QUBEE MEDIA
16.8K subscribers
215 photos
7 videos
97 files
100 links
Buy ads: https://telega.io/c/Qubee_Media_Official

In this channel you'll find books, education information, exams, technology news, crypto news, website building and etc.

CEO :- @alfredoow
Download Telegram
#Sagantaa_Reemeediyaalii #Remedial_Program

Barattoota
sagantaa reemiidiyaalii hundaaf #share taasisaa!

Barnoonni
sagantaa reemiidiyaalii ji'oota afurii ni kennama. Akkaataan qabxiin itti qabamus 30% keessaa Yuunivarsiitii ykn Koolleejjiitti dha.

Fakkeenyaaf barataman tokko 100 keessaa akka armaan gadiitti fide haa jennu;

        ➧ Maths --74
        ➧ physics--68
        ➧ English--76
        ➧ Biology--82
        ➧ Chemistry --86

Walumaa galatti 100% keessaa avereejiidhaa. ( 74+68+76+82+86)
/5=77.2  fida.

Sana booda gara 30% tti jijjiirama.

    x=(30% * 77.2)
/100% =23.16 fida jechuudha. Qormaanni kun mooraa dhaa mooraatti gar gar ta'uu danda'a.

Hubadhaa as irratti Yuunivarsiitii keessarti qabxii hojjechuun xiqqoo cimuu ni danda'a.

🧑‍💻70% ammoo qormaata walii galaa Ministeerri Barnootaa baasu irraa kan qabamu ta'a.

👉 Kanneen armaan olii kun lamaan walitti ida'aamanii jechuunis 30% kan Yuunivarsiitiiwwanii fi 70% kan Ministeera Barnootaa kan keessaa 50% fi isaa ol kan fidan barattoota Freshman ta'u jechuudha. Qabxii sanaa gadi yoo fidan ammoo gara manaatti deebi'uu fi Dep barachuu.

Kanaafuu ammuma irraa kaasuun of qopheessaa! barattoota
sagantaa reemiidiyaalii hundaaf share taasisaa! channel keenya Odeeffannoo dhugaa barattoota sagantaa reemiidiyaalii dhiyeessu kanas join taasisaa!

👇👇👇

@Qubee_Media
@Qubee_Media
Geography Remedial Module for Grade 12 students (1).pdf
447.2 KB
#Sagantaa_Reemeediyaalii #Remedial_Program

Barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf #share taasisaa!

Koorsiiwwan Barattoota Sagantaa Reemeediyaalii kan Saayinsii Hawaasaa kan bara 2015 isaan kana turan; buufachuun itti fayyadamaa! Kan Saayinsii Uumamaa akka gadhiifamaniif sirriitti like fi share taasisaa!

Barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf share taasisaa! channel keenya Odeeffannoo dhugaa barattoota sagantaa reemiidiyaalii dhiyeessu kanas join taasisaa!

👇👇👇

@Qubee_Media
@Qubee_Media
PHYSICS remedial course (1).pdf
365.2 KB
#Sagantaa_Reemeediyaalii #Remedial_Program

Barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf #share taasisaa!

Koorsiiwwan Barattoota Sagantaa Reemeediyaalii kan Saayinsii Uumamaa kan bara 2015 isaan kana turan; buufachuun itti fayyadamaa!

Barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf share taasisaa! channel keenya Odeeffannoo dhugaa barattoota sagantaa reemiidiyaalii dhiyeessu kanas join taasisaa!

👇👇👇

@Qubee_Media
@Qubee_Media
#Sagantaa_Reemeediyaalii #Yuunivarsiitii_Aksuum

Yuunivarsiitiin Aksuum bara 2016 tti barattoota sagantaa reemiidiyaalii isaaf ramadamaniif waamicha kan hin taasisne ykn hanga ammaatti kan hin waamne ta'uu isaa beeksiseera!

