🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.35K subscribers
41 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
Photo Dubartoota sadan(3) .

Muslimoonni Allah arshi gubbaa ta’e jira jedhu dubartii tana kuno
Allah=Allat.


Surraa 9:129👇
فَإِن : But if
تَوَلَّوْا۟ : they turn away,
فَقُلْ : then say,
حَسْبِىَ : "Sufficient for me
ٱللَّهُ : (is) Allah.
لَآ : (There is) no
إِلَٰهَ : god
إِلَّا : except
هُوَۖ : Him.
عَلَيْهِ : On Him
تَوَكَّلْتُۖ : I put my trust.
وَهُوَ : And He
رَبُّ : (is the) Lord
ٱلْعَرْشِ : (of) the Throne,
ٱلْعَظِيمِ : the Great."


Link kana xuqaa
Pre Islamic Arabian gods - Google ፍለጋ
https://www.google.com/search?client=chrome-mobile&sca_esv=ed897b2776f2f88d&sxsrf=ACQVn08RIOYV5ZnLLGzw2kFd_8myk-xXPg:1707031960553&q=Pre+Islamic+Arabian+gods&sa=X&ved=2ahUKEwiG3IPNlZGEAxVyRKQEHU9hCt8Q1QJ6BAg0EAI&biw=360&bih=648&dpr=2
🌹kutaa-6-ffaa =
🕹Gafii fi Deebii Muslimota👈

Maarqoos 1:14
Erga Yohannis mana hidhaatti galfamee booddee, Iyyaasuus(Kiristoos) #wangeela #Waaqayyoo lallabaa Galiilaa seene.

❶=gaafii Muslimoota kana irratti Kiristoos wangeela hin qabuu ofii isaa iyyuu wangeela Waaqayyo Lallaba jedhuu.

Deebii keenya Kiristoos illee wangeela qaba kani jedhuu ta'a.

❶➻Maarqoos 1:1
Jalqaba #wangeela_Iyyaasuus Kiristoos Ilma Waaqaa.

➋➻Galaatiyaa 1:7
#wangeelli biraa illee hin jiru. Garuu namoonni isin dogoggorsanii #wangeela_Kiristoos jalʼisuu yaalan tokko tokko jiru.

➌➻2 Tasaloonqee 1:7-8
isin warri rakkinni irra gaʼe, Gooftaan keenya Iyyaasus yeroo #maleekota isaa humna guddaa qabanii wajjin samii irraa mulʼatu nuu wajjin boqonnaa isiniif kenna  inni samii irraa kan mulʼatu #ibidda #bobauun yeroo taʼu, warra Waaqayyoon hin beeknee fi waee #wangeela_Gooftaa keenya Iyyaasuus #ibsuuf hin ajajamne irratti haaloo ni baʼa

Ragaa dabalataa dubbisaa Rome 15:19* Filiphisiiyus 1:17*  2Qor 9:13
▬▬▬▬▬▬▬
wangeela Waaqayyo yoo jennee fi wangeela Kiristoos yoo jennee Tokkummaa malee wanta biraa miti. « wangeela Kiristoos kani ta’e hundi kani Abbaati, wangeela Abbaa kani ta’e hundi kani Kiristoos »

➍➻Yohaannis 17:10
wanti kan koo taʼe hundi kan kee ti; wanti kan kee taʼe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera

𝙞𝙗𝙨𝙖 𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖.
jechi ❝ #wangeela❞ jedhu kaaku dura fi Kakuu haaraa keessatti bareeffame ni argama Fakeenyaf kitaaba kaaku durii isaa Afaanii Ibraayisxiitti irraa gara Afaanii Giriikiitiin bareefame keessatti ni argatu.

kitaaba Raaji isayaas 52:7👈
kitaaba Raaji Nahomi 1:15👈

kaakuu haaraa keessatti immoo jechi wangeela jedhuu

Maarqoos 1:1👈, 1:14👈
Maatewos 4:23👈

kitaaba kaaku haaraa keessa iddoo baay'ee jira,  afaanii kamiyyuu ni argama

𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙬𝙖𝙣𝙜𝙚𝙚𝙡𝙖 𝙬𝙖𝙖𝙦𝙖𝙮𝙮𝙤𝙤 𝙡𝙖𝙡𝙡𝙖𝙗𝙚𝙚 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙪𝙣 𝙬𝙖'𝙚𝙚 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙙𝙪𝙗𝙖𝙩𝙚 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙪𝙙𝙝𝙖.

