ykn lama qofaan xalaaqes irraa baasuu qaba. yoo tan sadihiin xalaaqamte taate irraa hin baasu.
#15ffaa....itti fufa
Share ๐