๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12K subscribers
585 photos
23 videos
32 files
2.07K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
@7ffaa

๐Ÿ’ซ #Hubachiisa: Zakaan fixriidhaa, nama soomee fi soomee hin beeknes, xiqqaa fi guddaa irrattis, hanga daaimman harma hodhaniin baatutti...inumaa dubartii dhiigni dhalaa baatii guutuu irraa osoo hin cinne, soomni keessaa bahes maaf hin taane, ufirraa baasuun, ykn irraa baasuun dirqama.

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@9ffaa

๐Ÿ’ซ Zakaan fixriidhaa guyyaa seensa aduu xumura Ramadaanaa sanirraa namatti wajjaba.
๐Ÿ‘‰ #Hubachiisa : Namni gadi seensa aduu guyyaa sanaa dura fuudhe; ykn daa'imni dhalateef; ykn osoo aduun galgala sanaa gadi hin seenin Islaamummaa qabate; zakaan fixrii itti wajjabee waan jiruuf ufirraa baasuu qaba/irraa baafamuu qaba. Yoo kunneen hunduu erga aduun seente booda tahe homaa irra hin jiran.

Follow๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Hirmaadhaa

1) Rasuulli (SAW) Hajjii yeroo meeqa hajjan___?
2) Bara kam keessa/waggaa meeqaffaa keessa hajjan__?
3) Hajjiin isaan hajjan Suni maal jechuudhaan meekkamti___?
4) Maaliif maqaa saniin moggaafamte____?
5) Osoo Rasuulli jiran maaliif Abuu Bakri ummataan hajje____?


#Hubachiisa....
โœ Namni dursee gaafii guutuu deebise... kaardii badhaasa Abbaa 25.....hanga galgala sa'aatii 4 ykn 10tti.... yaaluu dandeessu.
Deebiidhaaf....๐Ÿ‘‡
T.me/Ibrahim_92taf
share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Oduu_gammachiisaa
Maatii Tafakkur hundaaf...

โœ Ethiopia irraa gara #Belarus irraa gara
Germany gara
Poland gara
England deemuu namoonni barbaaddan seeraan if qopheessaa...!
akkasuma Ethiopia irraa gara #Greek Greek irraa
Germany
USA
UK ykn England namoonni guyyaa 10 keessatti deemuu barbaaddan qofti uf qopheessaa...
#Hubachiisa :Kafaltiin isaa erga waa hundi dhumatee biyya sana seente... ykn galgala bararaaf kaatu sana kaffalama...
passport fi Suuraa qofa barbaachisa
#Carraan_yeroo_hunda_hin_deebitu....

Seenaa๐Ÿ‘‡
https://t.me/qube_ee
#Qajeelfama_Islaamaa
๐Ÿ‘‰ Yeroo nyaata nyaattan ;

โœ Suuta nyaadhaa...(maal waatu duubaan isin ari'aa jira moo..!)
โœ Isa afaanii qabdu bulleeradhu,
โœ Hanga kan afaanii qabdu liqimsitutti, kan biraa irraan hin dabalin...
๐Ÿ‘‰ #Hubachiisa :Osoo hin alanshin/bulleessin liqimsuun hidhamuu; gogiinsa garaa fi sooranni daddafee daakkamuu dhabuudhaaf nama saaxila...
(Kutata xiqqeeffadhaa, Alanshaa bulleeffadhaa, jedhan abboonni keenya).
Kitaaba Seenaa keessatti, Rasuulli keenya (SAW) , yeroo nyaata nyaatu ;
Kutata xiqqeeffata,
ูƒุงู† ูŠุตุบุฑ ุงู„ู„ู‚ู…ุฉุŒ
Nyaata afaanii qabu seeraan bulleeffata,
ูˆูŠุฌูŠุฏ ู…ุถุบ ุงู„ุทุนุงู…ุŒ
Tan afaanii qabu hanga liqimsutti, tan biraa irraan hin kutatu....
ูˆู„ุง ูŠู„ุชู‚ู… ู„ู‚ู…ุฉ ุฅู„ุง ุจุนุฏ ุจู„ุน ู…ุง ุณุจู‚ู‡ุง...