➎➻Yohaannis 16:15
Wanni Abbaan qabu hundinuu kan koo ti. Inni #waanuma_koo #fuudhee isinitti beeksisa jechuun koos kanumaaf

➏➻2Qorontos 2:12
Yeroo ani #wangeela_Kiristoos lallabuuf Xirooʼaas dhaqee Gooftaan balbala naa banetti


𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚞𝚞 𝚒𝚓𝚘𝚘𝚕𝚕𝚎𝚎 #𝚖𝚞𝚜𝚕𝚒𝚖𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚜𝚞𝚞𝚝𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊 𝚒𝚕𝚊𝚊𝚕𝚊 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚘𝚕𝚒 𝚐𝚊𝚍𝚒 𝚍𝚎𝚎𝚖𝚝𝚊𝚗𝚒 𝚋𝚘𝚚𝚘𝚗𝚗𝚊 𝚘𝚏𝚒 𝚑𝚒𝚗 𝚍𝚑𝚘𝚛𝚔𝚒𝚗𝚊
𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑜𝑡𝑎👇
𝑙𝑖𝑛𝑘 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑥𝑢𝑞𝑎.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Audio
Falmii Orthodoksi fi Muslimaa
=Orthodoksi irraa Gutema
=Muslima irraa sheeki furqani

« 𝑔𝑎𝑎𝑓𝑖 𝑘𝑖𝑡𝑎𝑏𝑎 𝑞𝑢𝑙𝑞𝑢𝑙𝑙𝑢𝑢 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 »
         ❝  #𝑜𝑟𝑡ℎ𝑜𝑑𝑜𝑘𝑠𝑖

➊➻Rajii -isayas 44:6
Waaqayyo Mootii fi Furiin Israaʼel Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha
Ani kan jalqaba ti ani kan dhumaatis; ana malee Waaqni biraa hin jiru
=Raga kana guutuu kaaku haaraan ni mirkaneessa.
➋-Maatewos 2:1
➌-Marqoos 10:45
➍-Ibrota 1:3
➎-Mul’ata Yohanis 22:13
➏-Erga Yihuda 1:4
▬▬▬▬▬

« 𝑔𝑎𝑎𝑓𝑖 𝑞𝑢𝑟𝑎𝑛𝑎 𝑓𝑖 ℎ𝑎𝑑𝑖𝑠𝑎 𝑖𝑟𝑟𝑎 »
❝ #𝑚𝑢𝑠𝑙𝑖𝑚𝑎
#Arraba_hodhuu malif barbachise

A'isha said that the Prophet used to kiss her and #suck her #tongue when he was fasting
⓵➛ mishkat al masabih 2005

#guddedaa_dubartii jidduu, yeroo #laguu ofii irraa qabduu adda ofii itti oli galchuun maalif barbachise

The Prophet used to recite the Qur'an with his #head in my #lap while I used to be in my #periods (having #menses)
➀➛Sah-Al-Bukari 7549)
➁➛sahi-Muslim 301

𝑑ℎ𝑎𝑔𝑒𝑓𝑎𝑑ℎ𝑎 𝑚𝑢𝑟𝑡𝑖 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑖 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑎

𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚘𝚝𝚊👇
𝚕𝚒𝚗𝚔 𝚔𝚊𝚗𝚊 𝚡𝚞𝚚𝚊.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌷kutaa-7-ffaa:
Gaaffii fi Deebii Muslimoota.

