QUBEE MEDIA
20.7K subscribers
347 photos
9 videos
103 files
184 links
Buy ads: https://telega.io/c/Qubee_Media_Official

In this channel you'll find books, education information, exams, technology news, crypto news, website building and etc.

CEO :- @alfredoow
Download Telegram
#MoE
#Exit_Exam

Barattoonni 114 qabxiin isaanii guutummaa guutuutti haqameera!

Qormaata bahumsaa walirraa hojjechuu fi naamusa qormaataa kanneen biroo barattoonni cabsan 114 qabxiin isaanii guutummaa guutuutti haqamuu isaa Ministeerri Barnootaa ibse.

Ministeerichi ibsa hara Bitootessa 2/2016 dhaabbilee barnoota olaanoo Mootummaa fi dhuunfaatiif xalayaa barreesseen murtee isaa beeksiseera.

Naamusa qormaataa barattoonni hin kabajne 114 qabxiin isaanii guutummaa guutuutti haqamuu fi murteewwan dabalataa gara fuulduraatti fudhataman gara fuulduraatti kan ibsu ta'uu isaa xalayaa barreesse irratti ibseera.

Gurraandhala 6 hanga 11 bara 2016 guutummaa biyyattii keessatti dhaabbilee barnoota olaanoo Mootummaa argamanitti qormaata bahumsaa marsaa lammaffaa kennameen barattoonni kuma 119 ol qormaata kana fudhachuun isaanii ni yaadatama.

Odeeffannoo sagantaa reemiidiyaaliitiin wal qabatu, k k.f argachuuf join taasisaa

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#MoE #Exit_Exam

Baatii Waxabajjii bara 2016 kan kennamu qormaata bahumsaa ykn Exit Exam waliin wal qabatee yeroo jalqabaatiif barattoonni qoroman tokkoon tokkoon isaanii kaffaltii tajaajilaa birrii 500 kan kaffalan ta'uu isaa Ministeerri Barnootaa Dhaabbilee Barnoota olaanoo Mootummaa hundaaf xalayaa barreesseen ibseera.

Kanaanis barattoonni qormaata kana fudhattan karaa lakkoofsa Baankii Daldala Itoophiyaa :- 1000553176097 fayyadamuun hanga Kibxata Ebla 15 bara 2016 tti Ministeera Barnootaaf galii akka taasisan hubachiiseera.

Barattoonni nagayee ittiin kaffalan kooppii isaa karaa toora Email antedefar@gmail.com fi lakbt2013@gmail.com akka erganis jedhameera.

Mee barattoonni Yuunivarsiitii garaa garaa jirtan kan bara kana qormaata bahumsaa fudhattan waa'ee kana irratti haala Yuunivarsiitii keessan jiru karaa Bot keenya nuuf barreessaan

@commentforchannel_bot

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#MoE #Sagantaa_Reemiidiyaalii
#Reemiidiyaalii

Qormaanni Barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii Bara Kana Yoomii fi Eessatti Kennama?

#share

Qormaanni Barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 jalqaba Ji'a Waxabajjiitti ni kennama :- Ministeera Barnootaa

Qormaanni Barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii jalqaba Ji'a Waxabajjii dhufuutti guyyoota 15'f Yuunivarsiitiiwwan Mootummaatti qofaa kennuuf hojjetamaa akka jiru Ministeerri Barnootaa beeksiseera.

Bara darbe rakkoo uumame furuuf qormaata barattoota reemiidiyaalii Yuunivarsiitiiwwan Mootummaatti qofaa kennuufi.

Qormaata 70% irraa qophaa'i kana Ji'a Waxabajjii jalqabatti guyyoota 15'f karaa online, karaa online fi karaa waraqaa ykn ammoo bifa sirriitti eegameen karaa waraqaa kennuuf hojjetamaa jira jedhameera.