Kitaaba๐Ÿ‘‡
#ุงู„ุทุจ_ุงู„ู†ุจูˆูŠ....
jedhu keessaan furadhee...

share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
โœ Yeroo nyaata fayyadamtu wantoota armaan gadii kana akka hin daganne. isaanis;

1) Hanga dandeetteen harka hedduu waliin nyaachuuf yaali..
(Jamaa'aadhaan nyaachuun barakaa waan qabuuf)๐Ÿ‘‡
โ€ข ู‚ุงู„ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู… :
(ุงุฌุชู…ูุนูˆุง ุนู„ู‰ ุทุนุงู…ููƒู… ุŒ ูˆ ุงุฐูƒุฑูˆุง ุงุณู…ูŽ ุงู„ู„ู‡ู ูŠูุจุงุฑูŽูƒู’ ู„ูƒู… ููŠู‡) .
2) Nyaanni siif dhihaate hoo'aa taanaan hanga siif qabbanaahutti itti hin ariifatin... nyaata akkasii sana keessa barakaan heddummmatti.. ๐Ÿ‘‡
โ€ขู‚ุงู„ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู… :
(ุฅู†ู‡ ุฃุนุธู… ู„ู„ุจุฑูƒุฉ) .
ูŠุนู†ูŠ ุงู„ุทุนุงู… ุงู„ุฐูŠ ุฐู‡ุจ ููˆุฑู‡ .
3) Nyaata hin qeeqin... yoo sitti tole nyaadhu... yoo jibbite dhiisi... ๐Ÿ‘‡
โ€ขูู‚ุฏ ูƒุงู† ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู… ู„ุง ูŠุนูŠุจ ุทุนุงู…ู‹ุง ู‚ุท ุŒ ุฅุฐุง ุงุดุชู‡ุงู‡ ุฃูƒู„ู‡ ุŒ ูˆุฅู† ูƒุฑู‡ู‡ ุชุฑูƒู‡ .
#Hubachiisa; Nyaata tokko keessa, soqiddi dabalee fi hirdhatee namatti himuun nyaata qeequu hin jedhamu...
4) Yeroo nyaata eegaltu Bismillah jechuu hin dagatin.. ๐Ÿ‘‡
โ€ขู‚ุงู„ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู… :
( ุฅุฐุง ุฃูƒู„ูŽ ุฃุญุฏููƒู… ุทุนุงู…ู‹ุง ูู„ูŠู‚ู„ ุจุณู…ู ุงู„ู„ู‡ู ูุฅู† ู†ุณูŠูŽ ููŠ ุฃูˆู‘ูŽู„ูู‡ ูู„ูŠู‚ู„ ุจุณู…ู ุงู„ู„ู‡ู ููŠ ุฃูˆู‘ูŽู„ูู‡ ูˆุขุฎุฑูู‡ ) .
๐Ÿ‘‰ Yoo jalqabarratti dagatte.. yeroma yaadattetti "Bismillah fi awwalihii wa'aakirihii" jedhi.
5) Harka mirgaatiin nyaadhu. mirgaan namaaf kenni, mirgaan namarraa fudhadhu.๐Ÿ‘‡
โ€ขู‚ุงู„ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู…:
( ุฅุฐุง ุฃูƒู„ ุฃุญุฏููƒู… ูู„ูŠุฃูƒู„ู’ ุจูŠู…ูŠู†ูู‡ ุŒ ูˆ ู„ูŠุดุฑุจู’ ุจูŠู…ูŠู†ูู‡ ุŒ ูˆ ู„ูŠุฃุฎุฐู’ ุจูŠู…ูŠู†ูู‡ ุŒ ูˆ ู„ู’ูŠูุนุทู ุจูŠู…ูŠู†ูู‡ ุŒ ูุฅู†ู‘ูŽ ุงู„ุดูŠุทุงู†ูŽ ูŠุฃูƒู„ ุจุดู…ุงู„ูู‡ ุŒ ูˆูŠุดุฑุจ ุจุดู…ุงู„ูู‡ ุŒ ูˆ ูŠุนุทูŠ ุจุดู…ุงู„ู‡) .
