QUBEE MEDIA
20.3K subscribers
288 photos
8 videos
97 files
128 links
Buy ads: https://telega.io/c/Qubee_Media_Official

In this channel you'll find books, education information, exams, technology news, crypto news, website building and etc.

CEO :- @alfredoow
Download Telegram
#Ministeera_Barnootaa #Kutaa_12ffaa

"Qormaanni biyyooleessaa kutaa 12ffaa magaalota filataman keessatti toora interneetidhaan ni kennama" - Prof. Birhaanu Nagga

Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 magaalota filatamoo keessatti toora interneetii irratti akka kennamu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Ministirri Barnootaa Prof. Birhaanuu Naggaa, "Qormaanni kun guutummaan guutuutti toora interneetii irratti kennamuu kan hin dandeenye ta'us magaalota naannolee filataman keessatti akka kennamuuf hojjetamaa jira" jedhan.

Barattoonni naannolee hunda keessatti filataman qormaata isaanii toora interneetii irratti akka fudhatan beeksifameera.

Kanneen hafan qormaata isaanii haala idileetiin akka Fudhatan ibsaniiru.

Daarektarri Madaallii Barnootaa fi Qormaata Doktar Ishetuu Kabbadaa akka jedhanitti; Qormaata kana toora interneetii irratti gaggeessuuf hojiin qophaa'inaa hojjetamaa aka jirus himaniiru.

Barattoonni qormaata yaaliitiin akka shaakalan ni taasifamuu jedhaniiru.

Join 👇

@Qubee_Media_Official
#Update #Kutaa_12ffaa

Qormaanni Kutaa 12ffaa guyyaan itti kennamu ifa ta'e

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota Saayinsii Hawaasaatiif Adoolessa 3-5 bara 2016 tti, barattoota Saayinsii Uumamaatiif ammoo Adoolessa 9-11 bara 2016 karaa online fi Yuunivarsiitii keessatti waraqaa dhaan ni kennama.

Barattoonni Saayinsii Hawaasaa waraqaa irratti qoroman Waxabajjii 30 hanga Adoolessa 1 bara 2016 tti, akkasumas warreen Saayinsii Uumamaa ammoo Adoolessa 6-7 bara 2016 tti gara Yuunivarsiitiitti kan seenan ta'a.

© TIKVAH ETHIOPIA

Qormaata Model fi Exit Exam kan Department biroo argachuu link kana tuquun channel keenya Join taasisaa

@Quiztime_ET
@Quiztime_ET

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Update #Kutaa_12ffaa

Finfinneetti qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaatiif qophiiwwan dursaa hojjataman irratti mariin taasifamaa jira

Marii kana keessatti hoggantootni mana barnootaa magaalaa fi mootummaa akkasumas dhaabbilee barnoota dhuunfaa qooda fudhataniiru.

Qormaanni kutaa 12ffaa Finfinneetti karaa online kennamuuf qophiiwwan dursaa garaagaraa hojjatamuun isaanii ibsameera jedhan.

Qormaata online kennuuf kan barbaachisan:

➭ Kompiyuutaroota,
➭ Laaptooppii,
➭ Taableetota fi kan biroo wantoota barbaachisan guutuuf hojiin hojjetamaa jiraachuu isaas ibsaniiru.

Manneen barnootaa dhuunfaa qormaata kanaaf wantoota barbaachisan ammuma irraa kaasanii qopheessuun, qormaanni kun yeroo kennamuuf qophaa'etti akka kennamuuf deeggaruu qabu jedhame.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#MoE #Kutaa_12ffaa

Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa magaloota naannoo filataman 25 tti karaa Online kennuuf qophiin taasifamaa jira

Qormaata karaa waraqaatiin kennamuun dabalataatti karaa online barattoonni osoo bakkaa bakkatti hin socho'iin naannoo isaaniitti maatii isaanii bira osoo jiraatanii qormaata akka fudhataniif Ministeerri Barnootaa hojjechaa akka jiru himame.

Akkaataa kenniinsa qormaata kanaa kan milkaa'e taasisuuf qaamolee dhimmi isaan ilaallatu waliin hojjetamaa akka jirus ibsameera.

Barattoonni qormaata karaa online fudhatanis qormaata kana fudhachuu isaaniitiin dura akka shaakalaniif qophiin dursaa taasifamaa akka jirus himameera.

© Tikvah University

Qormaata Model fi Exit Exam kan Department biroo argachuu link kana tuquun channel keenya Join taasisaa

@Quiztime_ET
@Quiztime_ET

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Kutaa_12ffaa

Sagantaan Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa ifoomeera

➭ Qoramtoonni Saayinsii Hawaasaa

Roobii (03/11/2016)
      Ganama :- Afaan Ingiliffaa
      Guyyaa  :- Herregaa

Kamisa:- (04/11/2016)
      Ganama :- Aptituudii
      Guyyaa  :- Ji'oograafii

Jimaata:- (05/11/2016)
      Ganama :- History
      Guyyaa  :- Economics 

➭ Qoramtoota Saayinsii Uumamaatiif Adoolessa 9-11/2016 fudhatu.