Bara kana barattoonni 32,500 qabxii 50% fi isaa ol fiduun kallattiin Yuunivarsiitii seenanii barumsa isaanii hordofaa kan jiran yoo ta'u, barattoonni 78,000 ol ammoo Yuunivarsiitiiwwan Mootummaatti sagantaa Reemiidiyaaliitiin barnoota isaanii hordofaa jiru.

Barnoonni Sagantaa Reemiidiyaalii Ji'a Mudde irraa kaasee hanga Waxabajjii bara 2016 kennamaa kan jiru yoo ta'u, qabxiin isaanii 30% Yuunivarsiitiiwwan isaaniitti kan xumuran ta'a, 70% ammoo qormaata Ministeerri Barnootaa baasu irraa madaalamu.

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#MoE #Kutaa_12ffaa

Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa magaloota naannoo filataman 25 tti karaa Online kennuuf qophiin taasifamaa jira

Qormaata karaa waraqaatiin kennamuun dabalataatti karaa online barattoonni osoo bakkaa bakkatti hin socho'iin naannoo isaaniitti maatii isaanii bira osoo jiraatanii qormaata akka fudhataniif Ministeerri Barnootaa hojjechaa akka jiru himame.

Akkaataa kenniinsa qormaata kanaa kan milkaa'e taasisuuf qaamolee dhimmi isaan ilaallatu waliin hojjetamaa akka jirus ibsameera.

Barattoonni qormaata karaa online fudhatanis qormaata kana fudhachuu isaaniitiin dura akka shaakalaniif qophiin dursaa taasifamaa akka jirus himameera.

Β© Tikvah University

Qormaata Model fi Exit Exam kan Department biroo argachuu link kana tuquun channel keenya Join taasisaa

@Quiztime_ET
@Quiztime_ET

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#MoE #Kutaa_12ffaa

Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota karaa Online barattoota fudhataniif URL kilaastariin qophaa'ee irra seenuun akka shaakalam Ministeerri Barnootaa hubachiise.

Liinkiiwwan armaan gaditti jiran irratti barattoonni qormaata karaa online fudhatan akka ittiin shaakalaniif yoo ta'u, guyyaa qormaataa ammoo ittiin qoromu.

Hubachiisa :- Hanga ammaatti Username fi Password barattoonni hin arganne, haala mineesssitoota manneen barnootaa keessan biraa argachuu akka dandeessan Ministeerichi ibseera.

➧ Kilaastar 1

Finfinnee ፦ https://c2.exam.et
Naannoo Sidaamaa ፦ https://c2.exam.et
Naannoo Tigiraay ፦ https://c2.exam.et

➧ Kilaastar 2

Naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa ፦ https://c3.exam.et
Naannoo Gaambeellaa ፦ https://c3.exam.et
Naannoo Amaaraa ፦ https://c3.exam.et

➧ Kilaastar 3

Naannoo Beenishaan Gul Gumuz ፦ https://c4.exam.et
Naannoo Hararii ፦ https://c4.exam.et
Naannoo Affaar ፦ https://c4.exam.et

Naannoo Oromiyaa - 1

β€’ Magaalaa Adaamaa ፦ https://c4.exam.et
β€’ Magaalaa Aggaaroo ፦ https://c4.exam.et
β€’ Magaalaa Amboo ፦ https://c4.exam.et
β€’ Arsii Bahaa ፦ https://c4.exam.et
β€’ Arsii Lixaa ፦ https://c4.exam.et
β€’ Magaalaa Asallaa ፦ https://c4.exam.et
β€’ Baalee ፦ https://c4.exam.et
β€’ Magaalaa Baatuu ፦ https://c4.exam.et
β€’ Magaalaa Bishooftuu ፦ https://c4.exam.et
β€’ Booranaa :- https://c4.exam.et
β€’ Magaalaa Bulee Horaa ፦ https://c4.exam.et
β€’ Buunoo Baddallee ፦ https://c4.exam.et
β€’ Magaalaa Dodolaa ፦ https://c4.exam.et
β€’ Baalee Bahaa ፦ https://c4.exam.et
β€’ Boorana Bahaa ፦ https://c4.exam.et
β€’ Gujii ፦ https://c4.exam.et
β€’ Harargee Bahaa ፦ https://c4.exam.et
β€’ Harargee Lixaa ፦ https://c4.exam.et
β€’ Magaalaa Hoolataa ፦ https://c4.exam.et
β€’ Horror Guduruu ፦ https://c4.exam.et
β€’ Iluu Abbaa Booraa፦ https://c4.exam.et