6) Saafaa/qorii walakkaa osoo hin taane... bakka sitti aanu irraa eegalii nyaadhu... Barakaan walakkaa qoriitti booti waan taateef.... ๐Ÿ‘‡
โ€ขู‚ุงู„ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู… :
( ูƒู„ูˆุง ููŠ ุงู„ู‚ุตุนุฉู ู…ู† ุฌูˆุงู†ูุจูู‡ุง ุŒ ูˆู„ุง ุชุฃู’ูƒูู„ููˆุง ู…ูู†ู’ ูˆุณุทูู‡ุง ุŒ ูุฅูู†ู‘ูŽ ุงู„ุจุฑูƒูŽุฉูŽ ุชู†ุฒูู„ู ููŠ ูˆุณุทูู‡ุง) .
7) Yeroo waa nyaattu hin irkatin... qajeeltee taa'uun qabda... ๐Ÿ‘‡
ู‚ุงู„ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู… :
( ู„ุง ุฃูƒู„ ูˆุฃู†ุง ู…ุชูƒู‰ุก ) .
8) Garaa irratti ciistee nyaachuun dhoorkaadha...๐Ÿ‘‡
โ€ขุนู† ุงุจู† ุนู…ุฑ ู‚ุงู„ :
(ู†ูŽู‡ูŽู‰ ุนู† ุงู„ุฌู„ูˆุณู ุนู„ู‰ ู…ุงุฆุฏุฉู ูŠูุดู’ุฑูŽุจู ุนู„ูŠู‡ุง ุงู„ุฎู…ุฑู ุŒ ูˆุฃู† ูŠุฃูƒู„ูŽ ูˆู‡ูˆ ู…ูู†ู’ุจูŽุทูุญูŒ ุนู„ู‰ ุจุทู†ูู‡) .
9) Humnaa ol nyaachuu dhabuu... ๐Ÿ‘‡
โ€ขู‚ุงู„ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู…:
( ูƒู„ูˆุง ุŒ ูˆุงุดุฑุจูˆุง ุŒ ูˆุชุตุฏู‚ูˆุง ุŒ ูˆุงู„ุจุณูˆุง ุŒ ููŠ ุบูŠุฑ ุฅุณุฑุงู ูˆู„ุง ู…ุฎูŠู„ุฉ) .
( Nyaadhaa, dhugaa, sadaqadhaa, uffadhaa, garuu israafa hin godhinaa, ittiinis hin booninaa...)
10) Tola Rabbiin sitti oole kanarratti Rabbii kankee galateeffachuu qabda. ๐Ÿ‘‡
โ€ข ู‚ุงู„ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู… :
( ุฅู† ุงู„ู„ู‡ ู„ูŠุฑุถู‰ ุนู† ุงู„ุนุจุฏ ุฃู† ูŠุฃูƒู„ ุงู„ุฃูƒู„ุฉ ููŠุญู…ุฏู‡ ุนู„ูŠู‡ุง ุŒ ุฃูˆ ูŠุดุฑุจ ุงู„ุดุฑุจุฉ ููŠุญู…ุฏู‡ ุนู„ูŠู‡ุง ) .
11) Nama nyaata si nyaachise sanaaf du'aa'ii akkana jettee kadhachuu qabda.
ู„ูŠู‚ู„ : ุฃูƒู„ ุทุนุงู…ูƒู… ุงู„ุฃุจุฑุงุฑ ุŒ ูˆุตู„ุช ุนู„ูŠูƒู… ุงู„ู…ู„ุงุฆูƒุฉ ) .
Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
๐Ÿ“žNamni tokko Janaabaa dhiqatee, garuu yoo bishaan afaan hin lulluuqatin ykn funyaan keessa ol hin fudhatin, dhiqatee jira moo hin dhiqanne jettu________?
Deebiin....B

Yeroo qaama dhiqattan, afaanis lulluuqattanii... funyaanis bishaan keessa fudhachuu qabdan...
โœ Rabbiin qur'aana keessatti akkana nuun jedhe...;

:{ูˆุฅู† ูƒู†ุชู… ุฌู†ุจุงู‹ ูุงุทู‡ุฑูˆุง}ุŒ
"Yoo janaabdan qulqulleeffadhaa....",
Qulqulleeffadhaa jechuun qaama keessan guutuu jechuudha. Funyaan keessaa fi afaan keessis qaamota nuti qulqulleeffachuun dirqamaa keessaa isa tokkoodha...
๐Ÿ‘‰ Kanaafuu Rasuulli keenyas (SAW) yeroo wuduu'a goonu akka afaan lulluuqannuu fi funyaan keessa bishaan ol fudhannus nu ajajan....!
๐Ÿ‘‡
{ูุงุบุณู„ูˆุง ูˆุฌูˆู‡ูƒู….....}
โœ Fuulli keenya wantoota hadasa guddaa fi xiqqaa keessattis qulqulleessuun nurratti dirqamaati....

#Hubachiisa: Kanaafuu Yeroo qaama dhiqannu lulluuqachuu fi bishaan funyaan keessa ol fudhachuunis waajiba jechuudha.
Sheek Muhammad Saalih Al-Useymiin... (Rahimahullaah).

Share ๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
#Zakaa_Fixrii 1) Ibaadaa Rabbitti dhihaataniin keessaa ishee tokkoodha..! 2) Zakaan fixrii sadaqaa sooma furuudhaan namatti wajjabduudha... 3) Zakaan fixrii Sababa lamaaf karaa godhamte/ dhufte. isaanis: 1ffaa: nama soome ibaadaa isaa qulqulleessuuf... 2ffaa:โ€ฆ
#Zakaa_fixrii (#7ffaa.....12ffaa)

7) Soomee, soomuu baatus, xiqqaa tahee nama guddaa taatus; hanga daa'ima araashiin baatutti... osoo dubartii baatii guutuu sooma malee dhiiga dhalaatiin baatellee taatee Zakaan fixrii irratti waajiba.
8) Ulfa garaa jiru irraa Zakaa baasuun dirqamaa miti... garuu yoo baasan homaa rakkoon qabu.
9) Galgala gaafa aduun xumura Ramadaanaa gadi seente sanirraa kaasee namarratti wajjaba.
#Hubachiisa: Namni seensa aduu Ramadaanaa dura fuudhe yookiin Islaamummaa qabate yookiin daa'ima argate... Zakaa kennuu qaba ykn irraa baafama.
Seensa aduu booda taanaan garuu homaa irra hin jiran.
10) Namni osoo yeroon waajibummaa zakaa isa hin dhaqqabin dura du'e Zakaan irra hin jirtu...
Kan erga yeroon seenee du'e immoo qabeenya isaa irraa kafalama...!
11) Zakaan fixrii akka Zakaa kaanii sana hanga hin qabu. kana jechuun:
Waan nyaattu qabaannaan, akkasuma waan oolmaa guyyaa iidaatiif malu kan sii fi maatii keetiif gahu manaa qabaannaan, waan Sanaa olii irraa Zakaa kennuu qabda.
12) Namni muslimaa tokko nama qallabni isaa irra jiru hundarraahuu ni baasa.ufirraa fi haadha manaa isaa irraallee-yoo isiin qabeenya qabaatte-irraa baasa.
Ijoolleen isaas hiyyeeyyii yoo tahanii fi haadhaa fi abbaan isaas hiyyeeyyii taanaan irraa baasuun qaba.
Mucattii isaas tan heerumtee garuu jaarsaan walitti hin dabalamnes irraa baasuun qaba.
13) Ilmi isaa dureessa taanaan irraa baasuun dirqamaa miti.
14) Jaartii isaa tan takka qofa ykn lama qofaan xalaaqes irraa baasuu qaba. yoo tan sadihiin xalaaqamte taate irraa hin baasu.
#15ffaa....itti fufa