Kanaanis Ministeera Barnootaatiin sagantaa reemiidiyaaliitiif gara Yuunivarsiitii Aksumitti barattoonni ramadamtan Yuunivarsiitichi hamma waamutti obsaan akka eegdan Yuunivarsiitichi beeksiseera.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official

Website 🌐

https://www.alloneth.com
https://www.alloneth.com
#Yuunivarsiitii_Mattuu
#Sagantaa_Reemeediyaalii
#FakeAnnouncementAlert

Bara 2016 tti sagantaa reemiidiyaaliitiin Yuunivarsiitii Mattuutti barattoonni ramadamtan fi waamicha eegaa kan jirtan guyyaan seensaa waamichi #kan_hin_taasifamne ta'uu isaa Yuunivarsiitichi beeksiseera.

Marsaalee hawaasummaa tokko tokko irratti Yuunivarsiitichi akka waamicha taasise odeeffannoon tamsa'aa jiru dhugaa irraa kan fagaate fi soba ta'uu isaa Yuunivarsiitichi ibseera.

Yuunivarsiitichi waamicha seensa barattoota sagantaa reemiidiyaalii bara 2016 gar fuul-duraatti kan ibsu ta'uu hubachiiseera.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official

Akkasumas Chaanaalii barattoota sagantaa reemiidiyaalii kan ta'e link kana tuquun join taasisaa!

@Qubee_Online
@Qubee_Online
#Sagantaa_Reemeediyaalii #Remedial_Program

Barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf #share taasisaa!

Barnoonni sagantaa reemiidiyaalii ji'oota afurii ni kennama. Akkaataan qabxiin itti qabamus 30% keessaa Yuunivarsiitii ykn Koolleejjiitti dha.

Fakkeenyaaf barataman tokko 100 keessaa akka armaan gadiitti fide haa jennu;

        ➧ Maths --74
        ➧ physics--68
        ➧ English--76
        ➧ Biology--82
        ➧ Chemistry --86

Walumaa galatti 100% keessaa avereejiidhaa. ( 74+68+76+82+86)/5=77.2 fida.

Sana booda gara 30% tti jijjiirama.

ከዛ ወደ 30% ይቀየራል።
    x=(30% * 77.2)/100% =23.16 fida jechuudha. Qormaanni kun mooraa dhaa mooraatti gar gar ta'uu danda'a.

Hubadhaa as irratti Yuunivarsiitii keessarti qabxii hojjechuun xiqqoo cimuu ni danda'a.

🧑‍💻70% ammoo qormaata walii galaa Ministeerri Barnootaa baasu irraa kan qabamu ta'a.

👉 Kanneen armaan olii kun lamaan walitti ida'aamanii jechuunis 30% kan Yuunivarsiitiiwwanii fi 70% kan Ministeera Barnootaa kan keessaa 50% fi isaa ol kan fidan barattoota Freshman ta'u jechuudha. Qabxii sanaa gadi yoo fidan ammoo gara manaatti deebi'uu fi Dep barachuu.

Kanaafuu ammuma irraa kaasuun of qopheessaa! barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf share taasisaa! channel keenya Odeeffannoo dhugaa barattoota sagantaa reemiidiyaalii dhiyeessu kanas join taasisaa!

#DillaUniversity #Yuunivarsiitii_Diillaa #Sagantaa_Reemeediyaalii

Bara 2016 tti barattoota sagantaa reemiidiyaalii haaraa Yuunivarsiitii Diillaatti ramadamtan maraaf guyyaan galmee Amajjii 23 fi 24 bara 2016 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera.

Iddoowwan galmee;

Mooraa guddaa Yuunivarsiitichaa (Kaampaasii Odaaya'aatti Biiroo Reejistraara argamutti

Gara Yuunivarsiitii yeroo seentan wantoonni qabachuu qabdan;

➭ Kaardii kutaa 8ffaa orijinaala fi kooppii isaa
➭ Tiraanskriiptii kutaa 9ffaa - 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa
➭ Suuraa abbaa 3X4 baay'inni isaa 8
➭ Ansoolaa, uffata qorraa, fi uffata boraatii akkasumas hidhannoo Ispoortii

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official

Akkasumas Chaanaalii barattoota sagantaa reemiidiyaalii kan ta'e link kana tuquun join taasisaa!

@Qubee_Online
@Qubee_Online
#Sagantaa_Reemeediyaalii #Remedial_Program

Barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf #share taasisaa!

Barnoonni sagantaa reemiidiyaalii ji'oota afurii ni kennama. Akkaataan qabxiin itti qabamus 30% keessaa Yuunivarsiitii ykn Koolleejjiitti dha.

Fakkeenyaaf barataman tokko 100 keessaa akka armaan gadiitti fide haa jennu;

        ➧ Maths --74
        ➧ physics--68
        ➧ English--76
        ➧ Biology--82
        ➧ Chemistry --86

Walumaa galatti 100% keessaa avereejiidhaa. ( 74+68+76+82+86)/5=77.2 fida.

Sana booda gara 30% tti jijjiirama.

ከዛ ወደ 30% ይቀየራል።
    x=(30% * 77.2)/100% =23.16 fida jechuudha. Qormaanni kun mooraa dhaa mooraatti gar gar ta'uu danda'a.

Hubadhaa as irratti Yuunivarsiitii keessarti qabxii hojjechuun xiqqoo cimuu ni danda'a.

🧑‍💻70% ammoo qormaata walii galaa Ministeerri Barnootaa baasu irraa kan qabamu ta'a.

👉 Kanneen armaan olii kun lamaan walitti ida'aamanii jechuunis 30% kan Yuunivarsiitiiwwanii fi 70% kan Ministeera Barnootaa kan keessaa 50% fi isaa ol kan fidan barattoota Freshman ta'u jechuudha. Qabxii sanaa gadi yoo fidan ammoo gara manaatti deebi'uu fi Dep barachuu.

Kanaafuu ammuma irraa kaasuun of qopheessaa! barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf share taasisaa! channel keenya Odeeffannoo dhugaa barattoota sagantaa reemiidiyaalii dhiyeessu kanas join taasisaa!

👇👇👇

@Qubee_Online
@Qubee_Online
#Sagantaa_Reemeediyaalii #Remedial_Program

Barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf #share taasisaa!

Barnoonni sagantaa reemiidiyaalii ji'oota afurii ni kennama. Akkaataan qabxiin itti qabamus 30% keessaa Yuunivarsiitii ykn Koolleejjiitti dha.

Fakkeenyaaf barataman tokko 100 keessaa akka armaan gadiitti fide haa jennu;

        ➧ Maths --74
        ➧ physics--68
        ➧ English--76
        ➧ Biology--82
        ➧ Chemistry --86

Walumaa galatti 100% keessaa avereejiidhaa. ( 74+68+76+82+86)/5=77.2 fida.

Sana booda gara 30% tti jijjiirama.

ከዛ ወደ 30% ይቀየራል።
    x=(30% * 77.2)/100% =23.16 fida jechuudha. Qormaanni kun mooraa dhaa mooraatti gar gar ta'uu danda'a.

Hubadhaa as irratti Yuunivarsiitii keessarti qabxii hojjechuun xiqqoo cimuu ni danda'a.

🧑‍💻70% ammoo qormaata walii galaa Ministeerri Barnootaa baasu irraa kan qabamu ta'a.

👉 Kanneen armaan olii kun lamaan walitti ida'aamanii jechuunis 30% kan Yuunivarsiitiiwwanii fi 70% kan Ministeera Barnootaa kan keessaa 50% fi isaa ol kan fidan barattoota Freshman ta'u jechuudha. Qabxii sanaa gadi yoo fidan ammoo gara manaatti deebi'uu fi Dep barachuu.

Kanaafuu ammuma irraa kaasuun of qopheessaa! barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf share taasisaa! channel keenya Odeeffannoo dhugaa barattoota sagantaa reemiidiyaalii dhiyeessu kanas join taasisaa!

👇👇👇

@Qubee_Online
#Sagantaa_Reemeediyaalii #Remedial_Program

Barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf #share taasisaa!

Barnoonni sagantaa reemiidiyaalii ji'oota afurii ni kennama. Akkaataan qabxiin itti qabamus 30% keessaa Yuunivarsiitii ykn Koolleejjiitti dha.

Fakkeenyaaf barataman tokko 100 keessaa akka armaan gadiitti fide haa jennu;

        ➧ Maths --74
        ➧ physics--68
        ➧ English--76
        ➧ Biology--82
        ➧ Chemistry --86

Walumaa galatti 100% keessaa avereejiidhaa. ( 74+68+76+82+86)/5=77.2 fida.

