QUBEE MEDIA
20.3K subscribers
288 photos
8 videos
97 files
128 links
Buy ads: https://telega.io/c/Qubee_Media_Official

In this channel you'll find books, education information, exams, technology news, crypto news, website building and etc.

CEO :- @alfredoow
Download Telegram
#Exit_Exam

Bara 2016 tti qormaata bahumsaa walakkeessaa kan fudhatan barattoonni Yuunivarsiitii Mootummaa qabxiin isaanii ifa ta'eera.

Qabxii keessan ilaaluuf link kanaa gadi jiru tuqaa;

https://result.ethernet.edu.et/

Odeeffannoo sagantaa reemiidiyaaliitiin wal qabatu, waamicha Yuunivarsiitiiwwanii kan sagantaa reemiidiyaalii fi k k.f argachuuf join taasisaa

👇👇👇

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official

Akkasumas Chaanaalii barattoota sagantaa reemiidiyaalii kan ta'e link kana tuquun join taasisaa!

@Qubee_Online
@Qubee_Online
#Exit_Exam

Bara 2016 tti qormaata bahumsaa walakkeessaa kan fudhatan barattoonni Yuunivarsiitii Mootummaa qabxiin isaanii ifa ta'eera.

Qabxii keessan ilaaluuf link kanaa gadi jiru tuqaa;

https://result.ethernet.edu.et/

Odeeffannoo sagantaa reemiidiyaaliitiin wal qabatu, waamicha Yuunivarsiitiiwwanii kan sagantaa reemiidiyaalii fi k k.f argachuuf join taasisaa

👇👇👇

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official

Akkasumas Chaanaalii barattoota sagantaa reemiidiyaalii kan ta'e link kana tuquun join taasisaa!

@Qubee_Online
@Qubee_Online
#MoE
#Exit_Exam

Barattoonni 114 qabxiin isaanii guutummaa guutuutti haqameera!

Qormaata bahumsaa walirraa hojjechuu fi naamusa qormaataa kanneen biroo barattoonni cabsan 114 qabxiin isaanii guutummaa guutuutti haqamuu isaa Ministeerri Barnootaa ibse.

Ministeerichi ibsa hara Bitootessa 2/2016 dhaabbilee barnoota olaanoo Mootummaa fi dhuunfaatiif xalayaa barreesseen murtee isaa beeksiseera.

Naamusa qormaataa barattoonni hin kabajne 114 qabxiin isaanii guutummaa guutuutti haqamuu fi murteewwan dabalataa gara fuulduraatti fudhataman gara fuulduraatti kan ibsu ta'uu isaa xalayaa barreesse irratti ibseera.

Gurraandhala 6 hanga 11 bara 2016 guutummaa biyyattii keessatti dhaabbilee barnoota olaanoo Mootummaa argamanitti qormaata bahumsaa marsaa lammaffaa kennameen barattoonni kuma 119 ol qormaata kana fudhachuun isaanii ni yaadatama.

Odeeffannoo sagantaa reemiidiyaaliitiin wal qabatu, k k.f argachuuf join taasisaa

👇👇👇

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Exit_Exam

Qormaanni Bahumsaa ykn Exit Exam yoom kennama?

Qormaata bahumsaa kan fudhatan barattoota kaadhimamtoota Digirii jalqabaatiif hojiin odeeffannoo walitti qabuu dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaatti gaggeeffamaa jira.

Dhaabbileen kunneen odeeffannoo guutuu barattoota qormaata irra ta'aanii hanga Ebla 5 bara 2016 tti karaa ejensii barnootaa fi madaalliitiin mirkaneessanii akka Ministeera Barnootaaf ergan dhaga'aameera.

Qormaanni bahumsaa Ji'a Waxabajjii walakkeessa akka kennamu odeeffannoon Ministeera Barnootaa irraa argame ni ibsa.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#MoE #Exit_Exam

Baatii Waxabajjii bara 2016 kan kennamu qormaata bahumsaa ykn Exit Exam waliin wal qabatee yeroo jalqabaatiif barattoonni qoroman tokkoon tokkoon isaanii kaffaltii tajaajilaa birrii 500 kan kaffalan ta'uu isaa Ministeerri Barnootaa Dhaabbilee Barnoota olaanoo Mootummaa hundaaf xalayaa barreesseen ibseera.

