QUBEE MEDIA
15.2K subscribers
166 photos
6 videos
96 files
66 links
Buy ads: https://telega.io/c/Qubee_Media_Official

In this channel you'll find books, education information, exams, technology news, website building and etc.

CEO :- @alfredoow
Download Telegram
QUBEE MEDIA
Photo
#Update #Kutaa_12ffaa

Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 karaa online barattoota fudhataniif akkaataan itti qoroman ifa ta'e.

Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2016 karaa online fi karaa waraqaatiin ni kennama.

Bu'uura kanaanis barattoota qormaata kana karaa online fudhatan bakkeewwan ykn magaalota armaan olitii ibsaman irratti kan qormaata kana karaa online fudhatan ta'a.

Qormaata kana fudhachuu isaaniitiin duras qophii gahaa taasisuun barbaachisaa waan ta'eef kar'a Sanbata Caamsaa 10 bara 2016 irraa kaasee bakkeewwan qoromtoonni itti argamanitti naannoowwan ibsamanitii dhiyaachuun shaakaluu danda'u jedhameera.

Barattoonni qormaata kana fudhatan shaakala taasisuuf kana dura karaa naannoo ykn magaalaa itti qoromaniitiin Username fi Password isaaniif ergame manneen barnootaa isaanii irraa argachuu akka danda'an ibsameera.

Bu'uura kanaanis jalqaba gara siistama qormaataatti akkuma seenaniin password dhuunfaa isaanii kan hin irraamfanne jijjiirrachuu qabu.

Barattoonni qormaata kana fudhatan kilaastara itti ramadamaniin ala siistama kana fayyadamuu akka hin dandeenyes ibsameera.

©Tikvah Ethiopia

Qormaata Model fi Exit Exam kan Department biroo argachuu link kana tuquun channel keenya Join taasisaa

@Quiztime_ET
@Quiztime_ET

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#Exit_Exam

Ministeerri Barnootaa qormaata bahumsaa bara 2016 Baatii Waxabajjii keessa kennamuuf barattoota irra deebiin qoromaniif guyyaa galmee beeksise

Bara 2016 Baatii Waxabajjii keessa qormaata bahumsaa kennamu irra deebiin fudhachuuf barattoota eegaa jirtaniif guyyaan galmee Caamsaa 14-21 bara 2016 ta'uu isaa Ministeerri Barnootaa ibseera.

Galmeedhaafis birrii 500 kaffaluun karaa website https://exam.ethernet.edu.et galma'uu dandeessu jedhameera.

Kaffaltii tajaajilaa ykn kan jedhu galmees karaa Telebirr qofaaa akka kaffalamu beeksiseera.

Barattoota qormaata bahumsaa yeroo jalqabaatiif fudhataniif galmeen kan gaggeeffamu fi kaffaltiin kan raawwatamu karaa dhaabbileetiin ta'uu kan ibse Ministeerichi, odeeffannoo qormaataa gahaa karaa dhaabbilee isaaniitiin akka argatanis ibsameera.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Forwarded from Tucker Carlson Private Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
SHOCKING VIDEOS & DOCUMENTS⚠️

We believe TRUMP was biding his time and waited for the perfect moment to step in and save the country. This is MASSIVE - THE END OF THE DEEP STATE.

WHAT IS HAPPENING BEHIND THE SCENES?
WHAT IS THE MEDIA HIDING FROM US?

https://t.me/+McKE8xUIzrk1MWU0
https://t.me/+McKE8xUIzrk1MWU0

WATCH ALL THE VIDEOS HERE ↖️
«Ta'aanii kan Fannisan!?»🤔🤔🤔

"Teessee kan fanniste, dhaabbattee buusuu dhadhabdee......"

Seenessa Ajaa'ibaa barumsa irraa argattan kan Kurdoonni Iraaq seenessan

Kabajamtoota hordoftoota channel keenya qophii bashannanaa keenya har'aatiin ammoo kunoo seenessa ajaa'ibaa warra Iraaq isiniif qabannee dhiyaanneerra. Ittiin bohaaraa!

Link kana tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://www.qubeeonline.com/2024/03/seenessa-afaan-oromoon.html
#Beeksisa_Dhuunfaa

Namoota Hojii Online mana keessan teessanii guyyaatti daqiiqaa 5-10 qofaa hojjechuun qarshii hedduu hojjechuu barbaaddaniif link kanaa gadi jiru tuquun galma'aa hojjedhaa! qarshii hedduu argadhaa!

https://www.qubeeonline.com/2024/04/hojii-online.html

Namoonni invest taasistanii hojjechuu barbaaddan fi
Wanti isin rakkise yoo jiraate @qubeemkt_bot irratti nu qunnamaa!
#Update #Exit_Exam

Dhaabbileen guyyaa har'aa erguun isaanirraa akka eegamu himame

Dhaabbileen barnoota olaanoo dhuunfaa Ji'a Waxabajjii bara 2016 keessa kan kennamu qormaata bahumsaa ykn Exit Exam barattoota isaanii fudhataniif odeeffannoo isaanii akka ergan yeroon isaaniif kenname har'a Caamsaa 16 bara 2016 dhuma.

Dhaabbileen kunneen odeeffannoo barattoota isaan biraa qormaata fudhatanii teempileetii Ministeerri Barnootaa qopheesse fayyadamuun erguun akka isaanirraa eegamu beeksisuun isaa ni yaadatama.

© Tikvah University

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#University #Yuunivarsiitii

Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa ja’a Yuunivarsiitiiwwan Addunyaa sadarkaa olaanaa qaban kuma lama keessaa ramadamuu danda’aniiru.

Sadarkaa Yuunivarsiitiiwwan Addunyaa waggaa waggaan kan qopheessu Center for World University Rankings (CWUR) sadarkaa Yuunivarsiitiiwwan Addunyaa bara 2024 ifoomseera.

Sadarkaan kenname kanaan Yuunivarsiitiiwwan 20,966 keessaa, Yuunivarsiitiiwwan 2,000 ykn dhibbeentaa 9.5 qofa sadarkaa olaanaa qabu.

Sadarkaa bara 2024 irratti Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa 2000 keessa seenan

1. Yuniversitii Finfinnee ➭ 841ffaa
2. Yuniversitii Gondar ➭ 1701ffaa
3. Yuniversitii Maqalee ➭ 1748ffaa
4. Yuniversitii Jimmaa ➭ 1767ffaa
5. Yuniversitii Bahirdar ➭ 1886ffaa
6. Yuniversitii Haramaayaa ➭ 1982ffaa ta’aniiru.

Sadarkaa ammaa keessatti Yuunivarsiitiiwwan sadarkaa dura jiran 10 keessaa, 9 kan USA dha.

Kan hafe ilaaluuf;

https://cwur.org/2024.php

📸 University of Gondar

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
Mee har'a waa'ee gatii bilbilaa haa haasofnu, isin bilbilli amma itti fayyadamaa jirtan qarshii meeqaan bitame? qarshiin bilbilli ittiin bitamu hanga meeqaatti ni gaha jettannii yaaddu? Ajab! mee bilbiloota armaan gadii kanneen gatii isaanii ilaalaa;

Bilbiloota harkaa gatiin isaanii garmalee qaalii Addunyaa kana irra jiran Kudhan

Link kana tuquun dubbisaa! ajaa'ibsiifadhaa!


👇👇👇

https://www.qubeeonline.com/2024/05/bilbiloota-qaalii-addunyaa.html
Namoonni hin jalqabne jalqabaa! guyyaan isaa July 1 tti dheerateera

Namoota Hojii Online bilisaan hojjechuu barbaaddaniifi kan dura Notcoin kan isin darbeef amma kunoo Tapswap waan gaarii qabatee dhiyaateera. Akkuma Notcoin dha, link kanaa gadi jiru tuquun tap tap taasisaa akkasumas task achirra jiran guutuun fi namoota affeeruun coin walitti qabadhaa. Yeroo hedduun hin jiru waan ta'eef ariifadhaa, kana duras Notcoin shakkuudhaan namoonni hedduun hin hojjenne amma garuu Notcoin gurguramaa jira, kunis akkasumas kanaafuu carraa kana of hin dabarsiinaa, link kanaan seenaa!

App Psiphon buusuun VPN USA, UK, Ukraine, Russia, Germany fayyadamuun ammuma coin Miiliyoona 2 ol argadhaa!

👇👇👇

https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1238428618
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1238428618
QUBEE MEDIA
Photo
#Technology #Kalaqa

Post kana sirriitti react fi #share taasisa!

Jenereetara sagalee hin qabne yeroo tokkotti chaarjeffamee waggaa tokkoof tajaajilu danda’u kan kalaqe barataa Fedhasaa Shuumaa


Fedhasaan Godina Qeellam Wallaggaatti dhalatee kan guddate yoo ta'u, Magaalaa keessatti ogummaa tajaajila elektirikaan ni beekama. Hojii elektirika suphuu isaa kanas ibsaan baduu fi deebi'uun yeroo baay'ee jalaa gufachiiseera.

«Rakkoon dandeettii horata» akkuma jedhamu Fedhasaan hojii isaa irra deddeebiin kan jalaa gufachiiseef fala barbaaduuf ka'e, gara hojiittis seene.

Yaalii hedduminaan erga godhee booda, yeroo tokkotti chaarjeffamee Teeknooloojii waggaa tokkoof tajaajila kennuu danda'u kalaqeera.

Fayyisaan dandeettii fi hojiin humna jijjiirama fiduu danda’u jedhamuun abdiin keessa ture, meeshaa haaraa uumeera.

Fayyisaa ministirii hojii fi dandeettii jalatti, leenjii addaa fudhachuun fi deeggarsa dandeettii hojii argachuun teknolojii haaraa kana fooyyessuuf hojjeteera.

Teknolojichi tajaajila ifaa qofa osoo hin taane, moobaayilii, teeleevizhinii, firijii fi meeshaalee elektirooniksii kamuu chaarjessuu fi sochoosuu danda’a. Tekinoolojichi yeroo tokkotti chaarjeffamee deebi’ee fayyadamuun yeroo dheeraa humna kan qabaatudha.

Teknolojichi biyya keenya qofatti osoo hin taane addunyaa guutuutti jijjiirama fiduu danda’a jedhamuun abdiin irra ka'aameera.

Jeneretarri sagalee hin qabne kun, humna 300 wattii irraa jalqabee kan fayyadamu, barbaachisummaa fi fedhii fayyadamuu irratti hundaa’ee yeroo tokkotti chaarjeffamee waggaa tokkoof ol tajaajila kennuu danda’a jedhee Fedhasaan mirkaneesseera.

Bara 2014 irraa jalqabee Fedhasaan biyya keenya keessatti nama ibsaan mana isaatii hin banne kan jalqabaa ta'uu isaa EBC'n gabaaseera.

Amma Ministeera hojii fi dandeettii jalatti, Fedhasaan biyya keessatti kuusaa ifa qopheessuu fi teknolojii haaraa kana bal’inaan ummataaf dhiheessuu irratti hojjachaa akka jiru himameera.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
QUBEE MEDIA
Photo
#Exit_Exam

Ministeerri Barnootaa galmeen Qoramtoota qormaata ba’uumsaa Waxabajjii 2016 irra deebiin fudhatan hanga Caamsaa 25, 2016tti dheerachuu beeksise.

➧ Warra #Waxabajjii bara 2015 fi #Gurraandhala 2016 qoramtan ammas irra deebiin qoramuuf barbaaddaniif, akkasumas #Iyyattoonni qormaata #seeraa ba’umsaa Waxabajjii bara 2015 dura fudhatanii qabxii darbiinsaa hin arganne amma irra deebitanii fudhachuu barbaaddanii fi tarreen maqaan keessan Yuunivarsiitii keessan duraanii irraa gara Ministeera Barnootaatti ergame, yeroo murtaa’e keessatti galmee akka xumurtan.

Gaaffiin galmee yeroo armaan olitti ibsameen alatti dhiyaate fudhatama akka hin arganne Ministeerichi cimsee ibseera. Iyyattoonni ji’a Waxabajjii bara 2015 fi Guraandhala bara 2016 qormaata kana hin darbinee fi amma qormaata kana irra deebi’anii fudhachuu barbaadan kaffaltii tajaajilaa barbaachisu karaa Telebirr qofa kaffaluu qabu.

Herrega baankii daldalaa lakkoofsa 1000553176097 baname irratti akka galchitan ministeerri kun isin gaafatee jira dhimma kanaaf ta’uu fi nagahee sanaa kan ifatti mul’atu kan iskaan ta’e gara seneexit2016@gmail.com tti erguu hin dagatiinaa.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Forwarded from Q Anon Force
🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤

🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤

🔤🔤🔤🔤🔤🔤 🔽

We couldn’t risk everything we worked so hard on to be “deleted” so we posted the evidence on this new channel.

JOIN and SHARE this channel with everyone to see the evidence with your own eyes and then spread it everywhere and watch their false empire fall.

ONLY PART OF THIS MISSION LEFT TO COMPLETE BUT FOR THIS ACT WE NEED YOUR SUPPORT, JOIN IF YOU ARE AGAINST THE BIDEN GOVERNMENT.
🔽

https://t.me/+9UO6TcvzeQRhOTU0
https://t.me/+9UO6TcvzeQRhOTU0
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Sagantaa_Reemeediyaalii #Remedial_Program

Barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf #share taasisaa!

Barnoonni sagantaa reemiidiyaalii ji'oota afurii ni kennama. Akkaataan qabxiin itti qabamus 30% keessaa Yuunivarsiitii ykn Koolleejjiitti dha.

Fakkeenyaaf barataman tokko 100 keessaa akka armaan gadiitti fide haa jennu;

        ➧ Maths --74
        ➧ physics--68
        ➧ English--76
        ➧ Biology--82
        ➧ Chemistry --86

Walumaa galatti 100% keessaa avereejiidhaa. ( 74+68+76+82+86)/5=77.2 fida.

Sana booda gara 30% tti jijjiirama.

ከዛ ወደ 30% ይቀየራል።
    x=(30% * 77.2)/100% =23.16 fida jechuudha. Qormaanni kun mooraa dhaa mooraatti gar gar ta'uu danda'a.

Hubadhaa as irratti Yuunivarsiitii keessarti qabxii hojjechuun xiqqoo cimuu ni danda'a.

🧑‍💻70% ammoo qormaata walii galaa Ministeerri Barnootaa baasu irraa kan qabamu ta'a.

👉 Kanneen armaan olii kun lamaan walitti ida'aamanii jechuunis 30% kan Yuunivarsiitiiwwanii fi 70% kan Ministeera Barnootaa kan keessaa 50% fi isaa ol kan fidan barattoota Freshman ta'u jechuudha. Qabxii sanaa gadi yoo fidan ammoo gara manaatti deebi'uu fi Dep barachuu.

Kanaafuu ammuma irraa kaasuun of qopheessaa! barattoota sagantaa reemiidiyaalii hundaaf share taasisaa! channel keenya Odeeffannoo dhugaa barattoota sagantaa reemiidiyaalii dhiyeessu kanas join taasisaa!

👇👇👇

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#MoE #Kutaa_12ffaa

Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota karaa Online barattoota fudhataniif URL kilaastariin qophaa'ee irra seenuun akka shaakalam Ministeerri Barnootaa hubachiise.

Liinkiiwwan armaan gaditti jiran irratti barattoonni qormaata karaa online fudhatan akka ittiin shaakalaniif yoo ta'u, guyyaa qormaataa ammoo ittiin qoromu.

Hubachiisa :- Hanga ammaatti Username fi Password barattoonni hin arganne, haala mineesssitoota manneen barnootaa keessan biraa argachuu akka dandeessan Ministeerichi ibseera.

➧ Kilaastar 1

Finfinnee ፦ https://c2.exam.et
Naannoo Sidaamaa ፦ https://c2.exam.et
Naannoo Tigiraay ፦ https://c2.exam.et

➧ Kilaastar 2

Naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa ፦ https://c3.exam.et
Naannoo Gaambeellaa ፦ https://c3.exam.et
Naannoo Amaaraa ፦ https://c3.exam.et

➧ Kilaastar 3

Naannoo Beenishaan Gul Gumuz ፦ https://c4.exam.et
Naannoo Hararii ፦ https://c4.exam.et
Naannoo Affaar ፦ https://c4.exam.et

Naannoo Oromiyaa - 1

• Magaalaa Adaamaa ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Aggaaroo ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Amboo ፦ https://c4.exam.et
• Arsii Bahaa ፦ https://c4.exam.et
• Arsii Lixaa ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Asallaa ፦ https://c4.exam.et
• Baalee ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Baatuu ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Bishooftuu ፦ https://c4.exam.et
• Booranaa :- https://c4.exam.et
• Magaalaa Bulee Horaa ፦ https://c4.exam.et
• Buunoo Baddallee ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Dodolaa ፦ https://c4.exam.et
• Baalee Bahaa ፦ https://c4.exam.et
• Boorana Bahaa ፦ https://c4.exam.et
• Gujii ፦ https://c4.exam.et
• Harargee Bahaa ፦ https://c4.exam.et
• Harargee Lixaa ፦ https://c4.exam.et
• Magaalaa Hoolataa ፦ https://c4.exam.et
• Horror Guduruu ፦ https://c4.exam.et
• Iluu Abbaa Booraa፦ https://c4.exam.et

➧ Kilaastar 4

Magaalaa Dirree Dhawaa፦ https://c5.exam.et

Naannoo Oromiyaa- 2
• Jimmaa፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Jimmaa ፦ https://c5.exam.et
• Qeellam Wallaggaa ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Maayaa ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Mattuu ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Moojoo ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Mooyaalee ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Najjoo ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Naqamtee ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Roobee ፦ https://c5.exam.et
• Sandaafaa Bakkee ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaakkisoo ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaashamannee፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaggar ፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Shanoo ፦ https://c5.exam.et
• Shawaa Bahaa ፦ https://c5.exam.et
• Shawaa Kaabaa (Oromiyaa) ፦ https://c5.exam.et
• Shawaa Kibba Lixaa ፦ https://c5.exam.et
• Shawaa Lixaa ፦ https://c5.exam.et
• Wallagga Bahaa ፦ https://c5.exam.et
• Wallagga Lixaa ፦ https://c5.exam.et
• Gujii Lixaa፦ https://c5.exam.et
• Magaalaa Walisoo፦ https://c5.exam.et

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official