Maarqoos 1:15
innis“Barri sun gaʼeera(xumurame) mootummaan Waaqayyoo dhiʼaateera; qalbii jijjiirradhaatii wangeelatti amanaa!” jedhe

➊=Gaaffii isaanii Kiristoos mootummaa hin qabu inni iyyuu mootummaa Waaqayyo lallabaa jedhuu.
➋=Kiristoos wangeela lallabee jedhee barumsa akkamitti jedhuu

🕹Deebi keenya. =1=
Eeyyee Kiristoos mataan isaa iyyuu #Mootummaa qaba

⓵➛2Pheexiroos 1:11
akkasiin gara #mootummaa bara #baraa kan #Gooftaa keenyaa fi #Fayyisaa keenya Iyyaasuus Kiristoositti galuun guutummaatti isiniif kennama.

⓶➛Efesoon 5:5
Akkuma beektanii fi ofii keessanii hubattanitti, namni halaleen yookiin namni xuraaʼaan yookiin namni sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taʼe raawwatu #Mootummaa_Kiristoosii fi #Mootummaa_Waaqayyoo keessatti dhaala tokko illee hin qabaatu.

⓷➛2 ximotewos 4:1
Waaqayyo durattii fi Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulʼachuu isaa fi #Mootummaa_isaatiin warra jiranii fi warra duʼan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen kana si ajaja:

💧𝑘𝑎𝑛𝑎𝑎𝑓𝑢 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑚𝑜𝑜𝑡𝑢𝑚𝑎𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑎
inni Mataa isa waee mootummaa isaa labsee ❝ jechi « #bari » xumurame yookiin barri sun ga’ee jedhe ❞
kani Raajonni durii dubbachaa turan xumura irratti Kiristoos ni dhufaa kani jedhuu ture

🕹Deebii lamaffaa =2=
wangeela Kiristoos lallabee kani akkamii ture isaa jedhuu immoo. barattoota isaa gaafachuu qofaa deebiin isaa.

🅰 tokkooffaa Kiristoos isaanii gaafadha jedhee jira. 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑎 𝑎𝑛𝑖 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑑ℎ𝑒 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑢 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑡𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑒. 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑡𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑖𝑚𝑚𝑜 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑖𝑟𝑢💯

⓸➛Yohaannis 18:21
Ati maaliif na gaafatta? #Warra waan #Ani isaaniin jedhe dhagaʼan gaafadhu. Kunoo #isaan waan ani jedhe #beeku.

⓹➛Maatewos 10:26-27
Kanaafuu isaan hin sodaatinaa. Wanni haguugamee utuu hin mulʼifamin hafu yookaan wanni dhokfamee utuu hin beekamin hafu tokko iyyuu hin jiruutii. Waan #ani dukkana keessatti isinitti himu guyyaa adiin odeessaa; waan gurratti isinitti hasaasan, bantii manaa irraa #labsaa.

⓺➛1Yohaannis 1:1
Nu waaʼee Dubbii jireenyaa kan jalqabaa kaasee ture, kan #dhageenye, kan #ija keenyaan argine, kan ilaallee fi kan harki keenyas qaqqabe kana labsina.

🅱 inni lamaffaa immoo Kiristoos ogummaa barattoota isaatti wani Kanaafi : barattoota isaa wanta hunda bareessani.

⓻➛Luqaas 21:15
Anuu afaanii fi #ogummaa diinonni keessan tokko iyyuu dandaʼanii dura hin dhaabanne yookaan hin mormine isiniif nan kennaatii.

🆑 sadaffaa Afuura Qulqulluun barattoota wani gargaruuf wanta hundumaa hubbachisa.

⓼➛Yohaannis 16:13-14
#Hafuurri dhugaa sun yommuu dhufutti gara dhugaa hundaatti #isin_geessa. Inni waan dhagaʼu qofa dubbata malee ofuma isaatiin hin dubbatu; waan dhufuuf jirus isinitti hima. Inni sababii #waanuma_koo fuudhee isinitti beeksisuuf ulfina naa kenna.

⓽➛Yohaannis 15:26
Jajjabeessaan ani Abbaa biraa isinii ergu, jechuunis Hafuurri Dhugaa inni #Abbaa keessaa baʼu sun yommuu dhufutti waaʼee koo dhugaa baʼa.