➧ Kilaastar 4

Magaalaa Dirree Dhawaa፦ https://c5.exam.et

Naannoo Oromiyaa- 2
β€’ Jimmaa፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Jimmaa ፦ https://c5.exam.et
β€’ Qeellam Wallaggaa ፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Maayaa ፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Mattuu ፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Moojoo ፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Mooyaalee ፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Najjoo ፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Naqamtee ፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Roobee ፦ https://c5.exam.et
β€’ Sandaafaa Bakkee ፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Shaakkisoo ፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Shaashamannee፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Shaggar ፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Shanoo ፦ https://c5.exam.et
β€’ Shawaa Bahaa ፦ https://c5.exam.et
β€’ Shawaa Kaabaa (Oromiyaa) ፦ https://c5.exam.et
β€’ Shawaa Kibba Lixaa ፦ https://c5.exam.et
β€’ Shawaa Lixaa ፦ https://c5.exam.et
β€’ Wallagga Bahaa ፦ https://c5.exam.et
β€’ Wallagga Lixaa ፦ https://c5.exam.et
β€’ Gujii Lixaa፦ https://c5.exam.et
β€’ Magaalaa Walisoo፦ https://c5.exam.et

Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#MoE

Ministeerri Barnootaa yeroo galmee qormaata Seensa Sagantaa Digirii Lammaffaa (NGAT) beeksise.

Galmeen Qormaata Seensa Sagantaa Digirii Lammaffaa (NGAT) Adoolessa 24 hanga Hagayya 5, 2016tti akka gaggeeffamu Ministeerichi ibseera.

Namoonni sagantaa digirii lammaffaa barachuuf fedhii qabdan ulaagaalee unka galmee irratti tarreeffaman guutuudhaan karaa https://NGAT.ethernet.edu.et galmaa'uu akka dandeessan ibsameera.

Galmaa'uuf;

https://NGAT.ethernet.edu.et

Odeeffannoo sagantaa reemiidiyaaliitiin wal qabatu, waamicha Yuunivarsiitiiwwanii kan sagantaa reemiidiyaalii fi k k.f argachuuf join taasisaa
 
        πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
#MoE #Ministeera_Barnootaa

Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2017 jalqabee dhaabbilee barnoota olaanoo hundatti kaalaandarii barnootaa dhaabbataa ta'e hojiirra oolchuu ni jalqaba.

Deetaa Ministeera Barnootaatiin irratti mallatteeffamee Adoolessa 30 bara 2016 Yuunivarsiitiiwwan hundaaf xalayaa ergameen

β˜… Barattoonni digirii jalqabaa waggaa 1ffaa yeroon itti galma'aan ykn report taasisan Fulbaana 7 fi 8 bara 2017

β˜… Barattoota sagantaalee Digirii jalqabaa fi Digirii Lammaffaa hundaaf galmeen Fulbaana 9 fi 10 bara 2017

β˜… Barattoota sagantaalee Digirii jalqabaa fi Digirii Lammaffaa hundaaf Seemisteerri 1ffaa Fulbaana 13 bara 2017 ni jalqaba.


Guutummaa kaalaandarii kanaa suuraa armaan olii irraa ilaalaa! ☝️☝️☝️

Odeeffannoo Yuunivarsiitiiwwanii kan sagantaa reemiidiyaalii fi k k.f argachuuf join taasisaa
 
        πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official

Website 🌐

https://www.qubeeonline.com
https://www.qubeeonline.com
#MoE

Baankii Barsiisotaa hundeessuuf karoorfamuu Birhaanuu Naggaa himan

Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa jireenyaafi ogummaa barsiisaa jabeessuuf baankii barsiisotaa hundeessuuf karoorri akka jiru beeksisan.

