QUBEE MEDIA
15.2K subscribers
166 photos
6 videos
96 files
66 links
Buy ads: https://telega.io/c/Qubee_Media_Official

In this channel you'll find books, education information, exams, technology news, website building and etc.

CEO :- @alfredoow
Download Telegram
#Sagantaa_Reemeediyaalii #Remedial_Program

Barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf #share taasisaa!

Barnoonni sagantaa reemiidiyaalii ji'oota afurii ni kennama. Akkaataan qabxiin itti qabamus 30% keessaa Yuunivarsiitii ykn Koolleejjiitti dha.

Fakkeenyaaf barataman tokko 100 keessaa akka armaan gadiitti fide haa jennu;

        ➧ Maths --74
        ➧ physics--68
        ➧ English--76
        ➧ Biology--82
        ➧ Chemistry --86

Walumaa galatti 100% keessaa avereejiidhaa. ( 74+68+76+82+86)/5=77.2 fida.

Sana booda gara 30% tti jijjiirama.

ከዛ ወደ 30% ይቀየራል።
    x=(30% * 77.2)/100% =23.16 fida jechuudha. Qormaanni kun mooraa dhaa mooraatti gar gar ta'uu danda'a.

Hubadhaa as irratti Yuunivarsiitii keessarti qabxii hojjechuun xiqqoo cimuu ni danda'a.

🧑‍💻70% ammoo qormaata walii galaa Ministeerri Barnootaa baasu irraa kan qabamu ta'a.

👉 Kanneen armaan olii kun lamaan walitti ida'aamanii jechuunis 30% kan Yuunivarsiitiiwwanii fi 70% kan Ministeera Barnootaa kan keessaa 50% fi isaa ol kan fidan barattoota Freshman ta'u jechuudha. Qabxii sanaa gadi yoo fidan ammoo gara manaatti deebi'uu fi Dep barachuu.

Kanaafuu ammuma irraa kaasuun of qopheessaa! barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf share taasisaa! channel keenya Odeeffannoo dhugaa barattoota sagantaa reemiidiyaalii dhiyeessu kanas join taasisaa!

👇👇👇

@Qubee_Online

Photo
Har'a Seenaa Aja'ibaa kan Jaalalaa kan laphee nama nyaatu isiniif qabannee dhiyaanneerra, dubbisaa erga xumurtan booda hiriyoota keessan jaalattaniif #share taasisaa!

«Harmee koo lubbuun hin jirreen ala jireenya koo guutuu keessatti na haammachuu mitiitii harka koo qabachuufiyyuu........»

Makaanikni miskiinni kun intala bareedduu kana waliin Internet irratti wal argu. Guyyaa tokko intalli kun isa bira dhufuuf qarshii tiraanispoortii akka isheef ergu isa gaafatti. Makaanikni miskiinni kunis ni ajaa'ibsiifate. Intalli kun waan isa gowwoomsitu isatti fakkaatee ture.

Intalli bareedduun akka kanaa gara isaatti dhufuu akka barbaaddu amanuu hin dandeenye. Ta'us garuu ishee amanee guyyaa kana booda alaqaa isaa irraa qarshii liqeeffatee gara intala kanaatti erge. Baay'ee kan nama ajaa'ibu intalli kun isa ilaaluuf Abuujaa irraa kaatee gara Leegoos Naayijeeriyaatti Xiyyaaraan ni deemte. Inni garuu kan hin beekne intalli bareedduun kun maatii baay'ee sooressa ta'aan irraa kan argamte fi jaalalki dhufaan amma akka jiru fi shamarran hundi qarshii dhiirotaa akka hin barbaanne dhiirotatti dhugaa jiru agarsiisuuf barbaadde.

Jalqaba gara iddoo namichi isheen jedheetti deemtee jaalalleen ishee appaartaamaa kutaa 1 keessa dhiirota biroo 7 waliin akka jiraatu barte. Jaalallee ishee eessatti akka arguu dandeessu isaan gaafattee isaanis daandii irra hojii irra akka jiru itti himan.

Isheenis hanga iddoo inni hojjetuutti deemtee "Surprise" isa taasisuuf Raayidii dhaan deemte. Naannoo iddoo inni hojjetuutti yeroo geessu daandii irratti mucicha gaafachaa dhufte sana boodas namoonni «Mucaan nama jibbisiisu sun Konkolaataa namaa jala iddoo tokko ciisee jira guutummaa guutuutti uffanni isaa ajaa'ee kan jiru» jedhanii isatti qoosu jalqaban.