Sana booda gara 30% tti jijjiirama.

ከዛ ወደ 30% ይቀየራል።
    x=(30% * 77.2)/100% =23.16 fida jechuudha. Qormaanni kun mooraa dhaa mooraatti gar gar ta'uu danda'a.

Hubadhaa as irratti Yuunivarsiitii keessarti qabxii hojjechuun xiqqoo cimuu ni danda'a.

🧑‍💻70% ammoo qormaata walii galaa Ministeerri Barnootaa baasu irraa kan qabamu ta'a.

👉 Kanneen armaan olii kun lamaan walitti ida'aamanii jechuunis 30% kan Yuunivarsiitiiwwanii fi 70% kan Ministeera Barnootaa kan keessaa 50% fi isaa ol kan fidan barattoota Freshman ta'u jechuudha. Qabxii sanaa gadi yoo fidan ammoo gara manaatti deebi'uu fi Dep barachuu.

Kanaafuu ammuma irraa kaasuun of qopheessaa! barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf share taasisaa! channel keenya Odeeffannoo dhugaa barattoota sagantaa reemiidiyaalii dhiyeessu kanas join taasisaa!

👇👇👇

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Update #Sagantaa_Reemeediyaalii

Bu'aan qormaata barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 erga qormaanni bahumsaa barattoota eebbifamtoota Digirii jalqabaa xumurame booda akka ifa ta'u dhaga'ame.

Bu'aan qormaatichaa yoom ifooma kan jedhu irratti gaaffiin hedduun barattoota biraa ka'aa kan ture yoo ta'u, hooggantoota Ministeera Barnootaa biraa wanti dhaga'ames «Dhiyeenyatti, erga qormaanni bahumsaa xumurame booda guyyoota jiran keessatti» kan jedhudha.

Qormaanni barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara kanaa Waxabajjii 3-11 bara 2016 kennamaa turuun isaa ni yaadatama.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Update #Exit_Exam #Sagantaa_Reemeediyaalii

Bu'aan qormaata bahumsaa fi Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 yoom ifooma?

Qormaanni barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 Waxabajjii 11 bara 2016 xumuramuun isaa ni yaadatama. Akkasumas kan qormaata bahumsaa ammoo Waxabajjii 19 bara 2016.

Bu'aan isaanii yoom akka ifoomu gaafatameera. Kanaanis bu'aan qormaata barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii erga qormaanni bahumsaa xumurame booda guyyoota jiran keessatti ifa akka ta'u himameera. Yoo baay'ee kan turu ta'es hanga hanga Wiixata Waxabajjii 24 bara 2016 tti ifa akka ta'u himameera.

Bu'aan qormaata bahumsaa ammoo guyyoota itti aananitti Yuunivarsiitiiwwan barattoota isaanii eebbisiisuun dura kan ifoomu ta'uu himameera.

Odeeffannoo haaraa akkuma gadhiifameen isin biraan geenya follow fi share taasisaa!

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Sagantaa_Reemeediyaalii

Barattoonni hanga ammaatti qabxii keessan hin ilaalle kan connection isin rakkise group keenya irratti registration number keessan nuuf erguun isiniif ilaaluu dandeenya.

@Qubee_Media_Discussion
@Qubee_Media_Discussion

Hub:- yoo isin dide group sana irratti namoota 20+ affeeruun registration number keessan ergaa!
#Kutaa_12ffaa #Kutaa_8ffaa #Kutaa_6ffaa #Sagantaa_Reemeediyaalii #Freshman

Barattoota Sadarkaa 1ffaa irraa kaasee hanga Yuunivarsiitiitti jirtan maraaf, group keenya kan barattoota sadarkaa hunda irra jiraniif baname link kanaa gadi jiru tuquun erga join taasistan fi erga hiriyoota keessan irratti add taasistan booda material barnootaa barattoota fayyada jettanii yaaddan, gaaffilee barnootaan wal qabatan garaa garaa irratti gadhiisuu fi waliin mari'achuu dandeessu. Akkasumas qabxii barattoota kutaa 8ffaa fi 6ffaa barattoota hanga ammaatti hin ilaalleef ilaalaa!

👇👇👇

@Qubee_Media_Discussion
@Qubee_Media_Discussion