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙞
Kani « #𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠» lallabaa ture fi kani isaa dura ta’e hunda sababa Kanaafi dukaa bu'oonni Kiristoos barreessanii.💯💯💯

𝑘𝑢𝑡𝑎-6-𝑑𝑢𝑏𝑏𝑖𝑠𝑎 :𝑙𝑖𝑛𝑘 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑥𝑢𝑞𝑎.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/1010

=dhugaan jiru kanuma yaa Muslimoota.
🌹kutaa-8-ffaa:
👉gaaffii fi deebii Muslimoota.
➊=gaaffii isaanii akkasii ture « Kiristoos barattoota isaa Pheexiroos, Indiriyaas, Yohaannis fi Yaaqoob iddoo kami waamee.
A👉Galiilaa..
B👉Geensereex..
C👉Beetisayidaa...

Maarqoos 1:16
Iyyaasuus utuu qarqara Galaana #Galiilaa irra deemaa jiruu #Simoonii fi obboleessa isaa #Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii.

Maarqoos 1:19
Iyyaasuus takka adeemee, #Yaaqoobii fi #Yohannisin ilmaan Zabdewos, bidiruu isaanii keessa taa'anii kiyyoota isaanii utuu tottolfatanii arge.
[Maatewos 4:18-22] dubbisa« kani #Maarqoos wajjiin tokkummaa »

Luqaas 5:1
Gaaf tokko Iyyaasus utuu Haroo #Geensereex bira dhaabatee jiruu, utuu namoonnis isatti naannaʼanii dubbii Waaqayyoo dhagaʼaa jiranuu

Luqaas 5:10
ilmaan Zabdewoos warri michoota #Simoon turan jechuunis #Yaaqoobii fi #Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasus Simʼooniin, “Hin sodaatin; ati ammaa jalqabdee qabduu namootaa ni taataa” jedhe.

Yohaannis 1 :44
Fiiliphoosis akkuma #Indiriiyaasii fi #Phexros nama magaalaa #Beetisayidaa ture

🌷=Deebi keenya=👇
baratootanni 4n kuni namoota Magaalaa Beetisayidaatti.

Beetisayida jechuun immoo hikaa isaa « Mana Qurxummii »jechudha, sababi mana Qurxummii jedhameef Qurxummii nannoo sanatti ni bittaa, ni gurguramaa kanaafi.
haroo #Gaalilaa jechuu fi haroo #Geensereex jechuun tokkummaa.

maqaan bara durii haroo Gaalilaa ittin wamama turee Geensereex jedhama.

geensereex jechun immoo baganaa Farfannaa jechudha

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞

Kitaabni walitti bu'ee ykn wali falleessa isaa jedhufi. deebi gara olii sirriitti ilaali.
Kiristoos barattoota jalqabaa kani argee Magaalaa beetisayidati.(Yohaannis 1:44)

#lamaffaa immoo haroo Gaalilaati. (Maarqoos 1:19)

#sadaffa immoo ammasi (Geenerseex) Luqaas 5:1

baratoonni guutummaatti Kiristoos wajjiin kani deemanii iddoo kani isaa booda gara mana isaanitti hin deebine.

Luqaas 5:8
Simoon Phexrosis yommuu waan kana argetti jilba Iyyaasuusiti  kufee, “Yaa Gooftaa, ani nama cubbamaa dha; narraa fagaadhu!” jedhe.

Luqaas 5:10-11
ilmaan Zabdewoos warri michoota Simoon turan jechuunis Yaaqoobii fi Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasuus Simʼooniin, “Hin sodaatin; #ati_ammaa #jalqabdee qabduu namootaa ni taataa” jedhe. Isaanis bidiruuwwan isaanii gara qarqaraatti ol baasanii waan #hunda_dhiisanii isa duukaa buʼan. [Mat 4:22,Marq 1:20]
➛𝑗𝑒𝑐ℎ𝑖 𝑎𝑚𝑚𝑎 𝑗𝑎𝑙𝑞𝑎𝑏𝑑𝑒 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢 𝑓𝑖
➛𝑤𝑎𝑛 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎 𝑑ℎ𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢 « 𝚡𝚞𝚖𝚞𝚛𝚊 𝚒𝚋𝚜𝚊 : 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚍𝚞𝚞𝚔𝚊 𝚋𝚞'𝚞 𝚒𝚋𝚜𝚊.