Intalli sun barbaacha ishee itti fufte sooressoonni Konkolaataa isaanii keessa turan xiyyeeffannoo ishee barbaadanii yoo itti fooricaniyyuu isheen garuu dhuma irratti mucaa uffanni isaa aja'aa sana jaalallee ishee Konkolaataa duuba taa'ee yeroo isa argitu fiigdee deemtee isa haammattee itti maramte, mucaanis boo'uu jalqabe.

Innis akkas jedhe :- «Harmee koo lubbuun hin jirreen ala jireenya koo guutuu keessatti na haammachuu mitiitii harka koo qabachuufiyyuu dubarri tole jette tokkoyyuu hin jirtu.» lamaan isaaniiyyuu boo'uu jalqaban. Booda intalli sun waggaa shaniif magaalaa keessatti Appaartaamaa kireeffattee Motor biskileetii hojii isaatiif itti fayyadamu bitteef. Amma lamaan isaaniiyyuu gara Kaanaadaatti deemuuf karoorfatanii qophii irra jiru.

Channel keenya join taasisaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Sagantaa_Reemeediyaalii #Remedial_Program

Barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf #share taasisaa!

Barnoonni sagantaa reemiidiyaalii ji'oota afurii ni kennama. Akkaataan qabxiin itti qabamus 30% keessaa Yuunivarsiitii ykn Koolleejjiitti dha.

Fakkeenyaaf barataman tokko 100 keessaa akka armaan gadiitti fide haa jennu;

        ➧ Maths --74
        ➧ physics--68
        ➧ English--76
        ➧ Biology--82
        ➧ Chemistry --86

Walumaa galatti 100% keessaa avereejiidhaa. ( 74+68+76+82+86)/5=77.2 fida.

Sana booda gara 30% tti jijjiirama.

ከዛ ወደ 30% ይቀየራል።
    x=(30% * 77.2)/100% =23.16 fida jechuudha. Qormaanni kun mooraa dhaa mooraatti gar gar ta'uu danda'a.

Hubadhaa as irratti Yuunivarsiitii keessarti qabxii hojjechuun xiqqoo cimuu ni danda'a.

🧑‍💻70% ammoo qormaata walii galaa Ministeerri Barnootaa baasu irraa kan qabamu ta'a.

👉 Kanneen armaan olii kun lamaan walitti ida'aamanii jechuunis 30% kan Yuunivarsiitiiwwanii fi 70% kan Ministeera Barnootaa kan keessaa 50% fi isaa ol kan fidan barattoota Freshman ta'u jechuudha. Qabxii sanaa gadi yoo fidan ammoo gara manaatti deebi'uu fi Dep barachuu.

Kanaafuu ammuma irraa kaasuun of qopheessaa! barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf share taasisaa! channel keenya Odeeffannoo dhugaa barattoota sagantaa reemiidiyaalii dhiyeessu kanas join taasisaa!

👇👇👇

@Qubee_Online
Mooraa ykn Yuunivarsiitii keessatti Qabxiin ykn «Grade» akkamitti hojjetama?

GPA ykn CGPA jechuun maal jechuudha?

#Share taasisaa!

Akkuma beekamu grading system Yuunivarsiitiiwwan biyya keenya keessaa hedduu wal fakkaataa dha.

Tokkoon tokkoon Seemisteeraatti;

20% ykn 30% keessaa Test, Quiz, Group work ykn Assignment ta'uu danda'a.

20% ykn 30% keessaa ammoo qormaata Mid dha.

50% keessaa ammoo qormaata Final dha.

Tokkoon tokkoon koorsii xumura seemisteeraa sadan isaayyuu walitti ida'aamee, bu'aan ida'ama isaa kan koorsiiwwan hunda seemisteera sana keessa jiran waliin walitti ida'aamee hiramee gireediin hojjetama.

Gireediin ida'aama Koorsiiwwan sana hundaa erga walitti ida'aamee booda qabxiin argamu sun department filachuuf gahee ni qabaata.

👉 GPA jechuun qabxii ykn gireedii Seemisteera hunda irratti galmeessisnudha.

👉 CGPA jechuun ammoo avereejii qabxii ykn gireedii jechuudha.