Kibxata:- (09/11/2016)
      Ganama :- Afaan Ingiliffaa
      Guyyaa  :- Maths

Roobii (10/11/2016)
      Ganama :- Aptituudii
      Guyyaa  :- Physics

Kamisa:- (11/11/2016)
      Ganama :- Chemistry
      Guyyaa  :- Biology

➭ Qormaanni Bara 2016 magaalota filatamoo ta'an keessatti barattoonni filataman karaa online kan fudhatan yoo ta'u, kan hafan Yunivarsitiiwwan keessatti waraqaan ni fudhatu.

➭ Magaalota filatamoo 25 qormaanni kutaa 12ffaa karaa online dhaan itti kennamu fuulduratti ifa ni ta'a.

  Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
QUBEE MEDIA
Photo
#Update #Kutaa_12ffaa

Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 karaa online barattoota fudhataniif akkaataan itti qoroman ifa ta'e.

Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2016 karaa online fi karaa waraqaatiin ni kennama.

Bu'uura kanaanis barattoota qormaata kana karaa online fudhatan bakkeewwan ykn magaalota armaan olitii ibsaman irratti kan qormaata kana karaa online fudhatan ta'a.

Qormaata kana fudhachuu isaaniitiin duras qophii gahaa taasisuun barbaachisaa waan ta'eef kar'a Sanbata Caamsaa 10 bara 2016 irraa kaasee bakkeewwan qoromtoonni itti argamanitti naannoowwan ibsamanitii dhiyaachuun shaakaluu danda'u jedhameera.

Barattoonni qormaata kana fudhatan shaakala taasisuuf kana dura karaa naannoo ykn magaalaa itti qoromaniitiin Username fi Password isaaniif ergame manneen barnootaa isaanii irraa argachuu akka danda'an ibsameera.

Bu'uura kanaanis jalqaba gara siistama qormaataatti akkuma seenaniin password dhuunfaa isaanii kan hin irraamfanne jijjiirrachuu qabu.

Barattoonni qormaata kana fudhatan kilaastara itti ramadamaniin ala siistama kana fayyadamuu akka hin dandeenyes ibsameera.

©Tikvah Ethiopia

Qormaata Model fi Exit Exam kan Department biroo argachuu link kana tuquun channel keenya Join taasisaa

@Quiztime_ET
@Quiztime_ET

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#MoE #Kutaa_12ffaa

Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota karaa Online barattoota fudhataniif URL kilaastariin qophaa'ee irra seenuun akka shaakalam Ministeerri Barnootaa hubachiise.

Liinkiiwwan armaan gaditti jiran irratti barattoonni qormaata karaa online fudhatan akka ittiin shaakalaniif yoo ta'u, guyyaa qormaataa ammoo ittiin qoromu.

Hubachiisa :- Hanga ammaatti Username fi Password barattoonni hin arganne, haala mineesssitoota manneen barnootaa keessan biraa argachuu akka dandeessan Ministeerichi ibseera.

➧ Kilaastar 1

Finfinnee ፦ https://c2.exam.et
Naannoo Sidaamaa ፦ https://c2.exam.et
Naannoo Tigiraay ፦ https://c2.exam.et

➧ Kilaastar 2

Naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa ፦ https://c3.exam.et
Naannoo Gaambeellaa ፦ https://c3.exam.et
Naannoo Amaaraa ፦ https://c3.exam.et

➧ Kilaastar 3

Naannoo Beenishaan Gul Gumuz ፦ https://c4.exam.et
Naannoo Hararii ፦ https://c4.exam.et
Naannoo Affaar ፦ https://c4.exam.et

Naannoo Oromiyaa - 1

• Magaalaa Adaamaa ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Aggaaroo ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Amboo ፦ https://c4.exam.et
• Arsii Bahaa ፦ https://c4.exam.et
• Arsii Lixaa ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Asallaa ፦ https://c4.exam.et
• Baalee ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Baatuu ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Bishooftuu ፦ https://c4.exam.et
• Booranaa :- https://c4.exam.et
• Magaalaa Bulee Horaa ፦ https://c4.exam.et
• Buunoo Baddallee ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Dodolaa ፦ https://c4.exam.et
• Baalee Bahaa ፦ https://c4.exam.et
• Boorana Bahaa ፦ https://c4.exam.et
• Gujii ፦ https://c4.exam.et
• Harargee Bahaa ፦ https://c4.exam.et
• Harargee Lixaa ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Hoolataa ፦ https://c4.exam.et
• Horror Guduruu ፦ https://c4.exam.et
• Iluu Abbaa Booraa፦ https://c4.exam.et

➧ Kilaastar 4

Magaalaa Dirree Dhawaa፦ https://c5.exam.et

Naannoo Oromiyaa- 2
• Jimmaa፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Jimmaa ፦ https://c5.exam.et
• Qeellam Wallaggaa ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Maayaa ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Mattuu ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Moojoo ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Mooyaalee ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Najjoo ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Naqamtee ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Roobee ፦ https://c5.exam.et
• Sandaafaa Bakkee ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaakkisoo ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaashamannee፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaggar ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Shanoo ፦ https://c5.exam.et
• Shawaa Bahaa ፦ https://c5.exam.et
• Shawaa Kaabaa (Oromiyaa) ፦ https://c5.exam.et
• Shawaa Kibba Lixaa ፦ https://c5.exam.et
• Shawaa Lixaa ፦ https://c5.exam.et
• Wallagga Bahaa ፦ https://c5.exam.et
• Wallagga Lixaa ፦ https://c5.exam.et
• Gujii Lixaa፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Walisoo፦ https://c5.exam.et

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Kutaa_12ffaa

Sagantaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2016

• Kan Saayinsii Hawaasaa Adoolessa 3-5 bara 2016
• Kan Saayinsii Uumamaa Adoolessa 9-11 bara 2016 tti kennama.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Chemistry Grade 12 Model Online Exam.pdf
639.2 KB
#Kutaa_12ffaa

Qormaata Model kan barattoota kutaa 12ffaa bara 2016 kan barattoota karaa online qoromaniif yaaliidhaaf kenname.

Gosa barnootaa Keemistirii

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
QUBEE MEDIA
Photo
#Kutaa_12ffaa

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaatiif guyyaa har'aa jechuunis Adoolessa 3 irraa kaasee kan kennamu yoo ta'u,

Marsaa jalqabaatiin barattoonni Saayinsii Hawaasaa Adoolessa 3-5 tti ni qoromu.

Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara kanaa barattoonni 700,000 ol karaa online fi waraqaadhaan ni fudhatu!

Barattoota qormaata kana fudhataniif carraa gaarii!

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Kutaa_12ffaa #Kutaa_8ffaa #Kutaa_6ffaa #Sagantaa_Reemeediyaalii #Freshman

Barattoota Sadarkaa 1ffaa irraa kaasee hanga Yuunivarsiitiitti jirtan maraaf, group keenya kan barattoota sadarkaa hunda irra jiraniif baname link kanaa gadi jiru tuquun erga join taasistan fi erga hiriyoota keessan irratti add taasistan booda material barnootaa barattoota fayyada jettanii yaaddan, gaaffilee barnootaan wal qabatan garaa garaa irratti gadhiisuu fi waliin mari'achuu dandeessu. Akkasumas qabxii barattoota kutaa 8ffaa fi 6ffaa barattoota hanga ammaatti hin ilaalleef ilaalaa!

👇👇👇

@Qubee_Media_Discussion
@Qubee_Media_Discussion
#Kutaa_12ffaa

#Fake_News

Miidiyaaleen hawaasaa tokko tokko odeeffannoo sobaa hin jirre fiduun fi fakkeessuun qormaanni kutaa 12ffaa boru akka gadhiifamu himaa jiru.

Barattoonnis odeeffannoon miidiyaalee hawaasaa irra deemaa jiru kun soba ta'uu hubattanii hanga Ministeerri Barnootaa beeksisutti akka eegdan.

Hanga ammaatti wanti Ministeerri Barnootaa jedhe hin jiru, wanti haaraa akkuma gadhiifameen Qubeen isin biraan geessi!

Odeeffannoo barnootaa haaraa fi dhugaa argachuuf!
 
        👇👇👇

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official

Website 🌐

https://www.qubeeonline.com
https://www.qubeeonline.com
#Kutaa_12ffaa #Update

#MoE

Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa bara 2016 Wiixata dhufu ykn Qaammee 4 bara 2016 akka gadhiifamu Ministeerri Barnootaa beeksise.

#Share

Odeeffannoo barnootaa haaraa fi dhugaa argachuuf!
 
        👇👇👇

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official

Website 🌐

https://www.qubeeonline.com
https://www.qubeeonline.com
#Kutaa_12ffaa

Bu'aan qormaata akkuma gadhiifameen marsariitii armaan gadii irratti ni ilaaluu dandeessu.

Your results will be available on the following website as soon as it is released.

Karaa Website

1. eaes.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.edu.et
4. result.neaea.gov.et

Karaa Ergaa Gabaabaa

6284

Karaa Telegram Bot

@EAESbot