🕹=Kanaafuu Kiristoos barattoota isaa kana jiratoota magaalaa beetsayida kani ta'ani fi namoota Qurxummii hojjatan Haroo nannoo magaalaa isaanii jiruu Gaalilaa(geenresex) irraa waamee. (hundu sirriidha).

link telegrama👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🍇kutaa-9-ffaa:-
📍Gaafii fi Deebii Muslimoota.
1=𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙨𝙞 𝙩𝙪𝙧𝙚"« #Kiristoos gara #Qifirnaahom kani deemee kophaa isaa moobarattoota isaa wajjiin jedhuu
𝙧𝙖𝙜𝙖𝙖 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙞𝙢𝙢𝙤 𝙠𝙖𝙣𝙖 𝙩𝙪𝙧𝙚.
➊➛Maarqoos 1:21
Achiis gara #Qifirnaahom #deeman. Akkuma guyyaan Sanbataa gaʼeenis mana sagadaa seenee barsiisuu jalqabe
=➛iddoo kanatti jechii «#Deeman » jedhuu #Kiristoos fi #barattoota ibsa.

➋➛Luqaas 4:31
#Innis gara #Qifirnaahom, magaalaa Galiilaa keessaatti gad buʼe; guyyaa Sanbataas namoota barsiise
=➛iddoo kanatti jechi «#inni» jedhu #Kiristoos qofa ibsa.

🕹𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖.
jechi #Qifirnaahom jedhuu jechoota #Ibraayisxiitti lama irraa kani argamee sii ta’u " #Qifir " jechuun #ganda jechudha.
" #Naahom jechun immoo #mijataa(#qananii) jechuudha.
walitti immoo =Ganda mijata ykn Ganda Qanani qabdu jechudha. ykn magaalaa qanani qabdu jedhudha.

ganda Qifirnaahom Kiristoos fi barattootni dhaqanii jiruu. Maarqoos Kiristoos fi barattoota jedhe ibse, Luqaas immoo Kiristoos  jedhee malee barattootnii hin jiran hin jenne.akka barattootni wajjin jiran qabxii ibsu.

💞 jecha #guyyaa_Sanbataas #mana_sagadaa jedhuu Maarqoos(Mar 1:21) fi Luqaas(Luq 4:31) irratti ni argama.   ❝ kana booddee mana sagadaa keessa yeroo gadi bahan eessaa dhaqanii

⓵➛Maarqoos 1:29-30
#Isaanis akkuma #mana #sagadaatii baʼaniin #Yaaqoobii fi #Yohannis wajjin mana #Simoonii fi #Indiriiyaas dhaqan. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; #isaanis yommusuma waaʼee ishee Iyyaasusitti(kiristoos) himan.
=➛eenyudha Kiristoositti kan himme barattoota 💯


⓶➛Luqaas 4:38
#Iyyaasuus #mana sagadaatii #baʼee mana #Simoon dhaqe. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaa hamaadhaan qabamtee dhiphachaa turte; #isaanis akka Iyyaasus ishee gargaaru isa #kadhatan.
=➛eenyuudha Kiristoos kani kadhatan barattoota💯.