Ministeerichi Sambata ganama fuula miidiyaa hawaasaa isaa gubbaatti ibsa gabaabaa baaseen karoorri kun jiraachuun ibsamuu gabaase.

Piroofeesar Birhaanuun kana kan dubbatan Yunivarsiitii Haraamayaatti daawwannaa wayita godhanidha.

Ministirichi barsiisota Yunivarsiitichatti leenjii gannaa hordofaa jiran daawwachuun waliin mariyataniiru jedha gabaasichi.

Madda :- BBC News Afan Oromo

Odeeffannoo Yuunivarsiitiiwwanii kan sagantaa reemiidiyaalii fi k k.f argachuuf join taasisaa
 
        πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official

Website 🌐

https://www.qubeeonline.com
https://www.qubeeonline.com
QUBEE MEDIA
#GAT Guyyaa qormaata galmee GAT dheerateera. Kanaanis hanga Hagayya 10 bara 2016 tti kan itti fufu ta'a. Odeeffannoo sagantaa reemiidiyaaliitiin wal qabatu, waamicha Yuunivarsiitiiwwanii kan sagantaa reemiidiyaalii fi k k.f argachuuf join taasisaa          β€¦
#MoE #Ministeera_Barnootaa #GAT

"Qormaanni biyyooleessaa kutaa 12ffaa magaalota filataman keessatti toora interneetidhaan ni kennama" - Prof. Birhaanu Nagga

Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 magaalota filatamoo keessatti toora interneetii irratti akka kennamu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Ministirri Barnootaa Prof. Birhaanuu Naggaa, "Qormaanni kun guutummaan guutuutti toora interneetii irratti kennamuu kan hin dandeenye ta'us magaalota naannolee filataman keessatti akka kennamuuf hojjetamaa jira" jedhan.

Barattoonni naannolee hunda keessatti filataman qormaata isaanii toora interneetii irratti akka fudhatan beeksifameera.

Kanneen hafan qormaata isaanii haala idileetiin akka Fudhatan ibsaniiru.

Daarektarri Madaallii Barnootaa fi Qormaata Doktar Ishetuu Kabbadaa akka jedhanitti; Qormaata kana toora interneetii irratti gaggeessuuf hojiin qophaa'inaa hojjetamaa aka jirus himaniiru.

Barattoonni qormaata yaaliitiin akka shaakalan ni taasifamuu jedhaniiru.

@Qubee_Media_Official
QUBEE MEDIA
#GAT Guyyaa qormaata galmee GAT dheerateera. Kanaanis hanga Hagayya 10 bara 2016 tti kan itti fufu ta'a. Odeeffannoo sagantaa reemiidiyaaliitiin wal qabatu, waamicha Yuunivarsiitiiwwanii kan sagantaa reemiidiyaalii fi k k.f argachuuf join taasisaa          β€¦
#NGAT #MoE

Qormaanni seensaa barattoota Digirii Lammaffaa (NGAT) guyyaa itti kennamu fi sa'aatii isaa

Qormaanni kun Hagayya 30 bara 2016 hanga Qaammee 1 bara 2016 tti akka kennamu ni beekama.

Sagantaa isaa guutuu department waliin suuraa armaan olii irraa ilaalaa.

Odeeffannoo barnootaa haaraa fi dhugaa argachuuf!
 
        πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official

Website 🌐

https://www.qubeeonline.com
https://www.qubeeonline.com
#Kutaa_12ffaa #Update

#MoE

Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa bara 2016 Wiixata dhufu ykn Qaammee 4 bara 2016 akka gadhiifamu Ministeerri Barnootaa beeksise.

#Share

Odeeffannoo barnootaa haaraa fi dhugaa argachuuf!
 
        πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official

Website 🌐

https://www.qubeeonline.com
https://www.qubeeonline.com
QUBEE MEDIA
#Kutaa_12ffaa #Update #MoE Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa bara 2016 Wiixata dhufu ykn Qaammee 4 bara 2016 akka gadhiifamu Ministeerri Barnootaa beeksise. #Share Odeeffannoo barnootaa haaraa fi dhugaa argachuuf!           πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Qubee_Media_Official @Qub…
#Update #Kutaa_12ffaa #MoE

Bara kana hoo qabxiin akkamii ni galma'a laata?

Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 boru ni ifooma.

✈️ Ministeerri Barnootaa waa'ee bu'aa qormaataa boru waaree booda ibsa ni kenna. Nutis hordofnee kan dhiyeessinu ta'a.

✈️ Kanaan dura akka odeeffannoo Ministirri Barnootaa, Prof. Birhaanuu Naggaan ibsa kennaniin, barattoota qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa fudhachuuf galmaa’an 701,749 keessaa barattoonni 684,205 ykn dhibbeentaa 97.5 qormaata fudhataniiru.

✈️ Kanneen hafan immoo sababoota adda addaa fi barnoota isaanii yeroon booda waan eegalaniif qormaata kana hin fudhanne.

✈️ Qoromtoota keessaa barattoonni 29,718 qormaata kana karaa onlaayinii yeroo jalqabaaf fudhataniiru.

✈️ Bu'aan qormaata biyyaalessaa boru, Qaammee, 4/2016 ni ifooma jedhamee eegama.

✈️ Waggoota darban keessa keessumaa yeroo barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo (Yuunivarsiitii) seenanii qormaata fudhachuu eegalan irraa eegalee bu'aan baay'ee gadi aanaa / baay'inaan barattoonni bu'aa darbiinsaa hin galmeessan ta'uun ni beekama.

✈️ Fakkeenyaaf, bara 2015 barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan 845,099 keessaa %50 fi isaa ol galmeessuu kan danda’e 27,267/3.2% qofa.

✈️ Sana dura bara 2014 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa irratti barattoonni 896,520 qoratamanii qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol kan argatan yoo ta’u, dhibbeentaa 30,034 / 3.3 qofatu darbe.

✈️ Ministeerri Barnootaa barattoonni darban sun Yuunivarsiitii akka seenan hayyamuuf lakkoofsi barattoota kallattiin darban xiqqaa ta’uu hordofee sagantaa sirreeffamaa hojjechaa tureera.

✈️ Hojiin kun "yeroo tokko qofa" ta'uu qaba jedhamee kan yaadame yoo ta'u, bara 2015 sababa lakkoofsi namoota kallattiin darban muraasa ta'uu isaatiin Ministeerri Barnootaa waadaa gale cabsuu isaanii ifatti dhiifama gaafachuun sagantaa sirreeffamaa akka itti fufu hayyameera.

Β° Bara kana bu'aan akkamii galmaa'a?
Β° Barattoonni meeqa qabxii darbiinsaa galmeessa?


✈️ Bu'aan qormaata kanaa boru waaree booda Ministeera Barnootaatiin ni ifooma.

Barattoota fi maatii barattootaa qormaata kutaa 12ffaa fudhatan maraaf carraa gaarii!

Odeeffannoo barnootaa haaraa fi dhugaa argachuuf!
 
     
βœ‰οΈβœ‰οΈ

@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official

🌐🌐


Https://www.qubeeonline.com
Https://www.qubeeonline.com
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Reemeediyaalii
#MoE
#Ministeera_Barnootaa

Qabxiin Barattoota Sagantaa Reemeediyaalii ifoomeera

Bara 2016 tti sagantaa reemeediyaaliin barnoota isaanii hordofaa kan turan barattoonni qabxiin isaanii gadhiifameera.

Barattoonni qabxii keessan link armaan gadiitiin seenuun ilaaluu ni dandeessu!