Share ๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Hubachiisa : Zakaan waan nyaatamu irraa baafama... mallaqarraa Zakaa fixrii baasuun hin tahu.
โœ Gammachuu bakka itti argatte hundattuu hatuu qabda.... ๐Ÿ˜


#Hubachiisa: hatii gammadii osoon taane gammachuu hatiidha, Akka na jalaa hin dogongorre...!!
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
โœ Dubartoota Armaan gadii tanneen hin fuudhinaa... 1) Mannaanaa, 2) Annaanaa, 3) Hannaanaa, 4) Haddaaqaa, 5) Barraaqaa, 6)Shaddaaqaa, 7) Ushbatud-daar jedhaman..... Isiniif galee? haa hiikkamuu ?๐Ÿ˜ https://t.me/tafak_or
Hin_fuudhinaa.....๐Ÿ‘‡


3ffaan: #Hannaanaa,
Hannaanaa jechuun tan warra isii malee gadi hin dhaabanne...
Tuni dubartii mana ufii hin beekne, dubartii heeruma jechuun mana ishee sirritti qabuu akka tahe isiif hin galleedha.
Ganama warra deemtee, guyyaa deemtee... galgala galti.
guyyatti yeroo lamaa ol mana maatii ishee deemti.
#Hubachiisa: Kana yoo jennu mana maatii hin dhaqinaa osoo hin taane, erga mana maatii keetii baatee... manni kee inni hundeedhaa... Jaarsaa fi ijoollee tantee wajjiin mana keetitti booharuudha.
4ffaa; #Haddaaqaa...
Haddaaqaa jechuun: dubartii ija gogeettii jechuudha... dubartii economically lafaan si geettu jechuudha...
Akka tasaa waan addaa wahii mana nama biraatti ykn harka dubartoota biraatti yoo agarte... hanga ati waan sana bittutti gadi sin teessiftu.
Dubartii waan haaraa argite hundaa nama bichisiiftu... dubartiin akkanaa yoomuu hin quuftu, waan mana namaatti argite hundaa isheedhaaf bituun dirqama..... tanas isin haa baasu... ๐Ÿ˜

4ffaa 5ffaan..... uuuuuuuu ๐Ÿ˜
Nu haa baraaru....
๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
ุฅูู†ูŽู‘ู…ูŽุง ุงู„ุตูŽู‘ุฏูŽู‚ูŽุงุชู ู„ูู„ู’ููู‚ูŽุฑูŽุงุกู ูˆุงู„ู…ุณุงูƒูŠู†โ€ฆ
Garaagarummaa Faqiiraa/ูู‚ูŠุฑ fi Miskiinaa/ู…ุณูƒูŠู† gidduu jiru:

Lamaanuu hiyyeeyyiidhaโ€ฆgaruu xiqqoo walirra jiruโ€ฆ.
โœ๏ธ Faqiira jechuun hiyyeessa tahee kan homaan qabneedhaan jedhama.
Miskiina jechuun Ni qabaa garuu haajaa isaa guutuufii hin dandeessuโ€ฆkanaafuu Faqiiratu irra hiyyeessa jechuudhaโ€ฆ
#Hubachiisa: Faqiiraa fi miskiinni iddoo tokkotti Yoo dubbataman hiika garagaraa qabu, iddoo garagaraatti Yoo dubbataman garuu hiika takkuma qabuโ€ฆ.!!
Garuu akka warra Mazhaba Hanafiyyaatti miskiinatu irra hiyyeessa jedhuโ€ฆ

Rabbiin nu haa duroomsuโ€ฆ!
๐Ÿ‘‡๐Ÿป
https://t.me/tafak_or