𝑘𝑎𝑛𝑎𝑓𝑢𝑢 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑠𝑎𝑔𝑎𝑑𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑢𝑚𝑎 𝑏𝑎ℎ𝑎𝑛𝑖 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑠𝑖𝑚𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑎𝑛𝑖 𝑖𝑏𝑎𝑎, « 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑛 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑡𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑤𝑎𝑗𝑗𝑖𝑛 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑠𝑎𝑔𝑎𝑑𝑎 𝑡𝑢𝑟𝑎𝑛 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢𝑑ℎ𝑎, 𝑖𝑛𝑛𝑖 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑖𝑚𝑚𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑖𝑏𝑠𝑢 𝑤𝑎𝑗𝑗𝑗𝑛 𝑞𝑖𝑓𝑖𝑟𝑛𝑎𝑎ℎ𝑜𝑚 𝑑ℎ𝑎𝑞𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑑ℎ𝑎.

Fakkeenyaaf.-
Luqaas yeroo ibsuu Adaam jalqabee hanga Kiristoos jiruu dhaloota jiru Luqaas ibsee jira (luq 3:26-38).
Maarqoos garuu hin ibsinee. Kiristoos akka foonii nama uffatee walalle miti Maarqoos

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
yaada dabalataa tokkoo yoo bareesse tokkoo immoo bareessu dhisuu danda'a. 

⓷➛Yohaannis 20:30-31
Iyyaasuus(kiristoos) barattoota isaa duratti mallattoowwan biraa kanneen #kitaaba kana keessatti #hin barreeffamin hedduu hojjete. Wantoonni kunneen garuu akka #Iyyaasus inni Kiristoos Ilma Waaqayyoo taʼe akka amantaniif, amanuudhaanis akka #maqaa isaatiin #jireenya qabaattaniif barreeffame.

⓸➛Yohaannis 21:25
Kana malees Iyyaasus(kiristoos) waan biraa #baayʼee hojjeteera. Utuu #tokkoon tokkoon isaanii barreeffamanii jiraatanii silaa ani waan addunyaan mataan ishee iyyuu kitaabota barreeffaman sanaaf  #iddoo gaʼu qabdu hin seʼu.


💯𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚞👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Sanyiin akka gaarii biqila; mukni wayiniis ija naqata; lafti midhaan kenniti; samiiwwanis fixeensa isaanii coccobsu. Ani waan kana hunda dhaala godhee hambaa saba kanaatiif nan kenna.
Zakkaariyaas 8:12
#Barabbaan sababii fincila magaalaa keessatti kaʼeetii fi ajjeechaa namaatiin mana hidhaa keessa buufamee ture.
   =Luqaas 23:19

#Hiika maaqa isaa « Barabbaan» jechun Jecha Afaani ❝Aramikki tti❞
-kunis jechoota lama irra walitti dhufe.  #Βαραββᾶν= #Bar(Βαρ) jechun #ilma jechudha
#Abbaan(αββᾶν) jechun immo Abbaa jechudha.
jechoonni laman kuni yoo walitti dhufan "ilma Abbaa" jechudha.

➛Haata’u malee Kiristoos namicha kana harka Seexanaa baasee jira

Namichi Barabbaan jedhamu tokko #finciltoota goolii kaasanii nama ajjeesan wajjin mana hidhaa keessa ture.
  =Maarqos 15:7

Isaan amma illee iyyanii, “Lakki, Barabbaan malee isa miti!” jedhan. Barbaan kun #saamtuu ture.
   =Yohannis 18:40

Luboonni hangafoonnii fi maanguddoonni garuu akka Barabbaan gad dhiifamee, #Iyyaasus(kiristoos) immoo ajjeefamu akka isa kadhataniif namoota sossoban.
    =Maatewos 27:20

kunis ijoollee Waaqaa kanneen bittinnaaʼan walitti qabee tokko gochuuf malee saba sana qofaf miti.
=Yohannis 11:52

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹 Allah sperm qabachu isaa, kanafuu Allah dhira.👇
            Ragaa keenya :
➊.Tafsir ibn Abbas.
Fuula(page) 616
➋.kani hiikee :-translated by
Mokrane Guezzou
ISBN 9781891785177
First published in 2008
=====/=====
Dubbisaa gaarii isiniif Haata’u.
✍️Hiika
--Allah #waggaa 40f samii spermi(sanyii kormaa) gadi rooba isaa booda namoonni ni ka'u jedha😁
🕹beeka Muslima kuni raga kani godhatu kitaaba Qur’anaa isa maqaan isaa «kutaa waraana» afanii Ingiliffaatiin (Troops). Afaanii Arabattin (Al-Zumar). lakkofsa 68 irraa kani jirudha.

=Suraa 39:68.
Garrii ( #Xurumbaa) keessatti ni afuufamaWarri samii keessaatiifi warri dachii keessaa hunduu, nama Allaahn fedhe malee, ni dhumuErgasii #yeroo_biraas isa keessatti afuufamaYeroo san isaan dhaabbatanii ilaaloo ta’u.

𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖:
➊➛sperm ykn sanyii korma samii irraa gadi roobuu suni kani eenyuti....?.
=Deebi kanuma "Allah "
➛kanafu #Allah_sperm qaba Kanaafuu inni dhira =ok.

➋.Yeroo biraa kani jedhame yoomi...?
=Deebi- Waggaa 40.

𝙜𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙢𝙖 𝙝𝙪𝙣𝙙𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙣 𝙞𝙮𝙮𝙪𝙪.
🌷❝ Soba Muhammad kani warra Muslimaa ❞.
-Hiika isaa Nabiyyi Muhammad akkas jedhee « afuufama xurumbaa lamani jidduu waggaa 40 fudhata.(kana jechun xurumbaa jalqabaa ni afuufama inni lamaffaa immoo afuufamuuf waggaa 40 ta'a jechuu isaatti). Namoonni akkasii jedhanii Yaa Abuu hureera guyyoota 40? jedhanii,  ani immoo hoomaa hin deebisnee.  Ammas isaanii akkasii jedhanii waggoota 40 jedhanii, Ani immoo hoomaa hin deebisnee, kana booda muhammad itti dabalee akkasii jedhee « #Qaamni Namaa kamiyyuu ni #Tortoraa garuu #lafee takka qofaa kani hin tortore isheen suni lafee "dugdaa ykn (tail bone) tti.
ishee sana irraa Allah Qaama namaa hunda ijaara.jedhe »
(Kitaaba Sahi Al Bukhari 4814) dubbisa.
𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖.
➊ mee dhuguma erga lafee dugdaa hin tortore kani nabiyyi ibraahim fi #muhammad fida kaa.
➋. Yoo #ibiddii sii gubee fi bineensi lafee dugda yoo nyatee namni kau hin jiru.? moo jira?


==Muslimaa bira du’aa kau jechuun gowwoomsaadha malee wanta bira mitii, maaloo suni soba Muslimaa dhisa lubbuu keessaa olchaa ❗️
😝 Teessoo Allah jala maaltu gadi Roobaa sila
=Hiika isaa :- Yeroo Allah Namoota du’aa kasu, inni #Teessoo isaa #jala gadi #Roobaa,  Teessoo isaa immo lafaa kana #guutuu haguuga fi qaamni nama immoo boolla (Awwaala) keessa oli #Margaa, akkuma sanyiin tokko lafa keessa marguutti.

𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖.
➊➛Teessoo Allah jala sanyii kormaa isaa (sperm) isaa maali kana hunda gadi rooba siila waggaa 40 fi....?

➋➛Sanyii Allah(ykn sperm) isaa jala hin dhumuu moo...?

➌➛Yeroo sanyi Allah gadi roobuu sana Namoonni warri lubbuun lafa irraa jiran maali nyaatu...?


𝙢𝙖𝙖𝙡𝙤𝙤 𝙤𝙗𝙗𝙤𝙤𝙡𝙤𝙩𝙖 𝙠𝙤𝙤 𝙗𝙖𝙧𝙪𝙢𝙨𝙖 𝙨𝙤𝙗𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖 𝙡𝙪𝙗𝙗𝙪 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙣 𝙤𝙡𝙘𝙝𝙖𝙖❗️


🛅 𝙧𝙖𝙜𝙖𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖.
➧Kitaaba ibn kathir.
fuula(page)-127
➧second edition july 2003
➧isbn 9960-892-71-9
=====//======