πŸ‘‡

https://result.ethernet.edu.et/

Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!

@Qubee_Media_Official βœ…
@Qubee_Media_Official βœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Kutaa_12ffaa
#MoE

Bara 2016 tti qormaata kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii seensa Yuunivarsiitii barattoonni fiddan ramaddiin yeroo dhiyootti akka ifoomu Ministeerri Barnootaa ibseera.

Barattoonni qabxii seensa Yuunivarsiitii fiddan, hanga ramaddiin ifoomutti obsaan akka eegdan Ministeerichi beeksiseera.

Nutis akkuma kana duraa wanti haaraa akkuma gadhiifameen isin biraan geenya join fi share taasisaa!

Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!

@Qubee_Media_Official βœ…
@Qubee_Media_Official βœ…

Website 🌐🌐

https://www.qubeeonline.com
https://www.qubeeonline.com
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Kutaa_12ffaa
#Ministeera_Barnootaa
#MoE

Ramaddiin Yuunivarsiitii bara 2017 ifoome

Bara 2016 tti qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii darbiinsaa kanneen fiddan ramaddiin Yuunivarsiitii kan ifoome yoo ta'u, karaalee armaan gadiin ilaaluu dandeessu.

Karaa Website

https://placement.ethernet.edu.et

Karaa Bot Telegram

https://t.me/moestudentbot

Hub :- gaaffii jijjiirraa Yuunivarsiitii Ministeerichi kan hin fudhanne ta'uu ibse.

Yuunivarsiitii isin gahe Group keenya irratti barreessuun nama iddoo wal fakkaataa gahe barbaadaa.

Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!

@Qubee_Media_Official βœ…
@Qubee_Media_Official βœ…

Website 🌐🌐

https://www.qubeeonline.com
https://www.qubeeonline.com
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Sagantaa_Reemeediyaalii
#MoE

Ministeerri Barnootaa akkaataa qabama qabxii Sagantaa reemeediyaalii irratti fooyya'iinsa taasiseera

Bara 2015 irraa kaasee barattoonni kutaa 12ffaa qabxii 50% gadi fidan sagantaa reemeediyaaliin barnoota isaanii akka hordofan taasifamaa akka jiru ni beekama.

Bu'uura kanaanis barattoonni kunneen 70% qormaata Ministeerri Barnootaa baasu irraa fi 30% ammoo kan Yuunivarsiitiitti qophaa'uun madaalamanii walumaa galatti 50% fi isaa ol yoo fidan freshman course baratu.

Haa ta'u malee 30% irraa dhaabbilee barnoota olaanoo ykn Yuunivarsiitiiwwanitti qormaata kennamu irratti komiin ka'uu Yuunivarsiitiiwwan Mootummaa fi dhuunfaa ibsaniiru.


Kanaanis bara barnootaa 2017 irraa kaasee barattoonni sagantaa reemeediyaalii kan ittiin madaalaman 100% irraa Ministeerri Barnootaa akka qopheessu murtaa'eera.

Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!

@Qubee_Media_Official βœ…
@Qubee_Media_Official βœ…

Website 🌐🌐

https://www.qubeeonline.com
https://www.qubeeonline.com
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Sagantaa_Reemeediyaalii
#Ministeera_Barnootaa
#MoE

Bara barnootaa 2017 tti barnoonni sagantaa reemeediyaalii ni hafa oduun jedhu #soba ta'uu isaa Ministeerri Barnootaa ifoomseera.

Waggoota lamaan darbanitti hojiirra kan oolee jiru Sagantaan Reemiidiyaalii Β«Bara kanatti sababa hanqina baajataatiin adda citeera Β» odeeffannoo jedhu #soba ta'uu isaa Ministeerri Barnootaa ibseera.

Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!

@Qubee_Media_Official βœ‰οΈ
@Qubee_Media_Official βœ‰οΈ

Website 🌐🌐

https://www.qubeeonline.com
https://www.qubeeonline.com
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM