QUBEE MEDIA
14.4K subscribers
128 photos
6 videos
93 files
50 links
Buy ads: https://telega.io/c/Qubee_Media_Official

In this channel you'll find books, education information, exams, technology news, website building and etc.

CEO :- @alfredoow
Download Telegram
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa maraaf baga guyyaa yaadannoo ka'umsa Gooftaa Iyyesuus Kiristoos nagaadhaan geessan!

Ayyaanni kun kan jaalalaa, kan tokkummaa, kan badhaadhinaa isiniif haa ta'u!


@Qubee_Media_Official
Forwarded from Quiz Time
Gondar Tourism Mgt Model Exit Exam FINAL (1).pdf
788.6 KB
University of Gondar Tourism Management Department Exit Exam Model Exam

For more Exit Exam and Model Exam join and share our channel!

#Share

Join us on Telegram

@Quiztime_ET
@Quiztime_ET

© Ethiopian Exit Exam
Sangaa Ayyaanaa Birrii 55,000'n bitame keessaa Warqeen birrii 100,000 tti tilmaamamu argame

Godina Walaayittaa Aanaa Daamoot Puulaasaatti magaalaa Shaantoo keessatti ayyaana Faasikaatiif qalmaaf Sangaa birrii 55,000'n bitame keessaa Warqeen argame birrii 100,000 tti gurgurameera.

Kana dura Godina Walaayittaa magaalaa Xabalaatti Ayyaana Gannaatiif Sangoota qalaman keessaa Warqeen birrii 235,000 tti tilmaamamu argamuun isaa ni yaadatama.

Credit :- ኢትዮ Students

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Forwarded from Quiz Time
Choose the correct form of the verb to complete the sentence: "She ____ to the store yesterday."
Anonymous Quiz
14%
A. Go
62%
B. Went
11%
C. Gone
13%
D. Goes
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
RuneScape Fan?  P2E Hunter?  GameFi Grinder?

BaseScape’s server is 100% LIVE 💸 Start Earning Today 🚀

Earn $SCAPE and enjoy real stakes behind your grind - Imagine a Metaverse POWERED by the battle-tested RuneScape game engine.  Over 1,000 PAID developer hours invested.  Experience the absolute best Private Server in existence and enjoy REAL REWARDS and REAL GAMEPLAY 🔥

Join The Telegram HERE

Launch at 2PM EST / 6PM UTC on Base Chain - Buy $SCAPE on Uniswap

WebsiteTwitter 
History Remedial Note.pptx
1.1 MB
#Reemiidiyaalii

Barattoota Sagantaa Reemiidiyaaliitiif Short note History kana buufachuun fayyadamaa.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Guyyaan har'aa jechuunis Caamsaa ykn May 8 akka Addunyaatti guyyaa Harree jedhamuun ni kabajama.

Mee wantoota ajaa'ibaa waa'ee Harree nuti hin beekne Website kana irraa kan arganne kunoo isin affeerreerra dubbisaa!


👇👇👇

https://www.qubeeonline.com/2021/04/harree-maqaan-ishee-bade.html
Exit Exam GeES.pdf
8.7 MB
Qormaata Exit Exam Department Geography and Environmental Study

#Exit_Exam

Barattoota Department Geography baratan hundaaf share taasisaa! akkasumas kan Department kan biroo akka gadhiifamuuf channel kana share fi join taasisaa!

Qormaata Model fi Exit Exam kan Department biroo argachuu link kana tuquun channel keenya Join taasisaa

@Quiztime_ET
@Quiztime_ET

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Appilikeeshinii ajaa'ibaa bilbila keessan irraa gonkumaa dhabamuu hin qabneefi hojii keessan kan isiniif salphisu, namoota hunda kan fayyadamu, keessattuu barattootaaf ammoo baay'ee barbaachisaa kan ta'e, wanta achi irratti gaafattan ariitiidhaan kan isiniif deebisu! Link kanaa gadi jiru tuquun bakka Install ykn Download jedhu tuquun ammuma buufadhaa itti fayyadamaa!

  👇👇👇

https://www.qubeeonline.com/2024/04/appilikeeshinii-gaaffii-deebisu.html
#Kutaa_12ffaa

Sagantaan Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa ifoomeera

➭ Qoramtoonni Saayinsii Hawaasaa

Roobii (03/11/2016)
      Ganama :- Afaan Ingiliffaa
      Guyyaa  :- Herregaa

Kamisa:- (04/11/2016)
      Ganama :- Aptituudii
      Guyyaa  :- Ji'oograafii

Jimaata:- (05/11/2016)
      Ganama :- History
      Guyyaa  :- Economics 

➭ Qoramtoota Saayinsii Uumamaatiif Adoolessa 9-11/2016 fudhatu.

Kibxata:- (09/11/2016)
      Ganama :- Afaan Ingiliffaa
      Guyyaa  :- Maths

Roobii (10/11/2016)
      Ganama :- Aptituudii
      Guyyaa  :- Physics

Kamisa:- (11/11/2016)
      Ganama :- Chemistry
      Guyyaa  :- Biology

➭ Qormaanni Bara 2016 magaalota filatamoo ta'an keessatti barattoonni filataman karaa online kan fudhatan yoo ta'u, kan hafan Yunivarsitiiwwan keessatti waraqaan ni fudhatu.

➭ Magaalota filatamoo 25 qormaanni kutaa 12ffaa karaa online dhaan itti kennamu fuulduratti ifa ni ta'a.

  Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
#Reemiidiyaalii

Qormaanni Barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 yoom kennama?

Qormaanni barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 Jalqaba Ji'a Waxabajjiitti Yuunivarsiitiiwwan Mootummaa keessatti qofaa akka kennamu Ministeerri Barnootaa kana dura ibsuun isaa ni yaadatama.

Tikvah University'n akka odeeffannoo argatetti qormaanni Reemiidiyaalii kun Waxabajjii 1-7 bara 2016 ykn Waxabajjii 8-15 bara 2016 ni kennama.

Bara kana barattoonni kuma 78 ol Yuunivarsiitiiwwan Mootummaatti barnoota isaanii sagantaa Reemiidiyaalii Ji'a Mudde darbe irraa kaasee hordofaa jiru.

Ta'us garuu barattoonni Sagantaa Reemiidiyaalii Yuunivarsiitii Baahir Daaritti ramadaman hanga ammaatti waamichi hin taasifamneef. Barattoonni kunneen akka gara Yuunivarsiitiiwwan birootti ramadamanii baratan ykn akka yeroon qormaataa kan biraa isaaniif mijatu karaa Yuunivarsiitichaas ta'e karaa Ministeera Barnootaa wanti jedhame hin jiru.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!


@Qubee_Media_Official
Mee gaaffii tokko kan beekumsa walii galaa isin haa gaafadhu

Bara 2023 tti Baay'ina Uummataatiin biyyi xiqqoon sadarkaa 1ffaa irratti argamtu ykn biyyi baay'ina uummataa xiqqoo qabdu eenyu? eessatti argamti? uummata meeqa qabdi?

Biyyoota Xixiqqoo Addunyaa Bara 2023 baay'ina uummataatiin 1-10 jiran link kanaa gadi jiru tuquun hundumti keessaniyyuu dubbisaa!


👇👇👇

https://www.qubeeonline.com/2023/11/biyyoota-xixiqqoo-addunyaa10.html
Forwarded from Quiz Time
Which word is a synonym for 'happy'?
Anonymous Quiz
30%
A. Sad
57%
B. Joyful
6%
C. Tired
8%
D. Quiet
Har'a jaalattoota Ispoortii Kubbaa Miilaatiif waan tokko qabannee dhiyaanneerra.

Egaa beekamaadha baay'een keessan Kubbaa Miilaa ni hordoftu, seenaa ajaa'ibaa nama qabannee dhiyaanne kanaa beekuuf garuu Kubbaa Miilaa hordofuun ykn torbee torbeen tapha ilaaluun dirqama miti, sababni isaas namni kun baay'ee beekamaadha. Garuu hordoftoonni Kubbaa Miilaa hedduun keessan waa'ee seenaa nama kanaa waa muraasa beektu, namni kun Liyooneel Meesii jedhama.

Seenaa ajaa'ibaa Liyooneel Meesii dhageessanii hin beekne link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://www.qubeeonline.com/2024/03/liyooneel-meesii.html