Barattoota qabxii seemisteera jalqabaatiin qofa department filatam jechuunis department kanneen akka Law kan seenanis GPA seemisteera sanaa qofti kan ilaalamu yoo ta'u, warreen Seemisteera 2ffaa irratti filataniif garuu kan seemisteera lamaanii walitti ida'aamee erga lamaaf hirame booda CGPA sanaan department filatu.

Department filachuuf yeroo baay'ee qorumsi entrance kutaa 12ffaa 20% irraa kan qabamu yoo ta'u, CGPA ammoo 50% irraa qabama akkasumas iddoo tokko tokkotti 30% irraa qormaanni jira.

Maalumaafuu mee akka seeraan hubattaniif kan Yuunivarsiitii tokkoo kan seemisteera jalqabaa fakkeenya fudhannee haa ilaallu;

Critical Thinking.......... 5ECTS
General Psychology............ 5ECTS
Economics ..................  5ECTS
Communicative English I .... 5ECTS
Geography ..............5ECTS
Mathematics...........5ECTS
Physical fitness (pass or fail)

Walumaa galatti 32 ECTS ta'a, garuu Physical fitness waan hin qabamneef 30.

Fakkenyaaf barataan Tolaa jedhamu,

1. Critical Thinking - 77 (B+)
2. General Psychology - 82 (A-)
3. Economics - 59.9 (C)
4. Mathematics - 42 (D)
5. Communicative English I - 68 (B-)
6. Geography - 64 (C+)
7. Physical fitness - 70 (P)

As irratti wanti hubachuu qabdan,

A+ jechuun 90-100 yoo ta'u 4 qabata
A jechuun 85-90 yoo ta'u 4 qabata
A- jechuun 80-85 yoo ta'u 3.75 qabata
B+ jechuun 75-80 yoo ta'u 3.5 qabata
B jechuun 70-75 yoo ta'u 3 qabata
B- jechuun 65-70 yoo ta'u 2.75 qabata
C+ jechuun 60-65 yoo ta'u 2.5 qabata
C jechuun 50-60 yoo ta'u 2 qabata
C- jechuun 45-50 yoo ta'u 1.75 qabata
D jechuun 40-45 yoo ta'u 1 qabata
F jechuun 40 gadi dha.

Fide haa jennu, kana grade isaa yeroo hojjennu, ECTS sana grade dhaan baay'isuu qabna, kanaanis;

5×3.5    = 17.5
5×3.75  = 18.75
5×2      = 10
5×1       = 5
5×2.75  = 13.75
5×2.5    = 12.5

Ida'aamni isaa 120 keessaa 77.5 ta'a kanas baay'ina ECTS 30'f hirra sunis 2.58 dhufa. Qabxiin Tolaa 2.58 jechuudha.

Seemisteera jalqabaa irratti, GPA'n;
        
1.75-4.00      Promoted
1.50-1.75      Warning
1.00-1.50     🔫Academic dismissal
0.00-1.00     Complete dismissal ta'a.
   
Kuni tarii Yuunivarsiitii dhaa Yuunivarsiitiitti garaa garummaa qabaachuu danda'a.

Wanti gaaffii isinitti ta'e yoo jiraate karaa group keenya irratti gaafadhaa!

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

#MoE #Sagantaa_Reemiidiyaalii
#Reemiidiyaalii

Qormaanni Barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii Bara Kana Yoomii fi Eessatti Kennama?

#share

Qormaanni Barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 jalqaba Ji'a Waxabajjiitti ni kennama :- Ministeera Barnootaa

Qormaanni Barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii jalqaba Ji'a Waxabajjii dhufuutti guyyoota 15'f Yuunivarsiitiiwwan Mootummaatti qofaa kennuuf hojjetamaa akka jiru Ministeerri Barnootaa beeksiseera.

Bara darbe rakkoo uumame furuuf qormaata barattoota reemiidiyaalii Yuunivarsiitiiwwan Mootummaatti qofaa kennuufi.

Qormaata 70% irraa qophaa'i kana Ji'a Waxabajjii jalqabatti guyyoota 15'f karaa online, karaa online fi karaa waraqaa ykn ammoo bifa sirriitti eegameen karaa waraqaa kennuuf hojjetamaa jira jedhameera.