Kanaanis barattoonni qormaata kana fudhattan karaa lakkoofsa Baankii Daldala Itoophiyaa :- 1000553176097 fayyadamuun hanga Kibxata Ebla 15 bara 2016 tti Ministeera Barnootaaf galii akka taasisan hubachiiseera.

Barattoonni nagayee ittiin kaffalan kooppii isaa karaa toora Email antedefar@gmail.com fi lakbt2013@gmail.com akka erganis jedhameera.

Mee barattoonni Yuunivarsiitii garaa garaa jirtan kan bara kana qormaata bahumsaa fudhattan waa'ee kana irratti haala Yuunivarsiitii keessan jiru karaa Bot keenya nuuf barreessaan

@commentforchannel_bot

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Exit Exam GeES.pdf
8.7 MB
Qormaata Exit Exam Department Geography and Environmental Study

#Exit_Exam

Barattoota Department Geography baratan hundaaf share taasisaa! akkasumas kan Department kan biroo akka gadhiifamuuf channel kana share fi join taasisaa!

Qormaata Model fi Exit Exam kan Department biroo argachuu link kana tuquun channel keenya Join taasisaa

@Quiztime_ET
@Quiztime_ET

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Exit_Exam

Ministeerri Barnootaa qormaata bahumsaa bara 2016 Baatii Waxabajjii keessa kennamuuf barattoota irra deebiin qoromaniif guyyaa galmee beeksise

Bara 2016 Baatii Waxabajjii keessa qormaata bahumsaa kennamu irra deebiin fudhachuuf barattoota eegaa jirtaniif guyyaan galmee Caamsaa 14-21 bara 2016 ta'uu isaa Ministeerri Barnootaa ibseera.

Galmeedhaafis birrii 500 kaffaluun karaa website https://exam.ethernet.edu.et galma'uu dandeessu jedhameera.

Kaffaltii tajaajilaa ykn kan jedhu galmees karaa Telebirr qofaaa akka kaffalamu beeksiseera.

Barattoota qormaata bahumsaa yeroo jalqabaatiif fudhataniif galmeen kan gaggeeffamu fi kaffaltiin kan raawwatamu karaa dhaabbileetiin ta'uu kan ibse Ministeerichi, odeeffannoo qormaataa gahaa karaa dhaabbilee isaaniitiin akka argatanis ibsameera.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Update #Exit_Exam

Dhaabbileen guyyaa har'aa erguun isaanirraa akka eegamu himame

Dhaabbileen barnoota olaanoo dhuunfaa Ji'a Waxabajjii bara 2016 keessa kan kennamu qormaata bahumsaa ykn Exit Exam barattoota isaanii fudhataniif odeeffannoo isaanii akka ergan yeroon isaaniif kenname har'a Caamsaa 16 bara 2016 dhuma.

Dhaabbileen kunneen odeeffannoo barattoota isaan biraa qormaata fudhatanii teempileetii Ministeerri Barnootaa qopheesse fayyadamuun erguun akka isaanirraa eegamu beeksisuun isaa ni yaadatama.

© Tikvah University

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
QUBEE MEDIA
Photo
#Exit_Exam

Ministeerri Barnootaa galmeen Qoramtoota qormaata ba’uumsaa Waxabajjii 2016 irra deebiin fudhatan hanga Caamsaa 25, 2016tti dheerachuu beeksise.

➧ Warra #Waxabajjii bara 2015 fi #Gurraandhala 2016 qoramtan ammas irra deebiin qoramuuf barbaaddaniif, akkasumas #Iyyattoonni qormaata #seeraa ba’umsaa Waxabajjii bara 2015 dura fudhatanii qabxii darbiinsaa hin arganne amma irra deebitanii fudhachuu barbaaddanii fi tarreen maqaan keessan Yuunivarsiitii keessan duraanii irraa gara Ministeera Barnootaatti ergame, yeroo murtaa’e keessatti galmee akka xumurtan.

Gaaffiin galmee yeroo armaan olitti ibsameen alatti dhiyaate fudhatama akka hin arganne Ministeerichi cimsee ibseera. Iyyattoonni ji’a Waxabajjii bara 2015 fi Guraandhala bara 2016 qormaata kana hin darbinee fi amma qormaata kana irra deebi’anii fudhachuu barbaadan kaffaltii tajaajilaa barbaachisu karaa Telebirr qofa kaffaluu qabu.

Herrega baankii daldalaa lakkoofsa 1000553176097 baname irratti akka galchitan ministeerri kun isin gaafatee jira dhimma kanaaf ta’uu fi nagahee sanaa kan ifatti mul’atu kan iskaan ta’e gara seneexit2016@gmail.com tti erguu hin dagatiinaa.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Exit_Exam

Gaaffii Barattoota hedduu kan ta'e guyyaa kenniinsa Qormaata Bahumsaa Yuunivarsiitii bara kanaa yoom kennama?

Qormaata Bahumsaa ykn Exit Exam waliin wal qabatee gaaffilee hedduun barattoota kaadhimamtoota Digirii jalqabaa irraa ka'aa kan jiran yoo ta'u, Ministeerri Barnootaa xalayaa barreesseen Qormaanni Bahumsaa Waxabajjii 14-21 bara 2016 akka kennamu ni mirkaneessa.

Qormaanni Bahumsaa karaa online yeroo sadaffaaf kennamu kun, barattoota qormaata kana irra deebiin fudhataniifis ni kennama.

© Tikvah University

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
EXIT EXAM Schedule FINAL 12 (1).xls
280.5 KB
#Exit_Exam

Sagantaa Qormaata Bahumsaa ykn Exit Exam kaadhimamtoota barattoota Digirii jalqabaa bara 2016

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
QUBEE MEDIA
EXIT EXAM Schedule FINAL 12 (1).xls
EXIT EXAM Schedule FINAL Tuesday JUNE 18).xls
275.5 KB
#Update #Exit_Exam

Sagantaa Qormaata Bahumsaa ykn Exit Exam fooyya'ee bahe kan sa'aatii waliin qabu.

Kaadhimamtoota barattoota Digirii jalqabaa bara 2016

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Exit Exam Software exercise bbbb.pdf
520.7 KB
#Exit_Exam

Akkaataa fayyadama walii galaa qormaata bahumsaa ykn Exit Exam, akkaataa itti password jijjiirtan, akkaataa itti gaaffiilee itti jalqabdan fi kannneen biroo.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Mangement_Sene 14_Session 3.xls
255.5 KB
#Exit_Exam #Yuunivarsiitii_Finfinnee

Barattoota Qormaata Bahumsaa ykn Exit Exam #Management Yuunivarsiitii Finfinneetti fudhattaniif bu'uura Sagantaa baheetiin qormaanni Jimaata Waxabajjii 14 bara 2016 marsaa sadiin kan kennamu yoo ta'u, iddoo itti qoromtan file kana irraa ilaalladhaa!

Kan Yuunivarsiitii kanneen biroos waan gadhiifnuuf channel keenya share fi join taasisaa!

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
EXIT EXAM Schedule - Revised.xls
196.5 KB
#Update #Exit_Exam

Barattoota hanga ammaatti hin argineef Sagantaan qormaata bahumsaa ykn Exit Exam bara kanaa inni sirriin kanadha!

Sagantaa Qormaata Bahumsaa ykn Exit Exam fooyya'ee bahe kan sa'aatii waliin qabu.

Kaadhimamtoota barattoota Digirii jalqabaa bara 2016

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Exit_Exam #Model_Exit_Exam

1st Model Exam links for the 2016 Exit Exam are now available!

Gaaffii Model kan Exit Exam bara 2016

Click on your department to access the exam


SOSA
 
Accounting and Finance

Marketing Management

Management

Economics

Computer Science

Civil Engineering

Architecture and Urban Planning

Construction  Technology and Management

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official