๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
9.83K subscribers
550 photos
20 videos
21 files
1.82K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Dhaamsa 10 tana narraa fudhaa mee nan tuffatinaa...

#1ffaa: Leenci hanga fedhe beelahus marga hin dheedu. hanga feete rakkattus; miidhamtus; dhiitamtus bakka Kee gadi hin dhiisin.
#2ffaa:Carraan si Jala dabre tokko durumaa carraa keetii miti waan ta'eef maaf ? akkamitti na jala dabre ? jettee mataa uf hin nyaatin...
#3ffaa: Iccitiin milkaa'innaa jabaatanii hojjachuu keessa jira waan ta'eef... hanga haasoftu caala, harkaan tattaafadhu...
#4ffaa: Jireenyi hammaatte dhiira gootee qartee si baasti... jireenyi quufaa sobdee fakkaataa dhiiraa gootee si hanbisti.
#5ffaa: Namoota milkaa'inna hedduu argamsiisan wajjiin ooluun... salphamatti yaaduma isaanii qofaan akka daftee milkooftuuf si qarqaara...
#6ffaa: Jalqaba kee irratti ijjannรณo kee bakkaa sochoofta taanaan... gaafa hamilee guddaa irra geettes akka salphaatti kuftu beeki...
#7ffaa: Hujiin ulfinna... namni hunduu bakkuma jirtutti hujii isaa qulqullinnaan haa raawwatuu...!
#8ffaa: Strategyn humna waan qabuuf jiraadha jedhu dogoggora. iccitiin jireenya keennaa humna qofaa miti waan ta'eef.
#9ffaa: Abjuun kankee hamma fedhes guddatu; hanga fedhes fagaatu uf hin tuffatin, daftees harka hin kennatin.
#10ffaa : furmaanni tokko namni duuba Kee akka hin haasofne yoo barbaadde... ati isaan hin dhaggeeffatin.. isaaniif bakka hin laatin....
โœ @Ibroo

share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#10ffaa .....
(Baatii simannaa keessummaa)

โœ Osoo keessummaa jabaa wahiittu torbaan dhufu keessa, mana kankee dhufuu heda siin jedhanii ... garuu manni kankee qulqullinna hin qabnee... mana kee osoo hin qulqulleessine bareechita moo...!?, qulqullinna manaa irratti hojjatta....!?
Kanaafuu ...:
๐Ÿ‘‡
๐ŸงŽWaajibaata kankee seeraan jajjabeeffachuun....!
๐ŸงŽโ€โ™‚Daangaa Rabbii bira kutuu dhabuu...
๐ŸงŽ Badii baatii 11 guutuu keessa dalagaa baate keessatti lubbuu kee qormaatuun... !
๐ŸงŽโ€โ™‚Osoo badii waggaa dabartee irraa hin qulqullaahin... Ramadaanaa haaraa eegaluu hin qabdu...!
๐ŸงŽShakkii fi shirkii adda addaa irraa onnee tantee qulqulleessuun....!
๐ŸงŽHaraama ijji kee laalte; gurraan dhageeffatte; harka itti diriirsite; miilaan itti deemte hundarraa towbaa deebi'uun...!
๐ŸงŽโ€โ™‚ Rabbiin daangaan isaa yoo cabdu ni hinaafa... kana yeroo hundaa yaadachuu qabda ..!
๐ŸงŽTowbaadhaaf qaxaroo kennuu dhabuu....!
๐ŸงŽโ€โ™‚Obsi Rabbii si dagee... zulmii keessatti akka hin hafne...!

11ffaa....Share ๐Ÿ‘‡
@tafak_or
https://t.me/tafak_or