Bara kana barattoonni 32,500 qabxii 50% fi isaa ol fiduun kallattiin Yuunivarsiitii seenanii barumsa isaanii hordofaa kan jiran yoo ta'u, barattoonni 78,000 ol ammoo Yuunivarsiitiiwwan Mootummaatti sagantaa Reemiidiyaaliitiin barnoota isaanii hordofaa jiru.

Barnoonni Sagantaa Reemiidiyaalii Ji'a Mudde irraa kaasee hanga Waxabajjii bara 2016 kennamaa kan jiru yoo ta'u, qabxiin isaanii 30% Yuunivarsiitiiwwan isaaniitti kan xumuran ta'a, 70% ammoo qormaata Ministeerri Barnootaa baasu irraa madaalamu.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Forwarded from Quiz Time
Blueprint MoE PADM 2023.pdf
970.9 KB
Exit Exam Blueprint Public Administration and Development Management Department

#Share

Join us on Telegram

@Quiztime_ET
@Quiztime_ET
Forwarded from Quiz Time
MoE’s Model Exit Exam (Economics) July 04, 2023.pdf
3.3 MB
Ministry of Education Economics Department Exit Exam Model Exam

For more Exit Exam and Model Exam join and
share our channel!

#Share

Join us on Telegram

@Quiztime_ET
@Quiztime_ET

© Ethiopian Exit Exam
Forwarded from Quiz Time
Gondar Tourism Mgt Model Exit Exam FINAL (1).pdf
788.6 KB
University of Gondar Tourism Management Department Exit Exam Model Exam

For more Exit Exam and Model Exam join and share our channel!

#Share

Join us on Telegram

@Quiztime_ET
@Quiztime_ET

© Ethiopian Exit Exam
QUBEE MEDIA
Photo
#Technology #Kalaqa

Post kana sirriitti react fi #share taasisa!

Jenereetara sagalee hin qabne yeroo tokkotti chaarjeffamee waggaa tokkoof tajaajilu danda’u kan kalaqe barataa Fedhasaa Shuumaa

Fedhasaan Godina Qeellam Wallaggaatti dhalatee kan guddate yoo ta'u, Magaalaa keessatti ogummaa tajaajila elektirikaan ni beekama. Hojii elektirika suphuu isaa kanas ibsaan baduu fi deebi'uun yeroo baay'ee jalaa gufachiiseera.

«Rakkoon dandeettii horata» akkuma jedhamu Fedhasaan hojii isaa irra deddeebiin kan jalaa gufachiiseef fala barbaaduuf ka'e, gara hojiittis seene.

Yaalii hedduminaan erga godhee booda, yeroo tokkotti chaarjeffamee Teeknooloojii waggaa tokkoof tajaajila kennuu danda'u kalaqeera.

Fayyisaan dandeettii fi hojiin humna jijjiirama fiduu danda’u jedhamuun abdiin keessa ture, meeshaa haaraa uumeera.

Fayyisaa ministirii hojii fi dandeettii jalatti, leenjii addaa fudhachuun fi deeggarsa dandeettii hojii argachuun teknolojii haaraa kana fooyyessuuf hojjeteera.

Teknolojichi tajaajila ifaa qofa osoo hin taane, moobaayilii, teeleevizhinii, firijii fi meeshaalee elektirooniksii kamuu chaarjessuu fi sochoosuu danda’a. Tekinoolojichi yeroo tokkotti chaarjeffamee deebi’ee fayyadamuun yeroo dheeraa humna kan qabaatudha.

Teknolojichi biyya keenya qofatti osoo hin taane addunyaa guutuutti jijjiirama fiduu danda’a jedhamuun abdiin irra ka'aameera.

Jeneretarri sagalee hin qabne kun, humna 300 wattii irraa jalqabee kan fayyadamu, barbaachisummaa fi fedhii fayyadamuu irratti hundaa’ee yeroo tokkotti chaarjeffamee waggaa tokkoof ol tajaajila kennuu danda’a jedhee Fedhasaan mirkaneesseera.

Bara 2014 irraa jalqabee Fedhasaan biyya keenya keessatti nama ibsaan mana isaatii hin banne kan jalqabaa ta'uu isaa EBC'n gabaaseera.

Amma Ministeera hojii fi dandeettii jalatti, Fedhasaan biyya keessatti kuusaa ifa qopheessuu fi teknolojii haaraa kana bal’inaan ummataaf dhiheessuu irratti hojjachaa akka jiru himameera.